Skip to content
Audio Bible

2 Mootota 1 Oromo, West Central BIB Audio Bible

Chapter 2 Kings 1 Language Oromo, West Central Bible ID GAZBIB Label BIB Catalog Oromo, West Central - Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Erga Ahaab duʼee booddee Moʼaab Israaʼelitti fincile.
2 Ahaaziyaanis qaawwa darbii mana isaa kan Samaariyaa keessaan kufee miidhamee ture. Kanaafuu inni, “Akka ani miidhaa kana irraa fayyuu fi fayyuu baachuu koo beekuuf dhaqaatii Baʼaal Zebuul waaqicha Eqroon sana naaf gaafadhaa” jedhee ergamoota erge.
3 Ergamaan Waaqayyoo garuu Eeliyaas namicha gosa Tishbii sanaan akkana jedhe; “Kaʼiitii gara ergamoota mooticha Samaariyaa sanaatti ol baʼiitii akkana jedhii isaan gaafadhu; ‘Wanni isin Baʼaal Zebuul waaqicha Eqroon sana gorsa gaafachuu dhaqxaniif Israaʼel keessaa Waaqni dhabameetii?’
4 Kanaafuu Waaqayyo, ‘Ati siree amma irra ciiftu kana irraa hin kaatu. Ati dhugumaan ni duuta!’ jedha.” Kana irratti Eeliyaas kaʼee deeme.
5 Mootichis yommuu ergamoonni gara isaatti deebiʼanitti, “Isin maaliif deebitan?” jedhee isaan gaafate.
6 Isaanis akkana jedhanii deebisan; “Namicha tokkotu karaatti nutti dhufee, ‘Gara mooticha isin erge sanaatti deebiʼaatii akkana jedhaanii’ nuun jedhe; ‘Waaqayyo akkana jedha: Wanni ati Baʼaal Zebuul waaqicha Eqroon sana gorsa gaafachuuf namoota ergituuf Israaʼel keessaa Waaqni dhabameetii? Kanaafuu ati siree irra ciiftu kana irraa hin kaatu. Ati dhugumaan ni duuta!’ ”
7 Mootichi, “Namichi karaatti isinitti dhufee waan kana isinitti hime sun nama akkamii ti?” jedhee isaan gaafate.
8 Isaanis, “Inni nama uffata rifeensa irraa hojjetame uffatee sabbata gogaa mudhii isaatti hidhatu tokkoo dha” jedhanii deebisaniif. Mootichis, “Inni Eeliyaas namicha Tishbii sanaa dha” jedhe.
9 Kana irratti mootichi ajajaa waraanaa tokko namoota shantama wajjin Eeliyaasitti erge. Ajajaan sunis fiixee gaara inni irra taaʼaa ture tokkootti Eeliyaasitti ol baʼee, “Yaa nama Waaqaa, mootichi ‘Gad kottu!’ siin jedha” jedheen.
10 Eeliyaas immoo ajajaa sanaan, “Yoo ani nama Waaqaa taʼe, ibiddi samii irraa gad buʼee siʼii fi namoota kee shantamman haa fixu!” jedhe. Ergasii ibiddi samii irraa gad buʼee ajajaa sanaa fi namoota isaa hunda fixe.
11 Kana irratti mootichi amma illee ajajaa biraa namoota shantama wajjin Eeliyaasitti erge. Ajajaan sunis, “Yaa nama Waaqaa, mootichi, ‘Dafii gad buʼiitii kottu!’ siin jedha” jedheen.
12 Eeliyaas garuu, “Yoo ani nama Waaqaa taʼe, ibiddi samii irraa gad buʼee siʼii fi namoota kee shantammanuu haa fixu!” jedhee deebiseef. Ibiddi Waaqaas samii irraa gad buʼee isaa fi namoota isaa shantammanuu ni fixe.
13 Kanaafuu mootichi ammas ajajaa sadaffaa namoota shantama wajjin ni erge. Ajajaan sadaffaan kun ol baʼee jilba ofii isaatiin Eeliyaas duratti jilbeenfatee akkana jedhee isa ni kadhate; “Yaa nama Waaqaa, maaloo lubbuun koo fi lubbuun garboota kee shantamman kanneenii gatii hin dhabin!
14 Kunoo, ibiddi samii irraa gad buʼee ajajjuuwwan duraa lamaanii fi namoota isaanii hunda fixeera. Amma garuu lubbuun koo fuula kee duratti gatii haa qabaattu!”
15 Ergamaan Waaqayyoos Eeliyaasiin, “Isa wajjin gad buʼi; isa hin sodaatin” jedhe. Kanaafuu Eeliyaas kaʼee isa wajjin gara mootichaatti gad buʼe.
16 Innis akkana jedhee mootichatti hime; “Waaqayyo akkana jedha: Wanni ati Baʼaal Zebuul waaqicha Eqroon gorsa gaafachuudhaaf ergamoota ergiteef Israaʼel keessaa Waaqni gorsa gaafatamu dhabameetii? Ati sababii waan kana hojjetteef siree irra ciiftu kana irraa hin kaatu. Ati dhugumaan ni duuta!”
17 Kanaafuu inni akkuma dubbii Waaqayyoo kan Eeliyaas dubbate sanaatti duʼe. Sababii Ahaaziyaan ilma hin qabneef obboleessi isaa Yehooraam iddoo isaa buʼee mootii taʼe; kunis bara Yehooraam ilmi Yehooshaafaax mootii Yihuudaa ture keessa waggaa lammaffaatti taʼe.
18 Wantoonni bara mootummaa Ahaaziyaa keessa hojjetaman kan biraa hundii fi wanti inni hojjete kitaaba seenaa mootota Israaʼel keessatti barreeffamaniiru mitii?

Listen to 2 Kings 1 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for 2 Kings 1

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about 2 Kings 1. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

2 Kings 1 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers.

Hebrew interlinear — 2 Kings 1:1–18 (359 words)
1
  1. וַיִּפְשַׁ֤עwayyipšaʿpasha`: to break away (from just authority), i.e. trespass, apostatize, quarrelH6586
  2. מוֹאָב֙môʾābMow'ab: Moab, an incestuous son of Lot; also his territory and descendantsH4124
  3. בְּיִשְׂרָאֵ֔לbĕyiśrāʾēlYisra'el: he will rule as God; Jisrael, a symbolical name of JacobH3478
  4. אַֽחֲרֵ֖יʾaḥărêachar: (properly) the hind part; (generally, as adverb or conjunction) after (in various senses)H310
  5. מ֥וֹתmôtmaveth: death (natural or violent); (concretely) the dead, their place or state (hades)H4194
  6. אַחְאָֽב׃ʾaḥʾābAch'ab: brother (i.e. friend) of (his) father; Achab, the name of a king of Israel and of a prophet at BabylonH256
2
  1. וַיִּפֹּ֨לwayyippōlnaphal: to fall, in a great variety of applications (intransitive or causative, literal or figurative)H5307
  2. אֲחַזְיָ֜הʾăḥazyâAchazyah: Jah has seized; Achazjah, the name of a Jewish and an Israelite kingH274
  3. בְּעַ֣דbĕʿadb`ad: in up to or over against; (generally) at, beside, among, behind, for, etcH1157
  4. הַשְּׂבָכָ֗הhaśśĕbākâsbakah: a net-work, i.e (in hunting) a snare, (in architecture) a ballustradeH7639
  5. בַּֽעֲלִיָּת֛וֹbaʿăliyyātô`aliyah: something lofty, i.e. a stair-way; also a second-story room (or even one on the roof)H5944
  6. אֲשֶׁ֥רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  7. בְּשֹֽׁמְר֖וֹןbĕšōmĕrônShomrown: watch-station; Shomeron, a place in IsraelH8111
  8. וַיָּ֑חַלwayyāḥalchalah: (properly) to be rubbed or worn; hence (figuratively) to be weak, sick, afflictedH2470
  9. וַיִּשְׁלַ֣חwayyišlaḥshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  10. מַלְאָכִ֔יםmalʾākîmmal'ak: a messenger; specifically, of God, i.e. an angel (also a prophet, priest or teacher)H4397
  11. וַיֹּ֤אמֶרwayyōʾmeramar: to say (used with great latitude)H559
  12. אֲלֵהֶם֙ʾălēhemel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  13. לְכ֣וּlĕkûhalak: a primitive root; to walk (in a great variety of applications, literally and figuratively)H1980
  14. דִרְשׁ֗וּdiršûdarash: (properly) to tread or frequent; (usually) to follow (for pursuit or search)H1875
  15. בְּבַ֤עַלbĕbaʿal
  16. זְבוּב֙zĕbûbBaal of (the) Fly; Baal-Zebub, a special deity of the EkronitesH1176
  17. אֱלֹהֵ֣יʾĕlōhêelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  18. עֶקְר֔וֹןʿeqrôn`Eqrown: eradication; Ekron, a place in IsraelH6138
  19. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  20. אֶֽחְיֶ֖הʾeḥĕyechayah: to live, whether literally or figurativelyH2421
  21. מֵֽחֳלִ֥יmēḥŏlîcholiy: malady, anxiety, calamityH2483
  22. זֶֽה׃zezeh: the masculine demonstrative pronoun, this or thatH2088
3
  1. וּמַלְאַ֣ךְûmalʾakmal'ak: a messenger; specifically, of God, i.e. an angel (also a prophet, priest or teacher)H4397
  2. יְהוָ֗הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  3. דִּבֶּר֙dibberdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  4. אֶלʾelel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  5. אֵֽלִיָּ֣הʾēliyyâEliyah: God of Jehovah; Elijah, the name of the famous prophet and of two other IsraelitesH452
  6. הַתִּשְׁבִּ֔יhattišbîTishbiy: a Tishbite or inhabitant of Tishbeh (in Gilead)H8664
  7. ק֣וּםqûmquwm: to rise (in various applications, literal, figurative, intensive and causative)H6965
  8. עֲלֵ֔הʿălē`alah: to ascend, intransitively (be high) or actively (mount)H5927
  9. לִקְרַ֖אתliqratqir'ah: an encountering, accidental, friendly or hostile (also adverbially, opposite)H7125
  10. מַלְאֲכֵ֣יmalʾăkêmal'ak: a messenger; specifically, of God, i.e. an angel (also a prophet, priest or teacher)H4397
  11. מֶֽלֶךְmelekmelek: a kingH4428
  12. שֹׁמְר֑וֹןšōmĕrônShomrown: watch-station; Shomeron, a place in IsraelH8111
  13. וְדַבֵּ֣רwĕdabbērdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  14. אֲלֵהֶ֔םʾălēhemel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  15. הֲֽמִבְּלִ֤יhămibbĕlîbliy: (properly) failure; nothing or destructionH1097
  16. אֵיןʾênayin: a non-entity; (generally) used as a negative particleH369
  17. אֱלֹהִים֙ʾĕlōhîmelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  18. בְּיִשְׂרָאֵ֔לbĕyiśrāʾēlYisra'el: he will rule as God; Jisrael, a symbolical name of JacobH3478
  19. אַתֶּם֙ʾattemattah: thou and thee, or (plural) ye and youH859
  20. הֹֽלְכִ֔יםhōlĕkîmhalak: a primitive root; to walk (in a great variety of applications, literally and figuratively)H1980
  21. לִדְרֹ֕שׁlidrōšdarash: (properly) to tread or frequent; (usually) to follow (for pursuit or search)H1875
  22. בְּבַ֥עַלbĕbaʿal
  23. זְב֖וּבzĕbûbBaal of (the) Fly; Baal-Zebub, a special deity of the EkronitesH1176
  24. אֱלֹהֵ֥יʾĕlōhêelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  25. עֶקְרֽוֹן׃ʿeqrôn`Eqrown: eradication; Ekron, a place in IsraelH6138
4
  1. וְלָכֵן֙wĕlākēnken: (properly) set upright; hence (figuratively as adjective) justH3651
  2. כֹּֽהkoh: (properly) like this; (by implication, of manner) thus (or so)H3541
  3. אָמַ֣רʾāmaramar: to say (used with great latitude)H559
  4. יְהוָ֔הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  5. הַמִּטָּ֞הhammiṭṭâmittah: a bed (as extended) for sleeping or eatingH4296
  6. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  7. עָלִ֥יתָʿālîtā`alah: to ascend, intransitively (be high) or actively (mount)H5927
  8. שָּׁ֛םšāmsham: there (transferring to time) then; often thither, or thenceH8033
  9. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  10. תֵרֵ֥דtērēdyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  11. מִמֶּ֖נָּהmimmennâmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  12. כִּ֣יkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  13. מ֣וֹתmôtmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
  14. תָּמ֑וּתtāmûtmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
  15. וַיֵּ֖לֶךְwayyēlekhalak: a primitive root; to walk (in a great variety of applications, literally and figuratively)H1980
  16. אֵֽלִיָּֽה׃ʾēliyyâEliyah: God of Jehovah; Elijah, the name of the famous prophet and of two other IsraelitesH452
5
  1. וַיָּשׁ֥וּבוּwayyāšûbûshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  2. הַמַּלְאָכִ֖יםhammalʾākîmmal'ak: a messenger; specifically, of God, i.e. an angel (also a prophet, priest or teacher)H4397
  3. אֵלָ֑יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  4. וַיֹּ֥אמֶרwayyōʾmeramar: to say (used with great latitude)H559
  5. אֲלֵיהֶ֖םʾălêhemel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  6. מַהmamah: (properly, interrogative) what? (including how? why? when?)H4100
  7. זֶּ֥הzezeh: the masculine demonstrative pronoun, this or thatH2088
  8. שַׁבְתֶּֽם׃šabtemshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
6
  1. וַיֹּֽאמְר֨וּwayyōʾmĕrûamar: to say (used with great latitude)H559
  2. אֵלָ֜יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  3. אִ֣ישׁ׀ʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  4. עָלָ֣הʿālâ`alah: to ascend, intransitively (be high) or actively (mount)H5927
  5. לִקְרָאתֵ֗נוּliqrāʾtēnûqir'ah: an encountering, accidental, friendly or hostile (also adverbially, opposite)H7125
  6. וַיֹּ֣אמֶרwayyōʾmeramar: to say (used with great latitude)H559
  7. אֵלֵינוּ֮ʾēlênûel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  8. לְכ֣וּlĕkûhalak: a primitive root; to walk (in a great variety of applications, literally and figuratively)H1980
  9. שׁוּבוּ֮šûbûshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  10. אֶלʾelel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  11. הַמֶּ֣לֶךְhammelekmelek: a kingH4428
  12. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  13. שָׁלַ֣חšālaḥshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  14. אֶתְכֶם֒ʾetkemeth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  15. וְדִבַּרְתֶּ֣םwĕdibbartemdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  16. אֵלָ֗יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  17. כֹּ֚הkoh: (properly) like this; (by implication, of manner) thus (or so)H3541
  18. אָמַ֣רʾāmaramar: to say (used with great latitude)H559
  19. יְהוָ֔הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  20. הֲֽמִבְּלִ֤יhămibbĕlîbliy: (properly) failure; nothing or destructionH1097
  21. אֵיןʾênayin: a non-entity; (generally) used as a negative particleH369
  22. אֱלֹהִים֙ʾĕlōhîmelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  23. בְּיִשְׂרָאֵ֔לbĕyiśrāʾēlYisra'el: he will rule as God; Jisrael, a symbolical name of JacobH3478
  24. אַתָּ֣הʾattâattah: thou and thee, or (plural) ye and youH859
  25. שֹׁלֵ֔חַšōlēaḥshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  26. לִדְרֹ֕שׁlidrōšdarash: (properly) to tread or frequent; (usually) to follow (for pursuit or search)H1875
  27. בְּבַ֥עַלbĕbaʿal
  28. זְב֖וּבzĕbûbBaal of (the) Fly; Baal-Zebub, a special deity of the EkronitesH1176
  29. אֱלֹהֵ֣יʾĕlōhêelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  30. עֶקְר֑וֹןʿeqrôn`Eqrown: eradication; Ekron, a place in IsraelH6138
  31. לָ֠כֵןlākēnken: (properly) set upright; hence (figuratively as adjective) justH3651
  32. הַמִּטָּ֞הhammiṭṭâmittah: a bed (as extended) for sleeping or eatingH4296
  33. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  34. עָלִ֥יתָʿālîtā`alah: to ascend, intransitively (be high) or actively (mount)H5927
  35. שָּׁ֛םšāmsham: there (transferring to time) then; often thither, or thenceH8033
  36. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  37. תֵרֵ֥דtērēdyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  38. מִמֶּ֖נָּהmimmennâmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  39. כִּיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  40. מ֥וֹתmôtmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
  41. תָּמֽוּת׃tāmûtmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
7
  1. וַיְדַבֵּ֣רwaydabbērdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  2. אֲלֵהֶ֔םʾălēhemel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  3. מֶ֚הmemah: (properly, interrogative) what? (including how? why? when?)H4100
  4. מִשְׁפַּ֣טmišpaṭmishpat: (properly) a verdict (favorable or unfavorable) pronounced judicially, especially a sentence or formal decree...H4941
  5. הָאִ֔ישׁhāʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  6. אֲשֶׁ֥רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  7. עָלָ֖הʿālâ`alah: to ascend, intransitively (be high) or actively (mount)H5927
  8. לִקְרַאתְכֶ֑םliqratkemqir'ah: an encountering, accidental, friendly or hostile (also adverbially, opposite)H7125
  9. וַיְדַבֵּ֣רwaydabbērdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  10. אֲלֵיכֶ֔םʾălêkemel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  11. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  12. הַדְּבָרִ֖יםhaddĕbārîmdabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  13. הָאֵֽלֶּה׃hāʾēlleel-leh: these or thoseH428
8
  1. וַיֹּֽאמְר֣וּwayyōʾmĕrûamar: to say (used with great latitude)H559
  2. אֵלָ֗יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  3. אִ֚ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  4. בַּ֣עַלbaʿalba`al: a masterH1167
  5. שֵׂעָ֔רśēʿārse`ar: hair (as if tossed or bristling)H8181
  6. וְאֵז֥וֹרwĕʾēzôrezowr: something girt; a belt, also a bandH232
  7. ע֖וֹרʿôr`owr: skin (as naked); (by implication) hide, leatherH5785
  8. אָז֣וּרʾāzûrazar: to beltH247
  9. בְּמָתְנָ֑יוbĕmotnāywmothen: (properly) the waist or small of the backH4975
  10. וַיֹּאמַ֕רwayyōʾmaramar: to say (used with great latitude)H559
  11. אֵֽלִיָּ֥הʾēliyyâEliyah: God of Jehovah; Elijah, the name of the famous prophet and of two other IsraelitesH452
  12. הַתִּשְׁבִּ֖יhattišbîTishbiy: a Tishbite or inhabitant of Tishbeh (in Gilead)H8664
  13. הֽוּא׃hûʾhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
9
  1. וַיִּשְׁלַ֥חwayyišlaḥshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  2. אֵלָ֛יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  3. שַׂרśarsar: a head person (of any rank or class)H8269
  4. חֲמִשִּׁ֖יםḥămiššîmchamishshiym: fiftyH2572
  5. וַֽחֲמִשָּׁ֑יוwaḥămiššāywchamishshiym: fiftyH2572
  6. וַיַּ֣עַלwayyaʿal`alah: to ascend, intransitively (be high) or actively (mount)H5927
  7. אֵלָ֗יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  8. וְהִנֵּה֙wĕhinnēhhinneh: lo!H2009
  9. יֹשֵׁב֙yōšēbyashab: (properly) to sit down (specifically as judge. in ambush, in quiet)H3427
  10. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  11. רֹ֣אשׁrōšro'sh: the head (as most easily shaken), whether literal or figurative (in many applications, of place, time, rank...H7218
  12. הָהָ֔רhāhārhar: a mountain or range of hills (sometimes used figuratively)H2022
  13. וַיְדַבֵּ֣רwaydabbērdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  14. אֵלָ֔יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  15. אִ֚ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  16. הָֽאֱלֹהִ֔יםhāʾĕlōhîmelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  17. הַמֶּ֥לֶךְhammelekmelek: a kingH4428
  18. דִּבֶּ֖רdibberdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  19. רֵֽדָה׃rēdâyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
10
  1. וַיַּֽעֲנֶ֣הwayyaʿăne`anah: (properly) to eye; (generally) to heed, i.e. pay attentionH6030
  2. אֵֽלִיָּ֗הוּʾēliyyāhûEliyah: God of Jehovah; Elijah, the name of the famous prophet and of two other IsraelitesH452
  3. וַיְדַבֵּר֮waydabbērdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  4. אֶלʾelel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  5. שַׂ֣רśarsar: a head person (of any rank or class)H8269
  6. הַֽחֲמִשִּׁים֒haḥămiššîmchamishshiym: fiftyH2572
  7. וְאִםwĕʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  8. אִ֤ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  9. אֱלֹהִים֙ʾĕlōhîmelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  10. אָ֔נִיʾānîaniy: IH589
  11. תֵּ֤רֶדtēredyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  12. אֵשׁ֙ʾēšesh: fire (literally or figuratively)H784
  13. מִןminmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  14. הַשָּׁמַ֔יִםhaššāmayimshamayim: the sky (as aloft; the dual perhaps alluding to the visible arch in which the clouds move, as well as to the...H8064
  15. וְתֹאכַ֥לwĕtōʾkalakal: to eat (literally or figuratively)H398
  16. אֹֽתְךָ֖ʾōtĕkāeth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  17. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  18. חֲמִשֶּׁ֑יךָḥămiššêkāchamishshiym: fiftyH2572
  19. וַתֵּ֤רֶדwattēredyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  20. אֵשׁ֙ʾēšesh: fire (literally or figuratively)H784
  21. מִןminmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  22. הַשָּׁמַ֔יִםhaššāmayimshamayim: the sky (as aloft; the dual perhaps alluding to the visible arch in which the clouds move, as well as to the...H8064
  23. וַתֹּ֥אכַלwattōʾkalakal: to eat (literally or figuratively)H398
  24. אֹת֖וֹʾōtôeth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  25. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  26. חֲמִשָּֽׁיו׃ḥămiššāywchamishshiym: fiftyH2572
11
  1. וַיָּ֜שָׁבwayyāšobshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  2. וַיִּשְׁלַ֥חwayyišlaḥshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  3. אֵלָ֛יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  4. שַׂרśarsar: a head person (of any rank or class)H8269
  5. חֲמִשִּׁ֥יםḥămiššîmchamishshiym: fiftyH2572
  6. אַחֵ֖רʾaḥēracher: (properly) hinder; (generally) next, other, etcH312
  7. וַֽחֲמִשָּׁ֑יוwaḥămiššāywchamishshiym: fiftyH2572
  8. וַיַּ֙עַן֙wayyaʿan`anah: (properly) to eye; (generally) to heed, i.e. pay attentionH6030
  9. וַיְדַבֵּ֣רwaydabbērdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  10. אֵלָ֔יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  11. אִ֚ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  12. הָֽאֱלֹהִ֔יםhāʾĕlōhîmelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  13. כֹּֽהkoh: (properly) like this; (by implication, of manner) thus (or so)H3541
  14. אָמַ֥רʾāmaramar: to say (used with great latitude)H559
  15. הַמֶּ֖לֶךְhammelekmelek: a kingH4428
  16. מְהֵרָ֥הmĕhērâmherah: (properly) a hurry; hence (adverbially) promptlyH4120
  17. רֵֽדָה׃rēdâyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
12
  1. וַיַּ֣עַןwayyaʿan`anah: (properly) to eye; (generally) to heed, i.e. pay attentionH6030
  2. אֵֽלִיָּה֮ʾēliyyāhEliyah: God of Jehovah; Elijah, the name of the famous prophet and of two other IsraelitesH452
  3. וַיְדַבֵּ֣רwaydabbērdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  4. אֲלֵיהֶם֒ʾălêhemel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  5. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  6. אִ֤ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  7. הָֽאֱלֹהִים֙hāʾĕlōhîmelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  8. אָ֔נִיʾānîaniy: IH589
  9. תֵּ֤רֶדtēredyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  10. אֵשׁ֙ʾēšesh: fire (literally or figuratively)H784
  11. מִןminmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  12. הַשָּׁמַ֔יִםhaššāmayimshamayim: the sky (as aloft; the dual perhaps alluding to the visible arch in which the clouds move, as well as to the...H8064
  13. וְתֹאכַ֥לwĕtōʾkalakal: to eat (literally or figuratively)H398
  14. אֹֽתְךָ֖ʾōtĕkāeth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  15. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  16. חֲמִשֶּׁ֑יךָḥămiššêkāchamishshiym: fiftyH2572
  17. וַתֵּ֤רֶדwattēredyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  18. אֵשׁʾēšesh: fire (literally or figuratively)H784
  19. אֱלֹהִים֙ʾĕlōhîmelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  20. מִןminmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  21. הַשָּׁמַ֔יִםhaššāmayimshamayim: the sky (as aloft; the dual perhaps alluding to the visible arch in which the clouds move, as well as to the...H8064
  22. וַתֹּ֥אכַלwattōʾkalakal: to eat (literally or figuratively)H398
  23. אֹת֖וֹʾōtôeth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  24. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  25. חֲמִשָּֽׁיו׃ḥămiššāywchamishshiym: fiftyH2572
13
  1. וַיָּ֗שָׁבwayyāšobshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  2. וַיִּשְׁלַ֛חwayyišlaḥshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  3. שַׂרśarsar: a head person (of any rank or class)H8269
  4. חֲמִשִּׁ֥יםḥămiššîmchamishshiym: fiftyH2572
  5. שְׁלִשִׁ֖יםšĕlišîmshliyshiy: third; feminine a third (part)H7992
  6. וַֽחֲמִשָּׁ֑יוwaḥămiššāywchamishshiym: fiftyH2572
  7. וַיַּ֡עַלwayyaʿal`alah: to ascend, intransitively (be high) or actively (mount)H5927
  8. וַיָּבֹא֩wayyābōʾbow': to go or come (in a wide variety of applications)H935
  9. שַׂרśarsar: a head person (of any rank or class)H8269
  10. הַֽחֲמִשִּׁ֨יםhaḥămiššîmchamishshiym: fiftyH2572
  11. הַשְּׁלִישִׁ֜יhaššĕlîšîshliyshiy: third; feminine a third (part)H7992
  12. וַיִּכְרַ֥עwayyikraʿkara`: to bend the knee; (by implication) to sink, to prostrateH3766
  13. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  14. בִּרְכָּ֣יו׀birkāywberek: a kneeH1290
  15. לְנֶ֣גֶדlĕnegedneged: a front, i.e. part opposite; specifically a counterpart, or mateH5048
  16. אֵֽלִיָּ֗הוּʾēliyyāhûEliyah: God of Jehovah; Elijah, the name of the famous prophet and of two other IsraelitesH452
  17. וַיִּתְחַנֵּ֤ןwayyitḥannēnchanan: (properly) to bend or stoop in kindness to an inferiorH2603
  18. אֵלָיו֙ʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  19. וַיְדַבֵּ֣רwaydabbērdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  20. אֵלָ֔יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  21. אִ֚ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  22. הָֽאֱלֹהִ֔יםhāʾĕlōhîmelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  23. תִּֽיקַרtîqaryaqar: (properly) apparently, to be heavy, i.e. (figuratively) valuableH3365
  24. נָ֣אnāʾna': added mostly to verbs (in the Imperative or Future), or to interjections, occasionally to an adverb or conjunctionH4994
  25. נַפְשִׁ֗יnapšînephesh: (properly) a breathing creature, i.e. animal of (abstractly) vitalityH5315
  26. וְנֶ֨פֶשׁwĕnepešnephesh: (properly) a breathing creature, i.e. animal of (abstractly) vitalityH5315
  27. עֲבָדֶ֥יךָֽʿăbādêkā`ebed: a servantH5650
  28. אֵ֛לֶּהʾēlleel-leh: these or thoseH428
  29. חֲמִשִּׁ֖יםḥămiššîmchamishshiym: fiftyH2572
  30. בְּעֵינֶֽיךָ׃bĕʿênêkā`ayin: an eye (literally or figuratively); by analogy, a fountain (as the eye of the landscape)H5869
14
  1. הִ֠נֵּהhinnēhinneh: lo!H2009
  2. יָ֤רְדָהyārĕdâyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  3. אֵשׁ֙ʾēšesh: fire (literally or figuratively)H784
  4. מִןminmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  5. הַשָּׁמַ֔יִםhaššāmayimshamayim: the sky (as aloft; the dual perhaps alluding to the visible arch in which the clouds move, as well as to the...H8064
  6. וַ֠תֹּאכַלwattōʾkalakal: to eat (literally or figuratively)H398
  7. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  8. שְׁנֵ֞יšĕnêshnayim: two; (as ordinal) twofoldH8147
  9. שָׂרֵ֧יśārêsar: a head person (of any rank or class)H8269
  10. הַֽחֲמִשִּׁ֛יםhaḥămiššîmchamishshiym: fiftyH2572
  11. הָרִֽאשֹׁנִ֖יםhāriʾšōnîmri'shown: first, in place, time or rank (as adjective or noun)H7223
  12. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  13. חֲמִשֵּׁיהֶ֑םḥămiššêhemchamishshiym: fiftyH2572
  14. וְעַתָּ֕הwĕʿattâ`attah: at this time, whether adverb, conjunction or expletiveH6258
  15. תִּיקַ֥רtîqaryaqar: (properly) apparently, to be heavy, i.e. (figuratively) valuableH3365
  16. נַפְשִׁ֖יnapšînephesh: (properly) a breathing creature, i.e. animal of (abstractly) vitalityH5315
  17. בְּעֵינֶֽיךָ׃bĕʿênêkā`ayin: an eye (literally or figuratively); by analogy, a fountain (as the eye of the landscape)H5869
15
  1. וַיְדַבֵּ֞רwaydabbērdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  2. מַלְאַ֤ךְmalʾakmal'ak: a messenger; specifically, of God, i.e. an angel (also a prophet, priest or teacher)H4397
  3. יְהוָה֙yĕhwāhYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  4. אֶלʾelel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  5. אֵ֣לִיָּ֔הוּʾēliyyāhûEliyah: God of Jehovah; Elijah, the name of the famous prophet and of two other IsraelitesH452
  6. רֵ֣דrēdyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  7. אוֹת֔וֹʾôtôeth: (properly) nearness; (used only as a preposition or an adverb) nearH854
  8. אַלʾalal: (qualified negation) not (used as a deprecative)H408
  9. תִּירָ֖אtîrāʾyare': to fear; morally, to revereH3372
  10. מִפָּנָ֑יוmippānāywpaniym: the face (as the part that turns); (with prepositional prefix, as a preposition) before, etc.H6440
  11. וַיָּ֛קָםwayyāqomquwm: to rise (in various applications, literal, figurative, intensive and causative)H6965
  12. וַיֵּ֥רֶדwayyēredyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  13. אוֹת֖וֹʾôtôeth: (properly) nearness; (used only as a preposition or an adverb) nearH854
  14. אֶלʾelel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  15. הַמֶּֽלֶךְ׃hammelekmelek: a kingH4428
16
  1. וַיְדַבֵּ֨רwaydabbērdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  2. אֵלָ֜יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  3. כֹּֽהkoh: (properly) like this; (by implication, of manner) thus (or so)H3541
  4. אָמַ֣רʾāmaramar: to say (used with great latitude)H559
  5. יְהוָ֗הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  6. יַ֜עַןyaʿanya`an: (properly, but not used) to heed; (as preposition) on account ofH3282
  7. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  8. שָׁלַ֣חְתָּšālaḥtāshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  9. מַלְאָכִים֮malʾākîmmal'ak: a messenger; specifically, of God, i.e. an angel (also a prophet, priest or teacher)H4397
  10. לִדְרֹשׁ֮lidrōšdarash: (properly) to tread or frequent; (usually) to follow (for pursuit or search)H1875
  11. בְּבַ֣עַלbĕbaʿal
  12. זְבוּב֮zĕbûbBaal of (the) Fly; Baal-Zebub, a special deity of the EkronitesH1176
  13. אֱלֹהֵ֣יʾĕlōhêelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  14. עֶקְרוֹן֒ʿeqrôn`Eqrown: eradication; Ekron, a place in IsraelH6138
  15. הַֽמִבְּלִ֤יhamibbĕlîbliy: (properly) failure; nothing or destructionH1097
  16. אֵיןʾênayin: a non-entity; (generally) used as a negative particleH369
  17. אֱלֹהִים֙ʾĕlōhîmelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  18. בְּיִשְׂרָאֵ֔לbĕyiśrāʾēlYisra'el: he will rule as God; Jisrael, a symbolical name of JacobH3478
  19. לִדְרֹ֖שׁlidrōšdarash: (properly) to tread or frequent; (usually) to follow (for pursuit or search)H1875
  20. בִּדְבָר֑וֹbidbārôdabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  21. לָ֠כֵןlākēnken: (properly) set upright; hence (figuratively as adjective) justH3651
  22. הַמִּטָּ֞הhammiṭṭâmittah: a bed (as extended) for sleeping or eatingH4296
  23. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  24. עָלִ֥יתָʿālîtā`alah: to ascend, intransitively (be high) or actively (mount)H5927
  25. שָּׁ֛םšāmsham: there (transferring to time) then; often thither, or thenceH8033
  26. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  27. תֵרֵ֥דtērēdyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  28. מִמֶּ֖נָּהmimmennâmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  29. כִּיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  30. מ֥וֹתmôtmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
  31. תָּמֽוּת׃tāmûtmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
17
  1. וַיָּ֜מָתwayyāmotmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
  2. כִּדְבַ֥רkidbardabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  3. יְהוָ֣ה׀yĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  4. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  5. דִּבֶּ֣רdibberdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  6. אֵֽלִיָּ֗הוּʾēliyyāhûEliyah: God of Jehovah; Elijah, the name of the famous prophet and of two other IsraelitesH452
  7. וַיִּמְלֹ֤ךְwayyimlōkmalak: to reign; (inceptively) to ascend the throneH4427
  8. יְהוֹרָם֙yĕhôrāmYhowram: Jehovah-raised; Jehoram, the name of a Syrian and of three IsraelitesH3088
  9. תַּחְתָּ֔יוtaḥtāywtachath: the bottom (as depressed); only adverbially, below (often with prepositional prefix underneath), in lieu of...H8478
  10. בִּשְׁנַ֣תbišnatshaneh: a year (as a revolution of time)H8141
  11. שְׁתַּ֔יִםšĕttayimshnayim: two; (as ordinal) twofoldH8147
  12. לִֽיהוֹרָ֥םlîhôrāmYhowram: Jehovah-raised; Jehoram, the name of a Syrian and of three IsraelitesH3088
  13. בֶּןbenben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  14. יְהֽוֹשָׁפָ֖טyĕhôšāpāṭYhowshaphat: Jehovah-judged; Jehoshaphat, the name of six IsraelitesH3092
  15. מֶ֣לֶךְmelekmelek: a kingH4428
  16. יְהוּדָ֑הyĕhûdâYhuwdah: celebrated; Jehudah (or Judah), the name of five IsraelitesH3063
  17. כִּ֛יkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  18. לֹאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  19. הָ֥יָהhāyâhayah: to exist; to be or becomeH1961
  20. ל֖וֹ
  21. בֵּֽן׃bēnben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
18
  1. וְיֶ֛תֶרwĕyeteryether: (properly) an overhanging; (by implication) an excess, superiority, remainderH3499
  2. דִּבְרֵ֥יdibrêdabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  3. אֲחַזְיָ֖הוּʾăḥazyāhûAchazyah: Jah has seized; Achazjah, the name of a Jewish and an Israelite kingH274
  4. אֲשֶׁ֣רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  5. עָשָׂ֑הʿāśâ`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  6. הֲלוֹאhălôʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  7. הֵ֣מָּהhēmmâhem: they (only used when emphatic)H1992
  8. כְתוּבִ֗יםkĕtûbîmkathab: to engrave, carve; (by implication) to write (describe, inscribe, prescribe, subscribe)H3789
  9. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  10. סֵ֛פֶרsēpercepher: (properly) writing (the art or a document)H5612
  11. דִּבְרֵ֥יdibrêdabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  12. הַיָּמִ֖יםhayyāmîmyowm: a day (as the warm hours), whether literal (from sunrise to sunset, or from one sunset to the next), or...H3117
  13. לְמַלְכֵ֥יlĕmalkêmelek: a kingH4428
  14. יִשְׂרָאֵֽל׃yiśrāʾēlYisra'el: he will rule as God; Jisrael, a symbolical name of JacobH3478

View the full Hebrew interlinear for 2 Kings 1 →

Strong's words in 2 Kings 1 (6)
Strong's H2572 חֲמִשִּׁ֖ים (ḥămiššîm)
chamishshiym (kham-ish-sheem') num. 1. fifty [multiple of H2568] KJV: fifty. Root(s): H2568. Appears 15 times in 2 Kings 1.
Strong's H1696 דִּבֶּר֙ (dibber)
dabar (daw-bar') v. 1. perhaps properly, to arrange 2. but used figuratively (of words), to speak 3. rarely (in a destructive sense) to subdue [a primitive root] KJV: answer, appoint, bid, command, co. Appears 14 times in 2 Kings 1.
Strong's H430 אֱלֹהֵ֣י (ʾĕlōhê)
elohiym (el-o-heem') n-m. 1. gods in the ordinary sense 2. but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the supreme God 3. occasionally applied by way of deference to magistrates 4. and sometimes as a superlative [plural of H433] KJV: angels, X exceeding, God (gods)(-dess, -ly), X (very) great, judges, X mighty. Root(s): H433. Appears 13 times in 2 Kings 1.
Strong's H3381 תֵרֵ֥ד (tērēd)
yarad (yaw-rad') v. 1. to descend 2. (literally) to go downwards 3. (conventionally) to go to a lower region, as the shore, a boundary, the enemy, etc 4. (figuratively) to fall 5. (causatively) to bring down (in all the above applications) [a primitive root] KJV: X abundantly, bring down, carry down, cast down, (cause to) come(-ing) down, fall (down), get down, go(-ing) down(-ward), hang down, X indeed, let down, light (down), put down (off), (cause to, let) run down, sink, subdue, take down.. Appears 12 times in 2 Kings 1.
Strong's H559 וַיֹּ֤אמֶר (wayyōʾmer)
amar (aw-mar') v. 1. to say (used with great latitude) [a primitive root] KJV: answer, appoint, avouch, bid, boast self, call, certify, challenge, charge, + (at the, give) command(-ment), commune, consider, declare, demand, X desire, determine, X expressly, X indeed, X intend, name, X plainly, promise, publish, report, require, say, speak (against, of), X still, X suppose, talk, tell, term, X that is, X think, use (speech), utter, X verily, X yet.. Appears 10 times in 2 Kings 1.
Strong's H376 אִ֣ישׁ׀ (ʾîš)
iysh (eesh) n-m. 1. a man as an individual or a male person 2. often used as an adjunct to a more definite term (and in such cases frequently not expressed in translation) [contracted for H582 (or perhaps rather from an unused root meaning to be extant)] KJV: also, another, any (man), a certain, + champion, consent, each, every (one), fellow, (foot-, husband-)man, (good-, great, mighty) man, he, high (degree), him (that is), husband, man(-kind), + none, one, people, person, + steward, what (man) soever, whoso(-ever), worthy. Root(s): H582 Compare: H802. Appears 8 times in 2 Kings 1.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 2 Kings 1 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2532 Bibles in 2198 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress