Skip to content

A little app tip

Back and forward, in one button

The back arrow at the bottom of the app can take you in either direction.

Tap the arrowGo back
Press and holdGo forward

Hold briefly, then release. Forward is available after you have gone back. You can also use Shift+Enter on a keyboard.

Add your phone number?

Optional. Nothing is sent unless you choose it.

Audio Bible
The Historic Faith

Chapter Job 38 Language Oromo, West Central Bible ID GAZGAZ Label GAZ Catalog Oromo, West Central - Bible Society of Ethiopia Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Kana irratti Waaqayyo bubbee jabaa keessaa Iyyoobitti dubbate. Akkana jedhes:
2 “Namni dubbii beekumsa malee dubbatamuun karoora koo dukkanneessu kun eenyu?
3 Mee akka gootaa mudhii kee hidhadhu; ani sin gaafadha; ati immoo deebii naa kenni.
4 “Yeroo ani hundee lafaa kaaʼetti ati eessa turte? Yoo hubatte mee natti himi.
5 Eenyutu balʼina ishee murteesse? Dhugumaan ni beektaa? Eenyutu ulee safaraa ishee irra harkise?
6 Hundeen ishee maal irra dhaabame? Yookaan eenyutu dhagaa golee ishee dhaabe?
7 Kunis yeroo bakkalchoonni barii walii wajjin faarfatanitti, yeroo ilmaan Waaqayyoos ililchanitti ture.
8 “Yeroo galaanni cabsee garaa lafaa keessaa baʼetti eenyutu balbala itti cufee ittise?
9 Yeroo ani duumessoota uffata isaa godhee dukkana guddaan maretti,
10 yeroo ani daangaa isaa dhaabee balbalaa fi danqaraa hojjedheefitti,
11 anis, ‘Ati hamma asiitti dhufta; garuu darbuu hin dandeessu; dambaliin of jajuu keetii illee asumatti dhaabata!’ jedheen.
12 “Ati bara jireenya keetii barraaqa ajajjee yookaan barii obborootti iddoo isaa argisiiftee beektaa?
13 Akka inni handaara lafaa qabatee namoota hamoo achi keessaa hurgufu gooteertaa?
14 Lafti akka suphee chaappaa jala jiruutti bifa geeddaratti; bifti ishees akka bifa uffataatti mulʼata.
15 Hamoonni ifa isaanii dhowwatamaniiru; irreen isaanii inni ol kaʼes cabeera.
16 “Ati gara burqaa galaanaa gad buutee yookaan tuujuba bishaanii seentee hundee isaa irra deemtee beektaa?
17 Karri duʼaa sitti mulʼifameeraa? Karra gaaddidduu duʼaas argiteertaa?
18 Balʼina lafaa guddaa sana hubatteertaa? Yoo kana hunda beekte dubbadhu.
19 “Karaan iddoo ifni jirutti nama geessu kami? Dukkannis eessa jiraata?
20 Iddoo isaaniitti isaan geessuu dandeessaa? Daandii lafa jireenya isaaniitti geessu beektaa?
21 Ati dhugumaan ni beekta; yeroo sana dhalatteertaatii! Ati bara hedduu jiraatteerta!
22 “Mankuusa cabbii seentee yookaan mankuusa dhagaa cabbii argiteertaa?
23 Kan ani yeroo rakkinaatiif, guyyaa waraanaa fi lolaatiif ol kaaʼadhe argiteertaa?
24 Karaan iddoo ifni itti bittinnaaʼutti yookaan gara iddoo bubbeen baʼaa itti lafa irra faffacaʼuutti nama geessu kami?
25 Eenyutu lolaadhaaf boʼoo, bakakkaadhaaf immoo daandii baasee,
26 lafa namni tokko iyyuu keessa hin jiraanne, gammoojjii namni tokko iyyuu keessa hin jirre bishaan obaasuuf,
27 lafa namni keessa hin jiraannee fi lafa onaa quubsee margas itti biqilchu eenyu?
28 Roobni abbaa qabaa? Copha fixeensaa eenyutu dhalche?
29 Cabbiin garaa eenyuutii baʼa? Qorra samii eenyutu dhala?
30 Bishaanonni akka dhagaa jabaatu, fuulli tuujubaas akka cabbii taʼa.
31 “Urjiiwwan babbareedoo Torbii jedhaman hidhuu ni dandeessaa? Yookaan hidhaa Urjii Sadee jedhamuu hiikuu ni dandeessaa?
32 Tuuta urjiiwwanii waqtiilee isaaniitti fiduu yookaan urjii Amaaketa jedhamu ilmaan isaa wajjin bobbaasuu ni dandeessaa?
33 Seera samiiwwanii beektaa? Bulchiinsa isaanii lafa irratti hundeessuu ni dandeessaa?
34 “Ati sagalee kee gara duumessaatti ol fudhattee, lolaa bishaaniitiin of haguuguu ni dandeessaa?
35 Ati bakakkaa daandii isaa irra erguu ni dandeessaa? Innis, ‘Kunoo ani asan jira’ siin jedhaa?
36 Eenyutu yaada garaatiif ogummaa yookaan sammuudhaaf hubannaa kenne?
37 Eenyutu duumessoota lakkaaʼuuf ogummaa qaba? Eenyutu okkotee bishaan samii
38 yeroo biyyoon jabaattutti, yeroo supheen wal qabattutti jalʼisuu dandaʼa?
39 “Ati leenca dhalaadhaaf nyaata adamsitee saafela leencaas beela baaftee
40 yeroo isaan manʼee isaanii keessatti riphanitti yookaan yeroo isaan daggala keessatti riphanii waa eeggatanitti beela ni baaftaa?
41 Eenyutu yeroo ilmaan ishee gara Waaqaatti iyyan, yeroo isaan nyaata dhabanii jooranitti, arraagessaaf nyaata kenna?
Chapter information and study resources

Listen to Job 38 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for Job 38

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about Job 38. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

Job 38 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers, 13 cross-references.

Cross-references in Job 38 (13)

See the full cross-reference index →

Hebrew interlinear — Job 38:1–41 (297 words)
1
  1. וַיַּֽעַןwayyaʿan`anah: (properly) to eye; (generally) to heed, i.e. pay attentionH6030
  2. יְהוָ֣הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  3. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  4. אִ֭יּוֹבʾiyyôbIyowb: hated (i.e. persecuted); Ijob, the patriarch famous for his patienceH347
  5. הַסְּעָרָ֗הhassĕʿārâca`ar: a hurricaneH5591
  6. וַיֹּאמַֽר׃wayyōʾmaramar: to say (used with great latitude)H559
2
  1. מִ֤יmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  2. זֶ֨ה׀zezeh: the masculine demonstrative pronoun, this or thatH2088
  3. מַחְשִׁ֖יךְmaḥšîkchashak: to be dark (as withholding light); transitively, to darkenH2821
  4. עֵצָ֥הʿēṣâ`etsah: advice; (by implication) planH6098
  5. בְמִלִּ֗יןbĕmillînmillah: a word; collectively, a discourseH4405
  6. בְּֽלִיbĕlîbliy: (properly) failure; nothing or destructionH1097
  7. דָֽעַת׃dāʿatda`ath: knowledgeH1847
3
  1. אֱזָרʾĕzārazar: to beltH247
  2. נָ֣אnāʾna': added mostly to verbs (in the Imperative or Future), or to interjections, occasionally to an adverb or conjunctionH4994
  3. כְגֶ֣בֶרkĕgebergeber: (properly) a valiant man or warrior; (generally) a person simplyH1397
  4. חֲלָצֶ֑יךָḥălāṣêkāchalats: only in the dual; the loins (as the seat of vigor)H2504
  5. וְ֝אֶשְׁאָלְךָ֗wĕʾešʾolkāsha'al: to inquire; (by implication) to requestH7592
  6. וְהוֹדִיעֵֽנִי׃wĕhôdîʿēnîyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
4
  1. אֵיפֹ֣הʾêpōeyphoh: what place?; (of time) when?H375
  2. הָ֭יִיתָhāyîtāhayah: to exist; to be or becomeH1961
  3. בְּיָסְדִיbĕyosdîyacad: to set (literally or figuratively); intensively, to foundH3245
  4. אָ֑רֶץʾāreṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  5. הַ֝גֵּ֗דhaggēdnagad: (properly) to front, i.e. stand boldly out oppositeH5046
  6. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  7. יָדַ֥עְתָּyādaʿtāyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  8. בִינָֽה׃bînâbiynah: understandingH998
5
  1. מִיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  2. שָׂ֣םśāmsuwm: to put (used in a great variety of applications, literal, figurative, inferentially, and elliptically)H7760
  3. מְ֭מַדֶּיהָmĕmaddêhāmemad: a measureH4461
  4. כִּ֣יkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  5. תֵדָ֑עtēdāʿyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  6. א֤וֹʾôow: desire (and so probably in Prov. 31; hence (by way of alternative) or, also ifH176
  7. מִֽיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  8. נָטָ֖הnāṭânatah: to stretch or spread out; (by implication) to bend away (including moral deflection)H5186
  9. עָלֶ֣יהָʿālêhā`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  10. קָּֽו׃qāwqav: a cord (as connecting), especially for measuringH6957
6
  1. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  2. מָ֭הmâmah: (properly, interrogative) what? (including how? why? when?)H4100
  3. אֲדָנֶ֣יהָʾădānêhāeden: a basis (of a building, a column, etc.)H134
  4. הָטְבָּ֑עוּhoṭbāʿûtaba`: to sinkH2883
  5. א֥וֹʾôow: desire (and so probably in Prov. 31; hence (by way of alternative) or, also ifH176
  6. מִֽיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  7. יָ֝רָ֗הyārâyarah: (properly) to flow as water; (hence) to rainH3384
  8. אֶ֣בֶןʾebeneben: a stoneH68
  9. פִּנָּתָֽהּ׃pinnātāhpinnah: an angle; (by implication) a pinnacleH6438
7
  1. בְּרָןbĕrānranan: (properly) to creak (or emit a stridulous sound), i.e. to shout (usually for joy)H7442
  2. יַ֭חַדyaḥadyachad: (properly) a unit, i.e. (adverb) unitedlyH3162
  3. כּ֣וֹכְבֵיkôkĕbêkowkab: a star (as round or as shining); (figuratively) a princeH3556
  4. בֹ֑קֶרbōqerboqer: (properly) dawn (as the break of day); (generally) morningH1242
  5. וַ֝יָּרִ֗יעוּwayyārîʿûruwa`: to mar (especially by breaking); (figuratively) to split the ears (with sound)H7321
  6. כָּלkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  7. בְּנֵ֥יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  8. אֱלֹהִֽים׃ʾĕlōhîmelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
8
  1. וַיָּ֣סֶךְwayyāsekcakak: (properly) to entwine as a screen; (by implication) to fence in, cover overH5526
  2. בִּדְלָתַ֣יִםbidlātayimdeleth: something swinging, i.e. the valve of a doorH1817
  3. יָ֑םyāmyam: a sea (as breaking in noisy surf) or large body of waterH3220
  4. בְּ֝גִיח֗וֹbĕgîḥôgiyach: to gush forth (as water); (generally) to issueH1518
  5. מֵרֶ֥חֶםmēreḥemrechem: the wombH7358
  6. יֵצֵֽא׃yēṣēʾyatsa': to go out; (causatively) to bring outH3318
9
  1. בְּשׂוּמִ֣יbĕśûmîsuwm: to put (used in a great variety of applications, literal, figurative, inferentially, and elliptically)H7760
  2. עָנָ֣ןʿānān`anan: a cloud (as covering the sky), i.e. the nimbus or thunder-cloudH6051
  3. לְבֻשׁ֑וֹlĕbušôlbuwsh: a garment (literally or figuratively); (by implication) (euphem.) a wifeH3830
  4. וַ֝עֲרָפֶ֗לwaʿărāpel`araphel: gloom (as of a lowering sky)H6205
  5. חֲתֻלָּתֽוֹ׃ḥătullātôchathullah: a swathing cloth (figuratively)H2854
10
  1. וָאֶשְׁבֹּ֣רwāʾešbōrshabar: to burst (literally or figuratively)H7665
  2. עָלָ֣יוʿālāyw`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  3. חֻקִּ֑יḥuqqîchoq: an enactment; (hence) an appointment (of time, space, quantity, labor or usage)H2706
  4. וָֽ֝אָשִׂ֗יםwāʾāśîmsuwm: to put (used in a great variety of applications, literal, figurative, inferentially, and elliptically)H7760
  5. בְּרִ֣יחַbĕrîaḥbriyach: a boltH1280
  6. וּדְלָתָֽיִם׃ûdĕlātāyimdeleth: something swinging, i.e. the valve of a doorH1817
11
  1. וָאֹמַ֗רwāʾōmaramar: to say (used with great latitude)H559
  2. עַדʿad`ad: (properly) a (peremptory) terminusH5704
  3. פֹּ֣הpōpoh: this place (French ici), i.e. here or henceH6311
  4. תָ֭בוֹאtābôʾbow': to go or come (in a wide variety of applications)H935
  5. וְלֹ֣אwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  6. תֹסִ֑יףtōsîpyacaph: to add or augment (often adverbial, to continue to do a thing)H3254
  7. וּפֹ֥אûpōʾpoh: this place (French ici), i.e. here or henceH6311
  8. יָ֝שִׁ֗יתyāšîtshiyth: to place (in a very wide application)H7896
  9. בִּגְא֥וֹןbigʾônga'own: the same as H1346H1347
  10. גַּלֶּֽיךָ׃gallêkāgal: something rolled, i.e. a heap of stone or dung (plural ruins), by analogy, a spring of water (plural waves)H1530
12
  1. הֲֽ֭מִיָּמֶיךָhămiyyāmêkāyowm: a day (as the warm hours), whether literal (from sunrise to sunset, or from one sunset to the next), or...H3117
  2. צִוִּ֣יתָṣiwwîtātsavah: (intensively) to constitute, enjoinH6680
  3. בֹּ֑קֶרbōqerboqer: (properly) dawn (as the break of day); (generally) morningH1242
  4. יִדַּ֖עְתָּהַyiddaʿtāahyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  5. שַּׁ֣חַרšaḥarshachar: dawn (literal, figurative or adverbial)H7837
  6. מְקֹמֽוֹ׃mĕqōmômaqowm: (properly) a standing, i.e. a spot; but used widely of a locality (general or specific)H4725
13
  1. לֶ֭אֱחֹזleʾĕḥōzachaz: to seize (often with the accessory idea of holding in possession)H270
  2. בְּכַנְפ֣וֹתbĕkanpôtkanaph: an edge or extremityH3671
  3. הָאָ֑רֶץhāʾāreṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  4. וְיִנָּעֲר֖וּwĕyinnāʿărûna`ar: to tumble aboutH5287
  5. רְשָׁעִ֣יםrĕšāʿîmrasha`: morally wrong; (concretely) an (actively) bad personH7563
  6. מִמֶּֽנָּה׃mimmennâmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
14
  1. תִּ֭תְהַפֵּךְtithappēkhaphak: to turn about or over; (by implication) to change, overturn, return, pervertH2015
  2. כְּחֹ֣מֶרkĕḥōmerchomer: (properly) a bubbling up, i.e. of water, a waveH2563
  3. חוֹתָ֑םḥôtāmchowtham: a signature-ringH2368
  4. וְ֝יִֽתְיַצְּב֗וּwĕyitĕyaṣṣĕbûyatsab: to place (any thing so as to stay); reflexively, to station, offer, continueH3320
  5. כְּמ֣וֹkĕmôkmow: as, thus, soH3644
  6. לְבֽוּשׁ׃lĕbûšlbuwsh: a garment (literally or figuratively); (by implication) (euphem.) a wifeH3830
15
  1. וְיִמָּנַ֣עwĕyimmānaʿmana`: to debar (negatively or positively) from benefit or injuryH4513
  2. מֵרְשָׁעִ֣יםmērĕšāʿîmrasha`: morally wrong; (concretely) an (actively) bad personH7563
  3. אוֹרָ֑םʾôrāmowr: illumination; (concretely) luminary (in every sense, including lightning, happiness, etc.)H216
  4. וּזְר֥וֹעַûzĕrôaʿzrowa`: the arm (as stretched out), or (of animals) the forelegH2220
  5. רָ֝מָ֗הrāmâruwm: to be high actively, to rise or raise (in various applications, literally or figuratively)H7311
  6. תִּשָּׁבֵֽר׃tiššābērshabar: to burst (literally or figuratively)H7665
16
  1. הֲ֭בָאתָhăbāʾtābow': to go or come (in a wide variety of applications)H935
  2. עַדʿad`ad: (properly) a (peremptory) terminusH5704
  3. נִבְכֵיnibkênebek: a fountainH5033
  4. יָ֑םyāmyam: a sea (as breaking in noisy surf) or large body of waterH3220
  5. וּבְחֵ֥קֶרûbĕḥēqercheqer: examination, enumeration, deliberationH2714
  6. תְּ֝ה֗וֹםtĕhômthowm: an abyss (as a surging mass of water), especially the deep (the main sea or the subterranean water-supply)H8415
  7. הִתְהַלָּֽכְתָּ׃hithallākĕttāhalak: a primitive root; to walk (in a great variety of applications, literally and figuratively)H1980
17
  1. הֲנִגְל֣וּhăniglûgalah: to denude (especially in a disgraceful sense)H1540
  2. לְ֭ךָlĕkā
  3. שַׁעֲרֵיšaʿărêsha`ar: an opening, i.e. door or gateH8179
  4. מָ֑וֶתmāwetmaveth: death (natural or violent); (concretely) the dead, their place or state (hades)H4194
  5. וְשַׁעֲרֵ֖יwĕšaʿărêsha`ar: an opening, i.e. door or gateH8179
  6. צַלְמָ֣וֶתṣalmāwettsalmaveth: shade of death, i.e. the grave (figuratively, calamity)H6757
  7. תִּרְאֶֽה׃tirʾera'ah: to see, literally or figuratively (in numerous applications, direct and implied, transitive, intransitive and...H7200
18
  1. הִ֭תְבֹּנַנְתָּhitbōnantābiyn: to separate mentally (or distinguish); (generally) understandH995
  2. עַדʿad`ad: (properly) a (peremptory) terminusH5704
  3. רַחֲבֵיraḥăbêrachab: a widthH7338
  4. אָ֑רֶץʾāreṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  5. הַ֝גֵּ֗דhaggēdnagad: (properly) to front, i.e. stand boldly out oppositeH5046
  6. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  7. יָדַ֥עְתָּyādaʿtāyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  8. כֻלָּֽהּ׃kullāhkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
19
  1. אֵיʾêay: where? hence how?H335
  2. זֶ֣הzezeh: the masculine demonstrative pronoun, this or thatH2088
  3. הַ֭דֶּרֶךְhadderekderek: a road (as trodden); (figuratively) a course of life or mode of action, often adverbH1870
  4. יִשְׁכָּןyiškānshakan: to reside or permanently stay (literally or figuratively)H7931
  5. א֑וֹרʾôrowr: illumination; (concretely) luminary (in every sense, including lightning, happiness, etc.)H216
  6. וְ֝חֹ֗שֶׁךְwĕḥōšekchoshek: the dark; hence (literally) darknessH2822
  7. אֵיʾêay: where? hence how?H335
  8. זֶ֥הzezeh: the masculine demonstrative pronoun, this or thatH2088
  9. מְקֹמֽוֹ׃mĕqōmômaqowm: (properly) a standing, i.e. a spot; but used widely of a locality (general or specific)H4725
20
  1. כִּ֣יkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. תִ֭קָּחֶנּוּtiqqāḥennûlaqach: to take (in the widest variety of applications)H3947
  3. אֶלʾelel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  4. גְּבוּל֑וֹgĕbûlôgbuwl: (properly) a cord (as twisted); (by implication) a boundaryH1366
  5. וְכִֽיwĕkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  6. תָ֝בִ֗יןtābînbiyn: to separate mentally (or distinguish); (generally) understandH995
  7. נְתִיב֥וֹתnĕtîbôtnathiyb: a (beaten) trackH5410
  8. בֵּיתֽוֹ׃bêtôbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
21
  1. יָ֭דַעְתָּyādaʿtāyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  2. כִּיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  3. אָ֣זʾāzaz: at that time or place; (as a conjunction) thereforeH227
  4. תִּוָּלֵ֑דtiwwālēdyalad: to bear young; (causatively) to begetH3205
  5. וּמִסְפַּ֖רûmisparmicpar: a number; (definite) arithmetical numberH4557
  6. יָמֶ֣יךָyāmêkāyowm: a day (as the warm hours), whether literal (from sunrise to sunset, or from one sunset to the next), or...H3117
  7. רַבִּֽים׃rabbîmrab: abundant (in quantity, size, age, number, rank, quality)H7227
22
  1. הֲ֭בָאתָhăbāʾtābow': to go or come (in a wide variety of applications)H935
  2. אֶלʾelel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  3. אֹצְר֣וֹתʾōṣĕrôtowtsar: a depositoryH214
  4. שָׁ֑לֶגšālegsheleg: snow (probably from its whiteness)H7950
  5. וְאוֹצְר֖וֹתwĕʾôṣĕrôtowtsar: a depositoryH214
  6. בָּרָ֣דbārādbarad: hailH1259
  7. תִּרְאֶֽה׃tirʾera'ah: to see, literally or figuratively (in numerous applications, direct and implied, transitive, intransitive and...H7200
23
  1. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  2. חָשַׂ֥כְתִּיḥāśaktîchasak: to restrain; (reflexively) refrainH2820
  3. לְעֶתlĕʿet`eth: time, especially (adverb with preposition) now, when, etcH6256
  4. צָ֑רṣārtsar: narrow; (as a noun) a tight place (usually figuratively, i.e. trouble)H6862
  5. לְי֥וֹםlĕyômyowm: a day (as the warm hours), whether literal (from sunrise to sunset, or from one sunset to the next), or...H3117
  6. קְ֝רָ֗בqĕrābqrab: hostile encounterH7128
  7. וּמִלְחָמָֽה׃ûmilḥāmâmilchamah: a battle (i.e. the engagement); (generally) war (i.e. warfare)H4421
24
  1. אֵיʾêay: where? hence how?H335
  2. זֶ֣הzezeh: the masculine demonstrative pronoun, this or thatH2088
  3. הַ֭דֶּרֶךְhadderekderek: a road (as trodden); (figuratively) a course of life or mode of action, often adverbH1870
  4. יֵחָ֣לֶקyēḥāleqchalaq: to be smooth (figuratively); (by implication) (as smooth stones were used for lots) to apportion or separateH2505
  5. א֑וֹרʾôrowr: illumination; (concretely) luminary (in every sense, including lightning, happiness, etc.)H216
  6. יָפֵ֖ץyāpēṣpuwts: to dash in pieces, literally or figuratively (especially to disperse)H6327
  7. קָדִ֣יםqādîmqadiym: the fore or front part; hence (by orientation) the East (often adverbially, eastward, for brevity the east wind)H6921
  8. עֲלֵיʿălê`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  9. אָֽרֶץ׃ʾāreṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
25
  1. מִֽיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  2. פִלַּ֣גpillagpalag: to split (literally or figuratively)H6385
  3. לַשֶּׁ֣טֶףlaššeṭepsheteph: a deluge (literally or figuratively)H7858
  4. תְּעָלָ֑הtĕʿālât`alah: a channel (into which water is raised for irrigation)H8585
  5. וְ֝דֶ֗רֶךְwĕderekderek: a road (as trodden); (figuratively) a course of life or mode of action, often adverbH1870
  6. לַחֲזִ֥יזlaḥăzîzchaziyz: a flash of lightningH2385
  7. קֹלֽוֹת׃qōlôtqowl: a voice or soundH6963
26
  1. לְ֭הַמְטִירlĕhamṭîrmatar: to rainH4305
  2. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  3. אֶ֣רֶץʾereṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  4. לֹאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  5. אִ֑ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  6. מִ֝דְבָּ֗רmidbārmidbar: a pasture (i.e. open field, whither cattle are driven)H4057
  7. לֹאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  8. אָדָ֥םʾādāmadam: ruddy i.e. a human being (an individual or the species, mankind, etc.)H120
27
  1. לְהַשְׂבִּ֣יעַlĕhaśbîaʿsaba`: to sate, i.e. fill to satisfaction (literally or figuratively)H7646
  2. שֹׁ֭אָהšōʾâshow': a tempest; (by implication) devastationH7722
  3. וּמְשֹׁאָ֑הûmĕšōʾâmshow'ah: a ruin; (abstractly) the act of ruiningH4875
  4. וּ֝לְהַצְמִ֗יחַûlĕhaṣmîaḥtsamach: to sprout (transitive or intransitive, literal or figurative)H6779
  5. מֹ֣צָאmōṣāʾmowtsa': a going forth, i.e. (the act) an egress, or (the place) an exitH4161
  6. דֶֽשֶׁא׃dešeʾdeshe': a sprout; by analogy, grassH1877
28
  1. הֲיֵשׁhăyēšyesh: entity; used adverbially or as a copula for the substantive verb (H1961)H3426
  2. לַמָּטָ֥רlammāṭārmatar: rainH4306
  3. אָ֑בʾābab: fatherH1
  4. א֥וֹʾôow: desire (and so probably in Prov. 31; hence (by way of alternative) or, also ifH176
  5. מִיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  6. ה֝וֹלִ֗ידhôlîdyalad: to bear young; (causatively) to begetH3205
  7. אֶגְלֵיʾeglêegel: a reservoirH96
  8. טָֽל׃ṭāltal: dew (as covering vegetation)H2919
29
  1. מִבֶּ֣טֶןmibbeṭenbeten: the belly, especially the womb; also the bosom or body of anythingH990
  2. מִ֭יmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  3. יָצָ֣אyāṣāʾyatsa': to go out; (causatively) to bring outH3318
  4. הַקָּ֑רַחhaqqāraḥqerach: ice (as if bald, i.e. smooth); (hence) hailH7140
  5. וּכְפֹ֥רûkĕpōrkphowr: (properly) a cover; (by implication) a tankard (or covered goblet)H3713
  6. שָׁ֝מַיִםšāmayimshamayim: the sky (as aloft; the dual perhaps alluding to the visible arch in which the clouds move, as well as to the...H8064
  7. מִ֣יmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  8. יְלָדֽוֹ׃yĕlādôyalad: to bear young; (causatively) to begetH3205
30
  1. כָּ֭אֶבֶןkāʾebeneben: a stoneH68
  2. מַ֣יִםmayimmayim: water; (figuratively) juiceH4325
  3. יִתְחַבָּ֑אוּyitḥabbāʾûchaba': to secreteH2244
  4. וּפְנֵ֥יûpĕnêpaniym: the face (as the part that turns); (with prepositional prefix, as a preposition) before, etc.H6440
  5. תְ֝ה֗וֹםtĕhômthowm: an abyss (as a surging mass of water), especially the deep (the main sea or the subterranean water-supply)H8415
  6. יִתְלַכָּֽדוּ׃yitlakkādûlakad: to catch (in a net, trap or pit); (generally) to capture or occupyH3920
31
  1. הַֽ֭תְקַשֵּׁרhatqaššērqashar: bind (up), (make a) conspire(-acy, -ator), join together, knit, stronger, work (treason)H7194
  2. מַעֲדַנּ֣וֹתmaʿădannôtma`adannah: a bond, i.e. groupH4575
  3. כִּימָ֑הkîmâKiymah: a cluster of stars, i.e. the PleiadesH3598
  4. אֽוֹʾôow: desire (and so probably in Prov. 31; hence (by way of alternative) or, also ifH176
  5. מֹשְׁכ֖וֹתmōšĕkôtmowshkah: something drawing; (figuratively) a cordH4189
  6. כְּסִ֣ילkĕsîlKciyl: any notable constellation; specifically Orion (as if a burly one)H3685
  7. תְּפַתֵּֽחַ׃tĕpattēaḥpathach: to open wide (literally or figuratively)H6605
32
  1. הֲתֹצִ֣יאhătōṣîʾyatsa': to go out; (causatively) to bring outH3318
  2. מַזָּר֣וֹתmazzārôtmazzarah: some noted constellation (only in the plural), perhaps collectively, the zodiacH4216
  3. בְּעִתּ֑וֹbĕʿittô`eth: time, especially (adverb with preposition) now, when, etcH6256
  4. וְ֝עַ֗יִשׁwĕʿayiš`Ayish: the constellation of the Great Bear (perhaps from its migration through the heavens)H5906
  5. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  6. בָּנֶ֥יהָbānêhāben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  7. תַנְחֵֽם׃tanḥēmnachah: to guide; (by implication) to transport (into exile, or as colonists)H5148
33
  1. הֲ֭יָדַעְתָּhăyādaʿtāyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  2. חֻקּ֣וֹתḥuqqôtchuqqah: appointed, custom, manner, ordinance, site, statuteH2708
  3. שָׁמָ֑יִםšāmāyimshamayim: the sky (as aloft; the dual perhaps alluding to the visible arch in which the clouds move, as well as to the...H8064
  4. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  5. תָּשִׂ֖יםtāśîmsuwm: to put (used in a great variety of applications, literal, figurative, inferentially, and elliptically)H7760
  6. מִשְׁטָר֣וֹmišṭārômishtar: jurisdictionH4896
  7. בָאָֽרֶץ׃bāʾāreṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
34
  1. הֲתָרִ֣יםhătārîmruwm: to be high actively, to rise or raise (in various applications, literally or figuratively)H7311
  2. לָעָ֣בlāʿāb`ab: (properly) an envelope, i.e. darkness (or density, 2 Chron. 4H5645
  3. קוֹלֶ֑ךָqôlekāqowl: a voice or soundH6963
  4. וְֽשִׁפְעַתwĕšipʿatshiph`ah: copiousnessH8229
  5. מַ֥יִםmayimmayim: water; (figuratively) juiceH4325
  6. תְּכַסֶּֽךָּ׃tĕkassekkākacah: (properly) to plump, i.e. fill up hollowsH3680
35
  1. הַֽתְשַׁלַּ֣חhatšallaḥshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  2. בְּרָקִ֣יםbĕrāqîmbaraq: lightning; (by analogy) a gleamH1300
  3. וְיֵלֵ֑כוּwĕyēlēkûhalak: a primitive root; to walk (in a great variety of applications, literally and figuratively)H1980
  4. וְיֹאמְר֖וּwĕyōʾmĕrûamar: to say (used with great latitude)H559
  5. לְךָ֣lĕkā
  6. הִנֵּֽנוּ׃hinnēnûhen: lo!; (as expressing surprise) ifH2005
36
  1. מִיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  2. שָׁ֭תšātshiyth: to place (in a very wide application)H7896
  3. בַּטֻּח֣וֹתbaṭṭuḥôttuwchah: (in the plural only) the kidneys (as being covered)H2910
  4. חָכְמָ֑הḥokmâchokmah: wisdom (in a good sense)H2451
  5. א֤וֹʾôow: desire (and so probably in Prov. 31; hence (by way of alternative) or, also ifH176
  6. מִֽיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  7. נָתַ֖ןnātannathan: to give, used with greatest latitude of application (put, make, etc.)H5414
  8. לַשֶּׂ֣כְוִיlaśśekwîsekviy: observant; (concretely) the mindH7907
  9. בִינָֽה׃bînâbiynah: understandingH998
37
  1. מִֽיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  2. יְסַפֵּ֣רyĕsappērcaphar: (properly) to score with a mark as a tally or recordH5608
  3. שְׁחָקִ֣יםšĕḥāqîmshachaq: a powder (as beaten small); by extension, the firmamentH7834
  4. בְּחָכְמָ֑הbĕḥokmâchokmah: wisdom (in a good sense)H2451
  5. וְנִבְלֵ֥יwĕniblênebel: a skin-bag for liquids (from collapsing when empty)H5035
  6. שָׁ֝מַ֗יִםšāmayimshamayim: the sky (as aloft; the dual perhaps alluding to the visible arch in which the clouds move, as well as to the...H8064
  7. מִ֣יmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  8. יַשְׁכִּֽיב׃yaškîbshakab: to lie down (for rest, sexual connection, decease or any other purpose)H7901
38
  1. בְּצֶ֣קֶתbĕṣeqetyatsaq: (properly) to pour out (transitive or intransitive)H3332
  2. עָ֭פָרʿāpor`aphar: dust (as powdered or gray); (hence) clay, earth, mudH6083
  3. לַמּוּצָ֑קlammûṣāqmuwtsaq: (properly) fusion; (literally) a casting (of metal)H4165
  4. וּרְגָבִ֥יםûrĕgābîmregeb: a lump of clayH7263
  5. יְדֻבָּֽקוּ׃yĕdubbāqûdabaq: (properly) to impinge, i.e. cling or adhereH1692
39
  1. הֲתָצ֣וּדhătāṣûdtsuwd: to lie alongside (i.e. in wait); (by implication) to catch an animalH6679
  2. לְלָבִ֣יאlĕlābîʾlabiy': a lion (properly, a lioness as the fiercer (although not a roarer)H3833
  3. טָ֑רֶףṭāreptereph: something torn, i.e. a fragment, e.g. a fresh leaf, prey, foodH2964
  4. וְחַיַּ֖תwĕḥayyatchay: alive; (hence) raw (flesh)H2416
  5. כְּפִירִ֣יםkĕpîrîmkphiyr: a village (as covered in by walls); also a young lion (perhaps as covered with a mane)H3715
  6. תְּמַלֵּֽא׃tĕmallēʾmale': to fill or (intransitively) be full of, in a wide application (literally and figuratively)H4390
40
  1. כִּיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. יָשֹׁ֥חוּyāšōḥûshachach: to sink or depress (reflexive or causative)H7817
  3. בַמְּעוֹנ֑וֹתbammĕʿônôtm`ownah: meaning the same as H4583H4585
  4. יֵשְׁב֖וּyēšĕbûyashab: (properly) to sit down (specifically as judge. in ambush, in quiet)H3427
  5. בַסֻּכָּ֣הbassukkâcukkah: a hut or lairH5521
  6. לְמוֹlĕmôlmow: to or forH3926
  7. אָֽרֶב׃ʾārebereb: ambuscadeH695
41
  1. מִ֤יmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  2. יָכִ֥יןyākînkuwn: (properly) to be erect (i.e. stand perpendicular)H3559
  3. לָעֹרֵ֗בlāʿōrēb`oreb: a raven (from its dusky hue)H6158
  4. צֵ֫יד֥וֹṣêdôtsayid: the chase; (also) game (thus taken)H6718
  5. כִּֽיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  6. יְ֭לָדָוyĕlādowyeled: something born, i.e. a lad or offspringH3206
  7. אֶלʾelel: strength; (as adjective) mightyH410
  8. אֵ֣לʾēlel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  9. יְשַׁוֵּ֑עוּyĕšawwēʿûshava`: (properly) to be free; but used only causatively and reflexively, to halloo (for help, i.e. freedom from some...H7768
  10. יִ֝תְע֗וּyitʿûta`ah: to vacillate, i.e. reel or stray (literally or figuratively)H8582
  11. לִבְלִיliblîbliy: (properly) failure; nothing or destructionH1097
  12. אֹֽכֶל׃ʾōkelokel: foodH400

View the full Hebrew interlinear for Job 38 →

Strong's words in Job 38 (6)
Strong's H4310 — מִ֤י (mî)
miy (me) p/i. 1. who? 2. (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which? 3. (indefinitely) whoever {often used in oblique construction with prefix or suffix} [an interrogative pronoun of persons, as H4100 is of things] KJV: any (man), X he, X him, + O that! what, which, who(-m, -se, -soever), + would to God. Root(s): H4100. Appears 13 times in Job 38.
Strong's H3045 — וְהוֹדִיעֵֽנִי׃ (wĕhôdîʿēnî)
yada` (yaw-dah') v. 1. to know 2. (properly) to ascertain by seeing 3. used in a great variety of senses 4. figuratively, literally, euphemistically and inferentially (including observation, care, recognition 5. and causatively, instruction, designation, punishment, etc.) (as follow) [a primitive root] KJV: acknowledge, acquaintance(-ted with), advise, answer, appoint, assuredly, be aware, (un-)awares, can(-not), certainly, comprehend, consider, X could they, cunning, declare, be diligent, (can, cause to) discern, discover, endued with, familiar friend, famous, feel, can have, be (ig-)norant, instruct, kinsfolk, kinsman, (cause to let, make) know, (come to give, have, take) knowledge, have (knowledge), (be, make, make to be, make self) known, + be learned, + lie by man, mark, perceive, privy to, X prognosticator, regard, have respect, skilful, shew, can (man of) skill, be sure, of a surety, teach, (can) tell, understand, have (understanding), X will be, wist, wit, wot.. Appears 7 times in Job 38.
Strong's H776 — אָ֑רֶץ (ʾāreṣ)
erets (eh'-rets) n-f. 1. the earth (at large, or partitively a land) [from an unused root probably meaning to be firm] KJV: X common, country, earth, field, ground, land, X natins, way, + wilderness, world.. Appears 6 times in Job 38.
Strong's H176 — א֤וֹ (ʾô)
ow (o) (presumed to be the "constructive" or genitival form of -av {av}) conj. 1. desire (and so probably in Prov. 31 2. hence (by way of alternative) or, also if [short for H185] KJV: also, and, either, if, at the least, X nor, or, otherwise, then, whether. Root(s): H185. Appears 5 times in Job 38.
Strong's H7760 — שָׂ֣ם (śām)
suwm (soom) (or siym {seem}) v. 1. to put (used in a great variety of applications, literal, figurative, inferentially, and elliptically) [a primitive root] KJV: X any wise, appoint, bring, call (a name), care, cast in, change, charge, commit, consider, convey, determine, + disguise, dispose, do, get, give, heap up, hold, impute, lay (down, up), leave, look, make (out), mark, + name, X on, ordain, order, + paint, place, preserve, purpose, put (on), + regard, rehearse, reward, (cause to) set (on, up), shew, + stedfastly, take, X tell, + tread down, ((over-))turn, X wholly, work.. Appears 4 times in Job 38.
Strong's H1870 — הַ֭דֶּרֶךְ (hadderek)
derek (deh'-rek) n-m. 1. a road (as trodden) 2. (figuratively) a course of life or mode of action, often adverb [from H1869] KJV: along, away, because of, + by, conversation, custom, (east-)ward, journey, manner, passenger, through, toward, (high-) (path-)way(-side), whither(-soever). Root(s): H1869. Appears 3 times in Job 38.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2883 Bibles in 2502 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress