Skip to content

A little app tip

Back and forward, in one button

The back arrow at the bottom of the app can take you in either direction.

Tap the arrowGo back
Press and holdGo forward

Hold briefly, then release. Forward is available after you have gone back. You can also use Shift+Enter on a keyboard.

Add your phone number?

Optional. Nothing is sent unless you choose it.

Audio Bible
The Historic Faith

Chapter Genesis 48 Language Oromo, West Central Bible ID GAZBIB Label BIB Catalog Oromo, West Central - Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Yeroo muraasa booddee, “Kunoo, abbaan kee dhukkubsateera” jedhanii Yoosefitti himan. Innis ilmaan isaa lamaan Minaasee fi Efreemin fudhatee dhaqe.
2 Yaaqoob yeroo, “Ilmi kee Yoosef gara kee dhufeera” jedhanii itti himanitti, Israaʼel of jajjabeessee kaʼee siree irra taaʼe.
3 Yaaqoobis Yoosefiin akkana jedhe; “Waaqni Waan Hunda Dandaʼu biyya Kanaʼaan keessatti Luuzitti natti mulʼatee achitti na eebbise;
4 akkanas naan jedhe; ‘Ani akka ati hortuu fi akka ati baayʼattu nan godha. Tuuta sabaa sin godha; ani biyya kana dhaala bara baraa godhee sanyiiwwan kee warra si booddeetiif nan kenna.’
5 “Egaa amma ilmaan kee lamaan warri utuu ani as gara kee hin dhufin dura Gibxitti siif dhalatan sun akkuma ilmaan kootti ilaalamu; akkuma Ruubeenii fi Simiʼoon kan koo taʼan sana Efreemii fi Minaaseenis kanuma koo taʼu.
6 Ijoolleen isaan booddeen siif dhalatan kan kee taʼu. Dhaala qoodachuu keessatti immoo maqaa obboloota isaanii jalatti lakkaaʼamu.
7 Yeroo ani kaaba dhiʼa Phaadaaniitii deebiʼaa turetti utuma Efraataa gaʼuuf xinnuma nuu hafee jiruu Raahel biyya Kanaʼaan keessatti na jalaa duunaan achumatti karaa Efraataa dhaqu biratti awwaalladhe.” Efraataan kunis Beetlihemii dha.
8 Israaʼel yeroo ilmaan Yoosef argetti, “Isaan kunneen eenyu?” jedhee gaafate.
9 Yoosef immoo abbaa isaatiin, “Isaan kunneen ilmaan biyya kanatti Waaqni naaf kennee dha” jedhe. Kana irratti Israaʼel, “Akka ani isaan eebbisuuf natti fidi” jedhe.
10 Yeroo kanatti Israaʼel dulloomee iji isaa dadhabee ture; innis waa hubachuu hin dandaʼu ture. Kanaafuu Yoosef ilmaan isaa Israaʼelitti dhiʼeesse; Israaʼelis isaan dhungate; isaan hammates.
11 Israaʼelis Yoosefiin, “Ani fuuluma kee iyyuu nan arga jedhee hin yaadne; Waaqni garuu akka ani ijoollee kee iyyuu argu naa eeyyame” jedhe.
12 Yoosefis jilba Israaʼel irraa achi isaan butee fuula isaatiin lafatti gad gombifame.
13 Innis ergasii lamaan isaanii iyyuu fuudhee Efreemin karaa mirga isaatiin gara harka Israaʼel isa bitaatti, Minaasee immoo bitaa isaatiin gara harka Israaʼel isa mirgaatti fidee isatti dhiʼeesse.
14 Israaʼel garuu utuma Efreem quxisuu taʼee jiruu harka isaa mirgaa mataa Efreem irra kaaʼe; Minaaseen immoo utuma hangafa taʼee jiruu Israaʼel harka isaa wal qaxxaamursee harka isaa bitaa mataa Minaasee irra kaaʼe.
15 Innis akkana jedhee Yoosefin eebbise; “Waaqni inni abbootiin koo Abrahaamii fi Yisihaaq fuula isaa dura jiraatan, Waaqni inni bara jireenya koo guutuu hamma harʼaatti tiksee koo ture sun,
16 Ergamaan Waaqayyoo kan balaa hunda jalaa na baase sun ilmaan kanneen haa eebbisu. Isaan maqaa kootiin, maqaa abbootii koo Abrahaamii fi Yisihaaqiin haa waamaman; isaan lafa irratti guddaa haa baayʼatan.”
17 Yoosef yommuu akka abbaan isaa harka isaa mirgaa mataa Efreem irra kaaʼe argetti ni gadde; kanaafuu inni harka abbaa isaa mataa Efreem irraa fuudhee mataa Minaasee irra kaaʼuuf jedhee kaase.
18 Yoosef abbaa isaatiin, “Yaa abbaa ko, akkas miti; inni kun hangafa; harka kee mirgaa mataa isaa irra kaaʼi” jedhe.
19 Abbaan isaa garuu didee akkana jedheen; “Ani nan beeka; yaa ilma koo nan beeka. Innis saba taʼa; saba guddaa isaa taʼa. Taʼus obboleessi isaa inni quxisuun isa caalaa guddaa taʼa; sanyiin isaas tuuta saba baayʼee ni taʼa.”
20 Innis gaafa sana akkana jedhee isaan eebbise; “Israaʼel maqaa keetiin eebba kana kenna; ‘Waaqni akka Efreemii fi akka Minaasee isin haa taasisu.’ ” Yoosefis akkasiin Minaasee dura Efreemin dabarse.
21 Ergasii Israaʼel Yoosefiin akkana jedhe; “Kunoo ani duʼuu gaʼeera; Waaqni garuu isin wajjin taʼee biyya abbaa keessaniitti isin deebisa.
22 Ani qooda obboloota keetii caalchisee qooda tokko siifin kenna; kunis lafa ol kaʼaa ani Amoorota irraa goraadee koo fi iddaa kootiin fudhadhe sanaa dha.”
Chapter information and study resources

Listen to Genesis 48 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for Genesis 48

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about Genesis 48. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

Genesis 48 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers, 30 cross-references, 1 Early-Church citation.

Cross-references in Genesis 48 (30)

See the full cross-reference index →

Hebrew interlinear — Genesis 48:1–22 (350 words)
1
  1. וַ/יְהִ֗יva/y.Hiand/ it wasH1961
  2. אַחֲרֵי֙'a.cha.ReiafterH310
  3. הַ/דְּבָרִ֣יםha./de.va.Rimthe/ thingsH1697
  4. הָ/אֵ֔לֶּהha./'E.leh<the>/ theseH428
  5. וַ/יֹּ֣אמֶרva/i.Yo.merand/ someone saidH559
  6. לְ/יוֹסֵ֔ףle./yo.Sefto/ JosephH3130
  7. הִנֵּ֥הhi.Nehthere!H2009
  8. אָבִ֖י/ךָ'a.Vi./khafather/ yourH1
  9. חֹלֶ֑הcho.LehH2470
  10. וַ/יִּקַּ֞חva/i.yi.Kachand/ he tookH3947
  11. אֶת\־'et-<obj.>H853
  12. שְׁנֵ֤יshe.NeiH8147
  13. בָנָי/ו֙va.Na/vsons/ hisH1121
  14. עִמּ֔/וֹi.M/owith/ himH5973
  15. אֶת\־'et-<obj.>H853
  16. מְנַשֶּׁ֖הme.na.ShehManassehH4519
  17. וְ/אֶת\־ve./'Etand/ <obj.>H853
  18. אֶפְרָֽיִם\׃'ef.Ra.yimEphraimH669
2
  1. וַ/יַּגֵּ֣דva/i.ya.Gedand/ someone toldH5046
  2. לְ/יַעֲקֹ֔בle./ya.'a.Koto/ JacobH3290
  3. וַ/יֹּ֕אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  4. הִנֵּ֛הhi.Nehhere!H2009
  5. בִּנְ/ךָ֥bin./Khason/ yourH1121
  6. יוֹסֵ֖ףyo.SefJosephH3130
  7. בָּ֣אba'he has comeH935
  8. אֵלֶ֑י/ךָ'e.Lei./khato/ youH413
  9. וַ/יִּתְחַזֵּק֙va/i.yit.cha.Zekand/ he strengthened himselfH2388
  10. יִשְׂרָאֵ֔לYis.ra.'ElIsraelH3478
  11. וַ/יֵּ֖שֶׁבva/i.Ye.shevand/ he satH3427
  12. עַל\־'al-onH5921
  13. הַ/מִּטָּֽה\׃ha./mi.Tahthe/ bedH4296
3
  1. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. יַעֲקֹב֙ya.'a.KoJacobH3290
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. יוֹסֵ֔ףyo.SefJosephH3130
  5. אֵ֥ל'elGodH410
  6. שַׁדַּ֛יsha.DaiAlmightyH7706
  7. נִרְאָֽה\־nir.'ah-he appearedH7200
  8. אֵלַ֥/י'e.La/ito/ meH413
  9. בְּ/ל֖וּזbe./Luzat/ LuzH3870
  10. בְּ/אֶ֣רֶץbe./'E.retzin/ [the] land ofH776
  11. כְּנָ֑עַןke.Na.'anCanaanH3667
  12. וַ/יְבָ֖רֶךְva/y.Va.rekhand/ he blessedH1288
  13. אֹתִֽ/י\׃'o.T/i<obj.>/ meH853
4
  1. וַ/יֹּ֣אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. אֵלַ֗/י'e.La/ito/ meH413
  3. הִנְ/נִ֤יhi./Nihere/ IH2005
  4. מַפְרְ/ךָ֙maf.re./KhaH6509
  5. וְ/הִרְבִּיתִ֔/ךָve./hir.bi.Ti./khaand/ I will multiply/ youH7235
  6. וּ/נְתַתִּ֖י/ךָu./ne.ta.Ti./khaand/ I will make/ youH5414
  7. לִ/קְהַ֣לli/k.Hal<into>/ a company ofH6951
  8. עַמִּ֑ים'a.MimpeoplesH5971
  9. וְ/נָ֨תַתִּ֜יve./Na.ta.Tiand/ I will giveH5414
  10. אֶת\־'et-<obj.>H853
  11. הָ/אָ֧רֶץha./'A.retzthe/ landH776
  12. הַ/זֹּ֛אתha./Zot<the>/ thisH2063
  13. לְ/זַרְעֲ/ךָ֥le./zar.'a./Khato/ offspring/ yourH2233
  14. אַחֲרֶ֖י/ךָ'a.cha.Rei./khaafter/ youH310
  15. אֲחֻזַּ֥ת'a.chu.Zata possession ofH272
  16. עוֹלָֽם\׃o.LamperpetuityH5769
5
  1. וְ/עַתָּ֡הve./'a.Tahand/ nowH6258
  2. שְׁנֵֽי\־she.nei-H8147
  3. בָנֶי/ךָ֩va.nei./Khasons/ yourH1121
  4. הַ/נּוֹלָדִ֨יםha./no.la.Dimwho/ were bornH3205
  5. לְ/ךָ֜le./Khato/ youH9031
  6. בְּ/אֶ֣רֶץbe./'E.retzin/ [the] land ofH776
  7. מִצְרַ֗יִםmitz.Ra.yimEgyptH4714
  8. עַד\־'ad-untilH5704
  9. בֹּאִ֥/יbo.'/Icame/ IH935
  10. אֵלֶ֛י/ךָ'e.Lei./khato/ youH413
  11. מִצְרַ֖יְמָ/הmitz.Ray.ma/hEgypt/ towardsH4714
  12. לִ/י\־li/-H9030
  13. הֵ֑םHemtheyH1992
  14. אֶפְרַ֙יִם֙'ef.Ra.yimEphraimH669
  15. וּ/מְנַשֶּׁ֔הu./me.na.Shehand/ ManassehH4519
  16. כִּ/רְאוּבֵ֥ןki/r.'u.Venlike/ ReubenH7205
  17. וְ/שִׁמְע֖וֹןve./shim.'onand/ SimeonH8095
  18. יִֽהְיוּ\־yih.yu-they will be[long]H1961
  19. לִֽ/י\׃L/ito/ meH9030
6
  1. וּ/מוֹלַדְתְּ/ךָ֛u./mo.lad.te./Khaand/ offspring/ yourH4138
  2. אֲשֶׁר\־'a.Sher-whomH834
  3. הוֹלַ֥דְתָּho.Lad.tayou have fatheredH3205
  4. אַחֲרֵי/הֶ֖ם'a.cha.rei./Hemafter/ themH310
  5. לְ/ךָ֣le./Khato <the>/ youH9031
  6. יִהְי֑וּyih.Yuthey will be[long]H1961
  7. עַ֣ל'alonH5921
  8. שֵׁ֧םshemH8034
  9. אֲחֵי/הֶ֛ם'a.chei./Hembrothers/ theirH251
  10. יִקָּרְא֖וּyi.ka.re.'Uthey will be calledH7121
  11. בְּ/נַחֲלָתָֽ/ם\׃be./na.cha.la.Ta/min/ inheritance/ theirH5159
7
  1. וַ/אֲנִ֣י\׀va./'a.Niand/ IH589
  2. בְּ/בֹאִ֣/יbe./vo.'/Iwhen/ came/ IH935
  3. מִ/פַּדָּ֗ןmi./pa.Danfrom/ PaddanH6307
  4. מֵ֩תָה֩me.tahshe diedH4191
  5. עָלַ֨/י'a.La/ion/ meH5921
  6. רָחֵ֜לra.ChelRachelH7354
  7. בְּ/אֶ֤רֶץbe./'E.retzin/ [the] land ofH776
  8. כְּנַ֙עַן֙ke.Na.'anCanaanH3667
  9. בַּ/דֶּ֔רֶךְba./De.rekhon the/ journeyH1870
  10. בְּ/ע֥וֹדbe./'odat/ yetH5750
  11. כִּבְרַת\־kiv.rat-a distance ofH3530
  12. אֶ֖רֶץ'E.retzlandH776
  13. לָ/בֹ֣אla./Vo'to/ goH935
  14. אֶפְרָ֑תָה'ef.Ra.tahEphrathahH672
  15. וָ/אֶקְבְּרֶ֤/הָva./'ek.be.Re./haand/ I buried/ herH6912
  16. שָּׁם֙shamthereH8033
  17. בְּ/דֶ֣רֶךְbe./De.rekhon/ [the] journey ofH1870
  18. אֶפְרָ֔ת'ef.RatEphrathH672
  19. הִ֖ואhi'thatH1931
  20. בֵּ֥יתbeitH1035
  21. לָֽחֶם\׃La.chem-lehemH1035
8
  1. וַ/יַּ֥רְאva/i.Yar'and/ he sawH7200
  2. יִשְׂרָאֵ֖לYis.ra.'ElIsraelH3478
  3. אֶת\־'et-<obj.>H853
  4. בְּנֵ֣יbe.NeiH1121
  5. יוֹסֵ֑ףyo.SefJosephH3130
  6. וַ/יֹּ֖אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  7. מִי\־mi-who?H4310
  8. אֵֽלֶּה\׃'E.lehH428
9
  1. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. יוֹסֵף֙yo.SefJosephH3130
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. אָבִ֔י/ו'a.Vi/vfather/ hisH1
  5. בָּנַ֣/יba.Na/iH1121
  6. הֵ֔םHemtheyH1992
  7. אֲשֶׁר\־'a.Sher-whomH834
  8. נָֽתַן\־na.tan-he has givenH5414
  9. לִ֥/יl/ito/ meH9030
  10. אֱלֹהִ֖ים'E.lo.HimGodH430
  11. בָּ/זֶ֑הba./Zehin/ this [place]H2088
  12. וַ/יֹּאמַ֕רva/i.yo.Marand/ he saidH559
  13. קָֽחֶ/ם\־ka.che/m-fetch/ themH3947
  14. נָ֥אna'pleaseH4994
  15. אֵלַ֖/י'e.La/ito/ meH413
  16. וַ/אֲבָרֲכֵֽ/ם\׃va./'a.va.ra.Khe/mso/ I may bless/ themH1288
10
  1. וְ/עֵינֵ֤יve./'ei.Neiand/ [the] eyes ofH5869
  2. יִשְׂרָאֵל֙Yis.ra.'ElIsraelH3478
  3. כָּבְד֣וּka.ve.Duthey were heavyH3513
  4. מִ/זֹּ֔קֶןmi./Zo.kenfrom/ old ageH2207
  5. לֹ֥אlo'notH3808
  6. יוּכַ֖לyu.Khalhe was ableH3201
  7. לִ/רְא֑וֹתli/r.'otto/ seeH7200
  8. וַ/יַּגֵּ֤שׁva/i.ya.Geshand/ he brought nearH5066
  9. אֹתָ/ם֙'o.Ta/m<obj.>/ themH853
  10. אֵלָ֔י/ו'e.La/vto/ himH413
  11. וַ/יִּשַּׁ֥קva/i.yi.Shakand/ he kissedH5401
  12. לָ/הֶ֖םla./Hem<to>/ themH9038
  13. וַ/יְחַבֵּ֥קva/y.cha.Bekand/ he embracedH2263
  14. לָ/הֶֽם\׃la./Hem<to>/ themH9038
11
  1. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. יִשְׂרָאֵל֙Yis.ra.'ElIsraelH3478
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. יוֹסֵ֔ףyo.SefJosephH3130
  5. רְאֹ֥הre.'Ohto seeH7200
  6. פָנֶ֖י/ךָfa.Nei./khaface/ yourH6440
  7. לֹ֣אlo'notH3808
  8. פִלָּ֑לְתִּיfi.Lal.tiI judgedH6419
  9. וְ/הִנֵּ֨הve./hi.Nehand/ here!H2009
  10. הֶרְאָ֥הher.'Ahhe has shownH7200
  11. אֹתִ֛/י'o.T/i<obj.>/ meH853
  12. אֱלֹהִ֖ים'E.lo.HimGodH430
  13. גַּ֥םgamalsoH1571
  14. אֶת\־'et-<obj.>H853
  15. זַרְעֶֽ/ךָ\׃zar.'E./khaoffspring/ yourH2233
12
  1. וַ/יּוֹצֵ֥אva/i.yo.Tze'and/ he tookH3318
  2. יוֹסֵ֛ףyo.SefJosephH3130
  3. אֹתָ֖/ם'o.Ta/m<obj.>/ themH853
  4. מֵ/עִ֣םme./'Imfrom/ withH5973
  5. בִּרְכָּ֑י/וbir.Ka/vknees/ hisH1290
  6. וַ/יִּשְׁתַּ֥חוּva/i.yish.Ta.chuand/ he bowed downH7812
  7. לְ/אַפָּ֖י/וle./'a.Pa/vto/ face/ hisH639
  8. אָֽרְצָ/ה\׃'A.re.tza/hH776
13
  1. וַ/יִּקַּ֣חva/i.yi.Kachand/ he tookH3947
  2. יוֹסֵף֮yo.SefJosephH3130
  3. אֶת\־'et-<obj.>H853
  4. שְׁנֵי/הֶם֒she.nei./HemH8147
  5. אֶת\־'et-<obj.>H853
  6. אֶפְרַ֤יִם'ef.Ra.yimEphraimH669
  7. בִּֽ/ימִינ/וֹ֙bi./mi.N/oat/ right [hand]/ hisH3225
  8. מִ/שְּׂמֹ֣אלmi./se.Molfrom/ [the] left ofH8040
  9. יִשְׂרָאֵ֔לYis.ra.'ElIsraelH3478
  10. וְ/אֶת\־ve./'Etand/ <obj.>H853
  11. מְנַשֶּׁ֥הme.na.ShehManassehH4519
  12. בִ/שְׂמֹאל֖/וֹvi/s.mo.L/oat/ left [hand]/ hisH8040
  13. מִ/ימִ֣יןmi./Minfrom/ [the] right ofH3225
  14. יִשְׂרָאֵ֑לYis.ra.'ElIsraelH3478
  15. וַ/יַּגֵּ֖שׁva/i.ya.Geshand/ he brought [them] nearH5066
  16. אֵלָֽי/ו\׃'e.La/vto/ himH413
14
  1. וַ/יִּשְׁלַח֩va/i.yish.Lachand/ he stretched outH7971
  2. יִשְׂרָאֵ֨לYis.ra.'ElIsraelH3478
  3. אֶת\־'et-<obj.>H853
  4. יְמִינ֜/וֹye.mi.N/oright [hand]/ hisH3225
  5. וַ/יָּ֨שֶׁתva/i.Ya.shetand/ he put [it]H7896
  6. עַל\־'al-onH5921
  7. רֹ֤אשׁroshH7218
  8. אֶפְרַ֙יִם֙'ef.Ra.yimEphraimH669
  9. וְ/ה֣וּאve./Hu'and/ heH1931
  10. הַ/צָּעִ֔ירha./tza.'IrH6810
  11. וְ/אֶת\־ve./'Etand/ <obj.>H853
  12. שְׂמֹאל֖/וֹse.mo.L/oleft [hand]/ hisH8040
  13. עַל\־'al-onH5921
  14. רֹ֣אשׁroshH7218
  15. מְנַשֶּׁ֑הme.na.ShehManassehH4519
  16. שִׂכֵּל֙si.Kelhe laid cross-wiseH7919
  17. אֶת\־'et-<obj.>H853
  18. יָדָ֔י/וya.Da/vhands/ hisH3027
  19. כִּ֥יkiforH3588
  20. מְנַשֶּׁ֖הme.na.ShehManassehH4519
  21. הַ/בְּכֽוֹר\׃ha./be.KhorH1060
15
  1. וַ/יְבָ֥רֶךְva/y.Va.rekhand/ he blessedH1288
  2. אֶת\־'et-<obj.>H853
  3. יוֹסֵ֖ףyo.SefJosephH3130
  4. וַ/יֹּאמַ֑רva/i.yo.Marand/ he saidH559
  5. הָֽ/אֱלֹהִ֡יםha./'E.lo.Him<the>/ GodH430
  6. אֲשֶׁר֩'a.SherwhomH834
  7. הִתְהַלְּכ֨וּhit.ha.le.Khuthey walked aboutH1980
  8. אֲבֹתַ֤/י'a.vo.Ta/ifathers/ myH1
  9. לְ/פָנָי/ו֙le./fa.Na/v<to>/ before/ himH6440
  10. אַבְרָהָ֣ם'av.ra.HamAbrahamH85
  11. וְ/יִצְחָ֔קve./yitz.Chakand/ IsaacH3327
  12. הָֽ/אֱלֹהִים֙ha./'E.lo.Him<the>/ GodH430
  13. הָ/רֹעֶ֣הha./ro.'Ehwho/ shepherdedH7462
  14. אֹתִ֔/י'o.T/i<obj.>/ meH853
  15. מֵ/עוֹדִ֖/יme./'o.D/ifrom/ duration/ myH5750
  16. עַד\־'ad-untilH5704
  17. הַ/יּ֥וֹםhai./Yomthe/ dayH3117
  18. הַ/זֶּֽה\׃ha./Zeh<the>/ thisH2088
16
  1. הַ/מַּלְאָךְ֩ha./mal.'oKhthe/ angelH4397
  2. הַ/גֹּאֵ֨לha./go.'Elwho/ has redeemedH1350
  3. אֹתִ֜/י'o.T/i<obj.>/ meH853
  4. מִ/כָּל\־mi./kolfrom/ allH3605
  5. רָ֗עRa'harmH7451
  6. יְבָרֵךְ֮ye.va.reKhmay he blessH1288
  7. אֶת\־'et-<obj.>H853
  8. הַ/נְּעָרִים֒ha./ne.'a.Rimthe/ ladsH5288
  9. וְ/יִקָּרֵ֤אve./yi.ka.Re'and/ may it be calledH7121
  10. בָ/הֶם֙va./Hemin/ themH9038
  11. שְׁמִ֔/יshe.M/iname/ myH8034
  12. וְ/שֵׁ֥םve./Shemand/ [the] name ofH8034
  13. אֲבֹתַ֖/י'a.vo.Ta/ifathers/ myH1
  14. אַבְרָהָ֣ם'av.ra.HamAbrahamH85
  15. וְ/יִצְחָ֑קve./yitz.Chakand/ IsaacH3327
  16. וְ/יִדְגּ֥וּve./yid.Guand/ may they multiplyH1711
  17. לָ/רֹ֖בla./Roto/ abundanceH7230
  18. בְּ/קֶ֥רֶבbe./Ke.revin/ [the] midst ofH7130
  19. הָ/אָֽרֶץ\׃ha./'A.retzthe/ earthH776
17
  1. וַ/יַּ֣רְאva/i.Yar'and/ he sawH7200
  2. יוֹסֵ֗ףyo.SefJosephH3130
  3. כִּי\־ki-thatH3588
  4. יָשִׁ֨יתya.Shithe will putH7896
  5. אָבִ֧י/ו'a.Vi/vfather/ hisH1
  6. יַד\־yad-H3027
  7. יְמִינ֛/וֹye.mi.N/oright/ hisH3225
  8. עַל\־'al-onH5921
  9. רֹ֥אשׁroshH7218
  10. אֶפְרַ֖יִם'ef.Ra.yimEphraimH669
  11. וַ/יֵּ֣רַעva/i.Ye.ra'and/ it was displeasingH7489
  12. בְּ/עֵינָ֑י/וbe./'ei.Na/vin/ view/ hisH5869
  13. וַ/יִּתְמֹ֣ךְva/i.yit.Mokhand/ he graspedH8551
  14. יַד\־yad-H3027
  15. אָבִ֗י/ו'a.Vi/vfather/ hisH1
  16. לְ/הָסִ֥ירle./ha.Sirto/ removeH5493
  17. אֹתָ֛/הּ'o.Ta/h<obj.>/ itH853
  18. מֵ/עַ֥לme./'Alfrom/ onH5921
  19. רֹאשׁ\־rosh-H7218
  20. אֶפְרַ֖יִם'ef.Ra.yimEphraimH669
  21. עַל\־'al-onH5921
  22. רֹ֥אשׁroshH7218
  23. מְנַשֶּֽׁה\׃me.na.ShehManassehH4519
18
  1. וַ/יֹּ֧אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. יוֹסֵ֛ףyo.SefJosephH3130
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. אָבִ֖י/ו'a.Vi/vfather/ hisH1
  5. לֹא\־lo'-notH3808
  6. כֵ֣ןkhenthusH3651
  7. אָבִ֑/י'a.V/iO father/ myH1
  8. כִּי\־ki-forH3588
  9. זֶ֣הzehthisH2088
  10. הַ/בְּכֹ֔רha./be.KhorH1060
  11. שִׂ֥יםsimputH7760
  12. יְמִינְ/ךָ֖ye.mi.ne./Kharight [hand]/ yourH3225
  13. עַל\־'al-onH5921
  14. רֹאשֽׁ/וֹ\׃ro.Sh/ohead/ hisH7218
19
  1. וַ/יְמָאֵ֣ןva/y.ma.'Enand/ he refusedH3985
  2. אָבִ֗י/ו'a.Vi/vfather/ hisH1
  3. וַ/יֹּ֙אמֶר֙va/i.Yo.merand/ he saidH559
  4. יָדַ֤עְתִּֽיya.Da'.tiI knowH3045
  5. בְנִ/י֙ve.N/iO son/ myH1121
  6. יָדַ֔עְתִּיya.Da'.tiI knowH3045
  7. גַּם\־gam-alsoH1571
  8. ה֥וּאhu'heH1931
  9. יִֽהְיֶה\־yih.yeh-he will becomeH1961
  10. לְּ/עָ֖םle./'Am<into>/ a peopleH5971
  11. וְ/גַם\־ve./gam-and/ alsoH1571
  12. ה֣וּאhu'heH1931
  13. יִגְדָּ֑לyig.Dalhe will become greatH1431
  14. וְ/אוּלָ֗םve./'u.Lamand/ butH199
  15. אָחִ֤י/ו'a.Chi/vbrother/ hisH251
  16. הַ/קָּטֹן֙ha./ka.Ton<the>/ youngH6996
  17. יִגְדַּ֣לyig.Dalhe will become greatH1431
  18. מִמֶּ֔/נּוּmi.Me./numore than/ himH4480
  19. וְ/זַרְע֖/וֹve./zar.'/Oand/ offspring/ hisH2233
  20. יִהְיֶ֥הyih.Yehit will beH1961
  21. מְלֹֽא\־me.lo'-H4393
  22. הַ/גּוֹיִֽם\׃ha./go.Yimthe/ nationsH1471
20
  1. וַ/יְבָ֨רֲכֵ֜/םva/y.Va.ra.Khe/mand/ he blessed/ themH1288
  2. בַּ/יּ֣וֹםba/i.Yomon the/ dayH3117
  3. הַ/הוּא֮ha./Hu'<the>/ thatH1931
  4. לֵ/אמוֹר֒le./mOr<to>/ sayingH559
  5. בְּ/ךָ֗be./Khaby/ youH9031
  6. יְבָרֵ֤ךְye.va.Rekhit will blessH1288
  7. יִשְׂרָאֵל֙Yis.ra.'ElIsraelH3478
  8. לֵ/אמֹ֔רle./Mor<to>/ sayingH559
  9. יְשִֽׂמְ/ךָ֣ye.sim./Khamay he make/ youH7760
  10. אֱלֹהִ֔ים'E.lo.HimGodH430
  11. כְּ/אֶפְרַ֖יִםke./'ef.Ra.yimlike/ EphraimH669
  12. וְ/כִ/מְנַשֶּׁ֑הve./khi/m.na.Shehand/ like/ ManassehH4519
  13. וַ/יָּ֥שֶׂםva/i.Ya.semand/ he putH7760
  14. אֶת\־'et-<obj.>H853
  15. אֶפְרַ֖יִם'ef.Ra.yimEphraimH669
  16. לִ/פְנֵ֥יli/f.Nei<to>/ beforeH6440
  17. מְנַשֶּֽׁה\׃me.na.ShehManassehH4519
21
  1. וַ/יֹּ֤אמֶרva/i.Yo.merand/ he saidH559
  2. יִשְׂרָאֵל֙Yis.ra.'ElIsraelH3478
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. יוֹסֵ֔ףyo.SefJosephH3130
  5. הִנֵּ֥הhi.Nehhere!H2009
  6. אָנֹכִ֖י'a.no.KhiIH595
  7. מֵ֑תMetH4191
  8. וְ/הָיָ֤הve./ha.Yahand/ he will beH1961
  9. אֱלֹהִים֙'E.lo.HimGodH430
  10. עִמָּ/כֶ֔ם'i.ma./Khemwith/ youH5973
  11. וְ/הֵשִׁ֣יבve./he.Shivand/ he will bring backH7725
  12. אֶתְ/כֶ֔ם'et./Khem<obj.>/ youH853
  13. אֶל\־'el-toH413
  14. אֶ֖רֶץ'E.retzH776
  15. אֲבֹתֵי/כֶֽם\׃'a.vo.tei./Khemfathers/ yourH1
22
  1. וַ/אֲנִ֞יva./'a.Niand/ IH589
  2. נָתַ֧תִּֽיna.Ta.tiI giveH5414
  3. לְ/ךָ֛le./Khato/ youH9031
  4. שְׁכֶ֥םshe.Khema shoulderH7926
  5. אַחַ֖ד'a.ChadoneH259
  6. עַל\־'al-overH5921
  7. אַחֶ֑י/ךָ'a.Chei./khabrothers/ yourH251
  8. אֲשֶׁ֤ר'a.SherwhichH834
  9. לָקַ֙חְתִּי֙la.Kach.tiI tookH3947
  10. מִ/יַּ֣דmi./Yadfrom/ [the] hand ofH3027
  11. הָֽ/אֱמֹרִ֔יha./'e.mo.Rithe/ Amorite[s]H567
  12. בְּ/חַרְבִּ֖/יbe./char.B/iby/ sword/ myH2719
  13. וּ/בְ/קַשְׁתִּֽ/י\׃\ \פu./ve./kash.T/iand/ by/ bow/ myH7198

View the full Hebrew interlinear for Genesis 48 →

Strong's words in Genesis 48 (6)
Strong's H559 — וַ/יֹּ֣אמֶר (va/i.Yo.mer)
and/ someone said. Appears 14 times in Genesis 48.
Strong's H3130 — לְ/יוֹסֵ֔ף (le./yo.Sef)
to/ Joseph. Appears 12 times in Genesis 48.
Strong's H1 — אָבִ֖י/ךָ ('a.Vi./kha)
father/ your. Appears 10 times in Genesis 48.
Strong's H3478 — יִשְׂרָאֵ֔ל (Yis.ra.'El)
Israel. Appears 9 times in Genesis 48.
Strong's H4519 — מְנַשֶּׁ֖ה (me.na.Sheh)
Manasseh. Appears 8 times in Genesis 48.
Strong's H669 — אֶפְרָֽיִם\׃ ('ef.Ra.yim)
Ephraim. Appears 8 times in Genesis 48.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2548 Bibles in 2203 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress