Skip to content
Audio Bible

Fakkeenya 20 Oromo, West Central BIB Audio Bible

Chapter Proverbs 20 Language Oromo, West Central Bible ID GAZBIB Label BIB Catalog Oromo, West Central - Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Daadhiin wayinii nama qoostuu, dhugaatiin cimaan immoo waccuu nama godha; namni isaaniin fudhatamus ogeessa miti.
2 Dheekkamsi mootii akkuma aaduu leencaa ti; namni isa aarsus lubbuu ofii isaa dhaba.
3 Lola irraa fagaachuun ulfina; gowwaan hundi garuu lolatti ariifata.
4 Dhibaaʼaan yeroodhaan hin qotatu; kanaafuu inni yeroo haamaatti ni ilaala malee homaa hin argatu.
5 Yaadni qalbii namaa akkuma bishaan gad fagoo ti; hubataan namaa garuu ni waraabbata.
6 Namni hedduun akka jaalala hin dhumne qabu dubbata; nama amanamaa garuu eenyutu argachuu dandaʼa?
7 Namni qajeelaan amanamummaadhaan jiraata; ijoolleen isaa warri booddee dhalatanis ni eebbifamu.
8 Mootiin tokko yeroo murtii kennuuf teessoo isaa irra taaʼutti, waan hamaa hunda ijuma isaatiin gingilchee addaan baasa.
9 Eenyutu, “Ani garaa koo qulqulleeffadheera; ani qulqulluu dha; cubbuus hin qabu” jechuu dandaʼa?
10 Madaalii jalʼaa fi safartuu jalʼaa lamaanuu Waaqayyo ni balfa.
11 Mucaan xinnaan iyyuu amalli isaa qulqulluu fi qajeelaa taʼuun isaa hojii isaatiin beekama.
12 Gurra dhagaʼuu fi ija argu, lachanuu Waaqayyotu uume.
13 Akka hin hiyyoomneef, hirriba hin jaallatin; midhaan akka quuftuuf, dammaqii jiraadhu.
14 Namni waa bitatu, “Wanni kun gaarii miti; wanni kun gaarii miti!” jedha; ergasii immoo dhaqee waaʼee waan bitate sanaa boona.
15 Warqeen ni jira; lulli diimaanis baayʼinaan jira; arrabni beekumsa dubbatu garuu faaya gatii guddaa ti.
16 Nama nama ormaatiif wabii taʼe irraa uffata isaa fudhadhu; yoo inni dubartii ormaatiif wabii taʼes uffata sana qabdii qabadhu.
17 Nyaanni gowwoomsaadhaan argame namatti miʼaawa; dhuma irratti garuu afaan nama sanaa cirrachatu guuta.
18 Gorsaan karoora baafadhu; qajeelfama ogummaatiin waraana bani.
19 Hamattuun icciitii baafti; kanaafuu odeessituu wajjin tokkummaa hin qabaatin.
20 Namni tokko yoo abbaa isaa yookaan haadha isaa abaare, ibsaan isaa dukkana hamaa keessatti dhaama.
21 Dhaalli jalqabumatti dafee argame dhumni isaa eebba hin qabaatu.
22 Ati, “Yakka ati hojjette kanaaf ani gatii kee siifin kenna!” hin jedhin; Waaqayyoon eeggadhu; inni si baasa.
23 Waaqayyo madaalii jalʼaa ni balfa; safartuu sobaattis hin gammadu.
24 Adeemsi namaa Waaqayyoon qajeelfama. Yoos namni kam iyyuu akkamiin karaa ofii isaa hubachuu dandaʼa ree?
25 Namni utuu itti hin yaadin, “Wanni kun Waaqaaf qulqulleeffameera” jedhee ergasii immoo waan wareege sana gaabbe kiyyoo isatti taʼa.
26 Mootiin ogeessi hamoota gingilchee addaan baasa; geengoo ittiin midhaan dhaʼan illee isaan irra oofa.
27 Ibsaan Waaqayyoo hafuura namaa sakattaʼa; inni keessa namaa illee isumaan qora.
28 Jaalallii fi amanamummaan mootii tokko nagaan jiraachisu; teessoon mootummaa isaas jaalalaan eegama.
29 Ulfinni dargaggootaa jabina isaanii ti; arriin mataa kabaja nama umuriin dheeratee ti.
30 Abootteen nama madeessu hammina nama irraa qulqulleessa; garaffiin immoo keessa namaa geeddara.

Listen to Proverbs 20 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for Proverbs 20

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about Proverbs 20. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

Proverbs 20 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers, 21 cross-references, 1 Early-Church citation.

Cross-references in Proverbs 20 (21)

See the full cross-reference index →

Hebrew interlinear — Proverbs 20:1–30 (225 words)
1
  1. לֵ֣ץlēṣluwts: (properly) to make mouths at, i.e. to scoffH3887
  2. הַ֭יַּיןhayyaynyayin: wine (as fermented); (by implication) intoxicationH3196
  3. הֹמֶ֣הhōmehamah: to make a loud sound like Engl. "hum"); (by implication) to be in great commotion or tumult, to rage, war, moan...H1993
  4. שֵׁכָ֑רšēkārshekar: an intoxicant, i.e. intensely alcoholic liquorH7941
  5. וְכָלwĕkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  6. שֹׁ֥גֶהšōgeshagah: to stray (causatively, mislead), usually (figuratively) to mistake, especially (morally) to transgressH7686
  7. בּ֝֗וֹ
  8. לֹ֣אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  9. יֶחְכָּֽם׃yeḥkāmchakam: X exceeding, teach wisdom, be (make self, shew self) wise, deal (never so) wisely, make wiserH2449
2
  1. נַ֣הַםnahamnaham: a snarlH5099
  2. כַּ֭כְּפִירkakkĕpîrkphiyr: a village (as covered in by walls); also a young lion (perhaps as covered with a mane)H3715
  3. אֵ֣ימַתʾêmateymah: fright; (concretely) an idol (as a bugbear)H367
  4. מֶ֑לֶךְmelekmelek: a kingH4428
  5. מִ֝תְעַבְּר֗וֹmitʿabbĕrô`abar: to cross overH5674
  6. חוֹטֵ֥אḥôṭēʾchata': (properly) to miss; (hence, figuratively and generally) to sinH2398
  7. נַפְשֽׁוֹ׃napšônephesh: (properly) a breathing creature, i.e. animal of (abstractly) vitalityH5315
3
  1. כָּב֣וֹדkābôdkabowd: (properly) weight, but only figuratively in a good sense, splendor or copiousnessH3519
  2. לָ֭אִישׁlāʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  3. שֶׁ֣בֶתšebetshebeth: rest, interruption, cessationH7674
  4. מֵרִ֑יבmērîbriyb: a contest (personal or legal)H7379
  5. וְכָלwĕkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  6. אֱ֝וִ֗ילʾĕwîleviyl: (figuratively) sillyH191
  7. יִתְגַּלָּֽע׃yitgallāʿgala`: to be obstinateH1566
4
  1. מֵ֭חֹרֶףmēḥōrepchoreph: (properly) the crop gathered; (by implication) the autumn (and winter) seasonH2779
  2. עָצֵ֣לʿāṣēl`atsel: indolentH6102
  3. לֹאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  4. יַחֲרֹ֑שׁyaḥărōšcharash: to scratch; (by implication) to engrave, ploughH2790
  5. יְשָׁאַ֖לyĕšāʾalsha'al: to inquire; (by implication) to requestH7592
  6. בַּקָּצִ֣ירbaqqāṣîrqatsiyr: severed, i.e. harvest (as reaped), the crop, the time, the reaper, or figurativelyH7105
  7. וָאָֽיִן׃wāʾāyinayin: a non-entity; (generally) used as a negative particleH369
5
  1. מַ֣יִםmayimmayim: water; (figuratively) juiceH4325
  2. עֲ֭מֻקִּיםʿămuqqîm`amoq: deep (literally or figuratively)H6013
  3. עֵצָ֣הʿēṣâ`etsah: advice; (by implication) planH6098
  4. בְלֶבbĕlebleb: the heart; also used (figuratively) very widely for the feelings, the will and even the intellectH3820
  5. אִ֑ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  6. וְאִ֖ישׁwĕʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  7. תְּבוּנָ֣הtĕbûnâtabuwn: intelligence; (by implication) an argumentH8394
  8. יִדְלֶֽנָּה׃yidlennâdalah: (properly) to dangle, i.e. to let down a bucket (for drawing out water)H1802
6
  1. רָבrābrob: abundance (in any respect)H7230
  2. אָדָ֗םʾādāmadam: ruddy i.e. a human being (an individual or the species, mankind, etc.)H120
  3. יִ֭קְרָאyiqrāʾqara': to call out to (i.e. properly, address by name, but used in a wide variety of applications)H7121
  4. אִ֣ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  5. חַסְדּ֑וֹḥasdôcheced: kindness; (by implication, towards God) pietyH2617
  6. וְאִ֥ישׁwĕʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  7. אֱ֝מוּנִ֗יםʾĕmûnîmemuwn: established; (figuratively) trustyH529
  8. מִ֣יmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  9. יִמְצָֽא׃yimṣāʾmatsa': (properly) to come forth to, i.e. appear or existH4672
7
  1. מִתְהַלֵּ֣ךְmithallēkhalak: a primitive root; to walk (in a great variety of applications, literally and figuratively)H1980
  2. בְּתֻמּ֣וֹbĕtummôtom: completeness; (figuratively) prosperityH8537
  3. צַדִּ֑יקṣaddîqtsaddiyq: justH6662
  4. אַשְׁרֵ֖יʾašrêesher: happiness; only in masculine plural construction as interjection, how happy!H835
  5. בָנָ֣יוbānāywben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  6. אַחֲרָֽיו׃ʾaḥărāywachar: (properly) the hind part; (generally, as adverb or conjunction) after (in various senses)H310
8
  1. מֶ֗לֶךְmelekmelek: a kingH4428
  2. יוֹשֵׁ֥בyôšēbyashab: (properly) to sit down (specifically as judge. in ambush, in quiet)H3427
  3. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  4. כִּסֵּאkissēʾkicce': (properly) covered, i.e. a throne (as canopied)H3678
  5. דִ֑יןdîndiyn: judgement (the suit, justice, sentence or tribunal)H1779
  6. מְזָרֶ֖הmĕzārezarah: to toss about; (by implication) to diffuse, winnowH2219
  7. בְעֵינָ֣יוbĕʿênāyw`ayin: an eye (literally or figuratively); by analogy, a fountain (as the eye of the landscape)H5869
  8. כָּלkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  9. רָֽע׃rāʿra`: bad or (as noun) evil (natural or moral)H7451
9
  1. מִֽיmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  2. יֹ֭אמַרyōʾmaramar: to say (used with great latitude)H559
  3. זִכִּ֣יתִיzikkîtîzakah: to be translucent; (figuratively) to be innocentH2135
  4. לִבִּ֑יlibbîleb: the heart; also used (figuratively) very widely for the feelings, the will and even the intellectH3820
  5. טָ֝הַ֗רְתִּיṭāhartîtaher: (properly) to be bright; (by implication) to be pure (physical sound, clear, unadulterated)H2891
  6. מֵחַטָּאתִֽי׃mēḥaṭṭāʾtîchatta'ah: an offence (sometimes habitual sinfulness), and its penalty, occasion, sacrifice, or expiationH2403
10
  1. אֶ֣בֶןʾebeneben: a stoneH68
  2. וָ֭אֶבֶןwāʾebeneben: a stoneH68
  3. אֵיפָ֣הʾêpâeyphah: an ephah or measure for grain; (hence) a measure in generalH374
  4. וְאֵיפָ֑הwĕʾêpâeyphah: an ephah or measure for grain; (hence) a measure in generalH374
  5. תּוֹעֲבַ֥תtôʿăbattow`ebah: (properly) something disgusting; (morally, as noun) an abhorrenceH8441
  6. יְ֝הוָ֗הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  7. גַּםgamgam: (properly) assemblage; used only adverbially also, even, yea, thoughH1571
  8. שְׁנֵיהֶֽם׃šĕnêhemshnayim: two; (as ordinal) twofoldH8147
11
  1. גַּ֣םgamgam: (properly) assemblage; used only adverbially also, even, yea, thoughH1571
  2. בְּ֭מַעֲלָלָיוbĕmaʿălālāywma`alal: an act (good or bad)H4611
  3. יִתְנַכֶּרyitnakkernakar: (properly) to scrutinize, i.e. look intently atH5234
  4. נָ֑עַרnāʿarna`ar: (concretely) a boy (as active), from the age of infancy to adolescenceH5288
  5. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  6. זַ֖ךְzakzak: clearH2134
  7. וְאִםwĕʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  8. יָשָׁ֣רyāšāryashar: straightH3477
  9. פָּעֳלֽוֹ׃pāʿŏlôpo`al: (concretely) an act or workH6467
12
  1. אֹ֣זֶןʾōzenozen: broadness; (concretely) the ear (from its form in man)H241
  2. שֹׁ֭מַעַתšōmaʿatshama`: to hear intelligently (often with implication of attention, obedience, etcH8085
  3. וְעַ֣יִןwĕʿayin`ayin: an eye (literally or figuratively); by analogy, a fountain (as the eye of the landscape)H5869
  4. רֹאָ֑הrōʾâra'ah: to see, literally or figuratively (in numerous applications, direct and implied, transitive, intransitive and...H7200
  5. יְ֝הוָ֗הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  6. עָשָׂ֥הʿāśâ`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  7. גַםgamgam: (properly) assemblage; used only adverbially also, even, yea, thoughH1571
  8. שְׁנֵיהֶֽם׃šĕnêhemshnayim: two; (as ordinal) twofoldH8147
13
  1. אַלʾalal: (qualified negation) not (used as a deprecative)H408
  2. תֶּֽאֱהַ֣בteʾĕhabahab: to have affection for (sexually or otherwise)H157
  3. שֵׁ֭נָהšēnâshehah: sleepH8142
  4. פֶּןpenpen: (properly) removal; used only (in the construction) adverb as conjunction, lestH6435
  5. תִּוָּרֵ֑שׁtiwwārēšyarash: to occupy (by driving out previous tenants, and possessing in their place)H3423
  6. פְּקַ֖חpĕqaḥpaqach: to open (the senses, especially the eyes)H6491
  7. עֵינֶ֣יךָʿênêkā`ayin: an eye (literally or figuratively); by analogy, a fountain (as the eye of the landscape)H5869
  8. שְֽׂבַֽעśĕbaʿsaba`: to sate, i.e. fill to satisfaction (literally or figuratively)H7646
  9. לָֽחֶם׃lāḥemlechem: food (for man or beast), especially bread, or grain (for making it)H3899
14
  1. רַ֣עraʿra`: bad or (as noun) evil (natural or moral)H7451
  2. רַ֭עraʿra`: bad or (as noun) evil (natural or moral)H7451
  3. יֹאמַ֣רyōʾmaramar: to say (used with great latitude)H559
  4. הַקּוֹנֶ֑הhaqqôneqanah: to erect, i.e. create; by extension, to procure, especially by purchase (causatively, sell)H7069
  5. וְאֹזֵ֥לwĕʾōzēlazal: to go away; (hence) to disappearH235
  6. ל֝֗וֹ
  7. אָ֣זʾāzaz: at that time or place; (as a conjunction) thereforeH227
  8. יִתְהַלָּֽל׃yithallālhalal: to be clear (orig. of sound, but usually of color)H1984
15
  1. יֵ֣שׁyēšyesh: entity; used adverbially or as a copula for the substantive verb (H1961)H3426
  2. זָ֭הָבzāhobzahab: gold; (figuratively) golden, something gold-colored (i.e. yellow) such as oil or a clear, sunny skyH2091
  3. וְרָבwĕrābrob: abundance (in any respect)H7230
  4. פְּנִינִ֑יםpĕnînîmpaniyn: probably a pearl (as round)H6443
  5. וּכְלִ֥יûkĕlîkliy: something prepared, i.e. any apparatus (as an implement, utensil, dress, vessel or weapon)H3627
  6. יְ֝קָ֗רyĕqāryqar: value; (concretely) wealthH3366
  7. שִׂפְתֵיśiptêsaphah: the lip (as a natural boundary); (by implication) languageH8193
  8. דָֽעַת׃dāʿatda`ath: knowledgeH1847
16
  1. לְֽקַחlĕqaḥlaqach: to take (in the widest variety of applications)H3947
  2. בִּ֭גְדוֹbigdôbeged: a covering; clothingH899
  3. כִּיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  4. עָ֣רַבʿārab`arab: to braid, i.e. intermix; technically, to traffic (as if by barter)H6148
  5. זָ֑רzārzuwr: to turn aside (especially for lodging); hence to be a foreigner, strange, profaneH2114
  6. וּבְעַ֖דûbĕʿadb`ad: in up to or over against; (generally) at, beside, among, behind, for, etcH1157
  7. נָכְרִיָּ֣םnokriyyāmnokriy: strange, in a variety of degrees and applications (foreign, non-relative, adulterous, different, wonderful)H5237
  8. חַבְלֵֽהוּ׃ḥablēhûchabal: to wind tightly (as a rope), i.e. to bindH2254
17
  1. עָרֵ֣בʿārēb`areb: pleasantH6156
  2. לָ֭אִישׁlāʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  3. לֶ֣חֶםleḥemlechem: food (for man or beast), especially bread, or grain (for making it)H3899
  4. שָׁ֑קֶרšāqersheqer: an untruth; (by implication, often adverbial) a fraud or deceit (i.e. fraudulently, deceitfully)H8267
  5. וְ֝אַחַ֗רwĕʾaḥarachar: (properly) the hind part; (generally, as adverb or conjunction) after (in various senses)H310
  6. יִמָּֽלֵאyimmālēʾmale': to fill or (intransitively) be full of, in a wide application (literally and figuratively)H4390
  7. פִ֥יהוּpîhûpeh: the mouth (as the means of blowing), whether literal or figurative (particularly speech)H6310
  8. חָצָֽץ׃ḥāṣāṣchatsats: (properly) something cutting; (hence) gravel (as grit)H2687
18
  1. מַ֭חֲשָׁבוֹתmaḥăšābôtmachashabah: a contrivance; (concretely) a texture, machineH4284
  2. בְּעֵצָ֣הbĕʿēṣâ`etsah: advice; (by implication) planH6098
  3. תִכּ֑וֹןtikkônkuwn: (properly) to be erect (i.e. stand perpendicular)H3559
  4. וּ֝בְתַחְבֻּל֗וֹתûbĕtaḥbulôttachbulah: (properly, only in plural) steerage (as the management of steering ropes on a ship)H8458
  5. עֲשֵׂ֣הʿăśē`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  6. מִלְחָמָֽה׃milḥāmâmilchamah: a battle (i.e. the engagement); (generally) war (i.e. warfare)H4421
19
  1. גּֽוֹלֶהgôlegalah: to denude (especially in a disgraceful sense)H1540
  2. סּ֭וֹדsôdcowd: a session, i.e. company of persons (in close deliberation)H5475
  3. הוֹלֵ֣ךְhôlēkhalak: a primitive root; to walk (in a great variety of applications, literally and figuratively)H1980
  4. רָכִ֑ילrākîlrakiyl: slander, carry tales, talebearerH7400
  5. וּלְפֹתֶ֥הûlĕpōtepathah: to open, i.e. be (causatively, make) roomyH6601
  6. שְׂ֝פָתָ֗יוśĕpātāywsaphah: the lip (as a natural boundary); (by implication) languageH8193
  7. לֹ֣אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  8. תִתְעָרָֽב׃titʿārāb`arab: to braid, i.e. intermix; technically, to traffic (as if by barter)H6148
20
  1. מְ֭קַלֵּלmĕqallēlqalal: to be (causatively, make) light, literally (swift, small, sharp, etc.) or figuratively (easy, trifling, vile...H7043
  2. אָבִ֣יוʾābîwab: fatherH1
  3. וְאִמּ֑וֹwĕʾimmôem: a mother (as the bond of the family); in a wide sense (both literally and figuratively (like H0001H517
  4. יִֽדְעַ֥ךְyidĕʿakda`ak: to be extinguished; (figuratively) to expire or be dried upH1846
  5. נֵ֝ר֗וֹnērôniyr: H5135) properly, meaning to glisten; a lamp (i.e. the burner) or light (literally or figuratively)H5216
  6. בֶּאֱישׁ֥וּןbeʾĕyšûniyshown: the little man of the eye; the pupil or ballH380
  7. חֹֽשֶׁךְ׃ḥōšekchoshek: the dark; hence (literally) darknessH2822
21
  1. נַ֭חֲלָהnaḥălânachalah: (properly) something inherited; (abstractly) occupancyH5159
  2. מְבֹחֶ֣לֶתmĕbōḥeletbachal: to loathH973
  3. בָּרִאשׁוֹנָ֑הbāriʾšônâri'shown: first, in place, time or rank (as adjective or noun)H7223
  4. וְ֝אַחֲרִיתָ֗הּwĕʾaḥărîtāhachariyth: the last or end; (hence) the futureH319
  5. לֹ֣אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  6. תְבֹרָֽךְ׃tĕbōrākbarak: to kneel; (implication, man toward God) to bless God as an act of adorationH1288
22
  1. אַלʾalal: (qualified negation) not (used as a deprecative)H408
  2. תֹּאמַ֥רtōʾmaramar: to say (used with great latitude)H559
  3. אֲשַׁלְּמָהʾăšallĕmâshalam: to be safe (in mind, body or estate); (figuratively) to be completedH7999
  4. רָ֑עrāʿra`: bad or (as noun) evil (natural or moral)H7451
  5. קַוֵּ֥הqawwēqavah: to bind together (perhaps by twisting), i.e. collectH6960
  6. לַֽ֝יהוָ֗הlayhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  7. וְיֹ֣שַֽׁעwĕyōšaʿyasha`: (properly) to be open, wide or free; (by implication) to be safeH3467
23
  1. תּוֹעֲבַ֣תtôʿăbattow`ebah: (properly) something disgusting; (morally, as noun) an abhorrenceH8441
  2. יְ֭הוָהyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  3. אֶ֣בֶןʾebeneben: a stoneH68
  4. וָאָ֑בֶןwāʾābeneben: a stoneH68
  5. וּמֹאזְנֵ֖יûmōʾzĕnêmo'zen: (only in the dual) a pair of scalesH3976
  6. מִרְמָ֣הmirmâmirmah: fraudH4820
  7. לֹאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  8. טֽוֹב׃ṭôbtowb: good (as an adjective) in the widest senseH2896
24
  1. מֵיְהוָ֥הmêhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  2. מִצְעֲדֵיmiṣʿădêmits`ad: a step; (figuratively) companionshipH4703
  3. גָ֑בֶרgābergeber: (properly) a valiant man or warrior; (generally) a person simplyH1397
  4. וְ֝אָדָ֗םwĕʾādāmadam: ruddy i.e. a human being (an individual or the species, mankind, etc.)H120
  5. מַהmamah: (properly, interrogative) what? (including how? why? when?)H4100
  6. יָּבִ֥יןyābînbiyn: to separate mentally (or distinguish); (generally) understandH995
  7. דַּרְכּֽוֹ׃darkôderek: a road (as trodden); (figuratively) a course of life or mode of action, often adverbH1870
25
  1. מוֹקֵ֣שׁmôqēšmowqesh: (literally or figuratively) a noose (for catching animals)H4170
  2. אָ֭דָםʾādomadam: ruddy i.e. a human being (an individual or the species, mankind, etc.)H120
  3. יָ֣לַעyālaʿyala`: to blurt or utter inconsideratelyH3216
  4. קֹ֑דֶשׁqōdešqodesh: a sacred place or thing; (abstract, rarely) sanctityH6944
  5. וְאַחַ֖רwĕʾaḥarachar: (properly) the hind part; (generally, as adverb or conjunction) after (in various senses)H310
  6. נְדָרִ֣יםnĕdārîmneder: a promise (to God); (concretely) a thing promisedH5088
  7. לְבַקֵּֽר׃lĕbaqqērbaqar: (properly) to plough; (generally) break forthH1239
26
  1. מְזָרֶ֣הmĕzārezarah: to toss about; (by implication) to diffuse, winnowH2219
  2. רְ֭שָׁעִיםrĕšāʿîmrasha`: morally wrong; (concretely) an (actively) bad personH7563
  3. מֶ֣לֶךְmelekmelek: a kingH4428
  4. חָכָ֑םḥākāmchakam: wise, (i.e. intelligent, skilful or artful)H2450
  5. וַיָּ֖שֶׁבwayyāšebshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  6. עֲלֵיהֶ֣םʿălêhem`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  7. אוֹפָֽן׃ʾôpānowphan: a wheelH212
27
  1. נֵ֣רnērniyr: H5135) properly, meaning to glisten; a lamp (i.e. the burner) or light (literally or figuratively)H5216
  2. יְ֭הוָהyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  3. נִשְׁמַ֣תnišmatnshamah: a puff, i.e. wind, angry or vital breath, divine inspiration, intellect. or (concretely) an animalH5397
  4. אָדָ֑םʾādāmadam: ruddy i.e. a human being (an individual or the species, mankind, etc.)H120
  5. חֹ֝פֵ֗שׂḥōpēśchaphas: to seek; causatively, to conceal oneself (i.e. let be sought), or maskH2664
  6. כָּלkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  7. חַדְרֵיḥadrêcheder: an apartment (usually literal)H2315
  8. בָֽטֶן׃bāṭenbeten: the belly, especially the womb; also the bosom or body of anythingH990
28
  1. חֶ֣סֶדḥesedcheced: kindness; (by implication, towards God) pietyH2617
  2. וֶ֭אֱמֶתweʾĕmetemeth: stability; (figuratively) certainty, truth, trustworthinessH571
  3. יִצְּרוּyiṣṣĕrûnatsar: to guard, in a good sense (to protect, maintain, obey, etc.) or a bad one (to conceal, etc.)H5341
  4. מֶ֑לֶךְmelekmelek: a kingH4428
  5. וְסָעַ֖דwĕsāʿadca`ad: to suport (mostly figurative)H5582
  6. בַּחֶ֣סֶדbaḥesedcheced: kindness; (by implication, towards God) pietyH2617
  7. כִּסְאֽוֹ׃kisʾôkicce': (properly) covered, i.e. a throne (as canopied)H3678
29
  1. תִּפְאֶ֣רֶתtipʾerettiph'arah: ornamentH8597
  2. בַּחוּרִ֣יםbaḥûrîmbachuwr: (properly) selected; a youth (often collective)H970
  3. כֹּחָ֑םkōḥāmkoach: vigor, literally (force, in a good or a bad sense) or figuratively (capacity, means, produce)H3581
  4. וַהֲדַ֖רwahădarhadar: magnificence, i.e. ornament or splendorH1926
  5. זְקֵנִ֣יםzĕqēnîmzaqen: oldH2205
  6. שֵׂיבָֽה׃śêbâseybah: old ageH7872
30
  1. חַבֻּר֣וֹתḥabburôtchabbuwrah: (properly) bound (with stripes), i.e. a weal (or black-and-blue mark itself)H2250
  2. פֶּ֭צַעpeṣaʿpetsa`: a woundH6482
  3. תַּמְר֣יּקtamryyqtamruwq: (properly) a scouring, i.e. soap or perfumery for the bathH8562
  4. בְּרָ֑עbĕrāʿra`: bad or (as noun) evil (natural or moral)H7451
  5. וּ֝מַכּ֗וֹתûmakkôtmakkah: a blow (in 2 Chronicles 2; (by implication) a woundH4347
  6. חַדְרֵיḥadrêcheder: an apartment (usually literal)H2315
  7. בָֽטֶן׃bāṭenbeten: the belly, especially the womb; also the bosom or body of anythingH990

View the full Hebrew interlinear for Proverbs 20 →

Strong's words in Proverbs 20 (6)
Strong's H3068 יְ֝הוָ֗ה (yĕhwâ)
Yhovah (yeh-ho-vaw') n/p. 1. (the) self-Existent or Eternal 2. Jehovah, Jewish national name of God [from H1961] KJV: Jehovah, the Lord. Root(s): H1961 Compare: H3050, H3069. Appears 6 times in Proverbs 20.
Strong's H376 לָ֭אִישׁ (lāʾîš)
iysh (eesh) n-m. 1. a man as an individual or a male person 2. often used as an adjunct to a more definite term (and in such cases frequently not expressed in translation) [contracted for H582 (or perhaps rather from an unused root meaning to be extant)] KJV: also, another, any (man), a certain, + champion, consent, each, every (one), fellow, (foot-, husband-)man, (good-, great, mighty) man, he, high (degree), him (that is), husband, man(-kind), + none, one, people, person, + steward, what (man) soever, whoso(-ever), worthy. Root(s): H582 Compare: H802. Appears 6 times in Proverbs 20.
Strong's H7451 רָֽע׃ (rāʿ)
ra` (rah) adj. 1. bad or (as noun) evil (natural or moral) [from H7489] KJV: adversity, affliction, bad, calamity, + displease(-ure), distress, evil((- favouredness), man, thing), + exceedingly, X great, grief(-vous), harm, heavy, hurt(-ful), ill (favoured), + mark, mischief(-vous), misery, naught(-ty), noisome, + not please, sad(-ly), sore, sorrow, trouble, vex, wicked(-ly, -ness, one), worse(-st), wretchedness, wrong. (Incl. feminine raaah; as adjective or noun.). Root(s): H7489. Appears 5 times in Proverbs 20.
Strong's H120 אָדָ֗ם (ʾādām)
adam (aw-dawm') n-m. 1. ruddy i.e. a human being (an individual or the species, mankind, etc.) [from H119] KJV: X another, + hypocrite, + common sort, X low, man (mean, of low degree), person. Root(s): H119. Appears 4 times in Proverbs 20.
Strong's H3605 וְכָל (wĕkāl)
kol (kole) (or (Jer. 33) n-m. 1. (properly) the whole 2. (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense) [from H3634] KJV: (in) all (manner, (ye)), altogether, any (manner), enough, every (one, place, thing), howsoever, as many as, (no-)thing, ought, whatsoever, (the) whole, whoso(-ever). Root(s): H3634. Appears 4 times in Proverbs 20.
Strong's H4428 מֶ֑לֶךְ (melek)
melek (meh'-lek) n-m. 1. a king [from H4427] KJV: king, royal. Root(s): H4427. Appears 4 times in Proverbs 20.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 Proverbs 20 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2532 Bibles in 2198 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress