Skip to content

A little app tip

Back and forward, in one button

The back arrow at the bottom of the app can take you in either direction.

Tap the arrowGo back
Press and holdGo forward

Hold briefly, then release. Forward is available after you have gone back. You can also use Shift+Enter on a keyboard.

Add your phone number?

Optional. Nothing is sent unless you choose it.

Audio Bible
The Historic Faith

Chapter 1 Chronicles 7 Language Oromo, West Central Bible ID GAZBIB Label BIB Catalog Oromo, West Central - Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Ilmaan Yisaakor: Toolaa, Phuwaa, Yaashuubii fi Shimroon; walumatti nama afur turan.
2 Ilmaan Toolaa: Uzii, Refaayaa, Yiriiʼeel, Yaahimaayi, Yibsaamii fi Shemuuʼeel; isaan kunneen hangafoota maatii isaanii ti. Bara mootummaa Daawit keessa ilmaan Toolaa warri hidda dhaloota isaaniitiin akka loltoota jajjabootti galmeeffaman nama 22,600 turan.
3 Ilma Uzii: Yizrahiyaa. Ilmaan Yizrahiyaa: Miikaaʼel, Obaadiyaa, Yooʼeelii fi Yishiyaa. Shanan isaanii iyyuu hangafoota turan.
4 Isaanis waan niitotaa fi ijoollee hedduu qabaataniif akka hidda dhaloota maatii isaaniitti namoota lolaaf qophaaʼan 36,000 qabu ture.
5 Firoonni loltoota jajjaboo turan kanneen balbalawwan Yisaakorii keessaa dhalatan warri akkuma hidda dhaloota isaaniitti galmeeffaman walumatti nama 87,000:
6 Ilmaan Beniyaam sadan: Belaa, Bekerii fi Yediiʼeel.
7 Ilmaan Belaa: Esboon, Uzii, Uziiʼeel, Yeriimootii fi Iirii walumatti shan turan; hangafoonni mana abbootii isaaniis gootota jajjaboo turan; galmeen hidda dhaloota isaanii namoota 22,034 argisiisa.
8 Ilmaan Beker: Zemiiraa, Yooʼaash, Eliiʼezer, Eliiyooʼeenayi, Omrii, Yereemooti, Abiyaa, Anaatootii fi Alaameti. Isaan kunneen hundi ilmaan Beker turan.
9 Hangafoota mana abbootii isaanii kanneen akka dhaloota isaaniitti hidda dhaloota isaaniitiin lakkaaʼaman gootota jajjaboo 20,200 turan.
10 Ilmi Yediiʼeel: Bilihaan. Ilmaan Bilhaanii: Yeʼuushi, Beniyaam, Eehuud, Keniʼaanaa, Zeetaan, Tarshiishii fi Ahiishahar.
11 Ilmaan Yediiʼeel kunneen hundi hangafoota maatiiwwanii turan. Isaanis namoota waraana dhaquuf qophaaʼan 17,200 qaban ture.
12 Gosti Shufiimiitii fi Hufiim ilmaan Iiri turan; Hushiim immoo ilma Aheerii ti.
13 Ilmaan Niftaalemii: Yahiziiʼeel, Guunii, Yeexerii fi Shaluum; isaan kunneen sanyii Bilihaa ti.
14 Ilmaan Minaasee: Asriiʼeel kan saajjatoon isaa isheen Arraamii dhufte sun deesseef. Isheenis Maakiir abbaa Giliʼaad deesse.
15 Maakiir immoo gosoota Hufiimiitii fi Shufiim keessaa niitii fuudhe. Maqaan obboleettii isaas Maʼakaa ture. Sanyiin isaa kan biraa immoo Salphaʼaad jedhama; Zelofehaad intallan qofa qaba ture.
16 Maʼakaan niitiin Maakiirii ilma deessee maqaa isaa Phereesh jettee moggaafte. Obboleessi isaa Sheresh jedhama; ilmaan isaa immoo Uulaamii fi Reqem jedhaman.
17 Ilmi Uulaam: Bedaan. Isaan kunneen ilmaan Giliʼaadii ilma Maakiirii, ilma Minaasee sanaa ti.
18 Hamolekeeti obboleettiin isaa Iisihood, Abiiʼezerii fi Mahilaa deesse.
19 Ilmaan Shemiidaa immoo: Ahiiyaan, Sheekem, Likihii fi Aniyaam turan.
20 Ilmaan Efreem: Shuutelaa, ilma isaa Bereed, ilma isaa Tahaat, ilma isaa Eleʼaadaa, ilma isaa Tahaat,
21 ilma isaa Zaabaadii, ilma isaa Shuutelaa. Eezerii fi Eliʼaad yeroo loon warra Gaati kanneen achi jiraatan sanaa boojiʼuuf gad buʼanitti harka jaraatiin ni ajjeefaman.
22 Efreem abbaan isaanii guyyaa hedduu booʼeef; firoonni isaas isa jajjabeessuu dhufan.
23 Sana booddees dhaqee niitii isaa wajjin ciise; isheenis ulfooftee ilma deesse. Innis sababii maatii isaa keessa rakkinni tureef Beriiyaa jedhee maqaa baaseef.
24 Intalli isaa immoo Sheeraa jedhamti; namni magaalaawwan Beet Horoonii kan gad aanuu fi kan ol aanu, akkasumas magaalaa Uzeen Sheeraa hundeesse ishee dha.
25 Refaa ilma isaa, Resheef ilma isaa, Teelaa ilma isaa, Taahan ilma isaa,
26 Laʼadaan ilma isaa, Amiihuud ilma isaa, Eliishaamaa ilma isaa,
27 Nuuni ilma isaatii fi Iyyaasuu ilma isaa.
28 Biyyoonnii fi ardaan qubata isaaniis Beetʼeelii fi gandoota naannoo ishee, karaa baʼa biiftuutiin Naʼaraan, karaa lixa biiftuutiin immoo Geezirii fi gandoota ishee akkasumas Sheekemii fi gandoota ishee kanneen hamma Ayyaa fi gandoota isheetti jiran qabata ture.
29 Daariiwwan Minaasee irra Beet Sheʼaan, Taʼanaak, Megidoo fi Dooritu gandoota isaanii wajjin ture. Sanyiiwwan Yoosef ilma Israaʼel sanaas magaalaawwan kanneen keessa jiraatan.
30 Ilmaan Aasheer: Yimnaa, Yishwaa, Yishwii fi Beriiyaa. Obboleettiin isaanii immoo Seraa jedhamti.
31 Ilmaan Beriiyaa: Hebeerii fi Malkiiʼeel abbaa Birzaawitii.
32 Hebeer immoo abbaa Yaafleexii, Shomeerii, Hootaamiitii fi obboleettii isaanii Shuuʼaa ti.
33 Ilmaan Yaafleex: Phaasaak, Biimihaalii fi Ashwaati. Isaan kunneen ilmaan Yaafleexii ti.
34 Ilmaan Shemeer: Ahii, Rohigaa, Yehubaa fi Arraam.
35 Ilmaan obboleessa isaa Heelem: Zoofaa, Yimnaa, Sheleeshii fi Aamaal.
36 Ilmaan Zoofaa: Suuwaa, Harnefer, Shuuʼaali, Beerii, Yimraa,
37 Bezer, Hoodi, Shamaa, Shilshaa, Yitraanii fi Biʼeeraa.
38 Ilmaan Yeteer: Yefunee, Fiisiphaa fi Eraa.
39 Ilmaan Ulaa: Aaraa, Haniiʼeelii fi Riiziyaa.
40 Isaan kunneen hundi gosoota Aasheerii turan; isaanis hangafoota maatiiwwanii, namoota filatamoo, loltoota jajjaboo fi bulchitoota bebbeekamoo turan. Akka galmee hidda dhaloota isaanii keessatti galmeeffametti namoonni isaanii kanneen dandeettii waraanaa qaban 26,000 turan.
Chapter information and study resources

Listen to 1 Chronicles 7 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for 1 Chronicles 7

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about 1 Chronicles 7. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

1 Chronicles 7 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers.

Hebrew interlinear — 1 Chronicles 7:1–40 (426 words)
1
  1. וְלִבְנֵ֣יwĕlibnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. יִשָׂשכָ֗רyiśokārYissaskar: he will bring a reward; Jissaskar, a son of JacobH3485
  3. תּוֹלָ֧עtôlāʿTowla`: worm; Tola, the name of two IsraelitesH8439
  4. וּפוּאָ֛הûpûʾâPuw'ah: a blast; Puah or Puvvah, the name of two IsraelitesH6312
  5. יָשׁ֥יּבyāšyybYashuwb: he will return; Jashub, the name of two IsraelitesH3437
  6. וְשִׁמְר֖וֹןwĕšimrônShimrown: guardianship; Shimron, the name of an Israelite and of a place in IsraelH8110
  7. אַרְבָּעָֽה׃ʾarbāʿâarba`: fourH702
2
  1. וּבְנֵ֣יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. תוֹלָ֗עtôlāʿTowla`: worm; Tola, the name of two IsraelitesH8439
  3. עֻזִּ֡יʿuzzî`Uzziy: forceful; Uzzi, the name of six IsraelitesH5813
  4. וּרְפָיָ֡הûrĕpāyâRphayah: Jah has cured; Rephajah, the name of five IsraelitesH7509
  5. וִֽ֠ירִיאֵלwîrîʾēlYriy'el: thrown of God; Jeriel, an IsraeliteH3400
  6. וְיַחְמַ֨יwĕyaḥmayYachmay: hot; Jachmai, an IsraeliteH3181
  7. וְיִבְשָׂ֜םwĕyibśāmYibsam: fragrant; Jibsam, an IsraeliteH3005
  8. וּשְׁמוּאֵ֗לûšĕmûʾēlShmuw'el: heard of God; Shemuel, the name of three IsraelitesH8050
  9. רָאשִׁ֤יםrāʾšîmro'sh: the head (as most easily shaken), whether literal or figurative (in many applications, of place, time, rank...H7218
  10. לְבֵיתlĕbêtbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
  11. אֲבוֹתָם֙ʾăbôtāmab: fatherH1
  12. לְתוֹלָ֔עlĕtôlāʿTowla`: worm; Tola, the name of two IsraelitesH8439
  13. גִּבּ֥וֹרֵיgibbôrêgibbowr: powerful; (by implication) a warrior, tyrantH1368
  14. חַ֖יִלḥayilchayil: probably a force, whether of men, means or other resourcesH2428
  15. לְתֹֽלְדוֹתָ֑םlĕtōlĕdôtāmtowldah: (plural only) descent, i.e. family; (figuratively) historyH8435
  16. מִסְפָּרָם֙mispārāmmicpar: a number; (definite) arithmetical numberH4557
  17. בִּימֵ֣יbîmêyowm: a day (as the warm hours), whether literal (from sunrise to sunset, or from one sunset to the next), or...H3117
  18. דָוִ֔ידdāwîdDavid: loving; David, the youngest son of JesseH1732
  19. עֶשְׂרִֽיםʿeśrîm`esriym: twenty; (ordinal) twentiethH6242
  20. וּשְׁנַ֥יִםûšĕnayimshnayim: two; (as ordinal) twofoldH8147
  21. אֶ֖לֶףʾelepeleph: a thousandH505
  22. וְשֵׁ֥שׁwĕšēšshesh: six (as an overplus (see H7797) beyond five or the fingers of the hand)H8337
  23. מֵאֽוֹת׃mēʾôtme'ah: a hundred; also as a multiplicative and a fractionH3967
3
  1. וּבְנֵ֥יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. עֻזִּ֖יʿuzzî`Uzziy: forceful; Uzzi, the name of six IsraelitesH5813
  3. יִֽזְרַֽחְיָ֑הyizĕraḥyâYizrachyah: Jah will shine; Jizrachjah, the name of two IsraelitesH3156
  4. וּבְנֵ֣יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  5. יִֽזְרַֽחְיָ֗הyizĕraḥyâYizrachyah: Jah will shine; Jizrachjah, the name of two IsraelitesH3156
  6. מִֽיכָאֵ֡לmîkāʾēlMiyka'el: who (is) like God?; Mikael, the name of an archangel and of nine IsraelitesH4317
  7. וְ֠עֹֽבַדְיָהwĕʿōbadyâ`Obadyah: serving Jah; Obadjah, the name of thirteen IsraelitesH5662
  8. וְיוֹאֵ֧לwĕyôʾēlYow'el: Jehovah (is his) God; Joel, the name of twelve IsraelitesH3100
  9. יִשִּׁיָּ֛הyiššiyyâYishshiyah: Jah will lend; Jishshijah, the name of five IsraelitesH3449
  10. חֲמִשָּׁ֖הḥămiššâchamesh: fiveH2568
  11. רָאשִׁ֥יםrāʾšîmro'sh: the head (as most easily shaken), whether literal or figurative (in many applications, of place, time, rank...H7218
  12. כֻּלָּֽם׃kullāmkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
4
  1. וַֽעֲלֵיהֶ֨םwaʿălêhem`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  2. לְתֹֽלְדוֹתָ֜םlĕtōlĕdôtāmtowldah: (plural only) descent, i.e. family; (figuratively) historyH8435
  3. לְבֵ֣יתlĕbêtbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
  4. אֲבוֹתָ֗םʾăbôtāmab: fatherH1
  5. גְּדוּדֵי֙gĕdûdēygduwd: a crowd (especially of soldiers)H1416
  6. צְבָ֣אṣĕbāʾtsaba': a mass of persons; (figuratively) a mass of thingsH6635
  7. מִלְחָמָ֔הmilḥāmâmilchamah: a battle (i.e. the engagement); (generally) war (i.e. warfare)H4421
  8. שְׁלֹשִׁ֥יםšĕlōšîmshlowshiym: thirty; or (ordinal) thirtiethH7970
  9. וְשִׁשָּׁ֖הwĕšiššâshesh: six (as an overplus (see H7797) beyond five or the fingers of the hand)H8337
  10. אָ֑לֶףʾālepeleph: a thousandH505
  11. כִּֽיkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  12. הִרְבּ֥וּhirbûrabah: to increase (in whatever respect)H7235
  13. נָשִׁ֖יםnāšîmishshah: irregular plural, nashiym {naw-sheem'}; a woman (used in the same wide sense as H0582)H802
  14. וּבָנִֽים׃ûbānîmben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
5
  1. וַֽאֲחֵיהֶ֗םwaʾăḥêhemach: a brother (used in the widest sense of literal relationship and metaphorical affinity or resemblance (like H0001))H251
  2. לְכֹל֙lĕkōlkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  3. מִשְׁפְּח֣וֹתmišpĕḥôtmishpachah: a family, i.e. circle of relatives; (figuratively) a class (of persons), a species (of animals) or sort (of...H4940
  4. יִשָׂשכָ֔רyiśokārYissaskar: he will bring a reward; Jissaskar, a son of JacobH3485
  5. גִּבּוֹרֵ֖יgibbôrêgibbowr: powerful; (by implication) a warrior, tyrantH1368
  6. חֲיָלִ֑יםḥăyālîmchayil: probably a force, whether of men, means or other resourcesH2428
  7. שְׁמוֹנִ֤יםšĕmônîmshmoniym: eighty, also eightiethH8084
  8. וְשִׁבְעָה֙wĕšibʿāhsheba`: a primitive cardinal number; seven (as the sacred full one)H7651
  9. אֶ֔לֶףʾelepeleph: a thousandH505
  10. הִתְיַחְשָׂ֖םhityaḥśāmyachas: to enroll by pedigreeH3187
  11. לַכֹּֽל׃lakkōlkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
6
  1. בִּנְיָמִ֗ןbinyāminBinyamiyn: son of (the) right hand; Binjamin, youngest son of JacobH1144
  2. בֶּ֧לַעbelaʿBela`: Bela, the name of a place, also of an Edomite and of two IsraelitesH1106
  3. וָבֶ֛כֶרwābekerBeker: Beker, the name of two IsraelitesH1071
  4. וִידִֽיעֲאֵ֖לwîdîʿăʾēlYdiy`a'el: knowing God; Jediael, the name of three IsraelitesH3043
  5. שְׁלֹשָֽׁה׃šĕlōšâshalowsh: three; occasionally (ordinal) third, or (multipl.) thriceH7969
7
  1. וּבְנֵ֣יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. בֶ֗לַעbelaʿBela`: Bela, the name of a place, also of an Edomite and of two IsraelitesH1106
  3. אֶצְבּ֡וֹןʾeṣbônEtsbown: Etsbon, the name of two IsraelitesH675
  4. וְעֻזִּ֡יwĕʿuzzî`Uzziy: forceful; Uzzi, the name of six IsraelitesH5813
  5. וְ֠עֻזִּיאֵלwĕʿuzzîʾēl`Uzziy'el: strength of God; Uzziel, the name of six IsraelitesH5816
  6. וִֽירִימ֨וֹתwîrîmôtYriymowth: elevations; Jerimoth or Jeremoth, the name of twelve IsraelitesH3406
  7. וְעִירִ֜יwĕʿîrî`Iyriy: urbane; Iri, an IsraeliteH5901
  8. חֲמִשָּׁ֗הḥămiššâchamesh: fiveH2568
  9. רָאשֵׁי֙rāʾšēyro'sh: the head (as most easily shaken), whether literal or figurative (in many applications, of place, time, rank...H7218
  10. בֵּ֣יתbêtbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
  11. אָב֔וֹתʾābôtab: fatherH1
  12. גִּבּוֹרֵ֖יgibbôrêgibbowr: powerful; (by implication) a warrior, tyrantH1368
  13. חֲיָלִ֑יםḥăyālîmchayil: probably a force, whether of men, means or other resourcesH2428
  14. וְהִתְיַחְשָׂ֗םwĕhityaḥśāmyachas: to enroll by pedigreeH3187
  15. עֶשְׂרִ֤יםʿeśrîm`esriym: twenty; (ordinal) twentiethH6242
  16. וּשְׁנַ֙יִם֙ûšĕnayimshnayim: two; (as ordinal) twofoldH8147
  17. אֶ֔לֶףʾelepeleph: a thousandH505
  18. וּשְׁלֹשִׁ֖יםûšĕlōšîmshlowshiym: thirty; or (ordinal) thirtiethH7970
  19. וְאַרְבָּעָֽה׃wĕʾarbāʿâarba`: fourH702
8
  1. וּבְנֵ֣יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. בֶ֗כֶרbekerBeker: Beker, the name of two IsraelitesH1071
  3. זְמִירָ֡הzĕmîrâZmiyrah: song; Zemirah, an IsraeliteH2160
  4. וְיוֹעָ֡שׁwĕyôʿāšYow`ash: Jehovah-hastened; Joash, the name of two IsraelitesH3135
  5. וֶֽ֠אֱלִיעֶזֶרweʾĕlîʿezerEliy`ezer: God of help; Eliezer, the name of a Damascene and of ten IsraelitesH461
  6. וְאֶלְיֽוֹעֵינַ֤יwĕʾelyôʿênayElyhow`eynay: towards Jehovah (are) my eyes; Eljehoenai or Eljoenai, the name of seven IsraelitesH454
  7. וְעָמְרִי֙wĕʿomriy`Omriy: heaping; Omri, an IsraeliteH6018
  8. וִֽירֵמ֣וֹתwîrēmôtYriymowth: elevations; Jerimoth or Jeremoth, the name of twelve IsraelitesH3406
  9. וַֽאֲבִיָּ֔הwaʾăbiyyâAbiyah: father (i.e. worshipper) of Jah; Abijah, the name of several Israelite men and two IsraelitessesH29
  10. וַֽעֲנָת֖וֹתwaʿănātôt`Anathowth: Anathoth, the name of two Israelites; also of a place in IsraelH6068
  11. וְעָלָ֑מֶתwĕʿālāmet`Alemeth: a covering; Alemeth, the name of a place in Israel and of two IsraelitesH5964
  12. כָּלkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  13. אֵ֖לֶּהʾēlleel-leh: these or thoseH428
  14. בְּנֵיbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  15. בָֽכֶר׃bākerBeker: Beker, the name of two IsraelitesH1071
9
  1. וְהִתְיַחְשָׂ֣םwĕhityaḥśāmyachas: to enroll by pedigreeH3187
  2. לְתֹֽלְדוֹתָ֗םlĕtōlĕdôtāmtowldah: (plural only) descent, i.e. family; (figuratively) historyH8435
  3. רָאשֵׁי֙rāʾšēyro'sh: the head (as most easily shaken), whether literal or figurative (in many applications, of place, time, rank...H7218
  4. בֵּ֣יתbêtbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
  5. אֲבוֹתָ֔םʾăbôtāmab: fatherH1
  6. גִּבּוֹרֵ֖יgibbôrêgibbowr: powerful; (by implication) a warrior, tyrantH1368
  7. חָ֑יִלḥāyilchayil: probably a force, whether of men, means or other resourcesH2428
  8. עֶשְׂרִ֥יםʿeśrîm`esriym: twenty; (ordinal) twentiethH6242
  9. אֶ֖לֶףʾelepeleph: a thousandH505
  10. וּמָאתָֽיִם׃ûmāʾtāyimme'ah: a hundred; also as a multiplicative and a fractionH3967
10
  1. וּבְנֵ֥יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. יְדִֽיעֲאֵ֖לyĕdîʿăʾēlYdiy`a'el: knowing God; Jediael, the name of three IsraelitesH3043
  3. בִּלְהָ֑ןbilhānBilhan: timid; Bilhan, the name of an Edomite and of an IsraeliteH1092
  4. וּבְנֵ֣יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  5. בִלְהָ֗ןbilhānBilhan: timid; Bilhan, the name of an Edomite and of an IsraeliteH1092
  6. יְע֡יּשׁyĕʿyyšY`uwsh: hasty; Jeush, the name of an Edomite and of four IsraelitesH3266
  7. וּ֠בִנְיָמִןûbinyāminBinyamiyn: son of (the) right hand; Binjamin, youngest son of JacobH1144
  8. וְאֵה֤וּדwĕʾēhûdEhuwd: united; Ehud, the name of two or three IsraelitesH164
  9. וּֽכְנַעֲנָה֙ûkĕnaʿănāhKna`anah: Kenaanah, the name of two IsraelitesH3668
  10. וְזֵיתָ֔ןwĕzêtānZeythan: olive grove; Zethan, an IsraeliteH2133
  11. וְתַרְשִׁ֖ישׁwĕtaršîšTarshiysh: Tarshish, a place on the Mediterranean; (hence) the ephithet of a merchant vessel (as if for or from that...H8659
  12. וַֽאֲחִישָֽׁחַר׃waʾăḥîšāḥarAchiyshachar: brother of (the) dawn; Achishachar, an IsraeliteH300
11
  1. כָּלkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  2. אֵ֜לֶּהʾēlleel-leh: these or thoseH428
  3. בְּנֵ֤יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  4. יְדִֽיעֲאֵל֙yĕdîʿăʾēlYdiy`a'el: knowing God; Jediael, the name of three IsraelitesH3043
  5. לְרָאשֵׁ֣יlĕrāʾšêro'sh: the head (as most easily shaken), whether literal or figurative (in many applications, of place, time, rank...H7218
  6. הָֽאָב֔וֹתhāʾābôtab: fatherH1
  7. גִּבּוֹרֵ֖יgibbôrêgibbowr: powerful; (by implication) a warrior, tyrantH1368
  8. חֲיָלִ֑יםḥăyālîmchayil: probably a force, whether of men, means or other resourcesH2428
  9. שִׁבְעָֽהšibʿâsheba`: a primitive cardinal number; seven (as the sacred full one)H7651
  10. עָשָׂ֥רʿāśār`asar: ten; (only in combination), i.e. -teenH6240
  11. אֶ֙לֶף֙ʾelepeleph: a thousandH505
  12. וּמָאתַ֔יִםûmāʾtayimme'ah: a hundred; also as a multiplicative and a fractionH3967
  13. יֹֽצְאֵ֥יyōṣĕʾêyatsa': to go out; (causatively) to bring outH3318
  14. צָבָ֖אṣābāʾtsaba': a mass of persons; (figuratively) a mass of thingsH6635
  15. לַמִּלְחָמָֽה׃lammilḥāmâmilchamah: a battle (i.e. the engagement); (generally) war (i.e. warfare)H4421
12
  1. וְשֻׁפִּ֤םwĕšuppimShuppiym: serpents; Shuppim, an IsraeliteH8206
  2. וְחֻפִּם֙wĕḥuppimChuppiym: Chuppim, an IsraeliteH2650
  3. בְּנֵ֣יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  4. עִ֔ירʿîr`Iyr: Ir, an IsraeliteH5893
  5. חֻשִׁ֖םḥušimChuwshiym: hasters; Chushim, the name of three IsraelitesH2366
  6. בְּנֵ֥יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  7. אַחֵֽר׃ʾaḥērAcher: Acher, an IsraeliteH313
13
  1. בְּנֵ֣יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. נַפְתָּלִ֗יnaptālîNaphtaliy: my wrestling; Naphtali, a son of Jacob, with the tribe descended from him, and its territoryH5321
  3. יַֽחֲצִיאֵ֧לyaḥăṣîʾēlYachtsiy'el: allotted of God; Jachtsiel, an IsraeliteH3185
  4. וְגוּנִ֛יwĕgûnîGuwniy: protected; Guni, the name of two IsraelitesH1476
  5. וְיֵ֥צֶרwĕyēṣerYetser: Jetser, an IsraeliteH3337
  6. וְשַׁלּ֖וּםwĕšallûmShalluwm: Shallum, the name of fourteen IsraelitesH7967
  7. בְּנֵ֥יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  8. בִלְהָֽה׃bilhâBilhah: timid; Bilhah, the name of one of Jacob's concubinesH1090
14
  1. בְּנֵ֣יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. מְנַשֶּׁ֔הmĕnaššeMnashsheh: causing to forget; Menashsheh, a grandson of Jacob, also the tribe descended from him, and its territoryH4519
  3. אַשְׂרִיאֵ֖לʾaśrîʾēlAsriy'el: Asriel, the name of two IsraelitesH844
  4. אֲשֶׁ֣רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  5. יָלָ֑דָהyālādâyalad: to bear young; (causatively) to begetH3205
  6. פִּֽילַגְשׁוֹ֙pîlagšôpiylegesh: a concubine; (masculine) a paramour, gigoloH6370
  7. הָֽאֲרַמִּיָּ֔הhāʾărammiyyâArammiy: an Aramite or AramaeanH761
  8. יָֽלְדָ֕הyālĕdâyalad: to bear young; (causatively) to begetH3205
  9. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  10. מָכִ֖ירmākîrMakiyr: salesman; Makir, an IsraeliteH4353
  11. אֲבִ֥יʾăbîab: fatherH1
  12. גִלְעָֽד׃gilʿādGil`ad: Gilad, a region East of the Jordan; also the name of three IsraelitesH1568
15
  1. וּמָכִ֞ירûmākîrMakiyr: salesman; Makir, an IsraeliteH4353
  2. לָקַ֤חlāqaḥlaqach: to take (in the widest variety of applications)H3947
  3. אִשָּׁה֙ʾiššāhishshah: irregular plural, nashiym {naw-sheem'}; a woman (used in the same wide sense as H0582)H802
  4. לְחֻפִּ֣יםlĕḥuppîmChuppiym: Chuppim, an IsraeliteH2650
  5. וּלְשֻׁפִּ֔יםûlĕšuppîmShuppiym: serpents; Shuppim, an IsraeliteH8206
  6. וְשֵׁ֤םwĕšēmshem: an appellation, as a mark or memorial of individualityH8034
  7. אֲחֹתוֹ֙ʾăḥōtôachowth: a sister (used very widely (like H0250), literally and figuratively)H269
  8. מַֽעֲכָ֔הmaʿăkâMa`akah: depressionH4601
  9. וְשֵׁ֥םwĕšēmshem: an appellation, as a mark or memorial of individualityH8034
  10. הַשֵּׁנִ֖יhaššēnîsheniy: (properly) second (the ordinal number); (adverbially) againH8145
  11. צְלָפְחָ֑דṣĕlopḥādTslophchad: Tselophchad, an IsraeliteH6765
  12. וַתִּֽהְיֶ֥נָהwattihĕyenâhayah: to exist; to be or becomeH1961
  13. לִצְלָפְחָ֖דliṣlopḥādTslophchad: Tselophchad, an IsraeliteH6765
  14. בָּנֽוֹת׃bānôtbath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
16
  1. וַתֵּ֨לֶדwattēledyalad: to bear young; (causatively) to begetH3205
  2. מַֽעֲכָ֤הmaʿăkâMa`akah: depressionH4601
  3. אֵֽשֶׁתʾēšetishshah: irregular plural, nashiym {naw-sheem'}; a woman (used in the same wide sense as H0582)H802
  4. מָכִיר֙mākîrMakiyr: salesman; Makir, an IsraeliteH4353
  5. בֵּ֔ןbēnben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  6. וַתִּקְרָ֤אwattiqrāʾqara': to call out to (i.e. properly, address by name, but used in a wide variety of applications)H7121
  7. שְׁמוֹ֙šĕmôshem: an appellation, as a mark or memorial of individualityH8034
  8. פֶּ֔רֶשׁperešPeresh: Peresh, an IsraeliteH6570
  9. וְשֵׁ֥םwĕšēmshem: an appellation, as a mark or memorial of individualityH8034
  10. אָחִ֖יוʾāḥîwach: a brother (used in the widest sense of literal relationship and metaphorical affinity or resemblance (like H0001))H251
  11. שָׁ֑רֶשׁšārešSheresh: Sheresh, an IsraeliteH8329
  12. וּבָנָ֖יוûbānāywben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  13. אוּלָ֥םʾûlāmUwlam: solitary; Ulam, the name of two IsraelitesH198
  14. וָרָֽקֶם׃wārāqemReqem: versi-color; Rekem, the name of a place in Israel, also of a Midianite and an IsraeliteH7552
17
  1. וּבְנֵ֥יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. אוּלָ֖םʾûlāmUwlam: solitary; Ulam, the name of two IsraelitesH198
  3. בְּדָ֑ןbĕdānBdan: servile; Bedan, the name of two IsraelitesH917
  4. אֵ֚לֶּהʾēlleel-leh: these or thoseH428
  5. בְּנֵ֣יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  6. גִלְעָ֔דgilʿādGil`ad: Gilad, a region East of the Jordan; also the name of three IsraelitesH1568
  7. בֶּןbenben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  8. מָכִ֖ירmākîrMakiyr: salesman; Makir, an IsraeliteH4353
  9. בֶּןbenben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  10. מְנַשֶּֽׁה׃mĕnaššeMnashsheh: causing to forget; Menashsheh, a grandson of Jacob, also the tribe descended from him, and its territoryH4519
18
  1. וַֽאֲחֹת֖וֹwaʾăḥōtôachowth: a sister (used very widely (like H0250), literally and figuratively)H269
  2. הַמֹּלֶ֑כֶתhammōleketMoleketh: queen; Moleketh, an IsraelitessH4447
  3. יָֽלְדָה֙yālĕdāhyalad: to bear young; (causatively) to begetH3205
  4. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  5. אִישְׁה֔וֹדʾîšĕhôdIyshhowd: man of renown; Ishod, an IsraeliteH379
  6. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  7. אֲבִיעֶ֖זֶרʾăbîʿezerAbiy`ezer: father of help (i.e. helpful); Abiezer, the name of two IsraelitesH44
  8. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  9. מַחְלָֽה׃maḥlâMachlah: sickness; Machlah, the name apparently of two IsraelitessesH4244
19
  1. וַיִּֽהְי֖וּwayyihĕyûhayah: to exist; to be or becomeH1961
  2. בְּנֵ֣יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  3. שְׁמִידָ֑עšĕmîdāʿShmiyda`: name of knowing; Shemida, an IsraeliteH8061
  4. אַחְיָ֣ןʾaḥyānAchyan: brotherly; Achjan, an IsraeliteH291
  5. וָשֶׁ֔כֶםwāšekemShekem: Shekem, the name of a Hivite and two IsraelitesH7928
  6. וְלִקְחִ֖יwĕliqḥîLiqchiy: learned; Likchi, an IsraeliteH3949
  7. וַֽאֲנִיעָֽם׃waʾănîʿāmAniy`am: groaning of (the) people; Aniam, an IsraeliteH593
20
  1. וּבְנֵ֥יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. אֶפְרַ֖יִםʾeprayimEphrayim: double fruit; Ephrajim, a son of JosephH669
  3. שׁוּתָ֑לַחšûtālaḥShuwthelach: crash of breakage; Shuthelach, the name of two IsraelitesH7803
  4. וּבֶ֤רֶדûberedBered: hail; Bered, the name of a place south of Israel, also of an IsraeliteH1260
  5. בְּנוֹ֙bĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  6. וְתַ֣חַתwĕtaḥatTachath: Tachath, the name of a place in the Desert, also of three IsraelitesH8480
  7. בְּנ֔וֹbĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  8. וְאֶלְעָדָ֥הwĕʾelʿādâEl`adah: God has decked; Eladah, an IsraeliteH497
  9. בְנ֖וֹbĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  10. וְתַ֥חַתwĕtaḥatTachath: Tachath, the name of a place in the Desert, also of three IsraelitesH8480
  11. בְּנֽוֹ׃bĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
21
  1. וְזָבָ֥דwĕzābādZabad: giver; Zabad, the name of seven IsraelitesH2066
  2. בְּנ֛וֹbĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  3. וְשׁוּתֶ֥לַחwĕšûtelaḥShuwthelach: crash of breakage; Shuthelach, the name of two IsraelitesH7803
  4. בְּנ֖וֹbĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  5. וְעֵ֣זֶרwĕʿēzer`Ezer: help; Ezer, the name of two IsraelitesH5827
  6. וְאֶלְעָ֑דwĕʾelʿādEl`ad: God has testified; Elad, an IsraeliteH496
  7. וַֽהֲרָג֗וּםwahărāgûmharag: to smite with deadly intentH2026
  8. אַנְשֵׁיʾanšêenowsh: (properly) a mortal (and thus differing from the more dignified H0120)H582
  9. גַת֙gatGath: Gath, a Philistine cityH1661
  10. הַנּֽוֹלָדִ֣יםhannôlādîmyalad: to bear young; (causatively) to begetH3205
  11. בָּאָ֔רֶץbāʾāreṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  12. כִּ֣יkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  13. יָֽרְד֔וּyārĕdûyarad: to descend; (literally) to go downwardsH3381
  14. לָקַ֖חַתlāqaḥatlaqach: to take (in the widest variety of applications)H3947
  15. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  16. מִקְנֵיהֶֽם׃miqnêhemmiqneh: something bought, i.e. property, but only livestockH4735
22
  1. וַיִּתְאַבֵּ֛לwayyitʾabbēlabal: to bewailH56
  2. אֶפְרַ֥יִםʾeprayimEphrayim: double fruit; Ephrajim, a son of JosephH669
  3. אֲבִיהֶ֖םʾăbîhemab: fatherH1
  4. יָמִ֣יםyāmîmyowm: a day (as the warm hours), whether literal (from sunrise to sunset, or from one sunset to the next), or...H3117
  5. רַבִּ֑יםrabbîmrab: abundant (in quantity, size, age, number, rank, quality)H7227
  6. וַיָּבֹ֥אוּwayyābōʾûbow': to go or come (in a wide variety of applications)H935
  7. אֶחָ֖יוʾeḥāywach: a brother (used in the widest sense of literal relationship and metaphorical affinity or resemblance (like H0001))H251
  8. לְנַֽחֲמֽוֹ׃lĕnaḥămônacham: (properly) to sigh, i.e. breathe stronglyH5162
23
  1. וַיָּבֹא֙wayyābōʾbow': to go or come (in a wide variety of applications)H935
  2. אֶלʾelel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  3. אִשְׁתּ֔וֹʾištôishshah: irregular plural, nashiym {naw-sheem'}; a woman (used in the same wide sense as H0582)H802
  4. וַתַּ֖הַרwattaharharah: to be (or become) pregnant, conceive (literally or figuratively)H2029
  5. וַתֵּ֣לֶדwattēledyalad: to bear young; (causatively) to begetH3205
  6. בֵּ֑ןbēnben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  7. וַיִּקְרָ֤אwayyiqrāʾqara': to call out to (i.e. properly, address by name, but used in a wide variety of applications)H7121
  8. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  9. שְׁמוֹ֙šĕmôshem: an appellation, as a mark or memorial of individualityH8034
  10. בְּרִיעָ֔הbĕrîʿâBriy`ah: in trouble; Beriah, the name of four IsraelitesH1283
  11. כִּ֥יkîkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  12. בְרָעָ֖הbĕrāʿâra`: bad or (as noun) evil (natural or moral)H7451
  13. הָֽיְתָ֥הhāyĕtâhayah: to exist; to be or becomeH1961
  14. בְּבֵיתֽוֹ׃bĕbêtôbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
24
  1. וּבִתּ֣וֹûbittôbath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
  2. שֶֽׁאֱרָ֔הšeʾĕrâShe'erah: Sheerah, an IsraelitessH7609
  3. וַתִּ֧בֶןwattibenbanah: to build (literally and figuratively)H1129
  4. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  5. בֵּיתbêt
  6. חוֹר֛וֹןḥôrônhouse of hollowness; Beth-Choron, the name of two adjoining places in IsraelH1032
  7. הַתַּחְתּ֖וֹןhattaḥtôntachtown: bottommostH8481
  8. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  9. הָֽעֶלְי֑וֹןhāʿelyônelyown: an elevation, i.e. (adj.) lofty (compar.)H5945
  10. וְאֵ֖תwĕʾēteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  11. אֻזֵּ֥ןʾuzzēn
  12. שֶֽׁאֱרָֽה׃šeʾĕrâplat of Sheerah (i.e. settled by him); Uzzen-Sheerah, a place in IsraelH242
25
  1. וְרֶ֣פַחwĕrepaḥRephach: support; Rephach, an IsraeliteH7506
  2. בְּנ֗וֹbĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  3. וְרֶ֧שֶׁףwĕrešepResheph: Resheph, an IsraeliteH7566
  4. וְתֶ֛לַחwĕtelaḥTelach: breach; Telach, an IsraeliteH8520
  5. בְּנ֖וֹbĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  6. וְתַ֥חַןwĕtaḥanTachan: station; Tachan, the name of two IsraelitesH8465
  7. בְּנֽוֹ׃bĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
26
  1. לַעְדָּ֥ןlaʿdānLa`dan: Ladan, the name of two IsraelitesH3936
  2. בְּנ֛וֹbĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  3. עַמִּיה֥וּדʿammîhûd`Ammiyhuwd: people of splendor; Ammihud, the name of three IsraelitesH5989
  4. בְּנ֖וֹbĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  5. אֱלִֽישָׁמָ֥עʾĕlîšāmāʿEliyshama`: God of hearing; Elishama, the name of seven IsraelitesH476
  6. בְּנֽוֹ׃bĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
27
  1. נ֥וֹןnônNuwn: perpetuity, Nun or Non, the father of JoshuaH5126
  2. בְּנ֖וֹbĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  3. יְהוֹשֻׁ֥עַyĕhôšuaʿYhowshuwa`: Jehovah-saved; Jehoshua (i.e. Joshua), the Jewish leaderH3091
  4. בְּנֽוֹ׃bĕnôben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
28
  1. וַֽאֲחֻזָּתָם֙waʾăḥuzzātāmachuzzah: something seized, i.e. a possession (especially of land)H272
  2. וּמֹ֣שְׁבוֹתָ֔םûmōšĕbôtāmmowshab: a seat; (figuratively) a siteH4186
  3. בֵּֽיתbêt
  4. אֵ֖לʾēlBeyth-'El: house of God; Beth-El, a place in IsraelH1008
  5. וּבְנֹתֶ֑יהָûbĕnōtêhābath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
  6. וְלַמִּזְרָ֣חwĕlammizrāḥmizrach: sunrise, i.e. the eastH4217
  7. נַֽעֲרָ֔ןnaʿărānNa`aran: juvenile; Naaran, a place in IsraelH5295
  8. וְלַֽמַּעֲרָ֗בwĕlammaʿărābma`arab: the west (as a region of the evening sun)H4628
  9. גֶּ֤זֶרgezerGezer: Gezer, a place in IsraelH1507
  10. וּבְנֹתֶ֙יהָ֙ûbĕnōtêhābath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
  11. וּשְׁכֶ֣םûšĕkemShkem: ridge; Shekem, a place in IsraelH7927
  12. וּבְנֹתֶ֔יהָûbĕnōtêhābath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
  13. עַדʿad`ad: (properly) a (peremptory) terminusH5704
  14. עַיָּ֖הʿayyâ`Azzah: strong; Azzah, a place in IsraelH5804
  15. וּבְנֹתֶֽיהָ׃ûbĕnōtêhābath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
29
  1. וְעַלwĕʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  2. יְדֵ֣יyĕdêyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
  3. בְנֵֽיbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  4. מְנַשֶּׁ֗הmĕnaššeMnashsheh: causing to forget; Menashsheh, a grandson of Jacob, also the tribe descended from him, and its territoryH4519
  5. בֵּיתbêt
  6. שְׁאָ֤ןšĕʾānhouse of ease; Beth-Shean or Beth-Shan, a place in IsraelH1052
  7. וּבְנֹתֶ֙יהָ֙ûbĕnōtêhābath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
  8. תַּעְנַ֣ךְtaʿnakTa`anak: Taanak or Tanak, a place in IsraelH8590
  9. וּבְנֹתֶ֔יהָûbĕnōtêhābath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
  10. מְגִדּ֥וֹmĕgiddôMgiddown: rendezvous; Megiddon or Megiddo, a place in IsraelH4023
  11. וּבְנוֹתֶ֖יהָûbĕnôtêhābath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
  12. דּ֣וֹרdôrDowr: dwelling; Dor, a place in IsraelH1756
  13. וּבְנוֹתֶ֑יהָûbĕnôtêhābath: a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively)H1323
  14. בְּאֵ֙לֶּה֙bĕʾēllehel-leh: these or thoseH428
  15. יָֽשְׁב֔וּyāšĕbûyashab: (properly) to sit down (specifically as judge. in ambush, in quiet)H3427
  16. בְּנֵ֥יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  17. יוֹסֵ֖ףyôsēpYowceph: let him add (or perhaps simply active participle adding)H3130
  18. בֶּןbenben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  19. יִשְׂרָאֵֽל׃yiśrāʾēlYisra'el: he will rule as God; Jisrael, a symbolical name of JacobH3478
30
  1. בְּנֵ֣יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. אָשֵׁ֗רʾāšērAsher: Asher, a son of Jacob, and the tribe descended from him, with its territoryH836
  3. יִמְנָ֧הyimnâYimnah: prosperity (as betokened by the right hand)H3232
  4. וְיִשְׁוָ֛הwĕyišwâYishvah: he will level; Jishvah, an IsraeliteH3438
  5. וְיִשְׁוִ֥יwĕyišwîYishviy: level; Jishvi, the name of two IsraelitesH3440
  6. וּבְרִיעָ֖הûbĕrîʿâBriy`ah: in trouble; Beriah, the name of four IsraelitesH1283
  7. וְשֶׂ֥רַחwĕśeraḥSerach: superfluity; Serach, an IsraelitessH8294
  8. אֲחוֹתָֽם׃ʾăḥôtāmachowth: a sister (used very widely (like H0250), literally and figuratively)H269
31
  1. וּבְנֵ֣יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. בְרִיעָ֔הbĕrîʿâBriy`ah: in trouble; Beriah, the name of four IsraelitesH1283
  3. חֶ֖בֶרḥeberCheber: community; Cheber, the name of a Kenite and of three IsraelitesH2268
  4. וּמַלְכִּיאֵ֑לûmalkîʾēlMalkiy'el: king of (i.e. appointed by) God; Malkiel, an IsraeliteH4439
  5. ה֖וּאhûʾhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
  6. אֲבִ֥יʾăbîab: fatherH1
  7. בִרְזָֽוִת׃birzāwitBirzowth: holes; Birzoth, an IsraeliteH1269
32
  1. וְחֶ֙בֶר֙wĕḥeberCheber: community; Cheber, the name of a Kenite and of three IsraelitesH2268
  2. הוֹלִ֣ידhôlîdyalad: to bear young; (causatively) to begetH3205
  3. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  4. יַפְלֵ֔טyaplēṭYaphlet: he will deliver; Japhlet, an IsraeliteH3310
  5. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  6. שׁוֹמֵ֖רšômērShowmer: keeper; Shomer, the name of two IsraelitesH7763
  7. וְאֶתwĕʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  8. חוֹתָ֑םḥôtāmChowtham: seal; Chotham, the name of two IsraelitesH2369
  9. וְאֵ֖תwĕʾēteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  10. שׁוּעָ֥אšûʿāʾShuwa`a': wealth; Shua, an IsraelitessH7774
  11. אֲחוֹתָֽם׃ʾăḥôtāmachowth: a sister (used very widely (like H0250), literally and figuratively)H269
33
  1. וּבְנֵ֣יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. יַפְלֵ֔טyaplēṭYaphlet: he will deliver; Japhlet, an IsraeliteH3310
  3. פָּסַ֥ךְpāsakPacak: divider; Pasak, an IsraeliteH6457
  4. וּבִמְהָ֖לûbimhālBimhal: with pruning; Bimhal, an IsraeliteH1118
  5. וְעַשְׁוָ֑תwĕʿašwāt`Ashvath: bright; Ashvath, an IsraeliteH6220
  6. אֵ֖לֶּהʾēlleel-leh: these or thoseH428
  7. בְּנֵ֥יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  8. יַפְלֵֽט׃yaplēṭYaphlet: he will deliver; Japhlet, an IsraeliteH3310
34
  1. וּבְנֵ֖יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. שָׁ֑מֶרšāmerShemer: Shemer, the name of three IsraelitesH8106
  3. אֲחִ֥יʾăḥîAchiy: brotherly; Achi, the name of two IsraelitesH277
  4. וְרָוהְגָּ֖הwĕrowhgâRowhagah: outcry; Rohagah, an IsraeliteH7303
  5. יְחֻבָּ֥הyĕḥubbâYchubbah: hidden; Jechubbah, an IsraeliteH3160
  6. וַֽאֲרָֽם׃waʾărāmAram: the highland; Aram or Syria, and its inhabitantsH758
35
  1. וּבֶןûbenben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. הֵ֖לֶםhēlemHelem: smiter; Helem, the name of two IsraelitesH1987
  3. אָחִ֑יוʾāḥîwach: a brother (used in the widest sense of literal relationship and metaphorical affinity or resemblance (like H0001))H251
  4. צוֹפַ֥חṣôpaḥTsowphach: Tsophach, an IsraeliteH6690
  5. וְיִמְנָ֖עwĕyimnāʿYimna`: he will restrain; Jimna, an IsraeliteH3234
  6. וְשֵׁ֥לֶשׁwĕšēlešShelesh: triplet; Shelesh, an IsraeliteH8028
  7. וְעָמָֽל׃wĕʿāmāl`Amal: Amal, an IsraeliteH6000
36
  1. בְּנֵ֖יbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. צוֹפָ֑חṣôpāḥTsowphach: Tsophach, an IsraeliteH6690
  3. ס֧וּחַsûaḥCuwach: sweeping; Suach, an IsraeliteH5477
  4. וְחַרְנֶ֛פֶרwĕḥarneperCharnepher: Charnepher, an IsraeliteH2774
  5. וְשׁוּעָ֖לwĕšûʿālShuw`al: Shual, the name of an Israelite and of a place in IsraelH7777
  6. וּבֵרִ֥יûbērîBeriy: Beri, an IsraeliteH1275
  7. וְיִמְרָֽה׃wĕyimrâYimrah: interchange; Jimrah, an IsraeliteH3236
37
  1. בֶּ֣צֶרbeṣerBetser: Betser, a place in Israel; also an IsraeliteH1221
  2. וָה֗וֹדwāhôdHowd: Hod, an IsraeliteH1936
  3. וְשַׁמָּ֧אwĕšammāʾShamma': desolation; Shamma, an IsraeliteH8037
  4. וְשִׁלְשָׁ֛הwĕšilšâShilshah: triplication; Shilshah, an IsraeliteH8030
  5. וְיִתְרָ֖ןwĕyitrānYithran: excellent; Jithran, the name of an Edomite and of an IsraeliteH3506
  6. וּבְאֵרָֽא׃ûbĕʾērāʾB'era': a well; Beera, an IsraeliteH878
38
  1. וּבְנֵ֖יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. יֶ֑תֶרyeterYether: Jether, the name of five or six Israelites and of one MidianiteH3500
  3. יְפֻנֶּ֥הyĕpunneYphunneh: he will be prepared; Jephunneh, the name of two IsraelitesH3312
  4. וּפִסְפָּ֖הûpispâPicpah: dispersion; Pispah, an IsraeliteH6462
  5. וַאְרָֽא׃waʾrāʾara': lion; Ara, an IsraeliteH690
39
  1. וּבְנֵ֖יûbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  2. עֻלָּ֑אʿullāʾ`Ulla': burden; Ulla, an IsraeliteH5925
  3. אָרַ֥חʾāraḥArach: way faring; Arach, the name of three IsraelitesH733
  4. וְחַנִּיאֵ֖לwĕḥannîʾēlChanniy'el: favor of God; Channiel, the name of two IsraelitesH2592
  5. וְרִצְיָֽא׃wĕriṣyāʾRitsya': delight; Ritsjah, an IsraeliteH7525
40
  1. כָּלkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  2. אֵ֣לֶּהʾēlleel-leh: these or thoseH428
  3. בְנֵֽיbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  4. אָ֠שֵׁרʾāšērAsher: Asher, a son of Jacob, and the tribe descended from him, with its territoryH836
  5. רָאשֵׁ֨יrāʾšêro'sh: the head (as most easily shaken), whether literal or figurative (in many applications, of place, time, rank...H7218
  6. בֵיתbêtbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
  7. הָֽאָב֤וֹתhāʾābôtab: fatherH1
  8. בְּרוּרִים֙bĕrûrîmbarar: to clarify (i.e. brighten), examine, selectH1305
  9. גִּבּוֹרֵ֣יgibbôrêgibbowr: powerful; (by implication) a warrior, tyrantH1368
  10. חֲיָלִ֔יםḥăyālîmchayil: probably a force, whether of men, means or other resourcesH2428
  11. רָאשֵׁ֖יrāʾšêro'sh: the head (as most easily shaken), whether literal or figurative (in many applications, of place, time, rank...H7218
  12. הַנְּשִׂיאִ֑יםhannĕśîʾîmnasiy': (properly) an exalted one, i.e. a king or sheikH5387
  13. וְהִתְיַחְשָׂ֤םwĕhityaḥśāmyachas: to enroll by pedigreeH3187
  14. בַּצָּבָא֙baṣṣābāʾtsaba': a mass of persons; (figuratively) a mass of thingsH6635
  15. בַּמִּלְחָמָ֔הbammilḥāmâmilchamah: a battle (i.e. the engagement); (generally) war (i.e. warfare)H4421
  16. מִסְפָּרָ֣םmispārāmmicpar: a number; (definite) arithmetical numberH4557
  17. אֲנָשִׁ֔יםʾănāšîmiysh: a man as an individual or a male personH376
  18. עֶשְׂרִ֥יםʿeśrîm`esriym: twenty; (ordinal) twentiethH6242
  19. וְשִׁשָּׁ֖הwĕšiššâshesh: six (as an overplus (see H7797) beyond five or the fingers of the hand)H8337
  20. אָֽלֶף׃ʾālepeleph: a thousandH505

View the full Hebrew interlinear for 1 Chronicles 7 →

Strong's words in 1 Chronicles 7 (6)
Strong's H1121 — וְלִבְנֵ֣י (wĕlibnê)
ben (bane) n-m. 1. a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including grandson, subject, nation, quality or condition, etc., (like H0001 H0251, etc.)) [from H1129] KJV: + afflicted, age, (Ahoh-) (Ammon-) (Hachmon-) (Lev-)ite, (anoint-)ed one, appointed to, (+) arrow, (Assyr-) (Babylon-) (Egypt-) (Grec-)ian, one born, bough, branch, breed, + (young) bullock, + (young) calf, X came up in, child, colt, X common, X corn, daughter, X of first, + firstborn, foal, + very fruitful, + postage, X in, + kid, + lamb, (+) man, meet, + mighty, + nephew, old, (+) people, + rebel, + robber, X servant born, X soldier, son, + spark, + steward, + stranger, X surely, them of, + tumultuous one, + valiant(-est), whelp, worthy, young (one), youth. Root(s): H1129 See also: H1, H251. Appears 52 times in 1 Chronicles 7.
Strong's H1323 — בָּנֽוֹת׃ (bānôt)
bath (bath) n-f. 1. a daughter (used in the same wide sense as other terms of relationship, literally and figuratively) [from H1129 (as feminine of H1121)] KJV: apple (of the eye), branch, company, da. Appears 10 times in 1 Chronicles 7.
Strong's H1 — אֲבוֹתָם֙ (ʾăbôtām)
ab (awb) n-m. 1. father {in a literal and immediate, or figurative and remote application} [a primitive word. Compare names beginning with "Abi-"] KJV: chief, (fore-)father(-less), X patrimony, princi. Appears 9 times in 1 Chronicles 7.
Strong's H3205 — יָלָ֑דָה (yālādâ)
yalad (yaw-lad') v. 1. to bear young 2. (causatively) to beget 3. (medically) to act as midwife 4. (specifically) to show lineage [a primitive root] KJV: bear, beget, birth((-day)), born, (make to) bring forth (children, young), bring up, calve, child, come, be delivered (of a child), time of delivery, gender, hatch, labour, (do the office of a) midwife, declare pedigrees, be the son of, (woman in, woman that) travail(-eth, -ing woman).. Appears 7 times in 1 Chronicles 7.
Strong's H505 — אֶ֖לֶף (ʾelep)
eleph (eh'-lef) n-m. 1. a thousand {the ox's head being the first letter of the alphabet, this was eventually used as a numeral} [properly, the same as H504] KJV: thousand. Root(s): H504. Appears 7 times in 1 Chronicles 7.
Strong's H7218 — רָאשִׁ֤ים (rāʾšîm)
ro'sh (roshe) n-m. 1. the head (as most easily shaken), whether literal or figurative (in many applications, of place, time, rank, itc.) [from an unused root apparently meaning to shake] KJV: band, beginning, captain, chapiter, chief(-est place, man, things), company, end, X every (man), excellent, first, forefront, ((be-))head, height, (on) high(-est part, (priest)), X lead, X poor, principal, ruler, sum, top.. Appears 7 times in 1 Chronicles 7.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2548 Bibles in 2203 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress