Skip to content
Audio Bible

Seera Uumamaa 23 Oromo, West Central GAZ Audio Bible

Chapter Genesis 23 Language Oromo, West Central Bible ID GAZGAZ Label GAZ Catalog Oromo, West Central - Bible Society of Ethiopia Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Saaraan waggaa dhibba tokkoo fi digdamii torba jiraatte; barri jireenya Saaraas kanuma ture.
2 Isheenis Kiriyaati Arbaaq jechuunis Kebroon biyya Kanaʼaan keessaa sanatti duute; Abrahaamis Saaraadhaaf gadduu fi booʼuudhaaf jedhee dhaqe.
3 Abrahaam reeffa niitii isaa biraa kaʼee Heetotaan akkana jedhe;
4 “Ani gidduu keessanitti ormaa fi keessummaa dha. Akka ani duʼaa koo itti awwaalladhuuf lafa awwaalaaf taʼu natti gurguraa.”
5 Heetonnis akkana jedhanii Abrahaamii fi deebii kennan;
6 “Gooftaa, nu dhagaʼi. Ati nu gidduutti shuumii jabaa dha. Duʼaa kee iddoo awwaala keenyaa keessaa kan akka malee filatamaa taʼetti awwaalladhu. Nu keessaa namni iddoo awwaala isaatti duʼaa kee awwaallachuu si dhowwatu tokko iyyuu hin jiru.”
7 Abrahaamis ol kaʼee fuula namoota biyya sanaa fuula Heetotaa duratti gad jedhee harka fuudhe.
8 Akkanas isaaniin jedhe; “Ani duʼaa koo akkan awwaalladhu fedhii yoo qabaattan na dhagaʼaatii Efroon ilma Zoohar sana naa kadhadhaa.
9 Innis holqa Makfelaa jedhamu kan qarqara lafa qotiisaa isaatti argamu sana natti ni gurgura. Inni iddoo awwaalaa sana gatii guutuudhaan fuula keessan duratti akka natti gurguruuf naa gaafadhaa.”
10 Efroon Heetichi saba isaa gidduu taaʼaa ture; innis utuma Heetonni gara karra magaalaa isaa dhufan sun hundi dhagaʼanuu akkana jedhee Abrahaamiif deebii kenne;
11 “Gooftaa ko, akkana miti; mee na dhaggeeffadhu; ani lafa qotiisaa kana siif nan kenna; holqa achi jirus siif nan kenna; ani fuula saba koo duratti holqa kana siifin kenna; duʼaa kee itti awwaalladhu.”
12 Abrahaam amma illee fuula saba biyya sanaa duratti gad jedhee harka fuudhee,
13 utuma isaan dhagaʼanuu Efrooniin, “Yoo fedhii kee taʼe, na dhagaʼi. Ani gatii lafa qotiisaa kanaa nan kaffala. Akka ani duʼaa koo achitti awwaalladhuuf gatii kana na harkaa fudhadhu” jedhe.
14 Efroonis akkana jedhee Abrahaamiif deebii kenne;
15 “Gooftaa ko, mee na dhagaʼi; gatiin lafa kanaa meetii saqilii dhibba afur taʼa; garuu kun anaa fi si gidduutti maali? Duʼaa kee itti awwaalladhu.”
16 Abrahaamis waan Efroon dubbate sana fudhatee gatii inni utuma Heetonni dhagaʼanuu himate sana madaaleef; gatiin sunis akka madaalii daldaltoota yeroo sanaatti meetii saqilii dhibba afur ture.
17 Akkasitti lafti qotiisaa Efroon kan fuula Mamree dura, Makfelaa keessa jiru sun jechuunis lafti qotiisaatii fi holqi isa keessa jiru, mukni daangaa lafa qotiisaa sana keessa jiru hundi,
18 fuula Heetota gara karra magaalaa dhufan hundaa duratti akka dhaalaatti Abrahaamitti dabarfame.
19 Ergasii Abrahaam biyya Kanaʼaan keessa, holqa Makfelaa kan Mamree bira jechuunis Kebroon bira jiru sanatti niitii isaa Saaraa Awwaallate.
20 Akkasitti lafa qotiisaa sunii fi holqi achi keessaa akka lafa awwaalaa taʼuuf Heetota irraa akka dhaalaatti Abrahaamitti dabarfame.

Listen to Genesis 23 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for Genesis 23

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about Genesis 23. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

Genesis 23 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers, 30 cross-references.

Cross-references in Genesis 23 (30)

See the full cross-reference index →

Hebrew interlinear — Genesis 23:1–20 (275 words)
1
  1. וַ/יִּהְיוּ֙va/i.yih.Yuand/ they wereH1961
  2. חַיֵּ֣יchai.YeiH2416
  3. שָׂרָ֔הsa.RahSarahH8283
  4. מֵאָ֥הme.'Ahone hundredH3967
  5. שָׁנָ֛הsha.Nahyear[s]H8141
  6. וְ/עֶשְׂרִ֥יםve./'es.Rimand/ twentyH6242
  7. שָׁנָ֖הsha.Nahyear[s]H8141
  8. וְ/שֶׁ֣בַעve./She.va'and/ sevenH7651
  9. שָׁנִ֑יםsha.NimyearsH8141
  10. שְׁנֵ֖יshe.NeiH8141
  11. חַיֵּ֥יchai.YeiH2416
  12. שָׂרָֽה\׃sa.RahSarahH8283
2
  1. וַ/תָּ֣מָתva./Ta.motand/ she diedH4191
  2. שָׂרָ֗הsa.RahSarahH8283
  3. בְּ/קִרְיַ֥תbe./kir.Yatat/ KiriathH7153
  4. אַרְבַּ֛ע'ar.Ba'ArbaH7153
  5. הִ֥ואhi'thatH1931
  6. חֶבְר֖וֹןchev.RonH2275
  7. בְּ/אֶ֣רֶץbe./'E.retzin/ [the] land ofH776
  8. כְּנָ֑עַןke.Na.'anCanaanH3667
  9. וַ/יָּבֹא֙va/i.ya.Vo'and/ he wentH935
  10. אַבְרָהָ֔ם'av.ra.HamAbrahamH85
  11. לִ/סְפֹּ֥דli/s.Podto/ mournH5594
  12. לְ/שָׂרָ֖הle./sa.Rahfor/ SarahH8283
  13. וְ/לִ/בְכֹּתָֽ/הּ\׃ve./li/v.ko.Ta/hand/ to/ weep for/ herH1058
3
  1. וַ/יָּ֙קָם֙va/i.Ya.komand/ he aroseH6965
  2. אַבְרָהָ֔ם'av.ra.HamAbrahamH85
  3. מֵ/עַ֖לme./'Alfrom/ onH5921
  4. פְּנֵ֣יpe.NeiH6440
  5. מֵת֑/וֹme.T/odead/ hisH4191
  6. וַ/יְדַבֵּ֥רva/y.da.Berand/ he spokeH1696
  7. אֶל\־'el-toH413
  8. בְּנֵי\־be.nei-H1121
  9. חֵ֖תchetHethH2845
  10. לֵ/אמֹֽר\׃le./Mor<to>/ sayingH559
4
  1. גֵּר\־ger-H1616
  2. וְ/תוֹשָׁ֥בve./to.Shavand/ a resident alienH8453
  3. אָנֹכִ֖י'a.no.KhiIH595
  4. עִמָּ/כֶ֑ם'i.ma./Khemwith/ youH5973
  5. תְּנ֨וּte.NugiveH5414
  6. לִ֤/יl/ito <the>/ meH9030
  7. אֲחֻזַּת\־'a.chu.zat-a possession ofH272
  8. קֶ֙בֶר֙ke.vera burial siteH6913
  9. עִמָּ/כֶ֔ם'i.ma./Khemwith/ youH5973
  10. וְ/אֶקְבְּרָ֥הve./'ek.be.Rahso/ let me buryH6912
  11. מֵתִ֖/יme.T/idead/ myH4191
  12. מִ/לְּ/פָנָֽ/י\׃mi./le./fa.Na/ifrom/ to/ before/ meH6440
5
  1. וַ/יַּעֲנ֧וּva/i.ya.'a.Nuand/ they answeredH6030
  2. בְנֵי\־ve.nei-H1121
  3. חֵ֛תchetHethH2845
  4. אֶת\־'et-<obj.>H853
  5. אַבְרָהָ֖ם'av.ra.HamAbrahamH85
  6. לֵ/אמֹ֥רle./Mor<to>/ sayingH559
  7. לֽ/וֹ\׃l/oto <the>/ himH9033
6
  1. שְׁמָעֵ֣/נוּ\׀she.ma.'E./nulisten to/ usH8085
  2. אֲדֹנִ֗/י'a.do.N/iO lord/ myH113
  3. נְשִׂ֨יאne.Si'H5387
  4. אֱלֹהִ֤ים'E.lo.HimGodH430
  5. אַתָּה֙'a.TahyouH859
  6. בְּ/תוֹכֵ֔/נוּbe./to.Khe./nuin/ midst of/ usH8432
  7. בְּ/מִבְחַ֣רbe./miv.Charin/ [the] choicest ofH4005
  8. קְבָרֵ֔י/נוּke.va.Rei./nuburial sites/ ourH6913
  9. קְבֹ֖רke.VorburyH6912
  10. אֶת\־'et-<obj.>H853
  11. מֵתֶ֑/ךָme.Te./khadead/ yourH4191
  12. אִ֣ישׁ'ishanyoneH376
  13. מִמֶּ֔/נּוּmi.Me./nuof/ usH4480
  14. אֶת\־'et-<obj.>H853
  15. קִבְר֛/וֹkiv.R/oburial site/ hisH6913
  16. לֹֽא\־lo'-notH3808
  17. יִכְלֶ֥הyikh.Lehhe will withholdH3607
  18. מִמְּ/ךָ֖mi.me./Khafrom/ youH4480
  19. מִ/קְּבֹ֥רmi./ke.Vorfrom/ buryingH6912
  20. מֵתֶֽ/ךָ\׃me.Te./khadead/ yourH4191
7
  1. וַ/יָּ֧קָםva/i.Ya.komand/ he aroseH6965
  2. אַבְרָהָ֛ם'av.ra.HamAbrahamH85
  3. וַ/יִּשְׁתַּ֥חוּva/i.yish.Ta.chuand/ he bowed downH7812
  4. לְ/עַם\־le./'am-to/ [the] people ofH5971
  5. הָ/אָ֖רֶץha./'A.retzthe/ landH776
  6. לִ/בְנֵי\־li/v.nei-to/ [the] people ofH1121
  7. חֵֽת\׃ChetHethH2845
8
  1. וַ/יְדַבֵּ֥רva/y.da.Berand/ he spokeH1696
  2. אִתָּ֖/ם'i.Ta/mwith/ themH854
  3. לֵ/אמֹ֑רle./Mor<to>/ sayingH559
  4. אִם\־'im-ifH518
  5. יֵ֣שׁyeshthereH3426
  6. אֶֽת\־'et-withH854
  7. נַפְשְׁ/כֶ֗םnaf.she./Khemdesire/ yourH5315
  8. לִ/קְבֹּ֤רli/k.Borto/ buryH6912
  9. אֶת\־'et-<obj.>H853
  10. מֵתִ/י֙me.T/idead/ myH4191
  11. מִ/לְּ/פָנַ֔/יmi./le./fa.Na/ifrom/ to/ before/ meH6440
  12. שְׁמָע֕וּ/נִיshe.ma.'U./nilisten to/ meH8085
  13. וּ/פִגְעוּ\־u./fig.'u-and/ entreatH6293
  14. לִ֖/יl/ifor <the>/ meH9030
  15. בְּ/עֶפְר֥וֹןbe./'ef.Ron<in>/ EphronH6085
  16. בֶּן\־ben-H1121
  17. צֹֽחַר\׃Tzo.charZoharH6714
9
  1. וְ/יִתֶּן\־ve./yi.ten-so/ may he giveH5414
  2. לִ֗/יL/ito <the>/ meH9030
  3. אֶת\־'et-<obj.>H853
  4. מְעָרַ֤תme.'a.RatH4631
  5. הַ/מַּכְפֵּלָה֙ha./makh.pe.Lah<the>/ MachpelahH4375
  6. אֲשֶׁר\־'a.Sher-whichH834
  7. ל֔/וֹl/oH9033
  8. אֲשֶׁ֖ר'a.SherwhichH834
  9. בִּ/קְצֵ֣הbi/k.TzehH7097
  10. שָׂדֵ֑/הוּsa.De./hufield/ hisH7704
  11. בְּ/כֶ֨סֶףbe./Khe.seffor/ silverH3701
  12. מָלֵ֜אma.Le'fullH4392
  13. יִתְּנֶ֥/נָּהyi.te.Ne./nahlet him give/ itH5414
  14. לִ֛/יl/ito <the>/ meH9030
  15. בְּ/תוֹכְ/כֶ֖םbe./tokh./Khemin/ midst of/ youH8432
  16. לַ/אֲחֻזַּת\־la./'a.chu.zat-to/ a possession ofH272
  17. קָֽבֶר\׃Ka.vera burial siteH6913
10
  1. וְ/עֶפְר֥וֹןve./'ef.Ronand/ EphronH6085
  2. יֹשֵׁ֖בyo.ShevH3427
  3. בְּ/ת֣וֹךְbe./Tokhin/ amongH8432
  4. בְּנֵי\־be.nei-H1121
  5. חֵ֑תChetHethH2845
  6. וַ/יַּעַן֩va/i.ya.'Anand/ he answeredH6030
  7. עֶפְר֨וֹןef.RonEphronH6085
  8. הַ/חִתִּ֤יha./chi.Tithe/ HethiteH2850
  9. אֶת\־'et-<obj.>H853
  10. אַבְרָהָם֙'av.ra.HamAbrahamH85
  11. בְּ/אָזְנֵ֣יbe./'a.ze.Neiin/ [the] ears ofH241
  12. בְנֵי\־ve.nei-H1121
  13. חֵ֔תChetHethH2845
  14. לְ/כֹ֛לle./Kholto/ allH3605
  15. בָּאֵ֥יba.'EiH935
  16. שַֽׁעַר\־sha.'ar-<of> [the] gate ofH8179
  17. עִיר֖/וֹi.R/ocity/ hisH5892
  18. לֵ/אמֹֽר\׃le./Mor<to>/ sayingH559
11
  1. לֹֽא\־lo'-noH3808
  2. אֲדֹנִ֣/י'a.do.N/iO lord/ myH113
  3. שְׁמָעֵ֔/נִיshe.ma.'E./nilisten to/ meH8085
  4. הַ/שָּׂדֶה֙ha./sa.Dehthe/ fieldH7704
  5. נָתַ֣תִּיna.Ta.tiI giveH5414
  6. לָ֔/ךְLa/khto <the>/ youH9032
  7. וְ/הַ/מְּעָרָ֥הve./ha./me.'a.Rahand/ the/ caveH4631
  8. אֲשֶׁר\־'a.Sher-whichH834
  9. בּ֖/וֹb/oH9033
  10. לְ/ךָ֣le./Khato <the>/ youH9031
  11. נְתַתִּ֑י/הָne.ta.Ti./haI give/ itH5414
  12. לְ/עֵינֵ֧יle./'ei.Neito/ [the] eyes ofH5869
  13. בְנֵי\־ve.nei-H1121
  14. עַמִּ֛/י'a.M/ipeople/ myH5971
  15. נְתַתִּ֥י/הָne.ta.Ti./haI give/ itH5414
  16. לָּ֖/ךְla/khto <the>/ youH9032
  17. קְבֹ֥רke.VorburyH6912
  18. מֵתֶֽ/ךָ\׃me.Te./khadead/ yourH4191
12
  1. וַ/יִּשְׁתַּ֙חוּ֙va/i.yish.Ta.chuand/ he bowed downH7812
  2. אַבְרָהָ֔ם'av.ra.HamAbrahamH85
  3. לִ/פְנֵ֖יli/f.Nei<to>/ beforeH6440
  4. עַ֥ם'amH5971
  5. הָ/אָֽרֶץ\׃ha./'A.retzthe/ landH776
13
  1. וַ/יְדַבֵּ֨רva/y.da.Berand/ he spokeH1696
  2. אֶל\־'el-toH413
  3. עֶפְר֜וֹןef.RonEphronH6085
  4. בְּ/אָזְנֵ֤יbe./'a.ze.Neiin/ [the] ears ofH241
  5. עַם\־'am-H5971
  6. הָ/אָ֙רֶץ֙ha./'A.retzthe/ landH776
  7. לֵ/אמֹ֔רle./Mor<to>/ sayingH559
  8. אַ֛ךְ'akhneverthelessH389
  9. אִם\־'im-ifH518
  10. אַתָּ֥ה'a.TahyouH859
  11. ל֖וּluifH3863
  12. שְׁמָעֵ֑/נִיshe.ma.'E./nilisten to/ meH8085
  13. נָתַ֜תִּיna.Ta.tiI giveH5414
  14. כֶּ֤סֶףKe.sefH3701
  15. הַ/שָּׂדֶה֙ha./sa.Dehthe/ fieldH7704
  16. קַ֣חkachtake [it]H3947
  17. מִמֶּ֔/נִּיmi.Me./nifrom/ meH4480
  18. וְ/אֶקְבְּרָ֥הve./'ek.be.Rahso/ let me buryH6912
  19. אֶת\־'et-<obj.>H853
  20. מֵתִ֖/יme.T/idead/ myH4191
  21. שָֽׁמָּ/ה\׃Sha.ma/hthere/ <towards>H8033
14
  1. וַ/יַּ֧עַןva/i.Ya.'anand/ he answeredH6030
  2. עֶפְר֛וֹןef.RonEphronH6085
  3. אֶת\־'et-<obj.>H853
  4. אַבְרָהָ֖ם'av.ra.HamAbrahamH85
  5. לֵ/אמֹ֥רle./Mor<to>/ sayingH559
  6. לֽ/וֹ\׃l/oto <the>/ himH9033
15
  1. אֲדֹנִ֣/י'a.do.N/iO lord/ myH113
  2. שְׁמָעֵ֔/נִיshe.ma.'E./nilisten to/ meH8085
  3. אֶרֶץ֩'e.Retzland ofH776
  4. אַרְבַּ֨ע'ar.Ba'fourH702
  5. מֵאֹ֧תme.'Othundred<s>H3967
  6. שֶֽׁקֶל\־she.kel-shekel[s] ofH8255
  7. כֶּ֛סֶףKe.sefsilverH3701
  8. בֵּינִ֥/יbei./Nibetween/ meH996
  9. וּ/בֵֽינְ/ךָ֖u./vei.ne./Khaand/ between/ youH996
  10. מַה\־mah-what?H4100
  11. הִ֑ואhi'H1931
  12. וְ/אֶת\־ve./'Etand/ <obj.>H853
  13. מֵתְ/ךָ֖me.te./Khadead/ yourH4191
  14. קְבֹֽר\׃ke.VorburyH6912
16
  1. וַ/יִּשְׁמַ֣עva/i.yish.Ma'and/ he listenedH8085
  2. אַבְרָהָם֮'av.ra.HamAbrahamH85
  3. אֶל\־'el-toH413
  4. עֶפְרוֹן֒'ef.rOnEphronH6085
  5. וַ/יִּשְׁקֹ֤לva/i.yish.Koland/ he weighed outH8254
  6. אַבְרָהָם֙'av.ra.HamAbrahamH85
  7. לְ/עֶפְרֹ֔ןle./'ef.Ronfor/ EphronH6085
  8. אֶת\־'et-<obj.>H853
  9. הַ/כֶּ֕סֶףha./Ke.sefthe/ moneyH3701
  10. אֲשֶׁ֥ר'a.SherwhichH834
  11. דִּבֶּ֖רdi.Berhe had spokenH1696
  12. בְּ/אָזְנֵ֣יbe./'a.ze.Neiin/ [the] ears ofH241
  13. בְנֵי\־ve.nei-H1121
  14. חֵ֑תChetHethH2845
  15. אַרְבַּ֤ע'ar.Ba'fourH702
  16. מֵאוֹת֙me.'othundred<s>H3967
  17. שֶׁ֣קֶלShe.kelshekel[s] ofH8255
  18. כֶּ֔סֶףKe.sefsilverH3701
  19. עֹבֵ֖ר'o.Verpassing alongH5674
  20. לַ/סֹּחֵֽר\׃la./so.Cherto the/ traderH5503
17
  1. וַ/יָּ֣קָם\׀va/i.Ya.komand/ it was confirmedH6965
  2. שְׂדֵ֣הse.DehH7704
  3. עֶפְר֗וֹןef.RonEphronH6085
  4. אֲשֶׁר֙'a.SherwhichH834
  5. בַּ/מַּכְפֵּלָ֔הba./makh.pe.LahH4375
  6. אֲשֶׁ֖ר'a.SherwhichH834
  7. לִ/פְנֵ֣יli/f.NeiH6440
  8. מַמְרֵ֑אmam.Re'MamreH4471
  9. הַ/שָּׂדֶה֙ha./sa.Dehthe/ fieldH7704
  10. וְ/הַ/מְּעָרָ֣הve./ha./me.'a.Rahand/ the/ caveH4631
  11. אֲשֶׁר\־'a.Sher-whichH834
  12. בּ֔/וֹb/oH9033
  13. וְ/כָל\־ve./kholand/ everyH3605
  14. הָ/עֵץ֙ha./'Etz<the>/ treeH6086
  15. אֲשֶׁ֣ר'a.SherwhichH834
  16. בַּ/שָּׂדֶ֔הba./sa.DehH7704
  17. אֲשֶׁ֥ר'a.SherwhichH834
  18. בְּ/כָל\־be./kholH3605
  19. גְּבֻל֖/וֹge.vu.L/oborder/ itsH1366
  20. סָבִֽיב\׃sa.Vivround aboutH5439
18
  1. לְ/אַבְרָהָ֥םle./'av.ra.Hamto/ AbrahamH85
  2. לְ/מִקְנָ֖הle./mik.Nahto/ a possessionH4736
  3. לְ/עֵינֵ֣יle./'ei.Neito/ [the] eyes ofH5869
  4. בְנֵי\־ve.nei-H1121
  5. חֵ֑תChetHethH2845
  6. בְּ/כֹ֖לbe./Kholfor/ allH3605
  7. בָּאֵ֥יba.'EiH935
  8. שַֽׁעַר\־sha.'ar-<of> [the] gate ofH8179
  9. עִירֽ/וֹ\׃i.R/ocity/ hisH5892
19
  1. וְ/אַחֲרֵי\־ve./'a.cha.rei-and/ afterH310
  2. כֵן֩khenthusH3651
  3. קָבַ֨רka.Varhe buriedH6912
  4. אַבְרָהָ֜ם'av.ra.HamAbrahamH85
  5. אֶת\־'et-<obj.>H853
  6. שָׂרָ֣הsa.RahSarahH8283
  7. אִשְׁתּ֗/וֹ'ish.T/owife/ hisH802
  8. אֶל\־'el-intoH413
  9. מְעָרַ֞תme.'a.RatH4631
  10. שְׂדֵ֧הse.DehH7704
  11. הַ/מַּכְפֵּלָ֛הha./makh.pe.Lah<the>/ MachpelahH4375
  12. עַל\־'al-onH5921
  13. פְּנֵ֥יpe.NeiH6440
  14. מַמְרֵ֖אmam.Re'MamreH4471
  15. הִ֣ואhi'thatH1931
  16. חֶבְר֑וֹןchev.RonH2275
  17. בְּ/אֶ֖רֶץbe./'E.retzin/ [the] land ofH776
  18. כְּנָֽעַן\׃ke.Na.'anCanaanH3667
20
  1. וַ/יָּ֨קָםva/i.Ya.komand/ it was confirmedH6965
  2. הַ/שָּׂדֶ֜הha./sa.Dehthe/ fieldH7704
  3. וְ/הַ/מְּעָרָ֧הve./ha./me.'a.Rahand/ the/ caveH4631
  4. אֲשֶׁר\־'a.Sher-whichH834
  5. בּ֛/וֹb/oH9033
  6. לְ/אַבְרָהָ֖םle./'av.ra.Hamto/ AbrahamH85
  7. לַ/אֲחֻזַּת\־la./'a.chu.zat-to/ a possession ofH272
  8. קָ֑בֶרKa.vera burial siteH6913
  9. מֵ/אֵ֖תme./'Etfrom/ withH854
  10. בְּנֵי\־be.nei-H1121
  11. חֵֽת\׃\ \סChetHethH2845

View the full Hebrew interlinear for Genesis 23 →

Strong's words in Genesis 23 (6)
Strong's H85 אַבְרָהָ֔ם ('av.ra.Ham)
Abraham. Appears 12 times in Genesis 23.
Strong's H1121 בְּנֵי\־ (be.nei-)
[the] people of. Appears 10 times in Genesis 23.
Strong's H4191 וַ/תָּ֣מָת (va./Ta.mot)
and/ she died. Appears 9 times in Genesis 23.
Strong's H2845 חֵ֖ת (chet)
Heth. Appears 8 times in Genesis 23.
Strong's H6085 בְּ/עֶפְר֥וֹן (be./'ef.Ron)
<in>/ Ephron. Appears 8 times in Genesis 23.
Strong's H6912 וְ/אֶקְבְּרָ֥ה (ve./'ek.be.Rah)
so/ let me bury. Appears 8 times in Genesis 23.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 Genesis 23 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2532 Bibles in 2198 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress