Skip to content

A little app tip

Back and forward, in one button

The back arrow at the bottom of the app can take you in either direction.

Tap the arrowGo back
Press and holdGo forward

Hold briefly, then release. Forward is available after you have gone back. You can also use Shift+Enter on a keyboard.

Add your phone number?

Optional. Nothing is sent unless you choose it.

Audio Bible
The Historic Faith

Chapter Genesis 17 Language Oromo, West Central Bible ID GAZBIB Label BIB Catalog Oromo, West Central - Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Yeroo Abraam nama waggaa sagaltamii sagalii turetti Waaqayyo isatti mulʼatee akkana jedheen; “Ani Waaqa Waan Hundumaa Dandaʼuu dha; ati fuula koo dura amanamummaan deddeebiʼi; hirʼinas hin qabaatin.
2 Ani kakuu koo anaa fi si gidduu nan dhaaba; guddaas sin baayʼisa.”
3 Abraamis adda isaatiin lafatti gombifame; Waaqnis akkana isaan jedhe;
4 “Kunoo, kakuun ani si wajjin galu kana: ati abbaa saba baayʼee taata.
5 Ati siʼachi Abraam jedhamtee hin waamamtu; waan ani abbaa saboota baayʼee si taasiseef maqaan kee Abrahaam taʼa.
6 Ani akka ati guddaa baayʼattu nan godha; akka sabni hedduun si keessaa argamu nan godha; mootonnis si keessaa ni argamu.
7 Ani Waaqa keetii fi Waaqa sanyii kee kan si duubaan dhufuu taʼuuf jedhee kakuu koo anaa, sii fi sanyii kee kan si duubaa, dhaloota dhufuuf jiru gidduutti kakuu bara baraa godhee nan dhaaba.
8 Biyya Kanaʼaan guutuu lafa ati amma orma taatee jiraattu kana ani dhaala bara baraa godhee siʼii fi sanyiiwwan kee warra si booddeetiif nan kenna; anis Waaqa isaanii nan taʼa.”
9 Waaqni Abrahaamiin akkana jedhe; “Ati immoo kakuu koo eeguu qabda; ati, sanyiin kee warri si duubaas dhaloota isaanii keessatti kakuu koo eeguu qabdu.
10 Kakuun koo kan isin anaa fi siʼi gidduutti, sanyii kee kan siʼi duubaan dhufu gidduuttis eeguu qabdan kanaa dha; innis isin keessaa dhiirri hundinuu dhagna haa qabatu.
11 Qola keessan dhagna qabadhaa; kunis kakuu anaa fi isin gidduu jiruuf mallattoo taʼa.
12 Isin keessaa dhiirri guyyaa saddeet guute dhagna haa qabatu; dhaloota keessan hunda keessatti dhiirri mana keetti dhalate yookaan kan nama biyya ormaa irraa maallaqa keetiin bitame hundi kan sanyii kee hin taʼin dhagna haa qabatu.
13 Mana keetti dhalatanis yookaan maallaqa keetiin bitamanis isaan dhagna haa qabatan. Kakuun koo kan foon keessan irratti godhame kun kakuu bara baraa taʼa.
14 Dhiirri dhagna hin qabatin, kan qola foon isaa dhagna hin qabatin kam iyyuu saba ofii isaa keessaa balleeffama; inni kakuu koo cabseeraatii.”
15 Waaqni ammas Abrahaamiin akkana jedhe; “Ati siʼachi niitii kee Sooraadhaan, Sooraa hin jettu; maqaan ishee Saaraa taʼa.
16 Ani ishee nan eebbisa; ishee irraas ilma siif nan kenna. Akka isheen haadha sabootaa taatuufis ishee nan eebbisa; mootonni sabootaas ishee keessaa argamu.”
17 Abrahaamis addaan gombifame; kolfees, “Nama waggaa dhibbaatiif ilmi ni dhalataa? Saaraanis waggaa sagaltamatti mucaa deessii?” jedhee yaade.
18 Abrahaamis Waaqaan, “Maaloo utuu Ishmaaʼeel fuula kee dura naa jiraatee!” jedhe.
19 Waaqnis akkana jedhe; “Tole; garuu niitiin kee Saaraan ilma siif deessi; maqaa isaas Yisihaaq jedhii moggaasi. Anis kakuu koo sanyii isaa kan isa duubaan dhufuuf kakuu bara baraa godhee isa wajjin nan dhaaba.
20 Waaʼee Ishmaaʼeel immoo ani si dhagaʼeera; kunoo ani, isa nan eebbisa; akka inni baayʼatu nan godha; guddaa isa nan baayʼisa. Inni abbaa bulchitoota kudha lamaa taʼa; anis saba guddaa isa nan godha.
21 Kakuu koo garuu Yisihaaq isa Saaraan waggaa dhufu keessa yeroo kanatti siif deessu wajjin nan dhaaba.”
22 Waaqni erga Abrahaam wajjin haasaʼee fixatee booddee isa biraa ol baʼe.
23 Abrahaamis guyyuma sana ilmaan isaa Ishmaaʼeelii fi warra mana isaatti dhalatan yookaan warra maallaqa isaatiin bitaman hunda, dhiira mana isaa hundumaas fuudhee akkuma Waaqni isatti himetti dhagna qabe.
24 Abrahaam yeroo dhagna qabatetti nama waggaa sagaltamii sagalii ture.
25 Ilmi isaa Ishmaaʼeel immoo yeroo dhagna qabatetti nama waggaa kudha sadii ture.
26 Abrahaamii fi ilmi isaa Ishmaaʼeel guyyuma sana dhagna qabatan.
27 Dhiirri mana Abrahaam hundinuu, warri mana isaatti dhalatan yookaan warri orma irraa maallaqaan bitamanis isa wajjin dhagna qabatan.
Chapter information and study resources

Listen to Genesis 17 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for Genesis 17

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about Genesis 17. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

Genesis 17 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers, 30 cross-references, 2 Early-Church citations.

Cross-references in Genesis 17 (30)

See the full cross-reference index →

Hebrew interlinear — Genesis 17:1–27 (355 words)
1
  1. וַ/יְהִ֣יva/y.Hiand/ he wasH1961
  2. אַבְרָ֔ם'av.RamAbramH87
  3. בֶּן\־ben-a son ofH1121
  4. תִּשְׁעִ֥יםtish.'ImninetyH8673
  5. שָׁנָ֖הsha.Nahyear[s]H8141
  6. וְ/תֵ֣שַׁעve./Te.sha'and/ nineH8672
  7. שָׁנִ֑יםsha.NimyearsH8141
  8. וַ/יֵּרָ֨אva/i.ye.Ra'and/ he appearedH7200
  9. יְהוָ֜הYah.wehYahwehH3068
  10. אֶל\־'el-toH413
  11. אַבְרָ֗ם'av.RamAbramH87
  12. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  13. אֵלָי/ו֙'e.La/vto/ himH413
  14. אֲנִי\־'a.ni-IH589
  15. אֵ֣ל'elH410
  16. שַׁדַּ֔יsha.DaiAlmightyH7706
  17. הִתְהַלֵּ֥ךְhit.ha.Lekhwalk aboutH1980
  18. לְ/פָנַ֖/יle./fa.Na/i<to>/ before/ meH6440
  19. וֶ/הְיֵ֥הve/h.Yehand/ beH1961
  20. תָמִֽים\׃ta.MimblamelessH8549
2
  1. וְ/אֶתְּנָ֥הve./'e.te.Nahso/ let me makeH5414
  2. בְרִיתִ֖/יve.ri.T/icovenant/ myH1285
  3. בֵּינִ֣/יbei./Nibetween/ meH996
  4. וּ/בֵינֶ֑/ךָu./vei.Ne./khaand/ between/ youH996
  5. וְ/אַרְבֶּ֥הve./'ar.Behso/ I may increaseH7235
  6. אוֹתְ/ךָ֖'ot./Kha<obj.>/ youH853
  7. בִּ/מְאֹ֥דbi/m.'Odwith/ muchnessH3966
  8. מְאֹֽד\׃me.'OdmuchnessH3966
3
  1. וַ/יִּפֹּ֥לva/i.yi.Poland/ he fellH5307
  2. אַבְרָ֖ם'av.RamAbramH87
  3. עַל\־'al-onH5921
  4. פָּנָ֑י/וpa.Na/vface/ hisH6440
  5. וַ/יְדַבֵּ֥רva/y.da.Berand/ he spokeH1696
  6. אִתּ֛/וֹ'i.T/owith/ himH854
  7. אֱלֹהִ֖ים'E.lo.HimGodH430
  8. לֵ/אמֹֽר\׃le./Mor<to>/ sayingH559
4
  1. אֲנִ֕י'a.NiIH589
  2. הִנֵּ֥הhi.Nehhere!H2009
  3. בְרִיתִ֖/יve.ri.T/icovenant/ myH1285
  4. אִתָּ֑/ךְ'i.Ta/khH854
  5. וְ/הָיִ֕יתָve./ha.Yi.taand/ you will becomeH1961
  6. לְ/אַ֖בle./'Av<into>/ a father ofH1
  7. הֲמ֥וֹןha.Mona multitude ofH1995
  8. גּוֹיִֽם\׃go.YimnationsH1471
5
  1. וְ/לֹא\־ve./lo'-and/ notH3808
  2. יִקָּרֵ֥אyi.ka.Re'it will be calledH7121
  3. ע֛וֹדodagainH5750
  4. אֶת\־'et-<obj.>H853
  5. שִׁמְ/ךָ֖shim./Khaname/ yourH8034
  6. אַבְרָ֑ם'av.RamAbramH87
  7. וְ/הָיָ֤הve./ha.Yahand/ it will beH1961
  8. שִׁמְ/ךָ֙shim./Khaname/ yourH8034
  9. אַבְרָהָ֔ם'av.ra.HamAbrahamH85
  10. כִּ֛יkiforH3588
  11. אַב\־'av-a father ofH1
  12. הֲמ֥וֹןha.Mona multitude ofH1995
  13. גּוֹיִ֖םgo.YimnationsH1471
  14. נְתַתִּֽי/ךָ\׃ne.ta.Ti./khaI have made/ youH5414
6
  1. וְ/הִפְרֵתִ֤יve./hif.re.Tiand/ I will make fruitfulH6509
  2. אֹֽתְ/ךָ֙'o.te./Kha<obj.>/ youH853
  3. בִּ/מְאֹ֣דbi/m.'Odwith/ muchnessH3966
  4. מְאֹ֔דme.'OdmuchnessH3966
  5. וּ/נְתַתִּ֖י/ךָu./ne.ta.Ti./khaand/ I will make/ youH5414
  6. לְ/גוֹיִ֑םle./go.Yiminto/ nationsH1471
  7. וּ/מְלָכִ֖יםu./me.la.Khimand/ kingsH4428
  8. מִמְּ/ךָ֥mime./Khafrom/ youH4480
  9. יֵצֵֽאוּ\׃ye.Tze.'uthey will come outH3318
7
  1. וַ/הֲקִמֹתִ֨יva./ha.ki.mo.Tiand/ I will establishH6965
  2. אֶת\־'et-<obj.>H853
  3. בְּרִיתִ֜/יbe.ri.T/icovenant/ myH1285
  4. בֵּינִ֣/יbei./Nibetween/ meH996
  5. וּ/בֵינֶ֗/ךָu./vei.Ne./khaand/ between/ youH996
  6. וּ/בֵ֨יןu./Veinand/ betweenH996
  7. זַרְעֲ/ךָ֧zar.'a./Khaoffspring/ yourH2233
  8. אַחֲרֶ֛י/ךָ'a.cha.Rei./khaafter/ youH310
  9. לְ/דֹרֹתָ֖/םle./do.ro.Ta/mfor/ generations/ theirH1755
  10. לִ/בְרִ֣יתli/v.Ritto/ a covenant ofH1285
  11. עוֹלָ֑םo.LamperpetuityH5769
  12. לִ/הְי֤וֹתli/h.Yotto/ becomeH1961
  13. לְ/ךָ֙le./Khafor <the>/ youH9031
  14. לֵֽ/אלֹהִ֔יםle./lo.Him<into>/ GodH430
  15. וּֽ/לְ/זַרְעֲ/ךָ֖u./le./zar.'a./Khaand/ for/ offspring/ yourH2233
  16. אַחֲרֶֽי/ךָ\׃'a.cha.Rei./khaafter/ youH310
8
  1. וְ/נָתַתִּ֣יve./na.ta.Tiand/ I will giveH5414
  2. לְ֠/ךָLe./khato/ youH9031
  3. וּ/לְ/זַרְעֲ/ךָ֨u./le./zar.'a./Khaand/ to/ offspring/ yourH2233
  4. אַחֲרֶ֜י/ךָ'a.cha.Rei./khaafter/ youH310
  5. אֵ֣ת\׀'et<obj.>H853
  6. אֶ֣רֶץ'E.retzH776
  7. מְגֻרֶ֗י/ךָme.gu.Rei./khasojournings/ yourH4033
  8. אֵ֚ת'et<obj.>H853
  9. כָּל\־kol-allH3605
  10. אֶ֣רֶץ'E.retzH776
  11. כְּנַ֔עַןke.Na.'anCanaanH3667
  12. לַ/אֲחֻזַּ֖תla./'a.chu.Zatto/ a possession ofH272
  13. עוֹלָ֑םo.LamperpetuityH5769
  14. וְ/הָיִ֥יתִיve./ha.Yi.tiand/ I will becomeH1961
  15. לָ/הֶ֖םla./Hemfor <the>/ themH9038
  16. לֵ/אלֹהִֽים\׃le./lo.Him<into>/ GodH430
9
  1. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. אֱלֹהִים֙'E.lo.HimGodH430
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. אַבְרָהָ֔ם'av.ra.HamAbrahamH85
  5. וְ/אַתָּ֖הve./'a.Tahand/ youH859
  6. אֶת\־'et-<obj.>H853
  7. בְּרִיתִ֣/יbe.ri.T/icovenant/ myH1285
  8. תִשְׁמֹ֑רtish.Moryou will keepH8104
  9. אַתָּ֛ה'a.TahyouH859
  10. וְ/זַרְעֲ/ךָ֥ve./zar.'a./Khaand/ offspring/ yourH2233
  11. אַֽחֲרֶ֖י/ךָ'a.cha.Rei./khaafter/ youH310
  12. לְ/דֹרֹתָֽ/ם\׃le./do.ro.Ta/mfor/ generations/ theirH1755
10
  1. זֹ֣אתzotthisH2063
  2. בְּרִיתִ֞/יbe.ri.T/iH1285
  3. אֲשֶׁ֣ר'a.SherwhichH834
  4. תִּשְׁמְר֗וּtish.me.Ruyou will keepH8104
  5. בֵּינִ/י֙bei./Nibetween/ meH996
  6. וּ/בֵ֣ינֵי/כֶ֔םu./Vei.nei./Khemand/ between/ youH996
  7. וּ/בֵ֥יןu./Veinand/ betweenH996
  8. זַרְעֲ/ךָ֖zar.'a./Khaoffspring/ yourH2233
  9. אַחֲרֶ֑י/ךָ'a.cha.Rei./khaafter/ youH310
  10. הִמּ֥וֹלhi.Molthey will be circumcisedH4135
  11. לָ/כֶ֖םla./Khemof/ youH9036
  12. כָּל\־kol-everyH3605
  13. זָכָֽר\׃za.KharmaleH2145
11
  1. וּ/נְמַלְתֶּ֕םu./ne.mal.Temand/ you will be circumcisedH4135
  2. אֵ֖ת'et<obj.>H853
  3. בְּשַׂ֣רbe.SarH1320
  4. עָרְלַתְ/כֶ֑ם'a.re.lat./Khemforeskin/ yourH6190
  5. וְ/הָיָה֙ve./ha.Yahand/ it will becomeH1961
  6. לְ/א֣וֹתle./'ot<into>/ a sign ofH226
  7. בְּרִ֔יתbe.RitH1285
  8. בֵּינִ֖/יbei./Nibetween/ meH996
  9. וּ/בֵינֵי/כֶֽם\׃u./vei.nei./Khemand/ between/ youH996
12
  1. וּ/בֶן\־u./ven-and/ a son ofH1121
  2. שְׁמֹנַ֣תshe.mo.NateightH8083
  3. יָמִ֗יםya.MimdaysH3117
  4. יִמּ֥וֹלyi.Molhe will be circumcisedH4135
  5. לָ/כֶ֛םla./Khemof/ youH9036
  6. כָּל\־kol-everyH3605
  7. זָכָ֖רza.KharmaleH2145
  8. לְ/דֹרֹתֵי/כֶ֑םle./do.ro.tei./Khemfor/ generations/ yourH1755
  9. יְלִ֣ידye.Lidone born ofH3211
  10. בָּ֔יִתBa.yitH1004
  11. וּ/מִקְנַת\־u./mik.nat-and/ a purchase ofH4736
  12. כֶּ֙סֶף֙ke.sefsilverH3701
  13. מִ/כֹּ֣לmi./Kolfrom/ everyH3605
  14. בֶּן\־ben-son ofH1121
  15. נֵכָ֔רne.KharforeignnessH5236
  16. אֲשֶׁ֛ר'a.SherwhoH834
  17. לֹ֥אlo'notH3808
  18. מִֽ/זַּרְעֲ/ךָ֖mi./zar.'a./KhaH2233
  19. הֽוּא\׃Hu'heH1931
13
  1. הִמּ֧וֹל\׀hi.Moldefinitely <be circumcised>H4135
  2. יִמּ֛וֹלyi.Molhe will be circumcisedH4135
  3. יְלִ֥ידye.LidH3211
  4. בֵּֽיתְ/ךָ֖bei.te./Khahousehold/ yourH1004
  5. וּ/מִקְנַ֣תu./mik.Natand/ [the] purchase ofH4736
  6. כַּסְפֶּ֑/ךָkas.Pe./khasilver/ yourH3701
  7. וְ/הָיְתָ֧הve./ha.ye.Tahand/ it will beH1961
  8. בְרִיתִ֛/יve.ri.T/icovenant/ myH1285
  9. בִּ/בְשַׂרְ/כֶ֖םbi/v.sar./Khemin/ flesh/ yourH1320
  10. לִ/בְרִ֥יתli/v.Ritto/ a covenant ofH1285
  11. עוֹלָֽם\׃o.LamperpetuityH5769
14
  1. וְ/עָרֵ֣ל\׀ve./'a.Reland/ an uncircumcisedH6189
  2. זָכָ֗רza.KharmaleH2145
  3. אֲשֶׁ֤ר'a.SherwhoH834
  4. לֹֽא\־lo'-notH3808
  5. יִמּוֹל֙yi.mOlhe will be circumcisedH4135
  6. אֶת\־'et-<obj.>H853
  7. בְּשַׂ֣רbe.SarH1320
  8. עָרְלָת֔/וֹa.re.la.T/oforeskin/ hisH6190
  9. וְ/נִכְרְתָ֛הve./nikh.re.Tahand/ it will be cut offH3772
  10. הַ/נֶּ֥פֶשׁha./Ne.feshthe/ personH5315
  11. הַ/הִ֖ואha./Hiv'<the>/ thatH1931
  12. מֵ/עַמֶּ֑י/הָme./'a.Mei./hafrom/ kinspeople<s>/ itsH5971
  13. אֶת\־'et-<obj.>H853
  14. בְּרִיתִ֖/יbe.ri.T/icovenant/ myH1285
  15. הֵפַֽר\׃\ \סhe.Farhe has brokenH6565
15
  1. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. אֱלֹהִים֙'E.lo.HimGodH430
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. אַבְרָהָ֔ם'av.ra.HamAbrahamH85
  5. שָׂרַ֣יsa.RaiSaraiH8297
  6. אִשְׁתְּ/ךָ֔'ish.te./Khawife/ yourH802
  7. לֹא\־lo'-notH3808
  8. תִקְרָ֥אtik.Ra'you will callH7121
  9. אֶת\־'et-<obj.>H853
  10. שְׁמָ֖/הּshe.Ma/hname/ herH8034
  11. שָׂרָ֑יsa.RaiSaraiH8297
  12. כִּ֥יkiforH3588
  13. שָׂרָ֖הsa.RahH8283
  14. שְׁמָֽ/הּ\׃she.Ma/hname/ herH8034
16
  1. וּ/בֵרַכְתִּ֣יu./ve.rakh.Tiand/ I will blessH1288
  2. אֹתָ֔/הּ'o.Ta/h<obj.>/ herH853
  3. וְ/גַ֨םve./Gamand/ alsoH1571
  4. נָתַ֧תִּיna.Ta.tiI will giveH5414
  5. מִמֶּ֛/נָּהmi.Me./nahfrom/ herH4480
  6. לְ/ךָ֖le./Khato <the>/ youH9031
  7. בֵּ֑ןBena sonH1121
  8. וּ/בֵֽרַכְתִּ֙י/הָ֙u./ve.rakh.Ti./haand/ I will bless/ herH1288
  9. וְ/הָֽיְתָ֣הve./ha.ye.Tahand/ she will becomeH1961
  10. לְ/גוֹיִ֔םle./go.Yim<into>/ nationsH1471
  11. מַלְכֵ֥יmal.Kheikings ofH4428
  12. עַמִּ֖ים'a.MimpeoplesH5971
  13. מִמֶּ֥/נָּהmi.Me./nahfrom/ herH4480
  14. יִהְיֽוּ\׃yih.Yuthey will beH1961
17
  1. וַ/יִּפֹּ֧לva/i.yi.Poland/ he fellH5307
  2. אַבְרָהָ֛ם'av.ra.HamAbrahamH85
  3. עַל\־'al-onH5921
  4. פָּנָ֖י/וpa.Na/vface/ hisH6440
  5. וַ/יִּצְחָ֑קva/i.yitz.Chakand/ he laughedH6711
  6. וַ/יֹּ֣אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  7. בְּ/לִבּ֗/וֹbe./li.B/oin/ heart/ hisH3820
  8. הַ/לְּ/בֶ֤ןha./le./Ven¿/ to/ a son ofH1121
  9. מֵאָֽה\־me.'ah-one hundredH3967
  10. שָׁנָה֙sha.Nahyear[s]H8141
  11. יִוָּלֵ֔דyi.va.Ledwill he be bornH3205
  12. וְ/אִ֨ם\־ve./'Im-and/ or?H518
  13. שָׂרָ֔הsa.RahSarahH8283
  14. הֲ/בַת\־ha./vat-¿/ a daughter ofH1323
  15. תִּשְׁעִ֥יםtish.'ImninetyH8673
  16. שָׁנָ֖הsha.Nahyear[s]H8141
  17. תֵּלֵֽד\׃te.Ledwill she bear a childH3205
18
  1. וַ/יֹּ֥אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. אַבְרָהָ֖ם'av.ra.HamAbrahamH85
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. הָֽ/אֱלֹהִ֑יםha./'E.lo.Him<the>/ GodH430
  5. ל֥וּluifH3863
  6. יִשְׁמָעֵ֖אלyish.ma.'ElIshmaelH3458
  7. יִחְיֶ֥הyich.Yehhe will liveH2421
  8. לְ/פָנֶֽי/ךָ\׃le./fa.Nei./kha<to>/ before/ youH6440
19
  1. וַ/יֹּ֣אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. אֱלֹהִ֗ים'E.lo.HimGodH430
  3. אֲבָל֙'a.ValbutH61
  4. שָׂרָ֣הsa.RahSarahH8283
  5. אִשְׁתְּ/ךָ֗'ish.te./Khawife/ yourH802
  6. יֹלֶ֤דֶתyo.Le.detH3205
  7. לְ/ךָ֙le./Khato <the>/ youH9031
  8. בֵּ֔ןBena sonH1121
  9. וְ/קָרָ֥אתָve./ka.Ra.taand/ you will callH7121
  10. אֶת\־'et-<obj.>H853
  11. שְׁמ֖/וֹshe.M/oname/ hisH8034
  12. יִצְחָ֑קyitz.ChakIsaacH3327
  13. וַ/הֲקִמֹתִ֨יva./ha.ki.mo.Tiand/ I will establishH6965
  14. אֶת\־'et-<obj.>H853
  15. בְּרִיתִ֥/יbe.ri.T/icovenant/ myH1285
  16. אִתּ֛/וֹ'i.T/owith/ himH854
  17. לִ/בְרִ֥יתli/v.Ritto/ a covenant ofH1285
  18. עוֹלָ֖םo.LamperpetuityH5769
  19. לְ/זַרְע֥/וֹle./zar.'/Ofor/ offspring/ hisH2233
  20. אַחֲרָֽי/ו\׃'a.cha.Ra/vafter/ himH310
20
  1. וּֽ/לְ/יִשְׁמָעֵ֘אלu./le./yish.ma.'eLand/ to/ IshmaelH3458
  2. שְׁמַעְתִּי/ךָ֒she.ma'.ti./KhaI have heard/ youH8085
  3. הִנֵּ֣ה\׀hi.Nehhere!H2009
  4. בֵּרַ֣כְתִּיbe.Rakh.tiI will blessH1288
  5. אֹת֗/וֹ'o.T/o<obj.>/ himH853
  6. וְ/הִפְרֵיתִ֥יve./hif.rei.Tiand/ I will make fruitfulH6509
  7. אֹת֛/וֹ'o.T/o<obj.>/ himH853
  8. וְ/הִרְבֵּיתִ֥יve./hir.bei.Tiand/ I will multiplyH7235
  9. אֹת֖/וֹ'o.T/o<obj.>/ himH853
  10. בִּ/מְאֹ֣דbi/m.'Odwith/ muchnessH3966
  11. מְאֹ֑דme.'OdmuchnessH3966
  12. שְׁנֵים\־she.neim-two [plus]H8147
  13. עָשָׂ֤ר'a.SartenH6240
  14. נְשִׂיאִם֙ne.si.'ImprincesH5387
  15. יוֹלִ֔ידyo.Lidhe will fatherH3205
  16. וּ/נְתַתִּ֖י/וu./ne.ta.Ti/vand/ I will make/ himH5414
  17. לְ/ג֥וֹיle./Goyinto/ a nationH1471
  18. גָּדֽוֹל\׃ga.DolgreatH1419
21
  1. וְ/אֶת\־ve./'Etand/ <obj.>H853
  2. בְּרִיתִ֖/יbe.ri.T/icovenant/ myH1285
  3. אָקִ֣ים'a.KimI will establishH6965
  4. אֶת\־'et-withH854
  5. יִצְחָ֑קyitz.ChakIsaacH3327
  6. אֲשֶׁר֩'a.SherwhomH834
  7. תֵּלֵ֨דte.Ledshe will bearH3205
  8. לְ/ךָ֤le./Khato <the>/ youH9031
  9. שָׂרָה֙sa.RahSarahH8283
  10. לַ/מּוֹעֵ֣דla./mo.'Edto the/ timeH4150
  11. הַ/זֶּ֔הha./Zeh<the>/ thisH2088
  12. בַּ/שָּׁנָ֖הba./sha.Nahin the/ yearH8141
  13. הָ/אַחֶֽרֶת\׃ha./'a.Che.ret<the>/ followingH312
22
  1. וַ/יְכַ֖לva/y.Khaland/ he finishedH3615
  2. לְ/דַבֵּ֣רle./da.Berto/ speakH1696
  3. אִתּ֑/וֹ'i.T/owith/ himH854
  4. וַ/יַּ֣עַלva/i.Ya.'aland/ he went upH5927
  5. אֱלֹהִ֔ים'E.lo.HimGodH430
  6. מֵ/עַ֖לme./'Alfrom/ withH5921
  7. אַבְרָהָֽם\׃'av.ra.HamAbrahamH85
23
  1. וַ/יִּקַּ֨חva/i.yi.Kachand/ he tookH3947
  2. אַבְרָהָ֜ם'av.ra.HamAbrahamH85
  3. אֶת\־'et-<obj.>H853
  4. יִשְׁמָעֵ֣אלyish.ma.'ElIshmaelH3458
  5. בְּנ֗/וֹbe.N/oson/ hisH1121
  6. וְ/אֵ֨תve./'Etand/ <obj.>H853
  7. כָּל\־kol-allH3605
  8. יְלִידֵ֤יye.li.Deithose born ofH3211
  9. בֵית/וֹ֙vei.T/ohousehold/ hisH1004
  10. וְ/אֵת֙ve./'Etand/ <obj.>H853
  11. כָּל\־kol-allH3605
  12. מִקְנַ֣תmik.NatH4736
  13. כַּסְפּ֔/וֹkas.P/osilver/ hisH3701
  14. כָּל\־kol-everyH3605
  15. זָכָ֕רza.KharmaleH2145
  16. בְּ/אַנְשֵׁ֖יbe./'an.Sheiamong/ [the] men ofH582
  17. בֵּ֣יתbeitH1004
  18. אַבְרָהָ֑ם'av.ra.HamAbrahamH85
  19. וַ/יָּ֜מָלva/i.Ya.moland/ he circumcisedH4135
  20. אֶת\־'et-<obj.>H853
  21. בְּשַׂ֣רbe.SarH1320
  22. עָרְלָתָ֗/ם'a.re.la.Ta/mforeskin/ theirH6190
  23. בְּ/עֶ֙צֶם֙be./'E.tzemon/ [the] substance ofH6106
  24. הַ/יּ֣וֹםhai./Yomthe/ dayH3117
  25. הַ/זֶּ֔הha./Zeh<the>/ thisH2088
  26. כַּ/אֲשֶׁ֛רka./'a.Sherjust/ asH834
  27. דִּבֶּ֥רdi.Berhe had spokenH1696
  28. אִתּ֖/וֹ'i.T/owith/ himH854
  29. אֱלֹהִֽים\׃'E.lo.HimGodH430
24
  1. וְ/אַ֨בְרָהָ֔םve./'Av.ra.Hamand/ AbrahamH85
  2. בֶּן\־ben-H1121
  3. תִּשְׁעִ֥יםtish.'ImninetyH8673
  4. וָ/תֵ֖שַׁעva./Te.sha'and/ nineH8672
  5. שָׁנָ֑הsha.Nahyear[s]H8141
  6. בְּ/הִמֹּל֖/וֹbe./hi.mo.L/owhen/ was circumcised/ heH4135
  7. בְּשַׂ֥רbe.SarH1320
  8. עָרְלָתֽ/וֹ\׃a.re.la.T/oforeskin/ hisH6190
25
  1. וְ/יִשְׁמָעֵ֣אלve./yish.ma.'Eland/ IshmaelH3458
  2. בְּנ֔/וֹbe.N/oson/ hisH1121
  3. בֶּן\־ben-H1121
  4. שְׁלֹ֥שׁshe.Loshthir-H7969
  5. עֶשְׂרֵ֖ה'es.RehteenH6240
  6. שָׁנָ֑הsha.Nahyear[s]H8141
  7. בְּ/הִ֨מֹּל֔/וֹbe./Hi.mo.L/owhen/ was circumcised/ heH4135
  8. אֵ֖ת'et<obj.>H853
  9. בְּשַׂ֥רbe.SarH1320
  10. עָרְלָתֽ/וֹ\׃a.re.la.T/oforeskin/ hisH6190
26
  1. בְּ/עֶ֙צֶם֙be./'E.tzemon/ [the] substance ofH6106
  2. הַ/יּ֣וֹםhai./Yomthe/ dayH3117
  3. הַ/זֶּ֔הha./Zeh<the>/ thisH2088
  4. נִמּ֖וֹלni.Molhe was circumcisedH4135
  5. אַבְרָהָ֑ם'av.ra.HamAbrahamH85
  6. וְ/יִשְׁמָעֵ֖אלve./yish.ma.'Eland/ IshmaelH3458
  7. בְּנֽ/וֹ\׃be.N/oson/ hisH1121
27
  1. וְ/כָל\־ve./kholand/ allH3605
  2. אַנְשֵׁ֤י'an.SheiH582
  3. בֵית/וֹ֙vei.T/ohousehold/ hisH1004
  4. יְלִ֣ידye.Lidone born ofH3211
  5. בָּ֔יִתBa.yitH1004
  6. וּ/מִקְנַת\־u./mik.nat-and/ a purchase ofH4736
  7. כֶּ֖סֶףKe.sefsilverH3701
  8. מֵ/אֵ֣תme./'Etfrom/ withH854
  9. בֶּן\־ben-a son ofH1121
  10. נֵכָ֑רne.KharforeignnessH5236
  11. נִמֹּ֖לוּni.Mo.luthey were circumcisedH4135
  12. אִתּֽ/וֹ\׃\ \פ'i.T/owith/ himH854

View the full Hebrew interlinear for Genesis 17 →

Strong's words in Genesis 17 (6)
Strong's H1285 — בְרִיתִ֖/י (ve.ri.T/i)
covenant/ my. Appears 13 times in Genesis 17.
Strong's H1121 — בֶּן\־ (ben-)
a son of. Appears 12 times in Genesis 17.
Strong's H4135 — הִמּ֥וֹל (hi.Mol)
they will be circumcised. Appears 11 times in Genesis 17.
Strong's H1961 — וַ/יְהִ֣י (va/y.Hi)
and/ he was. Appears 10 times in Genesis 17.
Strong's H85 — אַבְרָהָ֔ם ('av.ra.Ham)
Abraham. Appears 10 times in Genesis 17.
Strong's H996 — בֵּינִ֣/י (bei./Ni)
between/ me. Appears 10 times in Genesis 17.

Browse the full Strong's concordance →

What the Early Church wrote about Genesis 17 (1 additional)

Read the full Ante-Nicene Fathers library →

0:00 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2548 Bibles in 2203 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress