Skip to content

A little app tip

Back and forward, in one button

The back arrow at the bottom of the app can take you in either direction.

Tap the arrowGo back
Press and holdGo forward

Hold briefly, then release. Forward is available after you have gone back. You can also use Shift+Enter on a keyboard.

Add your phone number?

Optional. Nothing is sent unless you choose it.

Audio Bible
The Historic Faith

Chapter Psalms 106 Language Oromo, West Central Bible ID GAZGAZ Label GAZ Catalog Oromo, West Central - Bible Society of Ethiopia Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Haalleluuyaa. Waaqayyoof galata galchaa; inni gaariidhaatii; jaalalli isaa bara baraan jiraata.
2 Eenyutu hojii Waaqayyoo jabaa sana labsuu, yookaan galata isaa guutummaatti odeessuu dandaʼaa?
3 Warri jabeessanii murtii qajeelaa eegan, warri yeroo hunda waan qajeelaa hojjetan eebbifamoo dha.
4 Yaa Waaqayyo, yommuu saba keetti faara toltutti na yaadadhu; yommuu isaan oolchituttis na gargaari;
5 akka ani badhaadhummaa filatamtoota keetii arguuf, akka ani gammachuu saba keetii keessatti hirmaadhee dhaala kee wajjin boonuuf na yaadadhu.
6 Nu akkuma abbootii keenyaa cubbuu hojjenneerra; yakka hojjenneerra; hamminas hojjenneerra.
7 Abbootiin keenya yeroo biyya Gibxi keessa turanitti, dinqii kee hin hubanne; baayʼina araara keetiis hin yaadanne; isaan galaana biratti, Galaana Diimaa biratti sitti fincilan.
8 Taʼus inni akka humni isaa guddaan sun beekamuuf, maqaa isaatiif jedhee isaan oolche.
9 Inni Galaana Diimaa ifate; galaanichis ni goge; akkuma waan gammoojjii keessa dabarsuutti lafa gogaa irra isaan dabarse.
10 Harka amajaajii isaanii keessaa isaan baase; humna diinaa jalaas isaan fure.
11 Bishaanonni diinota isaanii liqimsan; tokkoon isaanii iyyuu hin hafne.
12 Ergasii isaan dubbii isaa amananii faarfannaadhaan isa galateeffatan.
13 Isaan garuu yommusuma waan inni hojjetee ture dagatan; gorsa isaas obsaan hin eegganne.
14 Gammoojjii keessatti dharraa hamaadhaan guutaman; lafa onaa keessattis Waaqa qoran.
15 Kanaafuu inni waan isaan kadhatan kenneef; garuu dhukkuba nama huqqisu isaanitti erge.
16 Isaan qubata keessatti Musee fi Aroon qulqullicha Waaqayyootti hinaafan.
17 Lafti afaan banattee Daataanin liqimsite; garee Abiiraamis gad fudhatte.
18 Duuka buutoota isaanii gidduutti ibiddi bobaʼe; arrabni ibiddaas hamoota fixe.
19 Isaan Kooreebitti jabbii tolfatan; fakkii baqfamee tolfames waaqeffatan.
20 Isa Ulfina isaanii taʼe sana, fakkii sangaa marga dheeduutti geeddaran.
21 Waaqa isaan fayyise, isa biyya Gibxitti waan gurguddaa hojjete sana irraanfatan.
22 Dinqii inni biyya Haam keessatti hojjete, hojii sodaachisaa inni Galaana Diimaa irratti hojjetes ni irraanfatan.
23 Kanaafuu utuu filatamaan isaa Museen akka dheekkamsi Waaqaa isaan hin balleessineef gidduu galee fuula isaa dura dhaabachuu baatee silaa Waaqni akka isaan balleessu dubbatee ture.
24 Isaanis biyya namatti tolu sana tuffatan; waadaa Waaqni gales hin amanne.
25 Dunkaanota isaanii keessatti ni guunguman; Waaqayyoofis hin ajajamne.
26 Kanaafuu inni akka gammoojjii keessatti isaan gatu harka isaa ol qabatee kakate;
27 sanyii isaanii akka saboota gidduutti gatu, biyyoota hunda keessas akka isaan bittinneessu kakate.
28 Isaan Baʼaal Pheʼooritti of kennanii aarsaa waaqota lubbuu hin qabneef dhiʼeeffame nyaatan.
29 Hojii isaanii hamaa sanaan Waaqayyoon dheekkamsaaf kakaasan; dhaʼichis isaan irra buʼe.
30 Garuu Fiinehaas kaʼee gidduu seennaan dhaʼichi sun dhaabate.
31 Kunis dhalootaa hamma dhalootaatti, akka qajeelummaatti isaaf herregame.
32 Isaan bishaan Mariibaa biratti akka Waaqayyo aaru godhan. Museenis sababii isaaniitiif rakkate;
33 sababii isaan Hafuura Waaqaatti fincilaniif Museen utuu itti hin yaadin dubbate.
34 Isaan akka Waaqayyo isaan ajajetti, saboota hin balleessine;
35 isaan garuu ormootatti makamanii duudhaa isaanii baratan.
36 Waaqota isaanii tolfamoo, kanneen kiyyoo isaanitti taʼan waaqeffatan.
37 Ilmaan isaaniitii fi intallan isaanii aarsaa godhanii hafuurota hamoof dhiʼeessan.
38 Isaanis dhiiga warra balleessaa hin qabnee, dhiiga ilmaan isaaniitii fi intallan isaanii, kan waaqota tolfamoo Kanaʼaaniif aarsaa godhanii dhiʼeessan sana dhangalaasan; biyyattiinis dhiiga isaaniitiin faalamte.
39 Isaan waanuma hojjetaniin of xureessan; hojii isaaniitiin sagaagaltoota of taasisan.
40 Kanaafuu Waaqayyo saba isaatti aare; handhuuraa isaas ni balfe.
41 Inni dabarsee ormootatti isaan kenne; amajaajonni isaaniis of jalatti isaan bulchan.
42 Diinonni isaanii isaan cunqursan; humna isaanii jalas isaan galfatan.
43 Inni yeroo baayʼee isaan baraare; isaan garuu ittuma fufanii fincilan; ittuma caalchisaniis cubbuu hojjetan.
44 Inni garuu yommuu iyya isaanii dhagaʼetti, rakkina isaanii hubate;
45 isaaniif jedhee kakuu isaa yaadate; sababii jaalala isaa guddaa sanaatiif garaa laafeef.
46 Inni akka warri isaan boojiʼan hundinuu garaa isaaniif laafaniif godhe.
47 Yaa Waaqayyo, Waaqa keenya nu oolchi; akka nu maqaa kee qulqulluu sana galateeffannuuf, akka galata keetiin of jajnuufis, ormoota keessaa walitti nu qabi.
48 Waaqayyo, Waaqa Israaʼeliitiif, bara baraa hamma bara baraatti galanni haa gaʼu. Namni hundinuu “Ameen!” haa jedhu. Haalleluuyaa!
Chapter information and study resources

Listen to Psalms 106 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for Psalm 106

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about Psalm 106. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

Psalm 106 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers, 21 cross-references.

Cross-references in Psalm 106 (21)

See the full cross-reference index →

Hebrew interlinear — Psalm 106:1–48 (330 words)
1
  1. הַֽלְלוּיָ֨הּ׀hallûyāhhalal: to be clear (orig. of sound, but usually of color)H1984
  2. הוֹד֣וּhôdûyadah: (literally) to use (i.e. hold out) the handH3034
  3. לַיהוָ֣הlayhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  4. כִּיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  5. ט֑וֹבṭôbtowb: good (as an adjective) in the widest senseH2896
  6. כִּ֖יkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  7. לְעוֹלָ֣םlĕʿôlām`owlam: (properly) concealed, i.e. the vanishing pointH5769
  8. חַסְדּֽוֹ׃ḥasdôcheced: kindness; (by implication, towards God) pietyH2617
2
  1. מִ֗יmîmiy: who?; (occasionally, by a peculiar idiom, of things) which?H4310
  2. יְ֭מַלֵּלyĕmallēlmalal: to speak (mostly poetical) or sayH4448
  3. גְּבוּר֣וֹתgĕbûrôtgbuwrah: force (literally or figuratively); (by implication) valor, victoryH1369
  4. יְהוָ֑הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  5. יַ֝שְׁמִ֗יעַyašmîaʿshama`: to hear intelligently (often with implication of attention, obedience, etcH8085
  6. כָּלkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  7. תְּהִלָּתֽוֹ׃tĕhillātôthillah: laudation; (specifically, concretely) a hymnH8416
3
  1. אַ֭שְׁרֵיʾašrêesher: happiness; only in masculine plural construction as interjection, how happy!H835
  2. שֹׁמְרֵ֣יšōmĕrêshamar: (properly) to hedge about (as with thorns), i.e. guardH8104
  3. מִשְׁפָּ֑טmišpāṭmishpat: (properly) a verdict (favorable or unfavorable) pronounced judicially, especially a sentence or formal decree...H4941
  4. עֹשֵׂ֖הʿōśē`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  5. צְדָקָ֣הṣĕdāqâtsdaqah: rightness (abstractly), subjectively (rectitude), objectively (justice), morally (virtue) or figuratively...H6666
  6. בְכָלbĕkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  7. עֵֽת׃ʿēt`eth: time, especially (adverb with preposition) now, when, etcH6256
4
  1. זָכְרֵ֣נִיzokrēnîzakar: (properly) to mark (so as to be recognized), i.e. to rememberH2142
  2. יְ֭הוָהyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  3. בִּרְצ֣וֹןbirṣônratsown: delight (especially as shown)H7522
  4. עַמֶּ֑ךָʿammekā`am: a people (as a congregated unit); specifically, a tribe (as those of Israel)H5971
  5. פָּ֝קְדֵ֗נִיpāqĕdēnîpaqad: to visit (with friendly or hostile intent)H6485
  6. בִּישׁוּעָתֶֽךָ׃bîšûʿātekāyshuw`ah: something saved, i.e. (abstractly) deliveranceH3444
5
  1. לִרְא֤וֹת׀lirʾôtra'ah: to see, literally or figuratively (in numerous applications, direct and implied, transitive, intransitive and...H7200
  2. בְּט֘וֹבַ֤תbĕṭôbattowb: good (as an adjective) in the widest senseH2896
  3. בְּחִירֶ֗יךָbĕḥîrêkābachiyr: selectH972
  4. לִ֭שְׂמֹחַliśmōaḥsamach: probably to brighten up, i.e. (figuratively) be (causatively, make) blithe or gleesomeH8055
  5. בְּשִׂמְחַ֣תbĕśimḥatsimchah: blithesomeness or glee, (religious or festival)H8057
  6. גּוֹיֶ֑ךָgôyekāgowy: a foreign nation; (hence) a GentileH1471
  7. לְ֝הִתְהַלֵּ֗לlĕhithallēlhalal: to be clear (orig. of sound, but usually of color)H1984
  8. עִםʿim`im: adverb or preposition, with (i.e. in conjunction with), in varied applicationsH5973
  9. נַחֲלָתֶֽךָ׃naḥălātekānachalah: (properly) something inherited; (abstractly) occupancyH5159
6
  1. חָטָ֥אנוּḥāṭāʾnûchata': (properly) to miss; (hence, figuratively and generally) to sinH2398
  2. עִםʿim`im: adverb or preposition, with (i.e. in conjunction with), in varied applicationsH5973
  3. אֲבוֹתֵ֗ינוּʾăbôtênûab: fatherH1
  4. הֶעֱוִ֥ינוּheʿĕwînû`avah: to crook, literally or figuratively (as follows)H5753
  5. הִרְשָֽׁעְנוּ׃hiršāʿĕnûrasha`: to be wrong; (causatively) to do or declare wrongH7561
7
  1. אֲב֘וֹתֵ֤ינוּʾăbôtênûab: fatherH1
  2. בְמִצְרַ֨יִם׀bĕmiṣrayimMitsrayim: Mitsrajim, i.e. Upper and Lower EgyptH4714
  3. לֹאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  4. הִשְׂכִּ֬ילוּhiśkîlûsakal: to be (causatively, make or act) circumspect and hence, intelligentH7919
  5. נִפְלְאוֹתֶ֗יךָniplĕʾôtêkāpala': (properly, literally or figuratively) perhaps to separate, i.e. distinguishH6381
  6. לֹ֣אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  7. זָ֭כְרוּzākĕrûzakar: (properly) to mark (so as to be recognized), i.e. to rememberH2142
  8. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  9. רֹ֣בrōbrob: abundance (in any respect)H7230
  10. חֲסָדֶ֑יךָḥăsādêkācheced: kindness; (by implication, towards God) pietyH2617
  11. וַיַּמְר֖וּwayyamrûmarah: to be (causatively, make) bitter (or unpleasant)H4784
  12. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  13. יָ֣םyāmyam: a sea (as breaking in noisy surf) or large body of waterH3220
  14. בְּיַםbĕyamyam: a sea (as breaking in noisy surf) or large body of waterH3220
  15. סֽוּף׃sûpcuwph: a reed, especially the papyrusH5488
8
  1. וַֽ֭יּוֹשִׁיעֵםwayyôšîʿēmyasha`: (properly) to be open, wide or free; (by implication) to be safeH3467
  2. לְמַ֣עַןlĕmaʿanma`an: (properly) heed, i.e. purposeH4616
  3. שְׁמ֑וֹšĕmôshem: an appellation, as a mark or memorial of individualityH8034
  4. לְ֝הוֹדִ֗יעַlĕhôdîaʿyada`: to know; (properly) to ascertain by seeingH3045
  5. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  6. גְּבוּרָתֽוֹ׃gĕbûrātôgbuwrah: force (literally or figuratively); (by implication) valor, victoryH1369
9
  1. וַיִּגְעַ֣רwayyigʿarga`ar: to chideH1605
  2. בְּיַםbĕyamyam: a sea (as breaking in noisy surf) or large body of waterH3220
  3. ס֭וּףsûpcuwph: a reed, especially the papyrusH5488
  4. וַֽיֶּחֱרָ֑בwayyeḥĕrābcharab: to parch (through drought) i.e. (by analogy,) to desolate, destroy, killH2717
  5. וַיּוֹלִיכֵ֥םwayyôlîkēmhalak: a primitive root; to walk (in a great variety of applications, literally and figuratively)H1980
  6. בַּ֝תְּהֹמ֗וֹתbattĕhōmôtthowm: an abyss (as a surging mass of water), especially the deep (the main sea or the subterranean water-supply)H8415
  7. כַּמִּדְבָּֽר׃kammidbārmidbar: a pasture (i.e. open field, whither cattle are driven)H4057
10
  1. וַֽ֭יּוֹשִׁיעֵםwayyôšîʿēmyasha`: (properly) to be open, wide or free; (by implication) to be safeH3467
  2. מִיַּ֣דmiyyadyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
  3. שׂוֹנֵ֑אśônēʾsane': to hate (personally)H8130
  4. וַ֝יִּגְאָלֵ֗םwayyigʾālēmga'al: to redeem (according to the Oriental law of kinship)H1350
  5. מִיַּ֥דmiyyadyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
  6. אוֹיֵֽב׃ʾôyēboyeb: hating; an adversaryH341
11
  1. וַיְכַסּוּwaykassûkacah: (properly) to plump, i.e. fill up hollowsH3680
  2. מַ֥יִםmayimmayim: water; (figuratively) juiceH4325
  3. צָרֵיהֶ֑םṣārêhemtsar: narrow; (as a noun) a tight place (usually figuratively, i.e. trouble)H6862
  4. אֶחָ֥דʾeḥādechad: (properly) united, i.e. one; (as an ordinal) firstH259
  5. מֵ֝הֶ֗םmēhemhem: they (only used when emphatic)H1992
  6. לֹ֣אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  7. נוֹתָֽר׃nôtāryathar: to jut over or exceed; (by implication) to excelH3498
12
  1. וַיַּאֲמִ֥ינוּwayyaʾămînûaman: (properly) to build up or support; to foster as a parent or nurseH539
  2. בִדְבָרָ֑יוbidbārāywdabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  3. יָ֝שִׁ֗ירוּyāšîrûshiyr: to singH7891
  4. תְּהִלָּתֽוֹ׃tĕhillātôthillah: laudation; (specifically, concretely) a hymnH8416
13
  1. מִֽ֭הֲרוּmihărûmahar: (properly) to be liquid or flow easily; (by implication)H4116
  2. שָׁכְח֣וּšokḥûshakach: to mislay, i.e. to be oblivious of, from want of memory or attentionH7911
  3. מַעֲשָׂ֑יוmaʿăśāywma`aseh: an action (good or bad); (generally) a transactionH4639
  4. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  5. חִ֝כּ֗וּḥikkûchakah: (properly) to adhere to; (hence) to awaitH2442
  6. לַעֲצָתֽוֹ׃laʿăṣātô`etsah: advice; (by implication) planH6098
14
  1. וַיִּתְאַוּ֣וּwayyitʾawwûavah: to wish forH183
  2. תַ֭אֲוָהtaʾăwâta'avah: a longing; (by implication) a delightH8378
  3. בַּמִּדְבָּ֑רbammidbārmidbar: a pasture (i.e. open field, whither cattle are driven)H4057
  4. וַיְנַסּוּwaynassûnacah: to test; (by implication) to attemptH5254
  5. אֵ֝֗לʾēlel: strength; (as adjective) mightyH410
  6. בִּֽישִׁימֽוֹן׃bîšîmônyshiymown: a desolationH3452
15
  1. וַיִּתֵּ֣ןwayyittēnnathan: to give, used with greatest latitude of application (put, make, etc.)H5414
  2. לָ֭הֶםlāhemhem: they (only used when emphatic)H1992
  3. שֶׁאֱלָתָ֑םšeʾĕlātāmsh'elah: a petition; (by implication) a loanH7596
  4. וַיְשַׁלַּ֖חwayšallaḥshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  5. רָז֣וֹןrāzônrazown: thinnessH7332
  6. בְּנַפְשָֽׁם׃bĕnapšāmnephesh: (properly) a breathing creature, i.e. animal of (abstractly) vitalityH5315
16
  1. וַיְקַנְא֣וּwayqanʾûqana': to be (causatively, make) zealous, i.e. (in a bad sense) jealous or enviousH7065
  2. לְ֭מֹשֶׁהlĕmōšeMosheh: drawing out (of the water), i.e. rescuedH4872
  3. בַּֽמַּחֲנֶ֑הbammaḥănemachaneh: an encampment (of travellers or troops)H4264
  4. לְ֝אַהֲרֹ֗ןlĕʾahărōnAharown: Aharon, the brother of MosesH175
  5. קְד֣וֹשׁqĕdôšqadowsh: sacred (ceremonially or morally); (as noun) GodH6918
  6. יְהוָֽה׃yĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
17
  1. תִּפְתַּחtiptaḥpathach: to open wide (literally or figuratively)H6605
  2. אֶ֭רֶץʾereṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  3. וַתִּבְלַ֣עwattiblaʿbala`: to make away with; (specifically) to take by swallowing, to devourH1104
  4. דָּתָ֑ןdātānDathan: Dathan, an IsraeliteH1885
  5. וַ֝תְּכַ֗סwattĕkaskacah: (properly) to plump, i.e. fill up hollowsH3680
  6. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  7. עֲדַ֥תʿădat`edah: a stated assemblage; (specifically) a concourseH5712
  8. אֲבִירָֽם׃ʾăbîrāmAbiyram: father of height (i.e. lofty); Abiram, the name of two IsraelitesH48
18
  1. וַתִּבְעַרwattibʿarba`ar: to kindle; to consume (by fire or by eating)H1197
  2. אֵ֥שׁʾēšesh: fire (literally or figuratively)H784
  3. בַּעֲדָתָ֑םbaʿădātām`edah: a stated assemblage; (specifically) a concourseH5712
  4. לֶ֝הָבָ֗הlehābâlehabah: meaning the same as H3851H3852
  5. תְּלַהֵ֥טtĕlahēṭlahat: (properly) to lick; (by implication) to blazeH3857
  6. רְשָׁעִֽים׃rĕšāʿîmrasha`: morally wrong; (concretely) an (actively) bad personH7563
19
  1. יַעֲשׂוּyaʿăśû`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  2. עֵ֥גֶלʿēgel`egel: a (male) calf (as frisking round), especially one nearly grown (i.e. a steer)H5695
  3. בְּחֹרֵ֑בbĕḥōrēbChoreb: desolate; Choreb, a (generic) name for the Sinaitic mountainsH2722
  4. וַ֝יִּשְׁתַּחֲו֗וּwayyištaḥăwûshachah: to depress, i.e. prostrate (especially reflexive, in homage to royalty or God)H7812
  5. לְמַסֵּכָֽה׃lĕmassēkâmaccekah: (properly) a pouring over, i.e. fusion of metal (especially a cast image)H4541
20
  1. וַיָּמִ֥ירוּwayyāmîrûmuwr: to alter; (by implication) to barter, to dispose ofH4171
  2. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  3. כְּבוֹדָ֑םkĕbôdāmkabowd: (properly) weight, but only figuratively in a good sense, splendor or copiousnessH3519
  4. בְּתַבְנִ֥יתbĕtabnîttabniyth: structure; (by implication) a model, resemblanceH8403
  5. שׁ֝֗וֹרšôrshowr: a bullock (as a traveller)H7794
  6. אֹכֵ֥לʾōkēlakal: to eat (literally or figuratively)H398
  7. עֵֽשֶׂב׃ʿēśeb`eseb: grass (or any tender shoot)H6212
21
  1. שָׁ֭כְחוּšākĕḥûshakach: to mislay, i.e. to be oblivious of, from want of memory or attentionH7911
  2. אֵ֣לʾēlel: strength; (as adjective) mightyH410
  3. מוֹשִׁיעָ֑םmôšîʿāmyasha`: (properly) to be open, wide or free; (by implication) to be safeH3467
  4. עֹשֶׂ֖הʿōśe`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  5. גְדֹל֣וֹתgĕdōlôtgadowl: great (in any sense); (hence) olderH1419
  6. בְּמִצְרָֽיִם׃bĕmiṣrāyimMitsrayim: Mitsrajim, i.e. Upper and Lower EgyptH4714
22
  1. נִ֭פְלָאוֹתniplāʾôtpala': (properly, literally or figuratively) perhaps to separate, i.e. distinguishH6381
  2. בְּאֶ֣רֶץbĕʾereṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  3. חָ֑םḥāmCham: hot (from the tropical habitat); Cham, a son of NoahH2526
  4. נ֝וֹרָא֗וֹתnôrāʾôtyare': to fear; morally, to revereH3372
  5. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  6. יַםyamyam: a sea (as breaking in noisy surf) or large body of waterH3220
  7. סֽוּף׃sûpcuwph: a reed, especially the papyrusH5488
23
  1. וַיֹּ֗אמֶרwayyōʾmeramar: to say (used with great latitude)H559
  2. לְֽהַשְׁמִ֫ידָ֥םlĕhašmîdāmshamad: to desolateH8045
  3. לוּלֵ֡יlûlêluwle': if notH3884
  4. מֹ֘שֶׁ֤הmōšeMosheh: drawing out (of the water), i.e. rescuedH4872
  5. בְחִיר֗וֹbĕḥîrôbachiyr: selectH972
  6. עָמַ֣דʿāmad`amad: to stand, in various relations (literal and figurative, intransitive and transitive)H5975
  7. בַּפֶּ֣רֶץbappereṣperets: a break (literally or figuratively)H6556
  8. לְפָנָ֑יוlĕpānāywpaniym: the face (as the part that turns); (with prepositional prefix, as a preposition) before, etc.H6440
  9. לְהָשִׁ֥יבlĕhāšîbshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  10. חֲ֝מָת֗וֹḥămātôchemah: heat; (figuratively) anger, poison (from its fever)H2534
  11. מֵֽהַשְׁחִֽית׃mēhašḥîtshachath: to decay, i.e. (causatively) ruin (literally or figuratively)H7843
24
  1. וַֽ֭יִּמְאֲסוּwayyimʾăsûma'ac: to spurn; (intransitively) to disappearH3988
  2. בְּאֶ֣רֶץbĕʾereṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  3. חֶמְדָּ֑הḥemdâchemdah: delightH2532
  4. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  5. הֶ֝אֱמִ֗ינוּheʾĕmînûaman: (properly) to build up or support; to foster as a parent or nurseH539
  6. לִדְבָרֽוֹ׃lidbārôdabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
25
  1. וַיֵּרָגְנ֥וּwayyērognûragan: to grumble, i.e. rebelH7279
  2. בְאָהֳלֵיהֶ֑םbĕʾāhŏlêhemohel: a tent (as clearly conspicuous from a distance)H168
  3. לֹ֥אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  4. שָׁ֝מְע֗וּšāmĕʿûshama`: to hear intelligently (often with implication of attention, obedience, etcH8085
  5. בְּק֣וֹלbĕqôlqowl: a voice or soundH6963
  6. יְהוָֽה׃yĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
26
  1. וַיִּשָּׂ֣אwayyiśśāʾnasa': to lift, in a great variety of applications, literal and figurative, absol. and rel. (as follows)H5375
  2. יָד֣וֹyādôyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
  3. לָהֶ֑םlāhemhem: they (only used when emphatic)H1992
  4. לְהַפִּ֥ילlĕhappîlnaphal: to fall, in a great variety of applications (intransitive or causative, literal or figurative)H5307
  5. א֝וֹתָ֗םʾôtāmeth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  6. בַּמִּדְבָּֽר׃bammidbārmidbar: a pasture (i.e. open field, whither cattle are driven)H4057
27
  1. וּלְהַפִּ֣ילûlĕhappîlnaphal: to fall, in a great variety of applications (intransitive or causative, literal or figurative)H5307
  2. זַ֭רְעָםzarʿomzera`: seed; (figuratively) fruit, plant, sowing-time, posterityH2233
  3. בַּגּוֹיִ֑םbaggôyimgowy: a foreign nation; (hence) a GentileH1471
  4. וּ֝לְזָרוֹתָ֗םûlĕzārôtāmzarah: to toss about; (by implication) to diffuse, winnowH2219
  5. בָּאֲרָצֽוֹת׃bāʾărāṣôterets: the earth (at large, or partitively a land)H776
28
  1. וַ֭יִּצָּ֣מְדוּwayyiṣṣāmĕdûtsamad: to link, i.e. gird; (figuratively) to serve, (mentally) contriveH6775
  2. לְבַ֣עַלlĕbaʿal
  3. פְּע֑וֹרpĕʿôrBaal of Peor; Baal-Peor, a Moabitish deityH1187
  4. וַ֝יֹּאכְל֗וּwayyōʾkĕlûakal: to eat (literally or figuratively)H398
  5. זִבְחֵ֥יzibḥêzebach: (properly) a slaughter, i.e. the flesh of an animalH2077
  6. מֵתִֽים׃mētîmmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
29
  1. וַ֭יַּכְעִיסוּwayyakʿîsûka`ac: to trouble; (by implication) to grieve, rage, be indignantH3707
  2. בְּמַֽעַלְלֵיהֶ֑םbĕmaʿallêhemma`alal: an act (good or bad)H4611
  3. וַתִּפְרָץwattiprāṣparats: to break out (in many applications, direct and indirect, literal and figurative)H6555
  4. בָּ֝֗םbām
  5. מַגֵּפָֽה׃maggēpâmaggephah: a pestilence; by analogy, defeatH4046
30
  1. וַיַּעֲמֹ֣דwayyaʿămōd`amad: to stand, in various relations (literal and figurative, intransitive and transitive)H5975
  2. פִּֽ֭ינְחָסpînĕḥosPiynchac: mouth of a serpent; Pinechas, the name of three IsraelitesH6372
  3. וַיְפַלֵּ֑לwaypallēlpalal: to judge (officially or mentally); by extension, to intercede, prayH6419
  4. וַ֝תֵּעָצַ֗רwattēʿāṣar`atsar: to inclose; by analogy, to hold backH6113
  5. הַמַּגֵּפָֽה׃hammaggēpâmaggephah: a pestilence; by analogy, defeatH4046
31
  1. וַתֵּחָ֣שֶׁבwattēḥāšebchashab: (properly) to plait or interpenetrate, i.e. (literally) to weave or (gen.) to fabricateH2803
  2. ל֭וֹlô
  3. לִצְדָקָ֑הliṣdāqâtsdaqah: rightness (abstractly), subjectively (rectitude), objectively (justice), morally (virtue) or figuratively...H6666
  4. לְדֹ֥רlĕdōrdowr: (properly) a revolution of time, i.e. an age or generationH1755
  5. וָ֝דֹ֗רwādōrdowr: (properly) a revolution of time, i.e. an age or generationH1755
  6. עַדʿad`ad: (properly) a (peremptory) terminusH5704
  7. עוֹלָֽם׃ʿôlām`owlam: (properly) concealed, i.e. the vanishing pointH5769
32
  1. וַ֭יַּקְצִיפוּwayyaqṣîpûqatsaph: to crack off, i.e. (figuratively) burst out in rageH7107
  2. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  3. מֵ֥יmêmayim: water; (figuratively) juiceH4325
  4. מְרִיבָ֑הmĕrîbâmriybah: quarrelH4808
  5. וַיֵּ֥רַעwayyēraʿyara`: (properly) to be broken up (with any violent action) i.e. (figuratively) to fearH3415
  6. לְ֝מֹשֶׁ֗הlĕmōšeMosheh: drawing out (of the water), i.e. rescuedH4872
  7. בַּעֲבוּרָֽם׃baʿăbûrām`abuwr: (properly) crossed; (abstractly) transitH5668
33
  1. כִּֽיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. הִמְר֥וּhimrûmarah: to be (causatively, make) bitter (or unpleasant)H4784
  3. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  4. רוּח֑וֹrûḥôruwach: wind; by resemblance breath, i.e. a sensible (or even violent) exhalationH7307
  5. וַ֝יְבַטֵּ֗אwaybaṭṭēʾbata': to babble; (hence) to vociferate angrilyH981
  6. בִּשְׂפָתָֽיו׃biśpātāywsaphah: the lip (as a natural boundary); (by implication) languageH8193
34
  1. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  2. הִ֭שְׁמִידוּhišmîdûshamad: to desolateH8045
  3. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  4. הָֽעַמִּ֑יםhāʿammîm`am: a people (as a congregated unit); specifically, a tribe (as those of Israel)H5971
  5. אֲשֶׁ֤רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  6. אָמַ֖רʾāmaramar: to say (used with great latitude)H559
  7. יְהוָ֣הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  8. לָהֶֽם׃lāhemhem: they (only used when emphatic)H1992
35
  1. וַיִּתְעָרְב֥וּwayyitʿorbû`arab: to braid, i.e. intermix; technically, to traffic (as if by barter)H6148
  2. בַגּוֹיִ֑םbaggôyimgowy: a foreign nation; (hence) a GentileH1471
  3. וַֽ֝יִּלְמְד֗וּwayyilmĕdûlamad: (properly) to goad; (by implication) to teach (the rod being an Oriental incentive)H3925
  4. מַֽעֲשֵׂיהֶֽם׃maʿăśêhemma`aseh: an action (good or bad); (generally) a transactionH4639
36
  1. וַיַּעַבְד֥וּwayyaʿabdû`abad: to work (in any sense); (by implication) to serve, tillH5647
  2. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  3. עֲצַבֵּיהֶ֑םʿăṣabbêhem`atsab: an (idolatrous) imageH6091
  4. וַיִּהְי֖וּwayyihyûhayah: to exist; to be or becomeH1961
  5. לָהֶ֣םlāhemhem: they (only used when emphatic)H1992
  6. לְמוֹקֵֽשׁ׃lĕmôqēšmowqesh: (literally or figuratively) a noose (for catching animals)H4170
37
  1. וַיִּזְבְּח֣וּwayyizbĕḥûzabach: to slaughter an animal (usually in sacrifice)H2076
  2. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  3. בְּ֭נֵיהֶםbĕnêhemben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  4. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  5. בְּנֽוֹתֵיהֶ֗םbĕnôtêhembath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
  6. לַשֵּֽׁדִים׃laššēdîmshed: a doemon (as malignant)H7700
38
  1. וַיִּֽשְׁפְּכ֨וּwayyišĕppĕkûshaphak: to spill forth (blood, a libation, liquid metal)H8210
  2. דָ֪םdāmdam: blood (as that which when shed causes death) of man or an animalH1818
  3. נָקִ֡יnāqînaqiy: innocentH5355
  4. דַּםdamdam: blood (as that which when shed causes death) of man or an animalH1818
  5. בְּנֵ֘יהֶ֤םbĕnêhemben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  6. וּֽבְנוֹתֵיהֶ֗םûbĕnôtêhembath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
  7. אֲשֶׁ֣רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  8. זִ֭בְּחוּzibbĕḥûzabach: to slaughter an animal (usually in sacrifice)H2076
  9. לַעֲצַבֵּ֣יlaʿăṣabbê`atsab: an (idolatrous) imageH6091
  10. כְנָ֑עַןkĕnāʿanKna`an: humiliated; Kenaan, a son a HamH3667
  11. וַתֶּחֱנַ֥ףwatteḥĕnapchaneph: to soil, especially in a moral senseH2610
  12. הָ֝אָ֗רֶץhāʾāreṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  13. בַּדָּמִֽים׃baddāmîmdam: blood (as that which when shed causes death) of man or an animalH1818
39
  1. וַיִּטְמְא֥וּwayyiṭmĕʾûtame': to be foul, especially in a ceremial or moral sense (contaminated)H2930
  2. בְמַעֲשֵׂיהֶ֑םbĕmaʿăśêhemma`aseh: an action (good or bad); (generally) a transactionH4639
  3. וַ֝יִּזְ֗נוּwayyiznûzanah: to commit adultery (usually of the female, and less often of simple fornication, rarely of involuntary...H2181
  4. בְּמַֽעַלְלֵיהֶֽם׃bĕmaʿallêhemma`alal: an act (good or bad)H4611
40
  1. וַיִּֽחַרwayyiḥarcharah: to glow or grow warm; figuratively (usually) to blaze up, of anger, zeal, jealousyH2734
  2. אַ֣ףʾapaph: (properly) the nose or nostril; (hence) the face, and occasionally a personH639
  3. יְהוָ֣הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  4. בְּעַמּ֑וֹbĕʿammô`am: a people (as a congregated unit); specifically, a tribe (as those of Israel)H5971
  5. וַ֝יְתָעֵ֗בwaytāʿēbta`ab: to loathe, i.e. (morally) detestH8581
  6. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  7. נַחֲלָתֽוֹ׃naḥălātônachalah: (properly) something inherited; (abstractly) occupancyH5159
41
  1. וַיִּתְּנֵ֥םwayyittĕnēmnathan: to give, used with greatest latitude of application (put, make, etc.)H5414
  2. בְּיַדbĕyadyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
  3. גּוֹיִ֑םgôyimgowy: a foreign nation; (hence) a GentileH1471
  4. וַֽיִּמְשְׁל֥וּwayyimšĕlûmashal: to ruleH4910
  5. בָ֝הֶ֗םbāhem
  6. שֹׂנְאֵיהֶֽם׃śōnĕʾêhemsane': to hate (personally)H8130
42
  1. וַיִּלְחָצ֥וּםwayyilḥāṣûmlachats: (properly) to press, i.e. (figuratively) to distressH3905
  2. אוֹיְבֵיהֶ֑םʾôybêhemoyeb: hating; an adversaryH341
  3. וַ֝יִּכָּנְע֗וּwayyikkonʿûkana`: (properly) to bend the knee; (hence) to humiliate, vanquishH3665
  4. תַּ֣חַתtaḥattachath: the bottom (as depressed); only adverbially, below (often with prepositional prefix underneath), in lieu of...H8478
  5. יָדָֽם׃yādāmyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
43
  1. פְּעָמִ֥יםpĕʿāmîmpa`am: a stroke, literally or figuratively (in various applications, as follow)H6471
  2. רַבּ֗וֹתrabbôtrab: abundant (in quantity, size, age, number, rank, quality)H7227
  3. יַצִּ֫ילֵ֥םyaṣṣîlēmnatsal: to snatch away, whether in a good or a bad senseH5337
  4. וְ֭הֵמָּהwĕhēmmâhem: they (only used when emphatic)H1992
  5. יַמְר֣וּyamrûmarah: to be (causatively, make) bitter (or unpleasant)H4784
  6. בַעֲצָתָ֑םbaʿăṣātām`etsah: advice; (by implication) planH6098
  7. וַ֝יָּמֹ֗כּוּwayyāmōkkûmakak: to tumble (in ruins); (figuratively) to perishH4355
  8. בַּעֲוֺנָֽם׃baʿăwōnām`avon: perversity, i.e. (moral) evilH5771
44
  1. וַ֭יַּרְאwayyarra'ah: to see, literally or figuratively (in numerous applications, direct and implied, transitive, intransitive and...H7200
  2. בַּצַּ֣רbaṣṣartsar: narrow; (as a noun) a tight place (usually figuratively, i.e. trouble)H6862
  3. לָהֶ֑םlāhemhem: they (only used when emphatic)H1992
  4. בְּ֝שָׁמְע֗וֹbĕšomʿôshama`: to hear intelligently (often with implication of attention, obedience, etcH8085
  5. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  6. רִנָּתָֽם׃rinnātāmrinnah: (properly) a creaking (or shrill sound), i.e. shout (of joy or grief)H7440
45
  1. וַיִּזְכֹּ֣רwayyizkōrzakar: (properly) to mark (so as to be recognized), i.e. to rememberH2142
  2. לָהֶ֣םlāhemhem: they (only used when emphatic)H1992
  3. בְּרִית֑וֹbĕrîtôbriyth: a compact (because made by passing between pieces of flesh)H1285
  4. וַ֝יִּנָּחֵ֗םwayyinnāḥēmnacham: (properly) to sigh, i.e. breathe stronglyH5162
  5. כְּרֹ֣בkĕrōbrob: abundance (in any respect)H7230
  6. חֲסָדָֽו׃ḥăsādāwcheced: kindness; (by implication, towards God) pietyH2617
46
  1. וַיִּתֵּ֣ןwayyittēnnathan: to give, used with greatest latitude of application (put, make, etc.)H5414
  2. אוֹתָ֣םʾôtāmeth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  3. לְרַחֲמִ֑יםlĕraḥămîmracham: compassion (in the plural); (by extension) the womb (as cherishing the fetus)H7356
  4. לִ֝פְנֵ֗יlipnêpaniym: the face (as the part that turns); (with prepositional prefix, as a preposition) before, etc.H6440
  5. כָּלkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  6. שׁוֹבֵיהֶֽם׃šôbêhemshabah: to transport into captivityH7617
47
  1. הוֹשִׁיעֵ֨נוּ׀hôšîʿēnûyasha`: (properly) to be open, wide or free; (by implication) to be safeH3467
  2. יְה֘וָ֤הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  3. אֱלֹהֵ֗ינוּʾĕlōhênûelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  4. וְקַבְּצֵנוּ֮wĕqabbĕṣēnûqabats: to grasp, i.e. collectH6908
  5. מִֽןminmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  6. הַגּ֫וֹיִ֥םhaggôyimgowy: a foreign nation; (hence) a GentileH1471
  7. לְ֭הֹדוֹתlĕhōdôtyadah: (literally) to use (i.e. hold out) the handH3034
  8. לְשֵׁ֣םlĕšēmshem: an appellation, as a mark or memorial of individualityH8034
  9. קָדְשֶׁ֑ךָqodšekāqodesh: a sacred place or thing; (abstract, rarely) sanctityH6944
  10. לְ֝הִשְׁתַּבֵּ֗חַlĕhištabbēaḥshabach: (properly) to address in a loud tone, i.e. (specifically) loudH7623
  11. בִּתְהִלָּתֶֽךָ׃bithillātekāthillah: laudation; (specifically, concretely) a hymnH8416
48
  1. בָּ֤רֽוּךְbārûkbarak: to kneel; (implication, man toward God) to bless God as an act of adorationH1288
  2. יְהוָ֨הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  3. אֱלֹהֵ֪יʾĕlōhêelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  4. יִשְׂרָאֵ֡לyiśrāʾēlYisra'el: he will rule as God; Jisrael, a symbolical name of JacobH3478
  5. מִןminmin: (properly) a part of; (hence, prepositionally) from or out of (in many senses)H4480
  6. הָ֤עוֹלָ֨ם׀hāʿôlām`owlam: (properly) concealed, i.e. the vanishing pointH5769
  7. וְעַ֬דwĕʿad`ad: (properly) a (peremptory) terminusH5704
  8. הָעוֹלָ֗םhāʿôlām`owlam: (properly) concealed, i.e. the vanishing pointH5769
  9. וְאָמַ֖רwĕʾāmaramar: to say (used with great latitude)H559
  10. כָּלkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  11. הָעָ֥םhāʿām`am: a people (as a congregated unit); specifically, a tribe (as those of Israel)H5971
  12. אָמֵ֗ןʾāmēnamen: sure; (abstract) faithfulnessH543
  13. הַֽלְלוּhallûhalal: to be clear (orig. of sound, but usually of color)H1984
  14. יָֽהּ׃yāhYahh: Jah, the sacred nameH3050

View the full Hebrew interlinear for Psalm 106 →

Strong's words in Psalm 106 (6)
Strong's H3068 — לַיהוָ֣ה (layhwâ)
Yhovah (yeh-ho-vaw') n/p. 1. (the) self-Existent or Eternal 2. Jehovah, Jewish national name of God [from H1961] KJV: Jehovah, the Lord. Root(s): H1961 Compare: H3050, H3069. Appears 9 times in Psalm 106.
Strong's H1992 — מֵ֝הֶ֗ם (mēhem)
hem (haym) (or (prolonged) hemmah {haym'-maw}) p/p. 1. they (only used when emphatic) [masculine plural from H1981] KJV: it, like, X (how, so) many (soever, more as) they (be), (the) same, X so, X such, their, them, these, they, those, which, who, whom, withal, ye. Root(s): H1981. Appears 8 times in Psalm 106.
Strong's H1471 — גּוֹיֶ֑ךָ (gôyekā)
gowy (go'-ee) (rarely (shortened) goy {go'-ee}) n-m. 1. a foreign nation 2. (hence) a Gentile 3. (figuratively) a troop of animals, or a flight of locusts [apparently from the same root as H1465 (in the sense of massing)] KJV: Gentile, heathen, nation, people. See also: H1465. Appears 5 times in Psalm 106.
Strong's H3027 — מִיַּ֣ד (miyyad)
yad (yawd) n-f. 1. a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one) 2. used (as noun, adverb, etc.) in a great variety of applications, both literally and figuratively, both proximate and remote (as follows) [a primitive word] KJV: (+ be) able, X about, + armholes, at, axletree, because of, beside, border, X bounty, + broad, (broken-)handed, X by, charge, coast, + consecrate, + creditor, custody, debt, dominion, X enough, + fellowship, force, X from, hand(-staves, -y work), X he, himself, X in, labour, + large, ledge, (left-)handed, means, X mine, ministry, near, X of, X order, ordinance, X our, parts, pain, power, X presumptuously, service, side, sore, state, stay, draw with strength, stroke, + swear, terror, X thee, X by them, X themselves, X thine own, X thou, through, X throwing, + thumb, times, X to, X under, X us, X wait on, (way-)side, where, + wide, X with (him, me, you), work, + yield, X yourselves. See also: H3709. Appears 5 times in Psalm 106.
Strong's H776 — אֶ֭רֶץ (ʾereṣ)
erets (eh'-rets) n-f. 1. the earth (at large, or partitively a land) [from an unused root probably meaning to be firm] KJV: X common, country, earth, field, ground, land, X natins, way, + wilderness, world.. Appears 5 times in Psalm 106.
Strong's H3220 — יָ֣ם (yām)
yam (yawm) n-m. 1. a sea (as breaking in noisy surf) or large body of water 2. specifically (with the article), the Mediterranean Sea 3. sometimes a large river, or an artifical basin 4. locally, the west, or (rarely) the south [from an unused root meaning to roar] KJV: sea (X -faring man, (-shore)), south, west (-ern, side, -ward).. Appears 4 times in Psalm 106.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2883 Bibles in 2502 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress