Skip to content

A little app tip

Back and forward, in one button

The back arrow at the bottom of the app can take you in either direction.

Tap the arrowGo back
Press and holdGo forward

Hold briefly, then release. Forward is available after you have gone back. You can also use Shift+Enter on a keyboard.

Add your phone number?

Optional. Nothing is sent unless you choose it.

Audio Bible
The Historic Faith

Chapter Job 9 Language Oromo, West Central Bible ID GAZGAZ Label GAZ Catalog Oromo, West Central - Bible Society of Ethiopia Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Iyyoob akkana jedhee deebise:
2 “Ani akka wanni kun dhugaa taʼe beeka. Namni garuu akkamitti fuula Waaqaa duratti qajeelaa taʼuu dandaʼa?
3 Namni tokko yoo isa wajjin falmuu barbaade kuma keessaa siʼa tokko illee isaaf deebisuu hin dandaʼu.
4 Ogummaan isaa gad fagoo dha; humni isaas guddaa dha. Namni isaan mormee utuu hin miidhamin hafu jiraa?
5 Inni utuu isaan hin beekin tulluuwwan iddoo isaaniitii buqqisa; dheekkamsa isaatiinis isaan gaggaragalcha.
6 Lafa iddoo isheetii ni sochoosa; utubaawwan ishees ni raasa.
7 Inni biiftuu ni ajaja; isheenis hin baatu; urjiiwwanis chaappaadhaan ni cufa.
8 Isa qofatu samiiwwan diriirsa; dambalii galaanaa irras ni deema.
9 Urjiiwwan Amaaketaa fi urjii sadee, Urjii torbii fi tuuta ‘Urjiiwwan Kibbaa’ jedhaman isatu uume.
10 Inni wantoota gurguddaa qoratanii bira gaʼuun hin dandaʼamne, dinqiiwwan hin lakkaaʼamne hojjeta.
11 Yommuu inni na bira darbu ani isa arguu hin dandaʼu; yommuu inni na cina deemus ani isa hubachuu hin dandaʼu.
12 Yoo inni butee deeme eenyutu isa dhowwuu dandaʼa? Eenyutus, ‘Ati maal hojjettaa?’ isaan jechuu dandaʼa?
13 Waaqni dheekkamsa isaa hin deebisu; warri Raʼaabin gargaaran iyyuu gad deebiʼu.
14 “Yoos ani akkamittan isatti falmuu dandaʼa? Isatti falmuufis akkamittan dubbii filachuu dandaʼa?
15 Ani nama balleessaa hin qabne utuun taʼe iyyuu, isaaf deebisuu hin dandaʼu; abbaa Murtii koo araara kadhachuu qofa nan dandaʼa.
16 Yoo ani isa waammadhee inni naa deebise illee, akka inni na dhagaʼu ani hin amanu.
17 Inni bubbee hamaadhaan na caccabsa; madaa koos sababii malee natti baayʼisa.
18 Inni waan hadhaaʼaadhaan na guute malee akka ani hafuura fudhadhuuf illee yeroo naaf hin kennine.
19 Waaʼee jabinaa taanaan inni jabaa dha! Waaʼee murtii qajeelaas taanaan eenyutu isa waamuu dandaʼa?
20 Utuu ani nama balleessaa hin qabne taʼe iyyuu afaan koo natti mura; utuma ani hirʼina hin qabaannes yakkamaa taʼuu koo hima.
21 “Ani hirʼina qabaachuu baadhu iyyuu, waaʼee ofii kootii hin yaaddaʼu; jireenya koos nan tuffadha.
22 Wanni hundinuu tokkuma; kanaafuu ani, ‘Inni isa hirʼina hin qabnes, isa hamaas ni balleessa’ nan jedha.
23 Yommuu dhaʼichi buʼee duʼa tasaa fidutti, inni badiisa warra yakka hin qabneetti ni qoosa.
24 Yommuu lafti harka hamootaa jala galtutti, inni ija abbootii murtii ishee ni jaamsa; kun yoo isa taʼuu baate, egaa eenyu ree?
25 “Barri jireenya koo nama fiigu caalaa ariifata; utuu gammachuu tokko illee hin argin darba.
26 Inni akkuma bidiruu dhallaadduu irraa hojjetamee, akkuma risaa waa butachuuf gad barrisuu ariifata.
27 Yoo ani, ‘Guungummii koo nan dhiisa; nyaara guuruus dhiisee nan seeqa’ jedhe,
28 ani amma iyyuu dhiphina koo hunda nan sodaadha; akka ati akka nama balleessaa hin qabneetti na hin hedne nan beekaatii.
29 Erga yakkamaa taʼuun koo beekamee, ani maaliifin akkasumaan dadhaba ree?
30 Utuma ani saamunaadhaan dhiqadhee handoodeedhaanis harka koo qulqulleeffadhe iyyuu,
31 ati hamma uffanni koos na balfutti, boolla keessa na dhidhimsita.
32 “Akka ani isaa deebisuu fi mana murtiittis wal falminuuf, inni akka koo nama foonii miti.
33 Utuu namni nu lamaan irra harka kaaʼu, kan gidduu keenyattis araara buusu tokko jiraatee,
34 utuu Waaqni ulee isaa narraa kaasee silaa naasisuun isaa na hin sodaachisu ture.
35 Silaa ani utuun isa hin sodaatin nan dubbadhan ture; haalan amma keessa jiruun garuu hin dandaʼu.
Chapter information and study resources

Listen to Job 9 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for Job 9

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about Job 9. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

Job 9 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers.

Hebrew interlinear — Job 9:1–35 (258 words)
1
  1. וַיַּ֥עַןwayyaʿan`anah: (properly) to eye; (generally) to heed, i.e. pay attentionH6030
  2. אִיּ֗וֹבʾiyyôbIyowb: hated (i.e. persecuted); Ijob, the patriarch famous for his patienceH347
  3. וַיֹּאמַֽר׃wayyōʾmaramar: to say (used with great latitude)H559
2
  1. אָ֭מְנָםʾāmĕnomomnam: verilyH551
  2. יָדַ֣עְתִּיyādaʿtîyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  3. כִיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  4. כֵ֑ןkēnken: (properly) set upright; hence (figuratively as adjective) justH3651
  5. וּמַהûmamah: (properly, interrogative) what? (including how? why? when?)H4100
  6. יִּצְדַּ֖קyiṣdaqtsadaq: to be (causatively, make) right (in a moral or forensic sense)H6663
  7. אֱנ֣וֹשׁʾĕnôšenowsh: (properly) a mortal (and thus differing from the more dignified H0120)H582
  8. עִםʿim`im: adverb or preposition, with (i.e. in conjunction with), in varied applicationsH5973
  9. אֵֽל׃ʾēlel: strength; (as adjective) mightyH410
3
  1. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  2. יַ֭חְפֹּץyaḥpōṣchaphets: (properly) to incline to; (by implication) (literally but rarely) to bendH2654
  3. לָרִ֣יבlārîbriyb: (properly) to toss, i.e. grapple; (mostly figuratively) to wrangle, i.e. hold a controversyH7378
  4. עִמּ֑וֹʿimmô`im: adverb or preposition, with (i.e. in conjunction with), in varied applicationsH5973
  5. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  6. יַ֝עֲנֶ֗נּוּyaʿănennû`anah: (properly) to eye; (generally) to heed, i.e. pay attentionH6030
  7. אַחַ֥תʾaḥatechad: (properly) united, i.e. one; (as an ordinal) firstH259
  8. מִנִּיminnîmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  9. אָֽלֶף׃ʾālepeleph: a thousandH505
4
  1. חֲכַ֣םḥăkamchakam: wise, (i.e. intelligent, skilful or artful)H2450
  2. לֵ֭בָבlēboblebab: the heart (as the most interior organ); used also like H3820H3824
  3. וְאַמִּ֣יץwĕʾammîṣammiyts: strong or (abstractly) strengthH533
  4. כֹּ֑חַkōaḥkoach: vigor, literally (force, in a good or a bad sense) or figuratively (capacity, means, produce)H3581
  5. מִֽיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  6. הִקְשָׁ֥הhiqšâqashah: (properly) to be dense, i.e. tough or severe (in various applications)H7185
  7. אֵ֝לָ֗יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  8. וַיִּשְׁלָֽם׃wayyišlāmshalam: to be safe (in mind, body or estate); (figuratively) to be completedH7999
5
  1. הַמַּעְתִּ֣יקhammaʿtîq`athaq: to remove (intransitive or transitive) figuratively, to grow oldH6275
  2. הָ֭רִיםhārîmhar: a mountain or range of hills (sometimes used figuratively)H2022
  3. וְלֹ֣אwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  4. יָדָ֑עוּyādāʿûyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  5. אֲשֶׁ֖רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  6. הֲפָכָ֣םhăpākāmhaphak: to turn about or over; (by implication) to change, overturn, return, pervertH2015
  7. בְּאַפּֽוֹ׃bĕʾappôaph: (properly) the nose or nostril; (hence) the face, and occasionally a personH639
6
  1. הַמַּרְגִּ֣יזhammargîzragaz: to quiver (with any violent emotion, especially anger or fear)H7264
  2. אֶ֭רֶץʾereṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  3. מִמְּקוֹמָ֑הּmimmĕqômāhmaqowm: (properly) a standing, i.e. a spot; but used widely of a locality (general or specific)H4725
  4. וְ֝עַמּוּדֶ֗יהָwĕʿammûdêhā`ammuwd: a column (as standing); also a stand, i.e. platformH5982
  5. יִתְפַלָּצֽוּן׃yitpallāṣûnpalats: (properly) perhaps to rend; (by implication) to quiverH6426
7
  1. הָאֹמֵ֣רhāʾōmēramar: to say (used with great latitude)H559
  2. לַ֭חֶרֶסlaḥerescherec: the itch; (perhaps from the mediating idea of H2777) the sunH2775
  3. וְלֹ֣אwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  4. יִזְרָ֑חyizrāḥzarach: (properly) to irradiate (or shoot forth beams), i.e. to rise (as the sun)H2224
  5. וּבְעַ֖דûbĕʿadb`ad: in up to or over against; (generally) at, beside, among, behind, for, etcH1157
  6. כּוֹכָבִ֣יםkôkābîmkowkab: a star (as round or as shining); (figuratively) a princeH3556
  7. יַחְתֹּֽם׃yaḥtōmchatham: to close up; especially to sealH2856
8
  1. נֹטֶ֣הnōṭenatah: to stretch or spread out; (by implication) to bend away (including moral deflection)H5186
  2. שָׁמַ֣יִםšāmayimshamayim: the sky (as aloft; the dual perhaps alluding to the visible arch in which the clouds move, as well as to the...H8064
  3. לְבַדּ֑וֹlĕbaddôbad: (properly) separation; (by implication) a part of the body, branch of a tree, bar for carryingH905
  4. וְ֝דוֹרֵ֗ךְwĕdôrēkdarak: to tread; (by implication) to walkH1869
  5. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  6. בָּ֥מֳתֵיbāmŏtêbamah: an elevationH1116
  7. יָֽם׃yāmyam: a sea (as breaking in noisy surf) or large body of waterH3220
9
  1. עֹֽשֶׂהʿōśe`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  2. עָ֭שׁʿāš`Ayish: the constellation of the Great Bear (perhaps from its migration through the heavens)H5906
  3. כְּסִ֥ילkĕsîlKciyl: any notable constellation; specifically Orion (as if a burly one)H3685
  4. וְכִימָ֗הwĕkîmâKiymah: a cluster of stars, i.e. the PleiadesH3598
  5. וְחַדְרֵ֥יwĕḥadrêcheder: an apartment (usually literal)H2315
  6. תֵמָֽן׃tēmānteyman: the south (as being on the right hand of a person facing the east)H8486
10
  1. עֹשֶׂ֣הʿōśe`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  2. גְ֭דֹלוֹתgĕdōlôtgadowl: great (in any sense); (hence) olderH1419
  3. עַדʿad`ad: (properly) a (peremptory) terminusH5704
  4. אֵ֣יןʾênayin: a non-entity; (generally) used as a negative particleH369
  5. חֵ֑קֶרḥēqercheqer: examination, enumeration, deliberationH2714
  6. וְנִפְלָא֗וֹתwĕniplāʾôtpala': (properly, literally or figuratively) perhaps to separate, i.e. distinguishH6381
  7. עַדʿad`ad: (properly) a (peremptory) terminusH5704
  8. אֵ֥יןʾênayin: a non-entity; (generally) used as a negative particleH369
  9. מִסְפָּֽר׃mispārmicpar: a number; (definite) arithmetical numberH4557
11
  1. הֵ֤ןhēnhen: lo!; (as expressing surprise) ifH2005
  2. יַעֲבֹ֣רyaʿăbōr`abar: to cross overH5674
  3. עָ֭לַיʿālay`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  4. וְלֹ֣אwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  5. אֶרְאֶ֑הʾerʾera'ah: to see, literally or figuratively (in numerous applications, direct and implied, transitive, intransitive and...H7200
  6. וְ֝יַחֲלֹ֗ףwĕyaḥălōpchalaph: (properly) to slide by; (by implication) to hasten away, pass on, spring up, pierce or changeH2498
  7. וְֽלֹאwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  8. אָבִ֥יןʾābînbiyn: to separate mentally (or distinguish); (generally) understandH995
12
  1. הֵ֣ןhēnhen: lo!; (as expressing surprise) ifH2005
  2. יַ֭חְתֹּףyaḥtōpchathaph: to clutchH2862
  3. מִ֣יmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  4. יְשִׁיבֶ֑נּוּyĕšîbennûshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  5. מִֽיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  6. יֹאמַ֥רyōʾmaramar: to say (used with great latitude)H559
  7. אֵ֝לָ֗יוʾēlāywel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  8. מַֽהmamah: (properly, interrogative) what? (including how? why? when?)H4100
  9. תַּעֲשֶֽׂה׃taʿăśe`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
13
  1. אֱ֭לוֹהַּʾĕlôahelowahh: a deity or the DeityH433
  2. לֹאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  3. יָשִׁ֣יבyāšîbshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  4. אַפּ֑וֹʾappôaph: (properly) the nose or nostril; (hence) the face, and occasionally a personH639
  5. תַּחְתָּ֥וtaḥtāwtachath: the bottom (as depressed); only adverbially, below (often with prepositional prefix underneath), in lieu of...H8478
  6. שָׁ֝חֲח֗וּšāḥăḥûshachach: to sink or depress (reflexive or causative)H7817
  7. עֹ֣זְרֵיʿōzĕrê`azar: to surround, i.e. protect or aidH5826
  8. רָֽהַב׃rāhabrahab: proud, strengthH7293
14
  1. אַ֭ףʾapaph: meaning accession (used as an adverb or conjunction)H637
  2. כִּֽיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  3. אָנֹכִ֣יʾānōkîanokiy: IH595
  4. אֶֽעֱנֶ֑נּוּʾeʿĕnennû`anah: (properly) to eye; (generally) to heed, i.e. pay attentionH6030
  5. אֶבְחֲרָ֖הʾebḥărâbachar: (properly) to try; (by implication) selectH977
  6. דְבָרַ֣יdĕbāraydabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  7. עִמּֽוֹ׃ʿimmô`im: adverb or preposition, with (i.e. in conjunction with), in varied applicationsH5973
15
  1. אֲשֶׁ֣רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  2. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  3. צָ֭דַקְתִּיṣādaqtîtsadaq: to be (causatively, make) right (in a moral or forensic sense)H6663
  4. לֹ֣אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  5. אֶעֱנֶ֑הʾeʿĕne`anah: (properly) to eye; (generally) to heed, i.e. pay attentionH6030
  6. לִ֝מְשֹׁפְטִ֗יlimšōpĕṭîshaphat: to judge, i.e. pronounce sentence (for or against)H8199
  7. אֶתְחַנָּֽן׃ʾetḥannānchanan: (properly) to bend or stoop in kindness to an inferiorH2603
16
  1. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  2. קָרָ֥אתִיqārāʾtîqara': to call out to (i.e. properly, address by name, but used in a wide variety of applications)H7121
  3. וַֽיַּעֲנֵ֑נִיwayyaʿănēnî`anah: (properly) to eye; (generally) to heed, i.e. pay attentionH6030
  4. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  5. אַ֝אֲמִ֗יןʾaʾămînaman: (properly) to build up or support; to foster as a parent or nurseH539
  6. כִּֽיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  7. יַאֲזִ֥יןyaʾăzînazan: to broaden out the ear (with the hand); (by implication) to listenH238
  8. קוֹלִֽי׃qôlîqowl: a voice or soundH6963
17
  1. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  2. בִּשְׂעָרָ֥הbiśʿārâs`arah: a hurricaneH8183
  3. יְשׁוּפֵ֑נִיyĕšûpēnîshuwph: (properly) to gape, i.e. snap at; (figuratively) to overwhelmH7779
  4. וְהִרְבָּ֖הwĕhirbârabah: to increase (in whatever respect)H7235
  5. פְצָעַ֣יpĕṣāʿaypetsa`: a woundH6482
  6. חִנָּֽם׃ḥinnāmchinnam: gratis, i.e. devoid of cost, reason or advantageH2600
18
  1. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  2. יִ֭תְּנֵנִיyittĕnēnînathan: to give, used with greatest latitude of application (put, make, etc.)H5414
  3. הָשֵׁ֣בhāšēbshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  4. רוּחִ֑יrûḥîruwach: wind; by resemblance breath, i.e. a sensible (or even violent) exhalationH7307
  5. כִּ֥יkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  6. יַ֝שְׂבִּעַ֗נִיyaśbiʿanîsaba`: to sate, i.e. fill to satisfaction (literally or figuratively)H7646
  7. מַמְּרֹרִֽים׃mammĕrōrîmmamror: a bitterness, i.e. (figuratively) calamityH4472
19
  1. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  2. לְכֹ֣חַlĕkōaḥkoach: vigor, literally (force, in a good or a bad sense) or figuratively (capacity, means, produce)H3581
  3. אַמִּ֣יץʾammîṣammiyts: strong or (abstractly) strengthH533
  4. הִנֵּ֑הhinnēhinneh: lo!H2009
  5. וְאִםwĕʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  6. לְ֝מִשְׁפָּ֗טlĕmišpāṭmishpat: (properly) a verdict (favorable or unfavorable) pronounced judicially, especially a sentence or formal decree...H4941
  7. מִ֣יmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  8. יוֹעִידֵֽנִי׃yôʿîdēnîya`ad: to fix upon (by agreement or appointment)H3259
20
  1. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  2. אֶ֭צְדָּקʾeṣdoqtsadaq: to be (causatively, make) right (in a moral or forensic sense)H6663
  3. פִּ֣יpîpeh: the mouth (as the means of blowing), whether literal or figurative (particularly speech)H6310
  4. יַרְשִׁיעֵ֑נִיyaršîʿēnîrasha`: to be wrong; (causatively) to do or declare wrongH7561
  5. תָּֽםtāmtam: complete; usually (morally) piousH8535
  6. אָ֝֗נִיʾānîaniy: IH589
  7. וַֽיַּעְקְשֵֽׁנִי׃wayyaʿqĕšēnî`aqash: to knot or distort; (figuratively) to pervert (act or declare perverse)H6140
21
  1. תָּֽםtāmtam: complete; usually (morally) piousH8535
  2. אָ֭נִיʾānîaniy: IH589
  3. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  4. אֵדַ֥עʾēdaʿyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  5. נַפְשִׁ֗יnapšînephesh: (properly) a breathing creature, i.e. animal of (abstractly) vitalityH5315
  6. אֶמְאַ֥סʾemʾasma'ac: to spurn; (intransitively) to disappearH3988
  7. חַיָּֽי׃ḥayyāychay: alive; (hence) raw (flesh)H2416
22
  1. אַחַ֗תʾaḥatechad: (properly) united, i.e. one; (as an ordinal) firstH259
  2. הִ֥יאhîʾhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
  3. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  4. כֵּ֥ןkēnken: (properly) set upright; hence (figuratively as adjective) justH3651
  5. אָמַ֑רְתִּיʾāmartîamar: to say (used with great latitude)H559
  6. תָּ֥םtāmtam: complete; usually (morally) piousH8535
  7. וְ֝רָשָׁ֗עwĕrāšāʿrasha`: morally wrong; (concretely) an (actively) bad personH7563
  8. ה֣וּאhûʾhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
  9. מְכַלֶּֽה׃mĕkallekalah: to end, whether intransitive (to cease, be finished, perish) or transitived (to complete, prepare, consume)H3615
23
  1. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  2. שׁ֭וֹטšôṭshowt: a lash (literally or figuratively)H7752
  3. יָמִ֣יתyāmîtmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
  4. פִּתְאֹ֑םpitʾōmpith'owm: instantlyH6597
  5. לְמַסַּ֖תlĕmassatmaccah: a testing, of men (judicial) or of God (querulous)H4531
  6. נְקִיִּ֣םnĕqiyyimnaqiy: innocentH5355
  7. יִלְעָֽג׃yilʿāgla`ag: to deride; (by implication) (as if imitating a foreigner) to speak unintelligiblyH3932
24
  1. אֶ֤רֶץ׀ʾereṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  2. נִתְּנָ֬הnittĕnânathan: to give, used with greatest latitude of application (put, make, etc.)H5414
  3. בְֽיַדbĕyadyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
  4. רָשָׁ֗עrāšāʿrasha`: morally wrong; (concretely) an (actively) bad personH7563
  5. פְּנֵֽיpĕnêpaniym: the face (as the part that turns); (with prepositional prefix, as a preposition) before, etc.H6440
  6. שֹׁפְטֶ֥יהָšōpĕṭêhāshaphat: to judge, i.e. pronounce sentence (for or against)H8199
  7. יְכַסֶּ֑הyĕkassekacah: (properly) to plump, i.e. fill up hollowsH3680
  8. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  9. לֹ֖אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  10. אֵפ֣וֹאʾēpôʾephow: strictly a demonstrative particle, here; but used of time, now or thenH645
  11. מִיmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  12. הֽוּא׃hûʾhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
25
  1. וְיָמַ֣יwĕyāmayyowm: a day (as the warm hours), whether literal (from sunrise to sunset, or from one sunset to the next), or...H3117
  2. קַ֭לּוּqallûqalal: to be (causatively, make) light, literally (swift, small, sharp, etc.) or figuratively (easy, trifling, vile...H7043
  3. מִנִּיminnîmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  4. רָ֑ץrāṣruwts: to run (for whatever reason, especially to rush)H7323
  5. בָּֽ֝רְח֗וּbārĕḥûbarach: to bolt; (figuratively) to flee suddenlyH1272
  6. לֹאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  7. רָא֥וּrāʾûra'ah: to see, literally or figuratively (in numerous applications, direct and implied, transitive, intransitive and...H7200
  8. טוֹבָֽה׃ṭôbâtowb: good (as an adjective) in the widest senseH2896
26
  1. חָ֭לְפוּḥālĕpûchalaph: (properly) to slide by; (by implication) to hasten away, pass on, spring up, pierce or changeH2498
  2. עִםʿim`im: adverb or preposition, with (i.e. in conjunction with), in varied applicationsH5973
  3. אֳנִיּ֣וֹתʾŏniyyôtoniyah: a shipH591
  4. אֵבֶ֑הʾēbeebeh: the papyrusH16
  5. כְּ֝נֶ֗שֶׁרkĕnešernesher: the eagle (or other large bird of prey)H5404
  6. יָט֥וּשׂyāṭûśtuws: to pounce as a bird of preyH2907
  7. עֲלֵיʿălê`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  8. אֹֽכֶל׃ʾōkelokel: foodH400
27
  1. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  2. אָ֭מְרִיʾāmĕrîamar: to say (used with great latitude)H559
  3. אֶשְׁכְּחָ֣הʾeškĕḥâshakach: to mislay, i.e. to be oblivious of, from want of memory or attentionH7911
  4. שִׂיחִ֑יśîḥîsiyach: a contemplation; (by implication) an utteranceH7879
  5. אֶעֶזְבָ֖הʾeʿezbâ`azab: to loosen, i.e. relinquish, permit, etcH5800
  6. פָנַ֣יpānaypaniym: the face (as the part that turns); (with prepositional prefix, as a preposition) before, etc.H6440
  7. וְאַבְלִֽיגָה׃wĕʾablîgâbalag: to break off or loose (in a favorable or unfavorable sense)H1082
28
  1. יָגֹ֥רְתִּיyāgōrĕttîyagor: to fearH3025
  2. כָלkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  3. עַצְּבֹתָ֑יʿaṣṣĕbōtāy`atstsebeth: a idol; also, a pain or woundH6094
  4. יָ֝דַ֗עְתִּיyādaʿtîyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  5. כִּיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  6. לֹ֥אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  7. תְנַקֵּֽנִי׃tĕnaqqēnînaqah: to be (or make) clean (literally or figuratively)H5352
29
  1. אָנֹכִ֥יʾānōkîanokiy: IH595
  2. אֶרְשָׁ֑עʾeršāʿrasha`: to be wrong; (causatively) to do or declare wrongH7561
  3. לָמָּהlommâmah: (properly, interrogative) what? (including how? why? when?)H4100
  4. זֶּ֝֗הzezeh: the masculine demonstrative pronoun, this or thatH2088
  5. הֶ֣בֶלhebelhebel: emptiness or vanity; (figuratively) something transitory and unsatisfactoryH1892
  6. אִיגָֽע׃ʾîgāʿyaga`: (properly) to gasp; (hence) to be exhausted, to tire, to toilH3021
30
  1. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  2. הִתְרָחַ֥צְתִּיhitrāḥaṣtîrachats: to lave (the whole or a part of a thing)H7364
  3. בְמֵוbĕmēwbmow: in, with, by, etcH1119
  4. שָׁ֑לֶגšālegsheleg: snow (probably from its whiteness)H7950
  5. וַ֝הֲזִכּ֗וֹתִיwahăzikkôtîzakak: to be transparent or clean (phys. or morally)H2141
  6. בְּבֹ֣רbĕbōrbor: vegetable lye (from its cleansing); used as a soap for washing, or a flux for metalsH1253
  7. כַּפָּֽי׃kappāykaph: the hollow hand or palm (so of the paw of an animal, of the sole, and even of the bowl of a dish or sling, the...H3709
31
  1. אָ֭זʾāzaz: at that time or place; (as a conjunction) thereforeH227
  2. בַּשַּׁ֣חַתbaššaḥatshachath: a pit (especially as a trap); (figuratively) destructionH7845
  3. תִּטְבְּלֵ֑נִיtiṭbĕlēnîtabal: to dip, to immerseH2881
  4. וְ֝תִֽעֲב֗וּנִיwĕtiʿăbûnîta`ab: to loathe, i.e. (morally) detestH8581
  5. שַׂלְמוֹתָֽי׃śalmôtāysalmah: a dressH8008
32
  1. כִּיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. לֹאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  3. אִ֣ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  4. כָּמ֣וֹנִיkāmônîkmow: as, thus, soH3644
  5. אֶֽעֱנֶ֑נּוּʾeʿĕnennû`anah: (properly) to eye; (generally) to heed, i.e. pay attentionH6030
  6. נָב֥וֹאnābôʾbow': to go or come (in a wide variety of applications)H935
  7. יַ֝חְדָּ֗וyaḥdāwyachad: (properly) a unit, i.e. (adverb) unitedlyH3162
  8. בַּמִּשְׁפָּֽט׃bammišpāṭmishpat: (properly) a verdict (favorable or unfavorable) pronounced judicially, especially a sentence or formal decree...H4941
33
  1. לֹ֣אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  2. יֵשׁyēšyesh: entity; used adverbially or as a copula for the substantive verb (H1961)H3426
  3. בֵּינֵ֣ינוּbênênûbeyn: a distinction; (but used only as a prep) between (repeated before each noun, often with other particles)H996
  4. מוֹכִ֑יחַmôkîaḥyakach: to be right (i.e. correct); reciprocal, to argueH3198
  5. יָשֵׁ֖תyāšētshiyth: to place (in a very wide application)H7896
  6. יָד֣וֹyādôyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
  7. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  8. שְׁנֵֽינוּ׃šĕnênûshnayim: two; (as ordinal) twofoldH8147
34
  1. יָסֵ֣רyāsērcuwr: to turn off (literal or figurative)H5493
  2. מֵעָלַ֣יmēʿālay`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  3. שִׁבְט֑וֹšibṭôshebet: a scion, i.e. (literally) a stick (for punishing, writing, fighting, ruling, walking, etc.) or (figuratively) a...H7626
  4. וְ֝אֵמָת֗וֹwĕʾēmātôeymah: fright; (concretely) an idol (as a bugbear)H367
  5. אַֽלʾalal: (qualified negation) not (used as a deprecative)H408
  6. תְּבַעֲתַֽנִּי׃tĕbaʿătannîba`ath: to fearH1204
35
  1. אֲֽ֭דַבְּרָהʾădabbĕrâdabar: perhaps properly, to arrange; but used figuratively (of words), to speakH1696
  2. וְלֹ֣אwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  3. אִירָאֶ֑נּוּʾîrāʾennûyare': to fear; morally, to revereH3372
  4. כִּ֥יkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  5. לֹאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  6. כֵ֥ןkēnken: (properly) set upright; hence (figuratively as adjective) justH3651
  7. אָ֝נֹכִ֗יʾānōkîanokiy: IH595
  8. עִמָּדִֽי׃ʿimmādî`immad: along withH5978

View the full Hebrew interlinear for Job 9 →

Strong's words in Job 9 (6)
Strong's H518 — אִם (ʾim)
im (eem) prt. 1. (used very widely as demonstrative) lo! 2. (interrogatively) whether? 3. (conditionally), if, although 4. (also) Oh that!, when 5. (hence, as a negative) not [a primitive particle] KJV: (and, can-, doubtless, if, that) (not), + but, either, + except, + more(-over if, than), neither, nevertheless, nor, oh that, or, + save (only, -ing), seeing, since, sith, + surely (no more, none, not), though, + of a truth, + unless, + verily, when, whereas, whether, while, + yet.. Appears 10 times in Job 9.
Strong's H6030 — וַיַּ֥עַן (wayyaʿan)
`anah (aw-naw') v. 1. (properly) to eye 2. (generally) to heed, i.e. pay attention 3. (by implication) to respond 4. (by extension) to begin to speak 5. (specifically) to sing, shout, testify, announce [a primitive root] KJV: give account, afflict (by mistake for H6031), (cause to, give) answer, bring low (by mistake for H6031), cry, hear, Leannoth, lift up, say, X scholar, (give a) shout, sing (together by course), speak, testify, utter, (bear) witness. See also H1042, H1043. See also: H6031, H6031, H1042, H1043. Appears 6 times in Job 9.
Strong's H4310 — מִֽי (mî)
miy (me) p/i. 1. who? 2. (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which? 3. (indefinitely) whoever {often used in oblique construction with prefix or suffix} [an interrogative pronoun of persons, as H4100 is of things] KJV: any (man), X he, X him, + O that! what, which, who(-m, -se, -soever), + would to God. Root(s): H4100. Appears 5 times in Job 9.
Strong's H559 — וַיֹּאמַֽר׃ (wayyōʾmar)
amar (aw-mar') v. 1. to say (used with great latitude) [a primitive root] KJV: answer, appoint, avouch, bid, boast self, call, certify, challenge, charge, + (at the, give) command(-ment), commune, consider, declare, demand, X desire, determine, X expressly, X indeed, X intend, name, X plainly, promise, publish, report, require, say, speak (against, of), X still, X suppose, talk, tell, term, X that is, X think, use (speech), utter, X verily, X yet.. Appears 5 times in Job 9.
Strong's H3045 — יָדַ֣עְתִּי (yādaʿtî)
yada` (yaw-dah') v. 1. to know 2. (properly) to ascertain by seeing 3. used in a great variety of senses 4. figuratively, literally, euphemistically and inferentially (including observation, care, recognition 5. and causatively, instruction, designation, punishment, etc.) (as follow) [a primitive root] KJV: acknowledge, acquaintance(-ted with), advise, answer, appoint, assuredly, be aware, (un-)awares, can(-not), certainly, comprehend, consider, X could they, cunning, declare, be diligent, (can, cause to) discern, discover, endued with, familiar friend, famous, feel, can have, be (ig-)norant, instruct, kinsfolk, kinsman, (cause to let, make) know, (come to give, have, take) knowledge, have (knowledge), (be, make, make to be, make self) known, + be learned, + lie by man, mark, perceive, privy to, X prognosticator, regard, have respect, skilful, shew, can (man of) skill, be sure, of a surety, teach, (can) tell, understand, have (understanding), X will be, wist, wit, wot.. Appears 4 times in Job 9.
Strong's H5973 — עִם (ʿim)
`im (eem) prep. 1. adverb or preposition, with (i.e. in conjunction with), in varied applications 2. specifically, equally with 3. often with prepositional prefix (and then usually unrepresented in English) [from H6004] KJV: accompanying, against, and, as (X long as), before, beside, by (reason of), for all, from (among, between), in, like, more than, of, (un-)to, with(-al). Root(s): H6004. Appears 4 times in Job 9.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2883 Bibles in 2502 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress