Skip to content

A little app tip

Back and forward, in one button

The back arrow at the bottom of the app can take you in either direction.

Tap the arrowGo back
Press and holdGo forward

Hold briefly, then release. Forward is available after you have gone back. You can also use Shift+Enter on a keyboard.

Add your phone number?

Optional. Nothing is sent unless you choose it.

Audio Bible
The Historic Faith

Chapter Genesis 30 Language Oromo, West Central Bible ID GAZBIB Label BIB Catalog Oromo, West Central - Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Raahel yommuu akka Yaaqoobiif ijoollee tokko iyyuu hin daʼin argitetti obboleettii isheetti hinaafte. Yaaqoobiinis, “Ijoollee naa kenni, yoo kanaa achii nan duʼa!” jette.
2 Yaaqoobis isheetti aaree, “Anatu iddoo Waaqa isa ijoollee si dhowwate sanaa jira moo?” jedheen.
3 Isheenis, “Xomboreen koo Bilihaan kunoo ti; akka isheen qooda koo ijoollee naaf deessee anis karaa isheetiin ijoollee argadhuuf dhaqii ishee bira gaʼi” jette.
4 Isheenis xomboree ishee Bilihaa akka niitii isaa taatuuf kenniteef. Yaaqoobis ishee bira gaʼe;
5 isheenis ulfooftee ilma isaaf deesse.
6 Kana irratti Raahel, “Waaqni naa murteesseera; kadhannaa koos dhagaʼee ilma naa kenneera” jette. Kanaafuu maqaa isaa Daan jettee moggaafte.
7 Xomboreen Raahel Bilihaan ammas ulfooftee Yaaqoobiif ilma lammaffaa deesse.
8 Raahelis, “Ani obboleettii koo walʼaansoo guddaa qabee moʼadheera” jette. Maqaa isaa Niftaalem jettee moggaafte.
9 Liyaan akka ijoollee daʼuu dhiifte hubatte; xomboree ishee Zilfaa fuutee akka niitii isaa taatuuf Yaaqoobiif kennite.
10 Xomboreen Liyaa Zilfaanis Yaaqoobiif ilma deesse.
11 Liyaan immoo, “Maal milkiin akkanaa!” jettee maqaa isaa Gaad jettee moggaafte.
12 Xomboreen Liyaa Zilfaan Yaaqoobiif ilma lammaffaa deesse.
13 Ergasiis Liyaan, “Ani akkaman gammade! Dubartoonnis, ‘Eebbifamtuu’ naan jedhu” jette. Kanaafuu maqaa isaa Aasheer jettee moggaafte.
14 Yeroo haamaa qamadiitti Ruubeen gara bakkeetti baʼee ija hudhaa argatee haadha isaa Liyaadhaaf fide. Raahelis Liyaadhaan, “Maaloo ija hudhaa ilma keetii irraa waa naa kenni” jette.
15 Liyaan immoo, “Dhirsa koo narraa fudhachuun kee sitti xinnaatee? Hudhaa ilma koos ni fudhattaa?” jetteen. Raahelis, “Qooda hudhaa ilma keetii inni edana si wajjin haa bulu” jetteen.
16 Gaafa sana galgala yeroo Yaaqoob lafa qotiisaatii galetti Liyaan isa simachuuf gad baatee, “Waan ani hudhaa ilma kootiin si kireeffadheef ati harʼa na wajjin bulu qabda” jetteen. Yaaqoobis halkan sana ishee wajjin bule.
17 Waaqnis Liyaa dhagaʼe; isheenis ulfooftee Yaaqoobiif ilma shanaffaa deesse.
18 Liyaanis, “Waan ani xomboree koo dhirsa kootiif kenneef Waaqni gatii koo naa baaseera” jette. Kanaafuu Yisaakor jettee isa moggaafte.
19 Liyaan ammas ulfooftee Yaaqoobiif ilma jaʼaffaa deesse.
20 Liyaanis, “Waaqni kennaa gaarii naaf kenneera; sababii ani ilmaan jaʼa isaaf daʼeef dhirsi koo siʼachi ulfina naa kenna” jette. Kanaafuu maqaa isaa Zebuuloon jettee moggaafte.
21 Ergasiis intala tokko deessee Diinaa jettee moggaafte.
22 Waaqnis Raahelin yaadate; kadhannaa ishees dhagaʼee gadameessa ishee baneef.
23 Isheenis ulfooftee ilma deessee, “Waaqni qaanii koo narraa fuudheera” jette.
24 Isheenis maqaa isaa Yoosef jettee moggaaftee, “Waaqayyo ilma biraa naaf haa dabalu” jette.
25 Erga Raahel Yoosefin deessee booddee Yaaqoob Laabaadhaan akkana jedhe; “Akka ani biyya dhalootaa kootti deebiʼuuf, gad na dhiisi.
26 Ani nan deemaatii niitota koo fi ijoollee koo warra ani isaaniif jedhee siif tajaajile naa kenni. Akka ani hojii baayʼee siif hojjedhe ati iyyuu beekta.”
27 Laabaan garuu akkana jedheen; “Maaloo yoo ani fuula kee duratti fudhatama argadhee jiraadhe asuma turi; ani akka Waaqayyo sababii keetiin na eebbise mulʼataan beekeeraatii.”
28 Itti fufees, “Mee mindaa ani siif kaffaluu qabu natti himi; ani siifin kaffalaatii” jedhe.
29 Yaaqoobis akkana jedheen; “Akka ani hammam siif hojjedhe, horiin kees hammam akka harka kootti baayʼate atuu ni beekta.
30 Wanni xinnaan ati utuu ani hin dhufin dura qabdu sun amma akka malee siif baayʼateera; lafa ani ture kamitti iyyuu Waaqayyo si eebbiseera. Garuu yeroon ani itti maatii kootiif yaadu yoomi ree?”
31 Innis, “Wanni ani siif kennu maali ree?” jedhee gaafate. Yaaqoob immoo akkana jedhee deebise; “Homaa naaf hin kennin; garuu yoo ati waan kana naaf goote ani ittuma fufee bushaayee kee nan tiksa; nan eegas;
32 ani harʼa bushaayee kee hunda keessa baʼee hoolota cocorree fi buburree hunda, hoolaa magaalaa fi reʼoota cocorree yookaan buburree hunda addaan nan baasa; isaan kunneen mindaa koo taʼu.
33 Yeroo ati mindaa naa kennite sana toʼachuu dhuftutti, amanamummaan koo dhugaa naa baʼa. Hoolotaa fi reʼoota koo keessatti reʼeen cocorree yookaan buburree hin taʼin kam iyyuu, hoolaa keessaa immoo kan gurraacha hin taʼin kam iyyuu yoo argame akka waan hatameetti haa ilaalamu.”
34 Laabaanis, “Tole, akkuma ati jette haa taʼu” jedhe.
35 Guyyuma sana Laabaan korbeeyyii reʼee halluu qaxxaamuroo qabanii fi buburree hunda, goromii reʼee cocorree fi buburree kanneen adaadii qaban hunda, akkasumas hoolota gugurraacha hunda fuudhee ilmaan isaatti kenne.
36 Innis ofii isaatii fi Yaaqoob gidduutti lafa adeemsa guyyaa sadii hambise; Yaaqoob immoo bushaayee Laabaa kanneen hafan tiksuu itti fufe.
37 Yaaqoobis damee alaltuu, kan looziitii fi hadheessa jiidhaa isaa darbee darbee naannessee qoola isaa irraa quncisuudhaan dhagna mukichaa isa keessaa adii sana mulʼise.
38 Yaaqoobis yeroo bushaayeen sun bishaan dhuguuf dhufanitti damee qolli irraa quncifame sana fuula isaanii dura bidiruu bishaan itti obaasan keessa kaaʼe. Bushaayeen yeroo sun bishaan dhuguu dhufanitti gojomaʼanii
39 ulee sana duratti wal hobobsu turan; isaanis ilmoolee halluu qaxxaamuroo qaban, cocorree fi buburree dhalan.
40 Yaaqoobis ilmoolee bushaayee kophaatti baase; bushaayee Laabaa kanneen hafan garuu warra halluu qaxxaamuroo qabanii fi gurraacha dura dhaabe. Akkasitti hoolota isaa addaan baase malee bushaayee Laabaatti hin makne.
41 Yeroo dhaltuuwwan jajjaboon gojomaʼan kam iyyuu, Yaaqoob akka isaan ulee sana biratti wal hobobsaniif jedhee ulee sana fuula isaanii dura bidiruu keessa kaaʼaa ture;
42 dhaltuuwwan dadhaboo dura garuu ulee sana hin keenye. Kanaafuu warri dadhaboon kan Laabaa, warri jajjaboon immoo kan Yaaqoob taʼan.
43 Namichi kun haala kanaan akka malee soorome; innis bushaayee baayʼee, garboota dubartootaatii fi dhiirotaa, gaalawwanii fi harroota qaba ture.
Chapter information and study resources

Listen to Genesis 30 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for Genesis 30

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about Genesis 30. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

Genesis 30 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers, 30 cross-references.

Cross-references in Genesis 30 (30)

See the full cross-reference index →

Hebrew interlinear — Genesis 30:1–43 (560 words)
1
  1. וַ/תֵּ֣רֶאva./Te.re'and/ she sawH7200
  2. רָחֵ֗לra.ChelRachelH7354
  3. כִּ֣יkithatH3588
  4. לֹ֤אlo'notH3808
  5. יָֽלְדָה֙yal.Dahshe had borne childrenH3205
  6. לְ/יַעֲקֹ֔בle./ya.'a.Koto/ JacobH3290
  7. וַ/תְּקַנֵּ֥אva./te.ka.Ne'and/ she was jealousH7065
  8. רָחֵ֖לra.ChelRachelH7354
  9. בַּ/אֲחֹתָ֑/הּba./'a.cho.Ta/hof/ sister/ herH269
  10. וַ/תֹּ֤אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  11. אֶֽל\־'el-toH413
  12. יַעֲקֹב֙ya.'a.KoJacobH3290
  13. הָֽבָ/ה\־ha.va/h-give/ !H3051
  14. לִּ֣/יl/ito <the>/ meH9030
  15. בָנִ֔יםva.NimchildrenH1121
  16. וְ/אִם\־ve./'im-and/ ifH518
  17. אַ֖יִן'A.yinnotH369
  18. מֵתָ֥הme.TahH4191
  19. אָנֹֽכִי\׃'a.No.khiIH595
2
  1. וַ/יִּֽחַר\־va/i.yi.char-and/ it burnedH2734
  2. אַ֥ף'afH639
  3. יַעֲקֹ֖בya.'a.KoJacobH3290
  4. בְּ/רָחֵ֑לbe./ra.Chelon/ RachelH7354
  5. וַ/יֹּ֗אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  6. הֲ/תַ֤חַתha./Ta.chat¿/ in place ofH8478
  7. אֱלֹהִים֙'E.lo.HimGodH430
  8. אָנֹ֔כִי'a.No.khiH595
  9. אֲשֶׁר\־'a.Sher-whoH834
  10. מָנַ֥עma.Na'he has withheldH4513
  11. מִמֵּ֖/ךְmi.Me/khfrom/ youH4480
  12. פְּרִי\־pe.ri-fruit ofH6529
  13. בָֽטֶן\׃Va.tenH990
3
  1. וַ/תֹּ֕אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  2. הִנֵּ֛הhi.Nehhere!H2009
  3. אֲמָתִ֥/י'a.ma.T/imaidservant/ myH519
  4. בִלְהָ֖הvil.HahBilhahH1090
  5. בֹּ֣אbo'goH935
  6. אֵלֶ֑י/הָ'e.Lei./hainto/ herH413
  7. וְ/תֵלֵד֙ve./te.Ledso/ she may bear childrenH3205
  8. עַל\־'al-onH5921
  9. בִּרְכַּ֔/יbir.Ka/iknees/ myH1290
  10. וְ/אִבָּנֶ֥הve./'i.ba.Nehso/ I may be built upH1129
  11. גַם\־gam-alsoH1571
  12. אָנֹכִ֖י'a.no.KhiIH595
  13. מִמֶּֽ/נָּה\׃mi.Me./nahfrom/ herH4480
4
  1. וַ/תִּתֶּן\־va./ti.ten-and/ she gaveH5414
  2. ל֛/וֹl/oto <the>/ himH9033
  3. אֶת\־'et-<obj.>H853
  4. בִּלְהָ֥הbil.HahBilhahH1090
  5. שִׁפְחָתָ֖/הּshif.cha.Ta/hmaidservant/ herH8198
  6. לְ/אִשָּׁ֑הle./'i.Shahto/ a wifeH802
  7. וַ/יָּבֹ֥אva/i.ya.Vo'and/ he wentH935
  8. אֵלֶ֖י/הָ'e.Lei./hainto/ herH413
  9. יַעֲקֹֽב\׃ya.'a.KoJacobH3290
5
  1. וַ/תַּ֣הַרva./Ta.harand/ she conceivedH2029
  2. בִּלְהָ֔הbil.HahBilhahH1090
  3. וַ/תֵּ֥לֶדva./Te.ledand/ she boreH3205
  4. לְ/יַעֲקֹ֖בle./ya.'a.Koto/ JacobH3290
  5. בֵּֽן\׃Bena sonH1121
6
  1. וַ/תֹּ֤אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  2. רָחֵל֙ra.ChelRachelH7354
  3. דָּנַ֣/נִּיda.Na./nihe has vindicated/ meH1777
  4. אֱלֹהִ֔ים'E.lo.HimGodH430
  5. וְ/גַם֙ve./Gamand/ alsoH1571
  6. שָׁמַ֣עsha.Ma'he has listenedH8085
  7. בְּ/קֹלִ֔/יbe./ko.L/ito/ voice/ myH6963
  8. וַ/יִּתֶּן\־va/i.yi.ten-and/ he has givenH5414
  9. לִ֖/יl/ito <the>/ meH9030
  10. בֵּ֑ןBena sonH1121
  11. עַל\־'al-there-H5921
  12. כֵּ֛ןken-foreH3651
  13. קָרְאָ֥הka.re.'Ahshe calledH7121
  14. שְׁמ֖/וֹshe.M/oname/ hisH8034
  15. דָּֽן\׃DanDanH1835
7
  1. וַ/תַּ֣הַרva./Ta.harand/ she conceivedH2029
  2. ע֔וֹדodagainH5750
  3. וַ/תֵּ֕לֶדva./Te.ledand/ she boreH3205
  4. בִּלְהָ֖הbil.HahBilhahH1090
  5. שִׁפְחַ֣תshif.ChatH8198
  6. רָחֵ֑לra.ChelRachelH7354
  7. בֵּ֥ןbena sonH1121
  8. שֵׁנִ֖יshe.NisecondH8145
  9. לְ/יַעֲקֹֽב\׃le./ya.'a.Koto/ JacobH3290
8
  1. וַ/תֹּ֣אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  2. רָחֵ֗לra.ChelRachelH7354
  3. נַפְתּוּלֵ֨יnaf.tu.Leiwrestling<s> ofH5319
  4. אֱלֹהִ֧ים\׀'E.lo.HimGodH430
  5. נִפְתַּ֛לְתִּיnif.Tal.tiI have wrestledH6617
  6. עִם\־'im-withH5973
  7. אֲחֹתִ֖/י'a.cho.T/isister/ myH269
  8. גַּם\־gam-alsoH1571
  9. יָכֹ֑לְתִּיya.Kho.le.tiI have prevailedH3201
  10. וַ/תִּקְרָ֥אva./tik.Ra'and/ she calledH7121
  11. שְׁמ֖/וֹshe.M/oname/ hisH8034
  12. נַפְתָּלִֽי\׃naf.ta.LiNaphtaliH5321
9
  1. וַ/תֵּ֣רֶאva./Te.re'and/ she sawH7200
  2. לֵאָ֔הle.'AhLeahH3812
  3. כִּ֥יkithatH3588
  4. עָמְדָ֖ה'a.me.Dahshe had stoppedH5975
  5. מִ/לֶּ֑דֶתmi./Le.detfrom/ bearing childrenH3205
  6. וַ/תִּקַּח֙va./ti.Kachand/ she tookH3947
  7. אֶת\־'et-<obj.>H853
  8. זִלְפָּ֣הzil.PahZilpahH2153
  9. שִׁפְחָתָ֔/הּshif.cha.Ta/hmaidservant/ herH8198
  10. וַ/תִּתֵּ֥ןva./ti.Tenand/ she gaveH5414
  11. אֹתָ֛/הּ'o.Ta/h<obj.>/ herH853
  12. לְ/יַעֲקֹ֖בle./ya.'a.Koto/ JacobH3290
  13. לְ/אִשָּֽׁה\׃le./'i.Shahto/ a wifeH802
10
  1. וַ/תֵּ֗לֶדva./Te.ledand/ she boreH3205
  2. זִלְפָּ֛הzil.PahZilpahH2153
  3. שִׁפְחַ֥תshif.ChatH8198
  4. לֵאָ֖הle.'AhLeahH3812
  5. לְ/יַעֲקֹ֥בle./ya.'a.Koto/ JacobH3290
  6. בֵּֽן\׃Bena sonH1121
11
  1. וַ/תֹּ֥אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  2. לֵאָ֖הle.'AhLeahH3812
  3. בָּ֣א//גָ֑דbe.//gadit has come//good fortuneH1409
  4. וַ/תִּקְרָ֥אva./tik.Ra'and/ she calledH7121
  5. אֶת\־'et-<obj.>H853
  6. שְׁמ֖/וֹshe.M/oname/ hisH8034
  7. גָּֽד\׃GadGadH1410
12
  1. וַ/תֵּ֗לֶדva./Te.ledand/ she boreH3205
  2. זִלְפָּה֙zil.PahZilpahH2153
  3. שִׁפְחַ֣תshif.ChatH8198
  4. לֵאָ֔הle.'AhLeahH3812
  5. בֵּ֥ןbena sonH1121
  6. שֵׁנִ֖יshe.NisecondH8145
  7. לְ/יַעֲקֹֽב\׃le./ya.'a.Koto/ JacobH3290
13
  1. וַ/תֹּ֣אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  2. לֵאָ֔הle.'AhLeahH3812
  3. בְּ/אָשְׁרִ֕/יbe./'a.she.R/iin/ happiness/ myH837
  4. כִּ֥יkiforH3588
  5. אִשְּׁר֖וּ/נִי'i.she.Ru./nithey will call happy/ meH833
  6. בָּנ֑וֹתba.NotdaughtersH1323
  7. וַ/תִּקְרָ֥אva./tik.Ra'and/ she calledH7121
  8. אֶת\־'et-<obj.>H853
  9. שְׁמ֖/וֹshe.M/oname/ hisH8034
  10. אָשֵֽׁר\׃'a.SherAsherH836
14
  1. וַ/יֵּ֨לֶךְva/i.Ye.lekhand/ he wentH1980
  2. רְאוּבֵ֜ןre.'u.VenReubenH7205
  3. בִּ/ימֵ֣יbi./Meiin/ [the] days ofH3117
  4. קְצִיר\־ke.tzir-H7105
  5. חִטִּ֗יםchi.Timwheat<s>H2406
  6. וַ/יִּמְצָ֤אva/i.yim.Tza'and/ he foundH4672
  7. דֽוּדָאִים֙du.da.'ImmandrakesH1736
  8. בַּ/שָּׂדֶ֔הba./sa.Dehin the/ fieldH7704
  9. וַ/יָּבֵ֣אva/i.ya.Ve'and/ he broughtH935
  10. אֹתָ֔/ם'o.Ta/m<obj.>/ themH853
  11. אֶל\־'el-toH413
  12. לֵאָ֖הle.'AhLeahH3812
  13. אִמּ֑/וֹ'i.M/omother/ hisH517
  14. וַ/תֹּ֤אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  15. רָחֵל֙ra.ChelRachelH7354
  16. אֶל\־'el-toH413
  17. לֵאָ֔הle.'AhLeahH3812
  18. תְּנִי\־te.ni-giveH5414
  19. נָ֣אna'pleaseH4994
  20. לִ֔/יL/ito <the>/ meH9030
  21. מִ/דּוּדָאֵ֖יmi./du.da.'Eisome of/ [the] mandrakes ofH1736
  22. בְּנֵֽ/ךְ\׃be.Ne/khson/ yourH1121
15
  1. וַ/תֹּ֣אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  2. לָ֗/הּLa/hto <the>/ herH9034
  3. הַ/מְעַט֙ha/m.'At¿/ smallH4592
  4. קַחְתֵּ֣/ךְkach.Te/khtaking/ youH3947
  5. אֶת\־'et-<obj.>H853
  6. אִישִׁ֔/י'i.Sh/ihusband/ myH376
  7. וְ/לָ/קַ֕חַתve./la./Ka.chatand/ to/ takeH3947
  8. גַּ֥םgamalsoH1571
  9. אֶת\־'et-<obj.>H853
  10. דּוּדָאֵ֖יdu.da.'EiH1736
  11. בְּנִ֑/יbe.N/ison/ myH1121
  12. וַ/תֹּ֣אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  13. רָחֵ֗לra.ChelRachelH7354
  14. לָ/כֵן֙la./Khen<to>/ thereforeH3651
  15. יִשְׁכַּ֤בyish.Kavhe will lieH7901
  16. עִמָּ/ךְ֙'i.mo/Khwith/ youH5973
  17. הַ/לַּ֔יְלָהha./Lay.lahthis/ nightH3915
  18. תַּ֖חַתTa.chatforH8478
  19. דּוּדָאֵ֥יdu.da.'EiH1736
  20. בְנֵֽ/ךְ\׃ve.Ne/khson/ yourH1121
16
  1. וַ/יָּבֹ֨אva/i.ya.Vo'and/ he cameH935
  2. יַעֲקֹ֣בya.'a.KoJacobH3290
  3. מִן\־min-fromH4480
  4. הַ/שָּׂדֶה֮ha./sa.Dehthe/ fieldH7704
  5. בָּ/עֶרֶב֒ba./'e.Revin the/ eveningH6153
  6. וַ/תֵּצֵ֨אva./te.Tze'and/ she went outH3318
  7. לֵאָ֜הle.'AhLeahH3812
  8. לִ/קְרָאת֗/וֹli/k.ra.T/oto/ meet/ himH7122
  9. וַ/תֹּ֙אמֶר֙va./To.merand/ she saidH559
  10. אֵלַ֣/י'e.La/iinto/ meH413
  11. תָּב֔וֹאta.Vo'you will comeH935
  12. כִּ֚יkiforH3588
  13. שָׂכֹ֣רsa.Khorcertainly <to hire>H7936
  14. שְׂכַרְתִּ֔י/ךָse.khar.Ti./khaI have hired/ youH7936
  15. בְּ/דוּדָאֵ֖יbe./du.da.'Eifor/ [the] mandrakes ofH1736
  16. בְּנִ֑/יbe.N/ison/ myH1121
  17. וַ/יִּשְׁכַּ֥בva/i.yish.Kavand/ he layH7901
  18. עִמָּ֖/הּ'i.Ma/hwith/ herH5973
  19. בַּ/לַּ֥יְלָהba./Lay.lahin the/ nightH3915
  20. הֽוּא\׃Hu'thatH1931
17
  1. וַ/יִּשְׁמַ֥עva/i.yish.Ma'and/ he listenedH8085
  2. אֱלֹהִ֖ים'E.lo.HimGodH430
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. לֵאָ֑הle.'AhLeahH3812
  5. וַ/תַּ֛הַרva./Ta.harand/ she conceivedH2029
  6. וַ/תֵּ֥לֶדva./Te.ledand/ she boreH3205
  7. לְ/יַעֲקֹ֖בle./ya.'a.Koto/ JacobH3290
  8. בֵּ֥ןbena sonH1121
  9. חֲמִישִֽׁי\׃cha.mi.ShififthH2549
18
  1. וַ/תֹּ֣אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  2. לֵאָ֗הle.'AhLeahH3812
  3. נָתַ֤ןna.Tanhe has givenH5414
  4. אֱלֹהִים֙'E.lo.HimGodH430
  5. שְׂכָרִ֔/יse.kha.R/ireward/ myH7939
  6. אֲשֶׁר\־'a.Sher-thatH834
  7. נָתַ֥תִּיna.Ta.tiI gaveH5414
  8. שִׁפְחָתִ֖/יshif.cha.T/imaidservant/ myH8198
  9. לְ/אִישִׁ֑/יle./'i.Sh/ito/ husband/ myH376
  10. וַ/תִּקְרָ֥אva./tik.Ra'and/ she calledH7121
  11. שְׁמ֖/וֹshe.M/oname/ hisH8034
  12. יִשָּׂשכָֽר\׃yi.so.sh.KharIssacharH3485
19
  1. וַ/תַּ֤הַרva./Ta.harand/ she conceivedH2029
  2. עוֹד֙'OdagainH5750
  3. לֵאָ֔הle.'AhLeahH3812
  4. וַ/תֵּ֥לֶדva./Te.ledand/ she boreH3205
  5. בֵּן\־ben-a sonH1121
  6. שִׁשִּׁ֖יshi.ShisixthH8345
  7. לְּ/יַעֲקֹֽב\׃le./ya.'a.Koto/ JacobH3290
20
  1. וַ/תֹּ֣אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  2. לֵאָ֗הle.'AhLeahH3812
  3. זְבָדַ֨/נִיze.va.Da./nihe has endowed/ meH2064
  4. אֱלֹהִ֥ים\׀'E.lo.HimGodH430
  5. אֹתִ/י֮'o.T/i<obj.>/ meH853
  6. זֵ֣בֶדZe.vedan endowmentH2065
  7. טוֹב֒tOvgoodH2896
  8. הַ/פַּ֙עַם֙ha./Pa.'amthis/ timeH6471
  9. יִזְבְּלֵ֣/נִיyiz.be.Le./nihe will honor/ meH2082
  10. אִישִׁ֔/י'i.Sh/ihusband/ myH376
  11. כִּֽי\־ki-forH3588
  12. יָלַ֥דְתִּיya.Lad.tiI have borneH3205
  13. ל֖/וֹl/oto <the>/ himH9033
  14. שִׁשָּׁ֣הshi.ShahsixH8337
  15. בָנִ֑יםva.NimsonsH1121
  16. וַ/תִּקְרָ֥אva./tik.Ra'and/ she calledH7121
  17. אֶת\־'et-<obj.>H853
  18. שְׁמ֖/וֹshe.M/oname/ hisH8034
  19. זְבֻלֽוּן\׃ze.vu.LunZebulunH2074
21
  1. וְ/אַחַ֖רve./'a.Charand/ afterH310
  2. יָ֣לְדָהYal.dahshe boreH3205
  3. בַּ֑תBata daughterH1323
  4. וַ/תִּקְרָ֥אva./tik.Ra'and/ she calledH7121
  5. אֶת\־'et-<obj.>H853
  6. שְׁמָ֖/הּshe.Ma/hname/ herH8034
  7. דִּינָֽה\׃di.NahDinahH1783
22
  1. וַ/יִּזְכֹּ֥רva/i.yiz.Korand/ he rememberedH2142
  2. אֱלֹהִ֖ים'E.lo.HimGodH430
  3. אֶת\־'et-<obj.>H853
  4. רָחֵ֑לra.ChelRachelH7354
  5. וַ/יִּשְׁמַ֤עva/i.yish.Ma'and/ he listenedH8085
  6. אֵלֶ֙י/הָ֙'e.Lei./hato/ herH413
  7. אֱלֹהִ֔ים'E.lo.HimGodH430
  8. וַ/יִּפְתַּ֖חva/i.yif.Tachand/ he openedH6605
  9. אֶת\־'et-<obj.>H853
  10. רַחְמָֽ/הּ\׃rach.Ma/hwomb/ herH7358
23
  1. וַ/תַּ֖הַרva./Ta.harand/ she conceivedH2029
  2. וַ/תֵּ֣לֶדva./Te.ledand/ she boreH3205
  3. בֵּ֑ןBena sonH1121
  4. וַ/תֹּ֕אמֶרva./To.merand/ she saidH559
  5. אָסַ֥ף'a.Safhe has removedH622
  6. אֱלֹהִ֖ים'E.lo.HimGodH430
  7. אֶת\־'et-<obj.>H853
  8. חֶרְפָּתִֽ/י\׃cher.pa.T/ireproach/ myH2781
24
  1. וַ/תִּקְרָ֧אva./tik.Ra'and/ she calledH7121
  2. אֶת\־'et-<obj.>H853
  3. שְׁמ֛/וֹshe.M/oname/ hisH8034
  4. יוֹסֵ֖ףyo.SefJosephH3130
  5. לֵ/אמֹ֑רle./Mor<to>/ sayingH559
  6. יֹסֵ֧ףyo.Sefmay he addH3254
  7. יְהוָ֛הYah.wehYahwehH3068
  8. לִ֖/יl/ito <the>/ meH9030
  9. בֵּ֥ןbena sonH1121
  10. אַחֵֽר\׃'a.CheranotherH312
25
  1. וַ/יְהִ֕יva/y.Hiand/ it wasH1961
  2. כַּ/אֲשֶׁ֛רka./'a.Sherjust/ asH834
  3. יָלְדָ֥הYal.dahshe had borneH3205
  4. רָחֵ֖לra.ChelRachelH7354
  5. אֶת\־'et-<obj.>H853
  6. יוֹסֵ֑ףyo.SefJosephH3130
  7. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  8. יַעֲקֹב֙ya.'a.KoJacobH3290
  9. אֶל\־'el-toH413
  10. לָבָ֔ןla.VanLabanH3837
  11. שַׁלְּחֵ֙/נִי֙sha.le.Che./nisend off/ meH7971
  12. וְ/אֵ֣לְכָ֔הve./'E.le.Khahso/ let me goH1980
  13. אֶל\־'el-toH413
  14. מְקוֹמִ֖/יme.ko.M/iplace/ myH4725
  15. וּ/לְ/אַרְצִֽ/י\׃u./le./'ar.Tz/iand/ to/ land/ myH776
26
  1. תְּנָ֞/הte.Na/hgive/ !H5414
  2. אֶת\־'et-<obj.>H853
  3. נָשַׁ֣/יna.Sha/iwives/ myH802
  4. וְ/אֶת\־ve./'Etand/ <obj.>H853
  5. יְלָדַ֗/יye.la.Da/ichildren/ myH3206
  6. אֲשֶׁ֨ר'a.SherwhomH834
  7. עָבַ֧דְתִּי'a.Vad.tiI have servedH5647
  8. אֹֽתְ/ךָ֛'o.te./Kha<obj.>/ youH853
  9. בָּ/הֵ֖ןba./Henfor/ themH9039
  10. וְ/אֵלֵ֑כָהve./'e.Le.khahso/ I may goH1980
  11. כִּ֚יkiforH3588
  12. אַתָּ֣ה'a.TahyouH859
  13. יָדַ֔עְתָּya.Da'.tayou knowH3045
  14. אֶת\־'et-<obj.>H853
  15. עֲבֹדָתִ֖/י'a.vo.da.T/iservice/ myH5656
  16. אֲשֶׁ֥ר'a.SherwhichH834
  17. עֲבַדְתִּֽי/ךָ\׃'a.vad.Ti./khaI have served/ youH5647
27
  1. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. אֵלָי/ו֙'e.La/vto/ himH413
  3. לָבָ֔ןla.VanLabanH3837
  4. אִם\־'im-ifH518
  5. נָ֛אna'pleaseH4994
  6. מָצָ֥אתִיma.Tza.tiI have foundH4672
  7. חֵ֖ןchenfavorH2580
  8. בְּ/עֵינֶ֑י/ךָbe./'ei.Nei./khain/ view/ yourH5869
  9. נִחַ֕שְׁתִּיni.Chash.tiI have learned by divinationH5172
  10. וַ/יְבָרֲכֵ֥/נִיva/y.va.ra.Khe./niand/ he has blessed/ meH1288
  11. יְהוָ֖הYah.wehYahwehH3068
  12. בִּ/גְלָלֶֽ/ךָ\׃bi/g.la.Le./khaon/ account of/ youH1558
28
  1. וַ/יֹּאמַ֑רva/i.yo.Marand/ he saidH559
  2. נָקְבָ֧/הna.ke.Va/hdesignate/ !H5344
  3. שְׂכָרְ/ךָ֛se.kha.re./Khawage[s]/ yourH7939
  4. עָלַ֖/י'a.La/ion/ meH5921
  5. וְ/אֶתֵּֽנָה\׃ve./'e.Te.nahso/ let me give [it]H5414
29
  1. וַ/יֹּ֣אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. אֵלָ֔י/ו'e.La/vto/ himH413
  3. אַתָּ֣ה'a.TahyouH859
  4. יָדַ֔עְתָּya.Da'.tayou knowH3045
  5. אֵ֖ת'et<obj.>H853
  6. אֲשֶׁ֣ר'a.SherhowH834
  7. עֲבַדְתִּ֑י/ךָ'a.vad.Ti./khaI have served/ youH5647
  8. וְ/אֵ֛תve./'Etand/ <obj.>H853
  9. אֲשֶׁר\־'a.Sher-howH834
  10. הָיָ֥הha.Yahit has beenH1961
  11. מִקְנְ/ךָ֖mik.ne./Chalivestock/ yourH4735
  12. אִתִּֽ/י\׃'i.T/iwith/ meH854
30
  1. כִּ֡יkiforH3588
  2. מְעַט֩me.'Ata littleH4592
  3. אֲשֶׁר\־'a.Sher-whichH834
  4. הָיָ֨הha.Yahit be[longed]H1961
  5. לְ/ךָ֤le./Khato <the>/ youH9031
  6. לְ/פָנַ/י֙le./fa.Na/i<to>/ before/ meH6440
  7. וַ/יִּפְרֹ֣ץva/i.yif.Rotzand/ it has increasedH6555
  8. לָ/רֹ֔בla./Roto/ abundanceH7230
  9. וַ/יְבָ֧רֶךְva/y.Va.rekhand/ he has blessedH1288
  10. יְהוָ֛הYah.wehYahwehH3068
  11. אֹתְ/ךָ֖'o.te./Kha<obj.>/ youH853
  12. לְ/רַגְלִ֑/יle./rag.L/ito/ foot/ myH7272
  13. וְ/עַתָּ֗הve./'a.Tahand/ nowH6258
  14. מָתַ֛יma.Taiwhen?H4970
  15. אֶֽעֱשֶׂ֥ה'e.'e.Sehwill I workH6213
  16. גַם\־gam-alsoH1571
  17. אָנֹכִ֖י'a.no.KhiIH595
  18. לְ/בֵיתִֽ/י\׃le./vei.T/ifor/ own household/ myH1004
31
  1. וַ/יֹּ֖אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. מָ֣הmahwhat?H4100
  3. אֶתֶּן\־'e.ten-will I giveH5414
  4. לָ֑/ךְLa/khto <the>/ youH9031
  5. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  6. יַעֲקֹב֙ya.'a.KoJacobH3290
  7. לֹא\־lo'-notH3808
  8. תִתֶּן\־ti.ten-you will giveH5414
  9. לִ֣/יl/ito <the>/ meH9030
  10. מְא֔וּמָהme.'U.mahanythingH3972
  11. אִם\־'im-ifH518
  12. תַּֽעֲשֶׂה\־ta.'a.seh-you will doH6213
  13. לִּ/י֙l/ifor <the>/ meH9030
  14. הַ/דָּבָ֣רha./da.Varthe/ thingH1697
  15. הַ/זֶּ֔הha./Zeh<the>/ thisH2088
  16. אָשׁ֛וּבָה'a.Shu.vahI will returnH7725
  17. אֶרְעֶ֥ה'er.'EhI will tendH7462
  18. צֹֽאנְ/ךָ֖tzo.ne./Khaflock/ yourH6629
  19. אֶשְׁמֹֽר\׃'esh.MorI will protect [it]H8104
32
  1. אֶֽעֱבֹ֨ר'e.'e.Vorlet me passH5674
  2. בְּ/כָל\־be./kholin/ allH3605
  3. צֹֽאנְ/ךָ֜tzo.ne./Khaflock/ yourH6629
  4. הַ/יּ֗וֹםhai./Yomthis/ dayH3117
  5. הָסֵ֨רha.SerI will removeH5493
  6. מִ/שָּׁ֜םmi./Shamfrom/ thereH8033
  7. כָּל\־kol-everyH3605
  8. שֶׂ֣ה\׀sehsheepH7716
  9. נָקֹ֣דna.KodspeckledH5348
  10. וְ/טָל֗וּאve./ta.Lu'and/ spottedH2921
  11. וְ/כָל\־ve./kholand/ everyH3605
  12. שֶׂה\־seh-sheepH7716
  13. חוּם֙chumdarkH2345
  14. בַּ/כְּשָׂבִ֔יםba./ke.sa.Vimamong the/ lambsH3775
  15. וְ/טָל֥וּאve./ta.Lu'and/ [the] spottedH2921
  16. וְ/נָקֹ֖דve./na.Kodand/ [the] speckledH5348
  17. בָּ/עִזִּ֑יםba./'i.Zimamong the/ goatsH5795
  18. וְ/הָיָ֖הve./ha.Yahand/ it will beH1961
  19. שְׂכָרִֽ/י\׃se.kha.R/iwage[s]/ myH7939
33
  1. וְ/עָֽנְתָה\־ve./'a.ne.tah-and/ it will testifyH6030
  2. בִּ֤/יb/ifor/ meH9030
  3. צִדְקָתִ/י֙tzid.ka.T/irighteousness/ myH6666
  4. בְּ/י֣וֹםbe./Yomon/ a dayH3117
  5. מָחָ֔רma.Charin future timeH4279
  6. כִּֽי\־ki-forH3588
  7. תָב֥וֹאta.Vo'you will comeH935
  8. עַל\־'al-onH5921
  9. שְׂכָרִ֖/יse.kha.R/iwage[s]/ myH7939
  10. לְ/פָנֶ֑י/ךָle./fa.Nei./kha<to>/ before/ youH6440
  11. כֹּ֣לkolallH3605
  12. אֲשֶׁר\־'a.Sher-thatH834
  13. אֵינֶ/נּוּ֩'ei.ne./Nunot [is]/ itH369
  14. נָקֹ֨דna.KodspeckledH5348
  15. וְ/טָל֜וּאve./ta.Lu'and/ spottedH2921
  16. בָּֽ/עִזִּ֗יםba./'i.Zimamong the/ goatsH5795
  17. וְ/חוּם֙ve./Chumand/ darkH2345
  18. בַּ/כְּשָׂבִ֔יםba./ke.sa.Vimamong the/ lambsH3775
  19. גָּנ֥וּבga.NuvH1589
  20. ה֖וּאhu'itH1931
  21. אִתִּֽ/י\׃'i.T/iwith/ meH854
34
  1. וַ/יֹּ֥אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. לָבָ֖ןla.VanLabanH3837
  3. הֵ֑ןHenthere!H2005
  4. ל֖וּluifH3863
  5. יְהִ֥יye.Hilet it beH1961
  6. כִ/דְבָרֶֽ/ךָ\׃khi/d.va.Re./khaaccording to/ word/ yourH1697
35
  1. וַ/יָּ֣סַרva/i.Ya.sarand/ he removedH5493
  2. בַּ/יּוֹם֩ba/i.yOmon the/ dayH3117
  3. הַ/ה֨וּאha./Hu'<the>/ thatH1931
  4. אֶת\־'et-<obj.>H853
  5. הַ/תְּיָשִׁ֜יםha./te.ya.Shimthe/ male goatsH8495
  6. הָֽ/עֲקֻדִּ֣יםha./'a.ku.Dim<the>/ stripedH6124
  7. וְ/הַ/טְּלֻאִ֗יםve./ha./te.lu.'Imand/ <the>/ spottedH2921
  8. וְ/אֵ֤תve./'Etand/ <obj.>H853
  9. כָּל\־kol-allH3605
  10. הָֽ/עִזִּים֙ha./'i.Zimthe/ female goatsH5795
  11. הַ/נְּקֻדּ֣וֹתha./ne.ku.Dot<the>/ speckledH5348
  12. וְ/הַ/טְּלֻאֹ֔תve./ha./te.lu.'Otand/ <the>/ spottedH2921
  13. כֹּ֤לkolallH3605
  14. אֲשֶׁר\־'a.Sher-thatH834
  15. לָבָן֙la.VanwhiteH3836
  16. בּ֔/וֹb/oH9033
  17. וְ/כָל\־ve./kholand/ everyH3605
  18. ח֖וּםchumdark [one]H2345
  19. בַּ/כְּשָׂבִ֑יםba./ke.sa.Vimamong the/ lambsH3775
  20. וַ/יִּתֵּ֖ןva/i.yi.Tenand/ he gave [them]H5414
  21. בְּ/יַד\־be./yad-in/ [the] hand ofH3027
  22. בָּנָֽי/ו\׃ba.Na/vsons/ hisH1121
36
  1. וַ/יָּ֗שֶׂםva/i.Ya.semand/ he putH7760
  2. דֶּ֚רֶךְDe.rekha journey ofH1870
  3. שְׁלֹ֣שֶׁתshe.Lo.shetthreeH7969
  4. יָמִ֔יםya.MimdaysH3117
  5. בֵּינ֖/וֹbei.N/obetween/ himselfH996
  6. וּ/בֵ֣יןu./Veinand/ betweenH996
  7. יַעֲקֹ֑בya.'a.KoJacobH3290
  8. וְ/יַעֲקֹ֗בve./ya.'a.Koand/ JacobH3290
  9. רֹעֶ֛הro.'EhH7462
  10. אֶת\־'et-<obj.>H853
  11. צֹ֥אןtzonH6629
  12. לָבָ֖ןla.VanLabanH3837
  13. הַ/נּוֹתָרֹֽת\׃ha./no.ta.Rotwhich/ remainedH3498
37
  1. וַ/יִּֽקַּֽח\־va/i.yi.kach-and/ he tookH3947
  2. ל֣/וֹl/ofor <the>/ himselfH9033
  3. יַעֲקֹ֗בya.'a.KoJacobH3290
  4. מַקַּ֥לma.Kalbranch[es] ofH4731
  5. לִבְנֶ֛הliv.NehpoplarH3839
  6. לַ֖חlachfreshly cutH3892
  7. וְ/ל֣וּזve./Luzand/ almondH3869
  8. וְ/עֶרְמ֑וֹןve./'er.Monand/ plane treeH6196
  9. וַ/יְפַצֵּ֤לva/y.fa.Tzeland/ he strippedH6478
  10. בָּ/הֵן֙ba./Henon <the>/ themH9039
  11. פְּצָל֣וֹתpe.tza.LotstripsH6479
  12. לְבָנ֔וֹתle.va.NotwhiteH3836
  13. מַחְשֹׂף֙mach.SofH4286
  14. הַ/לָּבָ֔ןha./la.Vanthe/ white [wood]H3836
  15. אֲשֶׁ֖ר'a.SherwhichH834
  16. עַל\־'al-H5921
  17. הַ/מַּקְלֽוֹת\׃ha./mak.Lotthe/ branchesH4731
38
  1. וַ/יַּצֵּ֗גva/i.ya.Tzegand/ he placedH3322
  2. אֶת\־'et-<obj.>H853
  3. הַ/מַּקְלוֹת֙ha./mak.loTthe/ branchesH4731
  4. אֲשֶׁ֣ר'a.SherwhichH834
  5. פִּצֵּ֔לpi.Tzelhe had strippedH6478
  6. בָּ/רֳהָטִ֖יםbo./ro.ha.Timin the/ drinking troughsH7298
  7. בְּ/שִֽׁקֲת֣וֹתbe./shi.ka.Totin/ [the] watering channels ofH8268
  8. הַ/מָּ֑יִםha./Ma.yim<the>/ waterH4325
  9. אֲשֶׁר֩'a.SherwhichH834
  10. תָּבֹ֨אןָta.Vo.nathey cameH935
  11. הַ/צֹּ֤אןha./Tzonthe/ flockH6629
  12. לִ/שְׁתּוֹת֙li/sh.toTto/ drinkH8354
  13. לְ/נֹ֣כַחle./No.khachto/ beforeH5227
  14. הַ/צֹּ֔אןha./Tzonthe/ flockH6629
  15. וַ/יֵּחַ֖מְנָהva/i.ye.Cham.nahand/ they matedH3179
  16. בְּ/בֹאָ֥/ןbe./vo.'A/nwhen/ came/ theyH935
  17. לִ/שְׁתּֽוֹת\׃li/sh.Totto/ drinkH8354
39
  1. וַ/יֶּחֱמ֥וּva/i.ye.che.Muand/ they matedH3179
  2. הַ/צֹּ֖אןha./Tzonthe/ flockH6629
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. הַ/מַּקְל֑וֹתha./mak.Lotthe/ branchesH4731
  5. וַ/תֵּלַ֣דְןָva./te.Lad.naand/ they boreH3205
  6. הַ/צֹּ֔אןha./Tzonthe/ flockH6629
  7. עֲקֻדִּ֥ים'a.ku.Dimstriped [ones]H6124
  8. נְקֻדִּ֖יםne.ku.Dimspeckled [ones]H5348
  9. וּ/טְלֻאִֽים\׃u./te.lu.'Imand/ spotted [ones]H2921
40
  1. וְ/הַ/כְּשָׂבִים֮ve./ha./ke.sa.Vimand/ the/ lambsH3775
  2. הִפְרִ֣ידhif.Ridhe separatedH6504
  3. יַעֲקֹב֒ya.'a.KoJacobH3290
  4. וַ֠/יִּתֵּןVa/i.yi.tenand/ he setH5414
  5. פְּנֵ֨יpe.NeiH6440
  6. הַ/צֹּ֧אןha./Tzonthe/ flockH6629
  7. אֶל\־'el-toH413
  8. עָקֹ֛ד'a.KodH6124
  9. וְ/כָל\־ve./kholand/ everyH3605
  10. ח֖וּםchumdark [one]H2345
  11. בְּ/צֹ֣אןbe./Tzonamong/ [the] flock ofH6629
  12. לָבָ֑ןla.VanLabanH3837
  13. וַ/יָּֽשֶׁת\־va/i.ya.shet-and/ he madeH7896
  14. ל֤/וֹl/ofor <the>/ himselfH9033
  15. עֲדָרִים֙'a.da.RimflocksH5739
  16. לְ/בַדּ֔/וֹle./va.D/oto/ only/ himH905
  17. וְ/לֹ֥אve./Lo'and/ notH3808
  18. שָׁתָ֖/םsha.Ta/mhe put/ themH7896
  19. עַל\־'al-withH5921
  20. צֹ֥אןtzonH6629
  21. לָבָֽן\׃la.VanLabanH3837
41
  1. וְ/הָיָ֗הve./ha.Yahand/ it wasH1961
  2. בְּ/כָל\־be./kholin/ allH3605
  3. יַחֵם֮ya.ChemH3179
  4. הַ/צֹּ֣אןha./Tzonthe/ sheepH6629
  5. הַ/מְקֻשָּׁרוֹת֒ha/m.ku.sha.roT<the>/ vigorous [female]H7194
  6. וְ/שָׂ֨םve./Samand/ he put outH7760
  7. יַעֲקֹ֧בya.'a.KoJacobH3290
  8. אֶת\־'et-<obj.>H853
  9. הַ/מַּקְל֛וֹתha./mak.Lotthe/ branchesH4731
  10. לְ/עֵינֵ֥יle./'ei.Neito/ [the] eyes ofH5869
  11. הַ/צֹּ֖אןha./Tzonthe/ sheepH6629
  12. בָּ/רֳהָטִ֑יםbo./ro.ha.Timin the/ drinking troughsH7298
  13. לְ/יַחְמֵ֖/נָּהle./yach.Me./nahto/ mate /herH3179
  14. בַּ/מַּקְלֽוֹת\׃ba./mak.Lotat the/ branchesH4731
42
  1. וּ/בְ/הַעֲטִ֥יףu./ve./ha.'a.Tifand/ when/ was feebleH5848
  2. הַ/צֹּ֖אןha./Tzonthe/ sheepH6629
  3. לֹ֣אlo'notH3808
  4. יָשִׂ֑יםya.Simhe put [them] outH7760
  5. וְ/הָיָ֤הve./ha.Yahand/ it wasH1961
  6. הָ/עֲטֻפִים֙ha./'a.tu.Fimthe/ enfeebled onesH5848
  7. לְ/לָבָ֔ןle./la.VanH3837
  8. וְ/הַ/קְּשֻׁרִ֖יםve./ha./ke.shu.Rimand/ the/ vigorous [ones]H7194
  9. לְ/יַעֲקֹֽב\׃le./ya.'a.KoH3290
43
  1. וַ/יִּפְרֹ֥ץva/i.yif.Rotzand/ he increasedH6555
  2. הָ/אִ֖ישׁha./'Ishthe/ manH376
  3. מְאֹ֣דme.'OdveryH3966
  4. מְאֹ֑דme.'OdveryH3966
  5. וַֽ/יְהִי\־va/y.hi-and/ it be[longed]H1961
  6. ל/וֹ֙l/oto <the>/ himH9033
  7. צֹ֣אןtzonsheepH6629
  8. רַבּ֔וֹתra.BotmanyH7227
  9. וּ/שְׁפָחוֹת֙u./she.fa.choTand/ female servantsH8198
  10. וַ/עֲבָדִ֔יםva./'a.va.Dimand/ [male] servantsH5650
  11. וּ/גְמַלִּ֖יםu./ge.ma.Limand/ camelsH1581
  12. וַ/חֲמֹרִֽים\׃va./cha.mo.Rimand/ donkeysH2543

View the full Hebrew interlinear for Genesis 30 →

Strong's words in Genesis 30 (6)
Strong's H559 — וַ/תֹּ֤אמֶר (va./To.mer)
and/ she said. Appears 22 times in Genesis 30.
Strong's H3290 — לְ/יַעֲקֹ֔ב (le./ya.'a.Ko)
to/ Jacob. Appears 20 times in Genesis 30.
Strong's H1121 — בָנִ֔ים (va.Nim)
children. Appears 16 times in Genesis 30.
Strong's H3205 — יָֽלְדָה֙ (yal.Dah)
she had borne children. Appears 14 times in Genesis 30.
Strong's H6629 — צֹֽאנְ/ךָ֖ (tzo.ne./Kha)
flock/ your. Appears 14 times in Genesis 30.
Strong's H3812 — לֵאָ֔ה (le.'Ah)
Leah. Appears 12 times in Genesis 30.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2548 Bibles in 2203 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress