Skip to content

A little app tip

Back and forward, in one button

The back arrow at the bottom of the app can take you in either direction.

Tap the arrowGo back
Press and holdGo forward

Hold briefly, then release. Forward is available after you have gone back. You can also use Shift+Enter on a keyboard.

Add your phone number?

Optional. Nothing is sent unless you choose it.

Audio Bible
The Historic Faith

Chapter Genesis 45 Language Oromo, West Central Bible ID GAZBIB Label BIB Catalog Oromo, West Central - Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Kana irratti Yoosef namoota hunda duratti of qabuu dadhabee, “Namoota hunda fuula koo duraa gad yaasaa!” jedhee iyye. Kanaaf yommuu Yoosef obboloota isaatti of beeksisetti namni tokko iyyuu isa bira hin turre.
2 Sababii inni guddisee booʼeef warri Gibxi ni dhagaʼan; warra masaraa Faraʼoon birattis ni dhagaʼame.
3 Yoosefis obboloota isaatiin, “Ani Yoosef; abbaan koo amma iyyuu jiraa?” jedhee gaafate. Obboloonni isaa garuu sababii fuula isaa duratti naʼanii turaniif deebii isaaf kennuu hin dandeenye.
4 Yoosefis obboloota isaatiin, “Mee as natti dhiʼaadhaa” jedhe. Isaan isatti dhiʼaannaan inni akkana jedhe; “Ani Yoosef obboleessa keessan isa isin Gibxitti gurgurtan sanaa dha!
5 Ammas sababii asitti na gurgurtaniif hin gaabbinaa; ofittis hin aarinaa. Waaqni lubbuu baraaruuf jedhee isin dura na ergeeraatii.
6 Waggoota lamaan kana beelatu biyyattii keessa ture; waggoota shanan dhufan keessas lafa qotachuu fi midhaan galfachuun hin jiru.
7 Waaqni lafa irratti sanyii isiniif hambisuu fi furii guddaadhaan lubbuu keessan oolchuuf jedhee isin dura na erge.
8 “Waaqatu as na erge malee isin miti. Inni Faraʼooniif abbaa na godhe; warra mana isaa jiran hunda irratti gooftaa, biyya Gibxi hunda irratti immoo bulchaa na godhe.
9 Ammas dafaa gara abbaa kootti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa; ‘Ilmi kee Yoosef akkana jedha: Waaqni Gibxi hunda irratti gooftaa na godheera. Gara kootti gad buʼi; hin turinis.
10 Ati biyya Gooshen keessa ni jiraatta; ati, ijoolleen keetii fi ijoolleen ijoollee keetii, bushaayeen kee, loon keetii fi wanni ati qabdu hundi natti dhiʼaattanii jiraatu.
11 Sababii amma iyyuu waggaan beelaa shan dhufaa jiruuf ani achitti sin soora; yoo kanaa achii atii fi warri mana kee jiraatan, wanni ati qabdu hundinuus ni rakkattu.’
12 “Akka namni isinitti dubbachaa jiru kun anuma taʼe kunoo, iji keessan, iji obboleessa koo Beniyaamis ni arga.
13 Ulfina Gibxi keessatti naa kenname hundaa fi waan argitan hunda abbaa kootti himaa. Abbaa koos dafaatii as fidaa.”
14 Ergasiis morma obboleessa isaa Beniyaamitti marmee booʼe; Beniyaamis booʼaa isa hammate.
15 Yoosefis obboloota isaa hunda dhungatee itti booʼe. Ergasii obboloonni isaa isa wajjin haasaʼan.
16 Yommuu akka obboloonni Yoosef dhufan masaraa Faraʼoonitti dhagaʼametti, Faraʼoonii fi qondaaltonni isaa ni gammadan.
17 Faraʼoonis Yoosefiin akkana jedhe; “Obboloota keetiin akkana jedhi; ‘Waan kana godhaa: Horii keessan feʼadhaa biyya Kanaʼaaniitti deebiʼaatii
18 abbaan keessanii fi maatiiwwan keessan natti fidaa. Ani lafa biyya Gibxi keessaa lafa hunda caalu isiniif nan kenna. Isin cooma biyyattii ni nyaattu.’
19 “Akkasumas akkana jedhii isaanitti himi; ‘Waan kana godhaa: Ijoollee keessaniifis, niitota keessaniifis biyya Gibxiitii gaariiwwan fudhadhaa; abbaa keessanis fidaatii kottaa.
20 Waaʼee qabeenya keessanii hin yaaddaʼinaa; wanni biyya Gibxi guutuu keessaa waan hunda caalu kan keessan taʼaatii.’ ”
21 Ilmaan Israaʼelis akkasuma godhan. Yoosefis akkuma Faraʼoon isa ajajetti gaariiwwan kenneefii karaa isaaniitiif illee galaa galaaseef.
22 Tokkoo tokkoo isaaniitiif wayyaa kenne; Beniyaamiif garuu meetii saqilii dhibba sadiitii fi wayyaa irraa jalaa shan kenne.
23 Abbaa isaatiif immoo harroota, wanni biyya Gibxi gaggaariin itti feʼame kudhan, akkasumas harroota dhaltuu midhaan, buddeenaa fi galaan biraa karaa isaatiif itti feʼame kudhan erge.
24 Innis akkasitti obboloota isaa erge; innis yeroo isaan qajeelanitti, “Karaatti wal hin lolinaa!” jedheen.
25 Isaanis Gibxi keessaa ol baʼanii gara biyya Kanaʼaan abbaa isaanii Yaaqoob bira dhaqan.
26 Isaanis, “Yoosef amma iyyuu jira! Biyya Gibxi guutuu iyyuu isumatu bulcha” jedhaniin. Yaaqoob immoo naasuudhaan of wallaale; jara amanuus hin dandeenya.
27 Garuu yeroo jarri waan Yoosef isaaniin jedhe hunda isatti himanii innis gaariiwwan Yoosef isa fichisiisuuf ergeef sana argetti lubbuun abbaa isaanii Yaaqoob ni bayyanatte.
28 Israaʼelis, “Na gaʼa! Ilmi koo Yoosef amma iyyuu jira. Anis utuun hin duʼin dhaqee isa nan arga” jedhe.
Chapter information and study resources

Listen to Genesis 45 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for Genesis 45

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about Genesis 45. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

Genesis 45 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers, 30 cross-references.

Cross-references in Genesis 45 (30)

See the full cross-reference index →

Hebrew interlinear — Genesis 45:1–28 (397 words)
1
  1. וְ/לֹֽא\־ve./lo'-and/ notH3808
  2. יָכֹ֨לya.Kholhe was ableH3201
  3. יוֹסֵ֜ףyo.SefJosephH3130
  4. לְ/הִתְאַפֵּ֗קle./hit.'a.Pekto/ restrain himselfH662
  5. לְ/כֹ֤לle./Kholto/ allH3605
  6. הַ/נִּצָּבִים֙ha./ni.tza.Vimthose/ standingH5324
  7. עָלָ֔י/ו'a.La/vwith/ himH5921
  8. וַ/יִּקְרָ֕אva/i.yik.Ra'and/ he called outH7121
  9. הוֹצִ֥יאוּho.Tzi.'usend outH3318
  10. כָל\־khol-everyH3605
  11. אִ֖ישׁ'ishmanH376
  12. מֵ/עָלָ֑/יme./'a.La/ifrom/ with <the>/ meH5921
  13. וְ/לֹא\־ve./lo'-and/ notH3808
  14. עָ֤מַד'A.madhe stoodH5975
  15. אִישׁ֙'ishanyoneH376
  16. אִתּ֔/וֹ'i.T/owith/ himH854
  17. בְּ/הִתְוַדַּ֥עbe./hit.va.Da'when/ made himself knownH3045
  18. יוֹסֵ֖ףyo.SefJosephH3130
  19. אֶל\־'el-toH413
  20. אֶחָֽי/ו\׃'e.Cha/vbrothers/ hisH251
2
  1. וַ/יִּתֵּ֥ןva/i.yi.Tenand/ he gaveH5414
  2. אֶת\־'et-<obj.>H853
  3. קֹל֖/וֹko.L/ovoice/ hisH6963
  4. בִּ/בְכִ֑יbi/v.Khiin/ weepingH1065
  5. וַ/יִּשְׁמְע֣וּva/i.yish.me.'Uand/ they heardH8085
  6. מִצְרַ֔יִםmitz.Ra.yimEgyptH4713
  7. וַ/יִּשְׁמַ֖עva/i.yish.Ma'and/ it heardH8085
  8. בֵּ֥יתbeitH1004
  9. פַּרְעֹֽה\׃par.'OhPharaohH6547
3
  1. וַ/יֹּ֨אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. יוֹסֵ֤ףyo.SefJosephH3130
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. אֶחָי/ו֙'e.Cha/vbrothers/ hisH251
  5. אֲנִ֣י'a.NiIH589
  6. יוֹסֵ֔ףyo.SefH3130
  7. הַ/ע֥וֹדha./'od¿/ stillH5750
  8. אָבִ֖/י'a.V/iH1
  9. חָ֑יChailivingH2416
  10. וְ/לֹֽא\־ve./lo'-and/ notH3808
  11. יָכְל֤וּya.khe.Luthey were ableH3201
  12. אֶחָי/ו֙'e.Cha/vbrothers/ hisH251
  13. לַ/עֲנ֣וֹתla./'a.Notto/ answerH6030
  14. אֹת֔/וֹ'o.T/o<obj.>/ himH853
  15. כִּ֥יkiforH3588
  16. נִבְהֲל֖וּniv.ha.Luthey were terrifiedH926
  17. מִ/פָּנָֽי/ו\׃mi./pa.Na/vof/ <before> / himH6440
4
  1. וַ/יֹּ֨אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. יוֹסֵ֧ףyo.SefJosephH3130
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. אֶחָ֛י/ו'e.Cha/vbrothers/ hisH251
  5. גְּשׁוּ\־ge.shu-draw nearH5066
  6. נָ֥אna'pleaseH4994
  7. אֵלַ֖/י'e.La/ito/ meH413
  8. וַ/יִּגָּ֑שׁוּva/i.yi.Ga.shuand/ they drew nearH5066
  9. וַ/יֹּ֗אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  10. אֲנִי֙'a.NiIH589
  11. יוֹסֵ֣ףyo.SefH3130
  12. אֲחִי/כֶ֔ם'a.chi./Khembrother/ yourH251
  13. אֲשֶׁר\־'a.Sher-whomH834
  14. מְכַרְתֶּ֥םme.khar.Temyou soldH4376
  15. אֹתִ֖/י'o.T/i<obj.>/ meH853
  16. מִצְרָֽיְמָ/ה\׃mitz.Ra.ye.ma/hEgypt/ towardsH4714
5
  1. וְ/עַתָּ֣ה\׀ve./'a.Tahand/ nowH6258
  2. אַל\־'al-may notH408
  3. תֵּעָ֣צְב֗וּte.'A.tze.Vuyou be grievedH6087
  4. וְ/אַל\־ve./'al-and/ may notH408
  5. יִ֙חַר֙yi.charit burnH2734
  6. בְּ/עֵ֣ינֵי/כֶ֔םbe./'Ei.nei./Khemin/ view/ yourH5869
  7. כִּֽי\־ki-thatH3588
  8. מְכַרְתֶּ֥םme.khar.Temyou soldH4376
  9. אֹתִ֖/י'o.T/i<obj.>/ meH853
  10. הֵ֑נָּהHe.nahhitherH2008
  11. כִּ֣יkiforH3588
  12. לְ/מִֽחְיָ֔הle./mich.Yahfor/ preservation of lifeH4241
  13. שְׁלָחַ֥/נִיshe.la.Cha./nihe sent/ meH7971
  14. אֱלֹהִ֖ים'E.lo.HimGodH430
  15. לִ/פְנֵי/כֶֽם\׃li/f.nei./Khem<to>/ before/ youH6440
6
  1. כִּי\־ki-forH3588
  2. זֶ֛הzehthisH2088
  3. שְׁנָתַ֥יִםshe.na.Ta.yimtwo yearsH8141
  4. הָ/רָעָ֖בha./ra.'Avthe/ famineH7458
  5. בְּ/קֶ֣רֶבbe./Ke.revH7130
  6. הָ/אָ֑רֶץha./'A.retzthe/ landH776
  7. וְ/עוֹד֙ve./'Odand/ stillH5750
  8. חָמֵ֣שׁcha.MeshfiveH2568
  9. שָׁנִ֔יםsha.NimyearsH8141
  10. אֲשֶׁ֥ר'a.SherwhenH834
  11. אֵין\־'ein-there notH369
  12. חָרִ֖ישׁcha.RishH2758
  13. וְ/קָצִּֽיר\׃ve./ka.Tzirand/ harvestH7105
7
  1. וַ/יִּשְׁלָחֵ֤/נִיva/i.yish.la.Che./niand/ he sent/ meH7971
  2. אֱלֹהִים֙'E.lo.HimGodH430
  3. לִ/פְנֵי/כֶ֔םli/f.nei./Khem<to>/ before/ youH6440
  4. לָ/שׂ֥וּםla./Sumto/ makeH7760
  5. לָ/כֶ֛םla./Khemfor/ youH9036
  6. שְׁאֵרִ֖יתshe.'e.Rita remnantH7611
  7. בָּ/אָ֑רֶץba./'A.retzon the/ earthH776
  8. וּ/לְ/הַחֲי֣וֹתu./le./ha.cha.Yotand/ to/ preserve aliveH2421
  9. לָ/כֶ֔םla./Khemfor/ youH9036
  10. לִ/פְלֵיטָ֖הli/f.lei.Tah<to>/ a deliveranceH6413
  11. גְּדֹלָֽה\׃ge.do.LahgreatH1419
8
  1. וְ/עַתָּ֗הve./'a.Tahand/ thereforeH6258
  2. לֹֽא\־lo'-notH3808
  3. אַתֶּ֞ם'a.TemyouH859
  4. שְׁלַחְתֶּ֤םshe.lach.Temyou sentH7971
  5. אֹתִ/י֙'o.T/i<obj.>/ meH853
  6. הֵ֔נָּהHe.nahhitherH2008
  7. כִּ֖יkiforH3588
  8. הָ/אֱלֹהִ֑יםha./'E.lo.Him<the>/ GodH430
  9. וַ/יְשִׂימֵ֨/נִֽיva/y.si.Me./niand/ he has appointed/ meH7760
  10. לְ/אָ֜בle./'Avto/ a fatherH1
  11. לְ/פַרְעֹ֗הle./far.'Ohof/ PharaohH6547
  12. וּ/לְ/אָדוֹן֙u./le./'a.dOnand/ to/ lordH113
  13. לְ/כָל\־le./kholof/ allH3605
  14. בֵּית֔/וֹbei.T/ohousehold/ hisH1004
  15. וּ/מֹשֵׁ֖לu./mo.Sheland/ rulerH4910
  16. בְּ/כָל\־be./kholover/ allH3605
  17. אֶ֥רֶץ'E.retzH776
  18. מִצְרָֽיִם\׃mitz.Ra.yimEgyptH4714
9
  1. מַהֲרוּ֮ma.ha.RuhurryH4116
  2. וַ/עֲל֣וּva./'a.Luand/ go upH5927
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. אָבִ/י֒'a.V/ifather/ myH1
  5. וַ/אֲמַרְתֶּ֣םva./'a.mar.Temand/ you will sayH559
  6. אֵלָ֗י/ו'e.La/vto/ himH413
  7. כֹּ֤הkohthusH3541
  8. אָמַר֙'a.Marhe saysH559
  9. בִּנְ/ךָ֣bin./Khason/ yourH1121
  10. יוֹסֵ֔ףyo.SefJosephH3130
  11. שָׂמַ֧/נִיsa.Ma./nihe has appointed/ meH7760
  12. אֱלֹהִ֛ים'E.lo.HimGodH430
  13. לְ/אָד֖וֹןle./'a.Donto/ lordH113
  14. לְ/כָל\־le./kholof/ allH3605
  15. מִצְרָ֑יִםmitz.Ra.yimEgyptH4714
  16. רְדָ֥/הre.Da/hcome down/ !H3381
  17. אֵלַ֖/י'e.La/ito/ meH413
  18. אַֽל\־'al-may notH408
  19. תַּעֲמֹֽד\׃ta.'a.Modyou delayH5975
10
  1. וְ/יָשַׁבְתָּ֣ve./ya.shav.Taand/ you will dwellH3427
  2. בְ/אֶֽרֶץ\־ve./'e.retz-in/ [the] land ofH776
  3. גֹּ֗שֶׁןGo.shenGoshenH1657
  4. וְ/הָיִ֤יתָve./ha.Yi.taand/ you will beH1961
  5. קָרוֹב֙ka.rOvnearH7138
  6. אֵלַ֔/י'e.La/ito/ meH413
  7. אַתָּ֕ה'a.TahyouH859
  8. וּ/בָנֶ֖י/ךָu./va.Nei./khaand/ children/ yourH1121
  9. וּ/בְנֵ֣יu./ve.Neiand/ [the] children ofH1121
  10. בָנֶ֑י/ךָva.Nei./khachildren/ yourH1121
  11. וְ/צֹאנְ/ךָ֥ve./tzo.ne./Khaand/ sheep/ yourH6629
  12. וּ/בְקָרְ/ךָ֖u./ve.ka.re./Chaand/ cattle/ yourH1241
  13. וְ/כָל\־ve./kholand/ allH3605
  14. אֲשֶׁר\־'a.Sher-thatH834
  15. לָֽ/ךְ\׃La/khH9032
11
  1. וְ/כִלְכַּלְתִּ֤יve./khil.kal.Tiand/ I will provide forH3557
  2. אֹֽתְ/ךָ֙'o.te./Kha<obj.>/ youH853
  3. שָׁ֔םShamthereH8033
  4. כִּי\־ki-forH3588
  5. ע֛וֹדodstillH5750
  6. חָמֵ֥שׁcha.MeshH2568
  7. שָׁנִ֖יםsha.NimyearsH8141
  8. רָעָ֑בra.'AvfamineH7458
  9. פֶּן\־pen-lestH6435
  10. תִּוָּרֵ֛שׁti.va.Reshyou should become impoverishedH3423
  11. אַתָּ֥ה'a.TahyouH859
  12. וּ/בֵֽיתְ/ךָ֖u./vei.te./Khaand/ household/ yourH1004
  13. וְ/כָל\־ve./kholand/ allH3605
  14. אֲשֶׁר\־'a.Sher-thatH834
  15. לָֽ/ךְ\׃La/khH9032
12
  1. וְ/הִנֵּ֤הve./hi.Nehand/ there!H2009
  2. עֵֽינֵי/כֶם֙'ei.nei./Khemeyes/ yourH5869
  3. רֹא֔וֹתro.'otH7200
  4. וְ/עֵינֵ֖יve./'ei.Neiand/ [the] eyes ofH5869
  5. אָחִ֣/י'a.Ch/ibrother/ myH251
  6. בִנְיָמִ֑יןvin.ya.MinBenjaminH1144
  7. כִּי\־ki-thatH3588
  8. פִ֖/יf/imouth/ myH6310
  9. הַֽ/מְדַבֵּ֥רha/m.da.BerH1696
  10. אֲלֵי/כֶֽם\׃'a.lei./Khemto/ youH413
13
  1. וְ/הִגַּדְתֶּ֣םve./hi.gad.Temand/ you will tellH5046
  2. לְ/אָבִ֗/יle./'a.V/ito/ father/ myH1
  3. אֶת\־'et-<obj.>H853
  4. כָּל\־kol-allH3605
  5. כְּבוֹדִ/י֙ke.vo.D/ihonor/ myH3519
  6. בְּ/מִצְרַ֔יִםbe./mitz.Ra.yimin/ EgyptH4714
  7. וְ/אֵ֖תve./'Etand/ <obj.>H853
  8. כָּל\־kol-allH3605
  9. אֲשֶׁ֣ר'a.SherthatH834
  10. רְאִיתֶ֑םre.'i.Temyou sawH7200
  11. וּ/מִֽהַרְתֶּ֛םu./mi.har.Temand/ you will hurryH4116
  12. וְ/הוֹרַדְתֶּ֥םve./ho.rad.Temand/ you will bring downH3381
  13. אֶת\־'et-<obj.>H853
  14. אָבִ֖/י'a.V/ifather/ myH1
  15. הֵֽנָּה\׃He.nahhitherH2008
14
  1. וַ/יִּפֹּ֛לva/i.yi.Poland/ he fellH5307
  2. עַל\־'al-onH5921
  3. צַוְּארֵ֥יtza.ve.ReiH6677
  4. בִנְיָמִֽן\־vin.ya.min-BenjaminH1144
  5. אָחִ֖י/ו'a.Chi/vbrother/ hisH251
  6. וַ/יֵּ֑בְךְּva/i.Ye.vekand/ he weptH1058
  7. וּ/בִנְיָמִ֔ןu./vin.ya.Minand/ BenjaminH1144
  8. בָּכָ֖הba.Khahhe weptH1058
  9. עַל\־'al-onH5921
  10. צַוָּארָֽי/ו\׃tza.va.Ra/vneck<s>/ hisH6677
15
  1. וַ/יְנַשֵּׁ֥קva/y.na.Shekand/ he kissedH5401
  2. לְ/כָל\־le./khol<to>/ allH3605
  3. אֶחָ֖י/ו'e.Cha/vbrothers/ hisH251
  4. וַ/יֵּ֣בְךְּva/i.Ye.vekand/ he weptH1058
  5. עֲלֵי/הֶ֑ם'a.lei./Hemover/ themH5921
  6. וְ/אַ֣חֲרֵיve./'A.cha.reiand/ afterH310
  7. כֵ֔ןKhenthusH3651
  8. דִּבְּר֥וּdi.be.Ruthey spokeH1696
  9. אֶחָ֖י/ו'e.Cha/vbrothers/ hisH251
  10. אִתּֽ/וֹ\׃'i.T/owith/ himH854
16
  1. וְ/הַ/קֹּ֣לve./ha./Koland/ the/ soundH6963
  2. נִשְׁמַ֗עnish.Ma'it was heardH8085
  3. בֵּ֤יתbeitH1004
  4. פַּרְעֹה֙par.'OhPharaohH6547
  5. לֵ/אמֹ֔רle./Mor<to>/ sayingH559
  6. בָּ֖אוּBa.'uthey have comeH935
  7. אֲחֵ֣י'a.CheiH251
  8. יוֹסֵ֑ףyo.SefJosephH3130
  9. וַ/יִּיטַב֙va/i.yi.Tavand/ it was goodH3190
  10. בְּ/עֵינֵ֣יbe./'ei.Neiin/ [the] eyes ofH5869
  11. פַרְעֹ֔הfar.'OhPharaohH6547
  12. וּ/בְ/עֵינֵ֖יu./ve./'ei.Neiand/ in/ [the] eyes ofH5869
  13. עֲבָדָֽי/ו\׃'a.va.Da/vservants/ hisH5650
17
  1. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. פַּרְעֹה֙par.'OhPharaohH6547
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. יוֹסֵ֔ףyo.SefJosephH3130
  5. אֱמֹ֥ר'e.MorsayH559
  6. אֶל\־'el-toH413
  7. אַחֶ֖י/ךָ'a.Chei./khabrothers/ yourH251
  8. זֹ֣אתzotthisH2063
  9. עֲשׂ֑וּ'a.SudoH6213
  10. טַֽעֲנוּ֙ta.'a.NuloadH2943
  11. אֶת\־'et-<obj.>H853
  12. בְּעִ֣ירְ/כֶ֔םbe.'I.re./Khemanimal[s]/ yourH1165
  13. וּ/לְכוּ\־u./le.khu-and/ goH1980
  14. בֹ֖אוּVo.'ugoH935
  15. אַ֥רְצָ/ה'Ar.tza/hH776
  16. כְּנָֽעַן\׃ke.Na.'anCanaanH3667
18
  1. וּ/קְח֧וּu./ke.Chuand/ fetchH3947
  2. אֶת\־'et-<obj.>H853
  3. אֲבִי/כֶ֛ם'a.vi./Khemfather/ yourH1
  4. וְ/אֶת\־ve./'Etand/ <obj.>H853
  5. בָּתֵּי/כֶ֖םba.tei./Khemhouseholds/ yourH1004
  6. וּ/בֹ֣אוּu./Vo.'uand/ comeH935
  7. אֵלָ֑/י'e.La/ito/ meH413
  8. וְ/אֶתְּנָ֣הve./'e.te.Nahso/ let me giveH5414
  9. לָ/כֶ֗םla./Khemto/ youH9036
  10. אֶת\־'et-<obj.>H853
  11. טוּב֙tuvH2898
  12. אֶ֣רֶץ'E.retzH776
  13. מִצְרַ֔יִםmitz.Ra.yimEgyptH4714
  14. וְ/אִכְל֖וּve./'ikh.Luand/ eatH398
  15. אֶת\־'et-<obj.>H853
  16. חֵ֥לֶבChe.levH2459
  17. הָ/אָֽרֶץ\׃ha./'A.retzthe/ landH776
19
  1. וְ/אַתָּ֥הve./'a.Tahand/ youH859
  2. צֻוֵּ֖יתָהtzu.Vei.tahyou are commandedH6680
  3. זֹ֣אתzotthisH2063
  4. עֲשׂ֑וּ'a.SudoH6213
  5. קְחוּ\־ke.chu-takeH3947
  6. לָ/כֶם֩la./Khemfor/ yourselvesH9036
  7. מֵ/אֶ֨רֶץme./'E.retzfrom/ [the] land ofH776
  8. מִצְרַ֜יִםmitz.Ra.yimEgyptH4714
  9. עֲגָל֗וֹתa.ga.LotcartsH5699
  10. לְ/טַפְּ/כֶם֙le./ta.pe./Khemfor/ little one[s]/ yourH2945
  11. וְ/לִ/נְשֵׁי/כֶ֔םve./li/n.shei./Khemand/ for/ wives/ yourH802
  12. וּ/נְשָׂאתֶ֥םu./ne.sa.Temand/ you will carryH5375
  13. אֶת\־'et-<obj.>H853
  14. אֲבִי/כֶ֖ם'a.vi./Khemfather/ yourH1
  15. וּ/בָאתֶֽם\׃u./va.Temand/ you will comeH935
20
  1. וְ/עֵ֣ינְ/כֶ֔םve./'Ei.ne./Khemand/ eye/ yourH5869
  2. אַל\־'al-may notH408
  3. תָּחֹ֖סta.Chosit look with regretH2347
  4. עַל\־'al-onH5921
  5. כְּלֵי/כֶ֑םke.lei./Khemthings/ yourH3627
  6. כִּי\־ki-forH3588
  7. ט֛וּבtuvH2898
  8. כָּל\־kol-allH3605
  9. אֶ֥רֶץ'E.retzH776
  10. מִצְרַ֖יִםmitz.Ra.yimEgyptH4714
  11. לָ/כֶ֥םla./KhemH9036
  12. הֽוּא\׃Hu'itH1931
21
  1. וַ/יַּֽעֲשׂוּ\־va/i.ya.'a.su-and/ they didH6213
  2. כֵן֙khenthusH3651
  3. בְּנֵ֣יbe.NeiH1121
  4. יִשְׂרָאֵ֔לYis.ra.'ElIsraelH3478
  5. וַ/יִּתֵּ֨ןva/i.yi.Tenand/ he gaveH5414
  6. לָ/הֶ֥םla./Hemto/ themH9038
  7. יוֹסֵ֛ףyo.SefJosephH3130
  8. עֲגָל֖וֹתa.ga.LotcartsH5699
  9. עַל\־'al-onH5921
  10. פִּ֣יpiH6310
  11. פַרְעֹ֑הfar.'OhPharaohH6547
  12. וַ/יִּתֵּ֥ןva/i.yi.Tenand/ he gaveH5414
  13. לָ/הֶ֛םla./Hemto/ themH9038
  14. צֵדָ֖הtze.Dahprovision[s]H6720
  15. לַ/דָּֽרֶךְ\׃la./Da.rekhfor the/ journeyH1870
22
  1. לְ/כֻלָּ֥/םle./khu.La/mto/ all of/ themH3605
  2. נָתַ֛ןna.Tanhe gaveH5414
  3. לָ/אִ֖ישׁla./'Ishto <the>/ eachH376
  4. חֲלִפ֣וֹתcha.li.Fotchanges ofH2487
  5. שְׂמָלֹ֑תse.ma.LotclothesH8071
  6. וּ/לְ/בִנְיָמִ֤ןu./le./vin.ya.Minand/ to/ BenjaminH1144
  7. נָתַן֙na.Tanhe gaveH5414
  8. שְׁלֹ֣שׁshe.Loshthree ofH7969
  9. מֵא֣וֹתme.'othundred<s>H3967
  10. כֶּ֔סֶףKe.sefsilverH3701
  11. וְ/חָמֵ֖שׁve./cha.Meshand/ fiveH2568
  12. חֲלִפֹ֥תcha.li.Fotchanges ofH2487
  13. שְׂמָלֹֽת\׃se.ma.LotclothesH8071
23
  1. וּ/לְ/אָבִ֞י/וu./le./'a.Vi/vand/ to/ father/ hisH1
  2. שָׁלַ֤חsha.Lachhe sentH7971
  3. כְּ/זֹאת֙ke./zoTaccording to/ thisH2063
  4. עֲשָׂרָ֣ה'a.sa.RahtenH6235
  5. חֲמֹרִ֔יםcha.mo.RimdonkeysH2543
  6. נֹשְׂאִ֖יםno.se.'ImcarryingH5375
  7. מִ/טּ֣וּבmi./Tuvsome of/ [the] good thing[s] ofH2898
  8. מִצְרָ֑יִםmitz.Ra.yimEgyptH4714
  9. וְ/עֶ֣שֶׂרve./'E.serand/ tenH6235
  10. אֲתֹנֹ֡ת'a.to.Notfemale donkeysH860
  11. נֹֽ֠שְׂאֹתNo.se.'otcarryingH5375
  12. בָּ֣רbargrainH1250
  13. וָ/לֶ֧חֶםva./Le.chemand/ foodH3899
  14. וּ/מָז֛וֹןu./ma.Zonand/ foodH4202
  15. לְ/אָבִ֖י/וle./'a.Vi/vfor/ father/ hisH1
  16. לַ/דָּֽרֶךְ\׃la./Da.rekhfor the/ journeyH1870
24
  1. וַ/יְשַׁלַּ֥חva/y.sha.Lachand/ he sent offH7971
  2. אֶת\־'et-<obj.>H853
  3. אֶחָ֖י/ו'e.Cha/vbrothers/ hisH251
  4. וַ/יֵּלֵ֑כוּva/i.ye.Le.khuand/ they wentH1980
  5. וַ/יֹּ֣אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  6. אֲלֵ/הֶ֔ם'a.le./Hemto/ themH413
  7. אַֽל\־'al-may notH408
  8. תִּרְגְּז֖וּtir.ge.Zuyou stir upH7264
  9. בַּ/דָּֽרֶךְ\׃ba./Da.rekhon the/ wayH1870
25
  1. וַֽ/יַּעֲל֖וּva/i.ya.'a.Luand/ they went upH5927
  2. מִ/מִּצְרָ֑יִםmi./mitz.Ra.yimfrom/ EgyptH4714
  3. וַ/יָּבֹ֙אוּ֙va/i.ya.Vo.'uand/ they cameH935
  4. אֶ֣רֶץ'E.retzH776
  5. כְּנַ֔עַןke.Na.'anCanaanH3667
  6. אֶֽל\־'el-toH413
  7. יַעֲקֹ֖בya.'a.KoJacobH3290
  8. אֲבִי/הֶֽם\׃'a.vi./Hemfather/ theirH1
26
  1. וַ/יַּגִּ֨דוּva/i.ya.Gi.duand/ they toldH5046
  2. ל֜/וֹl/oto/ himH9033
  3. לֵ/אמֹ֗רle./Mor<to>/ sayingH559
  4. ע֚וֹדodstillH5750
  5. יוֹסֵ֣ףyo.SefJosephH3130
  6. חַ֔יChaiH2416
  7. וְ/כִֽי\־ve./khi-and/ thatH3588
  8. ה֥וּאhu'heH1931
  9. מֹשֵׁ֖לmo.ShelH4910
  10. בְּ/כָל\־be./kholover/ allH3605
  11. אֶ֣רֶץ'E.retzH776
  12. מִצְרָ֑יִםmitz.Ra.yimEgyptH4714
  13. וַ/יָּ֣פָגva/i.Ya.fogand/ it grew numbH6313
  14. לִבּ֔/וֹli.B/oheart/ hisH3820
  15. כִּ֥יkiforH3588
  16. לֹא\־lo'-notH3808
  17. הֶאֱמִ֖יןhe.'e.Minhe believedH539
  18. לָ/הֶֽם\׃la./Hem<to>/ themH9038
27
  1. וַ/יְדַבְּר֣וּva/y.da.be.Ruand/ they spokeH1696
  2. אֵלָ֗י/ו'e.La/vto/ himH413
  3. אֵ֣ת'et<obj.>H853
  4. כָּל\־kol-allH3605
  5. דִּבְרֵ֤יdiv.ReiH1697
  6. יוֹסֵף֙yo.SefJosephH3130
  7. אֲשֶׁ֣ר'a.SherwhichH834
  8. דִּבֶּ֣רdi.Berhe had spokenH1696
  9. אֲלֵ/הֶ֔ם'a.le./Hemto/ themH413
  10. וַ/יַּרְא֙va/i.yaR'and/ he sawH7200
  11. אֶת\־'et-<obj.>H853
  12. הָ֣/עֲגָל֔וֹתha./'a.ga.Lotthe/ cartsH5699
  13. אֲשֶׁר\־'a.Sher-whichH834
  14. שָׁלַ֥חsha.Lachhe had sentH7971
  15. יוֹסֵ֖ףyo.SefJosephH3130
  16. לָ/שֵׂ֣אתla./Setto/ carryH5375
  17. אֹת֑/וֹ'o.T/o<obj.>/ himH853
  18. וַ/תְּחִ֕יva./te.Chiand/ it livedH2421
  19. ר֖וּחַRu.achH7307
  20. יַעֲקֹ֥בya.'a.KoJacobH3290
  21. אֲבִי/הֶֽם\׃'a.vi./Hemfather/ theirH1
28
  1. וַ/יֹּ֙אמֶר֙va/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. יִשְׂרָאֵ֔לYis.ra.'ElIsraelH3478
  3. רַ֛בravenoughH7227
  4. עוֹד\־'od-stillH5750
  5. יוֹסֵ֥ףyo.SefJosephH3130
  6. בְּנִ֖/יbe.N/ison/ myH1121
  7. חָ֑יChaiH2416
  8. אֵֽלְכָ֥ה'e.le.KhahI will goH1980
  9. וְ/אֶרְאֶ֖/נּוּve./'er.'E./nuso/ I may see/ himH7200
  10. בְּ/טֶ֥רֶםbe./Te.rem<in>/ beforeH2962
  11. אָמֽוּת\׃'a.MutI will dieH4191

View the full Hebrew interlinear for Genesis 45 →

Strong's words in Genesis 45 (6)
Strong's H3130 — יוֹסֵ֜ף (yo.Sef)
Joseph. Appears 14 times in Genesis 45.
Strong's H3605 — לְ/כֹ֤ל (le./Khol)
to/ all. Appears 14 times in Genesis 45.
Strong's H251 — אֶחָֽי/ו\׃ ('e.Cha/v)
brothers/ his. Appears 12 times in Genesis 45.
Strong's H1 — אָבִ֖/י ('a.V/i)
[is] father/ my. Appears 11 times in Genesis 45.
Strong's H559 — וַ/יֹּ֨אמֶר (va/i.Yo.mer)
and/ he said. Appears 11 times in Genesis 45.
Strong's H776 — הָ/אָ֑רֶץ (ha./'A.retz)
the/ land. Appears 11 times in Genesis 45.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2548 Bibles in 2203 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress