Skip to content
Audio Bible

Keessa Deebii 24 Oromo, West Central BIB Audio Bible

Chapter Deuteronomy 24 Language Oromo, West Central Bible ID GAZBIB Label BIB Catalog Oromo, West Central - Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Available audio Coverage Old and New Testament

Select Translation

1 Namni tokko erga niitii fuudhee booddee yoo waan fafaa ishee irratti argee ishee jibbe, inni waraqaa ragaa hiikkaa barreessee itti kennuudhaan mana isaatii baasee ishee haa geggeessu.
2 Isheen erga mana isaatii baatee booddee yoo niitii nama biraa taate,
3 yoo dhirsi ishee lammaffaan ishee jibbee waraqaa hiikkaa barreessee kenneefii mana isaatii ishee baase yookaan yoo inni duʼe,
4 dhirsi inni jalqabaa kan ishee hiike sun erga isheen xurooftee booddee deebiʼee ishee fuudhuun isaaf hin eeyyamamu. Wanni kun fuula Waaqayyoo duratti balfamaa dha. Ati biyya Waaqayyo Waaqni kee akka dhaalaatti siif kennutti cubbuu hin fidin.
5 Namni dhiʼeenyatti niitii fuudhe tokko lafa waraanaatti hin ergamin yookaan akka hojii biraa hojjetu hin dirqamin; inni waggaa tokkoof mana ofii isaa haa turu; niitii isaas haa gammachiisu.
6 Ati dhagaa daakuutii fi majii isaa yookaan majii isaa qofa illee taanaan akka qabdiitti hin fudhatin; kun lubbuu namaa qabdii godhanii fudhachuu taʼaatii.
7 Namni tokko yoo obboleessa isaa kan gosa Israaʼel tokko hatee garbicha godhate yookaan gurgurate inni ajjeefamuu qaba. Ati waan hamaa gidduu keetii baasi.
8 Waaʼee nama lamxaaʼee garuu akkuma Lewwonni luboota taʼan qajeelcha siif kennan sanatti hojjechuu kee qalbeeffadhu. Ati waan ani isaan ajaje of eeggannaadhaan duukaa buʼuu qabda.
9 Waan Waaqayyo Waaqni kee erga isin biyya Gibxiitii baatanii booddee karaa irratti Miiriyaamitti fide sana yaadadhu.
10 Yommuu ollaa keetiif liqii gosa kamii iyyuu kennitutti waan inni akka qabdiitti siif kennu fudhachuudhaaf mana isaa hin seenin.
11 Ati ala turiitii namichi ati waa liqeessituuf sun qabdii siif kennu sana siif haa fidu.
12 Yoo namni sun hiyyeessa taʼe qabdii isaa of bira hin bulchin.
13 Akka inni kootii isaa uffatee buluuf utuu aduun hin dhiʼin deebisiif. Innis si eebbisa; wanni kun immoo fuula Waaqayyo Waaqa keetii duratti akka hojii qajeelummaatti siif hedama.
14 Obboleessa kee nama gosa Israaʼel yookaan alagaa magaalaawwan kee tokko keessa jiraatu illee taanaan hiyyeessa yookaan rakkataa qaxarame tokko hin saamin.
15 Gatii inni ittiin hojjete gaafuma sana utuu aduun hin lixin kenniif; waan hiyyeessa taʼeef inni abdiidhaan eegataatii. Yoo kanaa achii inni Waaqayyoon sitti waammatee wanni kun cubbuu sitti taʼa.
16 Abbootiin sababii ijoollee isaaniitiif ajjeefamuu hin qaban yookaan ijoolleen sababii abbootii isaaniitiif ajjeefamuu hin qaban; tokkoon tokkoon namaa sababii cubbuu ofii isaatiif duʼa.
17 Ati murtii alagaa yookaan ijoollee abbaa hin qabnee hin jalʼisin yookaan uffata haadha hiyyeessaa qabdii hin fudhatin.
18 Ati akka biyya Gibxitti garbicha turtee fi akka Waaqayyo Waaqni kee achii si fure yaadadhu. Wanni ani akka ati waan kana hojjettuuf si ajajuufis kanuma.
19 Yommuu midhaan lafa qotiisaa keetii walitti qabdutti yoo bissiin hafe jiraate isaaf jettee duubatti hin deebiʼin; akka Waaqayyo Waaqni kee hojii harka keetii hundaan si eebbisuuf alagoota, ijoollee abbaa hin qabnee fi haadha hiyyeessaatiif dhiisi.
20 Yommuu ija muka ejersa keetii harcaaftuttis kan hafe funaannachuuf jettee hin deebiʼin; waan hafe sana alagaaf, ijoollee abbaa hin qabnee fi haadha hiyyeessaatiif dhiisi.
21 Yommuu ija iddoo dhaabaa wayinii keetii walitti qabduttis waan hafe funaannachuudhaaf hin deebiʼin. Waan hafe sana alagaadhaaf, ijoollee abbaa hin qabnee fi haadha hiyyeessaatiif dhiisi.
22 Ati akka Gibxitti garbicha turte yaadadhu. Wanni ani akka ati waan kana gootu si ajajuufis kanuma.

Listen to Deuteronomy 24 with verse-by-verse audio highlighting.

Study tools for Deuteronomy 24

Cross-references, Hebrew word study, and what the Early Church wrote about Deuteronomy 24. Tap any section to expand — or right-click any verse for the full interactive study panel.

Deuteronomy 24 study resources: word-by-word Hebrew interlinear with Strong's numbers.

Hebrew interlinear — Deuteronomy 24:1–22 (327 words)
1
  1. כִּֽיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. יִקַּ֥חyiqqaḥlaqach: to take (in the widest variety of applications)H3947
  3. אִ֛ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  4. אִשָּׁ֖הʾiššâishshah: irregular plural, nashiym {naw-sheem'}; a woman (used in the same wide sense as H0582)H802
  5. וּבְעָלָ֑הּûbĕʿālāhba`al: to be master; (hence) (as denominative from H1167) to marryH1166
  6. וְהָיָ֞הwĕhāyâhayah: to exist; to be or becomeH1961
  7. אִםʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  8. לֹ֧אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  9. תִמְצָאtimṣāʾmatsa': (properly) to come forth to, i.e. appear or existH4672
  10. חֵ֣ןḥēnchen: graciousness, i.e. subjective (kindness, favor) or objective (beauty)H2580
  11. בְּעֵינָ֗יוbĕʿênāyw`ayin: an eye (literally or figuratively); by analogy, a fountain (as the eye of the landscape)H5869
  12. כִּיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  13. מָ֤צָאmāṣāʾmatsa': (properly) to come forth to, i.e. appear or existH4672
  14. בָהּ֙bāh
  15. עֶרְוַ֣תʿerwat`ervah: nudity, literally (especially the pudenda) or figuratively (disgrace, blemish)H6172
  16. דָּבָ֔רdābārdabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  17. וְכָ֨תַבwĕkātabkathab: to engrave, carve; (by implication) to write (describe, inscribe, prescribe, subscribe)H3789
  18. לָ֜הּlāh
  19. סֵ֤פֶרsēpercepher: (properly) writing (the art or a document)H5612
  20. כְּרִיתֻת֙kĕrîtutkriythuwth: a cutting (of the matrimonial bond), i.e. divorceH3748
  21. וְנָתַ֣ןwĕnātannathan: to give, used with greatest latitude of application (put, make, etc.)H5414
  22. בְּיָדָ֔הּbĕyādāhyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
  23. וְשִׁלְּחָ֖הּwĕšillĕḥāhshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  24. מִבֵּיתֽוֹ׃mibbêtôbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
2
  1. וְיָֽצְאָ֖הwĕyāṣĕʾâyatsa': to go out; (causatively) to bring outH3318
  2. מִבֵּית֑וֹmibbêtôbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
  3. וְהָֽלְכָ֖הwĕhālĕkâhalak: a primitive root; to walk (in a great variety of applications, literally and figuratively)H1980
  4. וְהָֽיְתָ֥הwĕhāyĕtâhayah: to exist; to be or becomeH1961
  5. לְאִישׁlĕʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  6. אַחֵֽר׃ʾaḥēracher: (properly) hinder; (generally) next, other, etcH312
3
  1. וּשְׂנֵאָהּ֮ûśĕnēʾāhsane': to hate (personally)H8130
  2. הָאִ֣ישׁhāʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  3. הָאַֽחֲרוֹן֒hāʾaḥărônacharown: hinder; (generally) late or lastH314
  4. וְכָ֨תַבwĕkātabkathab: to engrave, carve; (by implication) to write (describe, inscribe, prescribe, subscribe)H3789
  5. לָ֜הּlāh
  6. סֵ֤פֶרsēpercepher: (properly) writing (the art or a document)H5612
  7. כְּרִיתֻת֙kĕrîtutkriythuwth: a cutting (of the matrimonial bond), i.e. divorceH3748
  8. וְנָתַ֣ןwĕnātannathan: to give, used with greatest latitude of application (put, make, etc.)H5414
  9. בְּיָדָ֔הּbĕyādāhyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
  10. וְשִׁלְּחָ֖הּwĕšillĕḥāhshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  11. מִבֵּית֑וֹmibbêtôbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
  12. א֣וֹʾôow: desire (and so probably in Prov. 31; hence (by way of alternative) or, also ifH176
  13. כִ֤יkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  14. יָמוּת֙yāmûtmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
  15. הָאִ֣ישׁhāʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  16. הָאַֽחֲר֔וֹןhāʾaḥărônacharown: hinder; (generally) late or lastH314
  17. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  18. לְקָחָ֥הּlĕqāḥāhlaqach: to take (in the widest variety of applications)H3947
  19. ל֖וֹ
  20. לְאִשָּֽׁה׃lĕʾiššâishshah: irregular plural, nashiym {naw-sheem'}; a woman (used in the same wide sense as H0582)H802
4
  1. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  2. יוּכַ֣לyûkalyakol: to be able; (literally) can, couldH3201
  3. בַּעְלָ֣הּbaʿlāhba`al: a masterH1167
  4. הָֽרִאשׁ֣וֹןhāriʾšônri'shown: first, in place, time or rank (as adjective or noun)H7223
  5. אֲשֶֽׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  6. שִׁ֠לְּחָהּšillĕḥohshalach: to send away, for, or out (in a great variety of applications)H7971
  7. לָשׁ֨וּבlāšûbshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  8. לְקַחְתָּ֜הּlĕqaḥtāhlaqach: to take (in the widest variety of applications)H3947
  9. לִֽהְי֧וֹתlihĕyôthayah: to exist; to be or becomeH1961
  10. ל֣וֹ
  11. לְאִשָּׁ֗הlĕʾiššâishshah: irregular plural, nashiym {naw-sheem'}; a woman (used in the same wide sense as H0582)H802
  12. אַֽחֲרֵי֙ʾaḥărēyachar: (properly) the hind part; (generally, as adverb or conjunction) after (in various senses)H310
  13. אֲשֶׁ֣רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  14. הֻטַּמָּ֔אָהhuṭṭammāʾâtame': to be foul, especially in a ceremial or moral sense (contaminated)H2930
  15. כִּֽיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  16. תוֹעֵבָ֥הtôʿēbâtow`ebah: (properly) something disgusting; (morally, as noun) an abhorrenceH8441
  17. הִ֖ואhiwhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
  18. לִפְנֵ֣יlipnêpaniym: the face (as the part that turns); (with prepositional prefix, as a preposition) before, etc.H6440
  19. יְהוָ֑הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  20. וְלֹ֤אwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  21. תַֽחֲטִיא֙taḥăṭîʾchata': (properly) to miss; (hence, figuratively and generally) to sinH2398
  22. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  23. הָאָ֔רֶץhāʾāreṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  24. אֲשֶׁר֙ʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  25. יְהוָ֣הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  26. אֱלֹהֶ֔יךָʾĕlōhêkāelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  27. נֹתֵ֥ןnōtēnnathan: to give, used with greatest latitude of application (put, make, etc.)H5414
  28. לְךָ֖lĕkā
  29. נַֽחֲלָֽה׃naḥălânachalah: (properly) something inherited; (abstractly) occupancyH5159
5
  1. כִּֽיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. יִקַּ֥חyiqqaḥlaqach: to take (in the widest variety of applications)H3947
  3. אִישׁ֙ʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  4. אִשָּׁ֣הʾiššâishshah: irregular plural, nashiym {naw-sheem'}; a woman (used in the same wide sense as H0582)H802
  5. חֲדָשָׁ֔הḥădāšâchadash: newH2319
  6. לֹ֤אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  7. יֵצֵא֙yēṣēʾyatsa': to go out; (causatively) to bring outH3318
  8. בַּצָּבָ֔אbaṣṣābāʾtsaba': a mass of persons; (figuratively) a mass of thingsH6635
  9. וְלֹֽאwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  10. יַעֲבֹ֥רyaʿăbōr`abar: to cross overH5674
  11. עָלָ֖יוʿālāyw`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  12. לְכָלlĕkālkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  13. דָּבָ֑רdābārdabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  14. נָקִ֞יnāqînaqiy: innocentH5355
  15. יִֽהְיֶ֤הyihĕyehayah: to exist; to be or becomeH1961
  16. לְבֵיתוֹ֙lĕbêtôbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
  17. שָׁנָ֣הšānâshaneh: a year (as a revolution of time)H8141
  18. אֶחָ֔תʾeḥātechad: (properly) united, i.e. one; (as an ordinal) firstH259
  19. וְשִׂמַּ֖חwĕśimmaḥsamach: probably to brighten up, i.e. (figuratively) be (causatively, make) blithe or gleesomeH8055
  20. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  21. אִשְׁתּ֥וֹʾištôishshah: irregular plural, nashiym {naw-sheem'}; a woman (used in the same wide sense as H0582)H802
  22. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  23. לָקָֽח׃lāqāḥlaqach: to take (in the widest variety of applications)H3947
6
  1. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  2. יַחֲבֹ֥לyaḥăbōlchabal: to wind tightly (as a rope), i.e. to bindH2254
  3. רֵחַ֖יִםrēḥayimrecheh: a mill-stoneH7347
  4. וָרָ֑כֶבwārākebrekeb: a vehicle; (by implication) a teamH7393
  5. כִּיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  6. נֶ֖פֶשׁnepešnephesh: (properly) a breathing creature, i.e. animal of (abstractly) vitalityH5315
  7. ה֥וּאhûʾhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
  8. חֹבֵֽל׃ḥōbēlchabal: to wind tightly (as a rope), i.e. to bindH2254
7
  1. כִּֽיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. יִמָּצֵ֣אyimmāṣēʾmatsa': (properly) to come forth to, i.e. appear or existH4672
  3. אִ֗ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  4. גֹּנֵ֨בgōnēbganab: (literally or figuratively) to thieve; (by implication) to deceiveH1589
  5. נֶ֤פֶשׁnepešnephesh: (properly) a breathing creature, i.e. animal of (abstractly) vitalityH5315
  6. מֵֽאֶחָיו֙mēʾeḥāywach: a brother (used in the widest sense of literal relationship and metaphorical affinity or resemblance (like H0001))H251
  7. מִבְּנֵ֣יmibbĕnêben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  8. יִשְׂרָאֵ֔לyiśrāʾēlYisra'el: he will rule as God; Jisrael, a symbolical name of JacobH3478
  9. וְהִתְעַמֶּרwĕhitʿammer`amar: (properly) apparently to heap; (figuratively) to chastise (as if piling blows)H6014
  10. בּ֖וֹ
  11. וּמְכָר֑וֹûmĕkārômakar: to sell, literally (as merchandise, a daughter in marriage, into slavery), or figuratively (to surrender)H4376
  12. וּמֵת֙ûmētmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
  13. הַגַּנָּ֣בhaggannābgannab: a stealerH1590
  14. הַה֔וּאhahûʾhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
  15. וּבִֽעַרְתָּ֥ûbiʿartāba`ar: to kindle; to consume (by fire or by eating)H1197
  16. הָרָ֖עhārāʿra`: bad or (as noun) evil (natural or moral)H7451
  17. מִקִּרְבֶּֽךָ׃miqqirbekāqereb: (properly) the nearest part, i.e. the center, whether literal, figurative or adverbial (especially with...H7130
8
  1. הִשָּׁ֧מֶרhiššāmershamar: (properly) to hedge about (as with thorns), i.e. guardH8104
  2. בְּנֶֽגַעbĕnegaʿnega`: a blow; (figuratively) an inflictionH5061
  3. הַצָּרַ֛עַתhaṣṣāraʿattsara`ath: leprosyH6883
  4. לִשְׁמֹ֥רlišmōrshamar: (properly) to hedge about (as with thorns), i.e. guardH8104
  5. מְאֹ֖דmĕʾōdm`od: (properly) vehemence; (with or without preposition) vehementlyH3966
  6. וְלַֽעֲשׂ֑וֹתwĕlaʿăśôt`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  7. כְּכֹל֩kĕkōlkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  8. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  9. יוֹר֨וּyôrûyarah: (properly) to flow as water; (hence) to rainH3384
  10. אֶתְכֶ֜םʾetkemeth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  11. הַכֹּֽהֲנִ֧יםhakkōhănîmkohen: (literally) one officiating, a priest; (also, by courtesy) an acting priest (although a layman)H3548
  12. הַלְוִיִּ֛םhalwiyyimLeviyiy: a Levite or descendant of LeviH3881
  13. כַּֽאֲשֶׁ֥רkaʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  14. צִוִּיתִ֖םṣiwwîtimtsavah: (intensively) to constitute, enjoinH6680
  15. תִּשְׁמְר֥וּtišmĕrûshamar: (properly) to hedge about (as with thorns), i.e. guardH8104
  16. לַֽעֲשֽׂוֹת׃laʿăśôt`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
9
  1. זָכ֕וֹרzākôrzakar: (properly) to mark (so as to be recognized), i.e. to rememberH2142
  2. אֵ֧תʾēteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  3. אֲשֶׁרʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  4. עָשָׂ֛הʿāśâ`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  5. יְהוָ֥הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  6. אֱלֹהֶ֖יךָʾĕlōhêkāelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  7. לְמִרְיָ֑םlĕmiryāmMiryam: rebelliously; Mirjam, the name of two IsraelitessesH4813
  8. בַּדֶּ֖רֶךְbadderekderek: a road (as trodden); (figuratively) a course of life or mode of action, often adverbH1870
  9. בְּצֵֽאתְכֶ֥םbĕṣēʾtĕkemyatsa': to go out; (causatively) to bring outH3318
  10. מִמִּצְרָֽיִם׃mimmiṣrāyimMitsrayim: Mitsrajim, i.e. Upper and Lower EgyptH4714
10
  1. כִּֽיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. תַשֶּׁ֥הtaššenashah: to lend or (by reciprocity) borrow on security or interestH5383
  3. בְרֵֽעֲךָbĕrēʿăkārea`: an associate (more or less close)H7453
  4. מַשַּׁ֣אתmaššatmashsha'ah: a loanH4859
  5. מְא֑וּמָהmĕʾûmâmuwmah: (properly) a speck or point; (by implication) somethingH3972
  6. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  7. תָבֹ֥אtābōʾbow': to go or come (in a wide variety of applications)H935
  8. אֶלʾelel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  9. בֵּית֖וֹbêtôbayith: a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.)H1004
  10. לַֽעֲבֹ֥טlaʿăbōṭ`abat: to pawn; causatively, to lend (on security)H5670
  11. עֲבֹטֽוֹ׃ʿăbōṭô`abowt: a pawnH5667
11
  1. בַּח֖וּץbaḥûṣchuwts: (properly) separate by a wall, i.e. outside, outdoorsH2351
  2. תַּֽעֲמֹ֑דtaʿămōd`amad: to stand, in various relations (literal and figurative, intransitive and transitive)H5975
  3. וְהָאִ֗ישׁwĕhāʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  4. אֲשֶׁ֤רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  5. אַתָּה֙ʾattāhattah: thou and thee, or (plural) ye and youH859
  6. נֹשֶׁ֣הnōšenashah: to lend or (by reciprocity) borrow on security or interestH5383
  7. ב֔וֹ
  8. יוֹצִ֥יאyôṣîʾyatsa': to go out; (causatively) to bring outH3318
  9. אֵלֶ֛יךָʾēlêkāel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  10. אֶֽתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  11. הַעֲב֖וֹטhaʿăbôṭ`abowt: a pawnH5667
  12. הַחֽוּצָה׃haḥûṣâchuwts: (properly) separate by a wall, i.e. outside, outdoorsH2351
12
  1. וְאִםwĕʾimim: (used very widely as demonstrative) lo!; (interrogatively) whether?H518
  2. אִ֥ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  3. עָנִ֖יʿānî`aniy: depressed, in mind or circumstances (practically the same as H6035, although the margin constantly disputes...H6041
  4. ה֑וּאhûʾhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
  5. לֹ֥אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  6. תִשְׁכַּ֖בtiškabshakab: to lie down (for rest, sexual connection, decease or any other purpose)H7901
  7. בַּֽעֲבֹטֽוֹ׃baʿăbōṭô`abowt: a pawnH5667
13
  1. הָשֵׁב֩hāšēbshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  2. תָּשִׁ֨יבtāšîbshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  3. ל֤וֹ
  4. אֶֽתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  5. הַעֲבוֹט֙haʿăbôṭ`abowt: a pawnH5667
  6. כְּב֣וֹאkĕbôʾbow': to go or come (in a wide variety of applications)H935
  7. הַשֶּׁ֔מֶשׁhaššemešshemesh: the sun; (by implication) the eastH8121
  8. וְשָׁכַ֥בwĕšākabshakab: to lie down (for rest, sexual connection, decease or any other purpose)H7901
  9. בְּשַׂלְמָת֖וֹbĕśalmātôsalmah: a dressH8008
  10. וּבֵֽרֲכֶ֑ךָּûbērăkekkābarak: to kneel; (implication, man toward God) to bless God as an act of adorationH1288
  11. וּלְךָ֙ûlĕkā
  12. תִּֽהְיֶ֣הtihĕyehayah: to exist; to be or becomeH1961
  13. צְדָקָ֔הṣĕdāqâtsdaqah: rightness (abstractly), subjectively (rectitude), objectively (justice), morally (virtue) or figuratively...H6666
  14. לִפְנֵ֖יlipnêpaniym: the face (as the part that turns); (with prepositional prefix, as a preposition) before, etc.H6440
  15. יְהוָ֥הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  16. אֱלֹהֶֽיךָ׃ʾĕlōhêkāelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
14
  1. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  2. תַעֲשֹׁ֥קtaʿăšōq`ashaq: to press upon, i.e. oppress, defraud, violate, overflowH6231
  3. שָׂכִ֖ירśākîrsakiyr: a man at wages by the day or yearH7916
  4. עָנִ֣יʿānî`aniy: depressed, in mind or circumstances (practically the same as H6035, although the margin constantly disputes...H6041
  5. וְאֶבְי֑וֹןwĕʾebyônebyown: destituteH34
  6. מֵֽאַחֶ֕יךָmēʾaḥêkāach: a brother (used in the widest sense of literal relationship and metaphorical affinity or resemblance (like H0001))H251
  7. א֧וֹʾôow: desire (and so probably in Prov. 31; hence (by way of alternative) or, also ifH176
  8. מִגֵּֽרְךָ֛miggērĕkāger: (properly) a guest; (by implication) a foreignerH1616
  9. אֲשֶׁ֥רʾăšeraher: who, which, what, that; (as adverb) when, where, howH834
  10. בְּאַרְצְךָ֖bĕʾarṣĕkāerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  11. בִּשְׁעָרֶֽיךָ׃bišʿārêkāsha`ar: an opening, i.e. door or gateH8179
15
  1. בְּיוֹמוֹ֩bĕyômôyowm: a day (as the warm hours), whether literal (from sunrise to sunset, or from one sunset to the next), or...H3117
  2. תִתֵּ֨ןtittēnnathan: to give, used with greatest latitude of application (put, make, etc.)H5414
  3. שְׂכָר֜וֹśĕkārôsakar: payment of contract; (concretely) salary, fare, maintenanceH7939
  4. וְֽלֹאwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  5. תָב֧וֹאtābôʾbow': to go or come (in a wide variety of applications)H935
  6. עָלָ֣יוʿālāyw`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  7. הַשֶּׁ֗מֶשׁhaššemešshemesh: the sun; (by implication) the eastH8121
  8. כִּ֤יkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  9. עָנִי֙ʿāniy`aniy: depressed, in mind or circumstances (practically the same as H6035, although the margin constantly disputes...H6041
  10. ה֔וּאhûʾhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
  11. וְאֵלָ֕יוwĕʾēlāyw`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  12. ה֥וּאhûʾhuw': (the third person pronoun singular) he, she, or it (only expressed when emphatic or without a verb)H1931
  13. נֹשֵׂ֖אnōśēʾnasa': to lift, in a great variety of applications, literal and figurative, absol. and rel. (as follows)H5375
  14. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  15. נַפְשׁ֑וֹnapšônephesh: (properly) a breathing creature, i.e. animal of (abstractly) vitalityH5315
  16. וְלֹֽאwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  17. יִקְרָ֤אyiqrāʾqara': to call out to (i.e. properly, address by name, but used in a wide variety of applications)H7121
  18. עָלֶ֙יךָ֙ʿālêkā`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  19. אֶלʾelel: (properly) denoting motion towards, but occasionally used of a quiescent position, i.e. near, with or amongH413
  20. יְהוָ֔הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  21. וְהָיָ֥הwĕhāyâhayah: to exist; to be or becomeH1961
  22. בְךָ֖bĕkā
  23. חֵֽטְא׃ḥēṭĕʾchet': a crime or its penaltyH2399
16
  1. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  2. יוּמְת֤וּyûmĕtûmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
  3. אָבוֹת֙ʾābôtab: fatherH1
  4. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  5. בָּנִ֔יםbānîmben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  6. וּבָנִ֖יםûbānîmben: a son (as a builder of the family name), in the widest sense (of literal and figurative relationship, including...H1121
  7. לֹֽאlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  8. יוּמְת֣וּyûmĕtûmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
  9. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  10. אָב֑וֹתʾābôtab: fatherH1
  11. אִ֥ישׁʾîšiysh: a man as an individual or a male personH376
  12. בְּחֶטְא֖וֹbĕḥeṭʾôchet': a crime or its penaltyH2399
  13. יוּמָֽתוּ׃yûmātûmuwth: (literally or figuratively) to die; (causatively) to killH4191
17
  1. לֹ֣אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  2. תַטֶּ֔הtaṭṭenatah: to stretch or spread out; (by implication) to bend away (including moral deflection)H5186
  3. מִשְׁפַּ֖טmišpaṭmishpat: (properly) a verdict (favorable or unfavorable) pronounced judicially, especially a sentence or formal decree...H4941
  4. גֵּ֣רgērger: (properly) a guest; (by implication) a foreignerH1616
  5. יָת֑וֹםyātômyathowm: a bereaved personH3490
  6. וְלֹ֣אwĕlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  7. תַֽחֲבֹ֔לtaḥăbōlchabal: to wind tightly (as a rope), i.e. to bindH2254
  8. בֶּ֖גֶדbegedbeged: a covering; clothingH899
  9. אַלְמָנָֽה׃ʾalmānâalmanah: a widow; (also) a desolate placeH490
18
  1. וְזָֽכַרְתָּ֗wĕzākartāzakar: (properly) to mark (so as to be recognized), i.e. to rememberH2142
  2. כִּ֣יkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  3. עֶ֤בֶדʿebed`ebed: a servantH5650
  4. הָיִ֙יתָ֙hāyîtāhayah: to exist; to be or becomeH1961
  5. בְּמִצְרַ֔יִםbĕmiṣrayimMitsrayim: Mitsrajim, i.e. Upper and Lower EgyptH4714
  6. וַֽיִּפְדְּךָ֛wayyipdĕkāpadah: to sever, i.e. ransom; gener. to release, preserveH6299
  7. יְהוָ֥הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  8. אֱלֹהֶ֖יךָʾĕlōhêkāelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  9. מִשָּׁ֑םmiššāmsham: there (transferring to time) then; often thither, or thenceH8033
  10. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  11. כֵּ֞ןkēnken: (properly) set upright; hence (figuratively as adjective) justH3651
  12. אָֽנֹכִ֤יʾānōkîanokiy: IH595
  13. מְצַוְּךָ֙mĕṣawwĕkātsavah: (intensively) to constitute, enjoinH6680
  14. לַֽעֲשׂ֔וֹתlaʿăśôt`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  15. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  16. הַדָּבָ֖רhaddābārdabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  17. הַזֶּֽה׃hazzezeh: the masculine demonstrative pronoun, this or thatH2088
19
  1. כִּ֣יkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. תִקְצֹר֩tiqṣōrקצרH7114
  3. קְצִֽירְךָ֙qĕṣîrĕkāqatsiyr: severed, i.e. harvest (as reaped), the crop, the time, the reaper, or figurativelyH7105
  4. בְשָׂדֶ֜ךָbĕśādekāsadeh: a field (as flat)H7704
  5. וְשָֽׁכַחְתָּ֧wĕšākaḥtāshakach: to mislay, i.e. to be oblivious of, from want of memory or attentionH7911
  6. עֹ֣מֶרʿōmer`omer: (properly) a heap, i.e. a sheaf; also an omer, as a dry measureH6016
  7. בַּשָּׂדֶ֗הbaśśādesadeh: a field (as flat)H7704
  8. לֹ֤אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  9. תָשׁוּב֙tāšûbshuwb: to turn back (hence, away) transitively or intransitively, literally or figuratively (not necessarily with the...H7725
  10. לְקַחְתּ֔וֹlĕqaḥtôlaqach: to take (in the widest variety of applications)H3947
  11. לַגֵּ֛רlaggērger: (properly) a guest; (by implication) a foreignerH1616
  12. לַיָּת֥וֹםlayyātômyathowm: a bereaved personH3490
  13. וְלָֽאַלְמָנָ֖הwĕlāʾalmānâalmanah: a widow; (also) a desolate placeH490
  14. יִֽהְיֶ֑הyihĕyehayah: to exist; to be or becomeH1961
  15. לְמַ֤עַןlĕmaʿanma`an: (properly) heed, i.e. purposeH4616
  16. יְבָֽרֶכְךָ֙yĕbārekkābarak: to kneel; (implication, man toward God) to bless God as an act of adorationH1288
  17. יְהוָ֣הyĕhwâYhovah: (the) self-Existent or Eternal; Jehovah, Jewish national name of GodH3068
  18. אֱלֹהֶ֔יךָʾĕlōhêkāelohiym: gods in the ordinary sense; but specifically used (in the plural thus, especially with the article) of the...H430
  19. בְּכֹ֖לbĕkōlkol: (properly) the whole; (hence) all, any or every (in the singular only, but often in a plural sense)H3605
  20. מַֽעֲשֵׂ֥הmaʿăśēma`aseh: an action (good or bad); (generally) a transactionH4639
  21. יָדֶֽיךָ׃yādêkāyad: a hand (the open one (indicating power, means, direction, etc.), in distinction from H3709, the closed one)H3027
20
  1. כִּ֤יkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. תַחְבֹּט֙taḥbōṭchabat: to knock out or offH2251
  3. זֵֽיתְךָ֔zêtĕkāzayith: an olive (as yielding illuminating oil), the tree, the branch or the berryH2132
  4. לֹ֥אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  5. תְפָאֵ֖רtĕpāʾērpa'ar: to gleam, i.e. (causatively) embellish; (figuratively) to boastH6286
  6. אַֽחֲרֶ֑יךָʾaḥărêkāachar: (properly) the hind part; (generally, as adverb or conjunction) after (in various senses)H310
  7. לַגֵּ֛רlaggērger: (properly) a guest; (by implication) a foreignerH1616
  8. לַיָּת֥וֹםlayyātômyathowm: a bereaved personH3490
  9. וְלָֽאַלְמָנָ֖הwĕlāʾalmānâalmanah: a widow; (also) a desolate placeH490
  10. יִֽהְיֶֽה׃yihĕyehayah: to exist; to be or becomeH1961
21
  1. כִּ֤יkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  2. תִבְצֹר֙tibṣōrbatsar: to clip off; specifically (as denominative from H1210) to gather grapesH1219
  3. כַּרְמְךָ֔karmĕkākerem: a garden or vineyardH3754
  4. לֹ֥אlōʾlo': (the simple or absolute negation) not; (by implication) noH3808
  5. תְעוֹלֵ֖לtĕʿôlēl`alal: to effect thoroughly; specifically, to glean (also figuratively)H5953
  6. אַֽחֲרֶ֑יךָʾaḥărêkāachar: (properly) the hind part; (generally, as adverb or conjunction) after (in various senses)H310
  7. לַגֵּ֛רlaggērger: (properly) a guest; (by implication) a foreignerH1616
  8. לַיָּת֥וֹםlayyātômyathowm: a bereaved personH3490
  9. וְלָֽאַלְמָנָ֖הwĕlāʾalmānâalmanah: a widow; (also) a desolate placeH490
  10. יִֽהְיֶֽה׃yihĕyehayah: to exist; to be or becomeH1961
22
  1. וְזָ֣כַרְתָּ֔wĕzākartāzakar: (properly) to mark (so as to be recognized), i.e. to rememberH2142
  2. כִּיkiy: (by implication) very widely used as a relative conjunction or adverb (as below)H3588
  3. עֶ֥בֶדʿebed`ebed: a servantH5650
  4. הָיִ֖יתָhāyîtāhayah: to exist; to be or becomeH1961
  5. בְּאֶ֣רֶץbĕʾereṣerets: the earth (at large, or partitively a land)H776
  6. מִצְרָ֑יִםmiṣrāyimMitsrayim: Mitsrajim, i.e. Upper and Lower EgyptH4714
  7. עַלʿal`al: above, over, upon, or against (yet always in this last relation with a downward aspect) in a great variety of...H5921
  8. כֵּ֞ןkēnken: (properly) set upright; hence (figuratively as adjective) justH3651
  9. אָֽנֹכִ֤יʾānōkîanokiy: IH595
  10. מְצַוְּךָ֙mĕṣawwĕkātsavah: (intensively) to constitute, enjoinH6680
  11. לַֽעֲשׂ֔וֹתlaʿăśôt`asah: to do or make, in the broadest sense and widest application (as follows)H6213
  12. אֶתʾeteth: (properly) self; (generally) used to point out the object of a verb (or preposition) more definitelyH853
  13. הַדָּבָ֖רhaddābārdabar: a word; (by implication) a matter (as spoken of) or thingH1697
  14. הַזֶּֽה׃hazzezeh: the masculine demonstrative pronoun, this or thatH2088

View the full Hebrew interlinear for Deuteronomy 24 →

Strong's words in Deuteronomy 24 (6)
Strong's H1961 וְהָיָ֞ה (wĕhāyâ)
hayah (haw-yaw) v. 1. to exist 2. to be or become 3. to come into being, i.e. to happen, to occur (always emphatic, and not a mere copula or auxiliary) [a primitive root] KJV: beacon, X altogether, be. Appears 11 times in Deuteronomy 24.
Strong's H376 אִ֛ישׁ (ʾîš)
iysh (eesh) n-m. 1. a man as an individual or a male person 2. often used as an adjunct to a more definite term (and in such cases frequently not expressed in translation) [contracted for H582 (or perhaps rather from an unused root meaning to be extant)] KJV: also, another, any (man), a certain, + champion, consent, each, every (one), fellow, (foot-, husband-)man, (good-, great, mighty) man, he, high (degree), him (that is), husband, man(-kind), + none, one, people, person, + steward, what (man) soever, whoso(-ever), worthy. Root(s): H582 Compare: H802. Appears 9 times in Deuteronomy 24.
Strong's H3068 יְהוָ֑ה (yĕhwâ)
Yhovah (yeh-ho-vaw') n/p. 1. (the) self-Existent or Eternal 2. Jehovah, Jewish national name of God [from H1961] KJV: Jehovah, the Lord. Root(s): H1961 Compare: H3050, H3069. Appears 7 times in Deuteronomy 24.
Strong's H3947 יִקַּ֥ח (yiqqaḥ)
laqach (law-kakh') v. 1. to take (in the widest variety of applications) [a primitive root] KJV: accept, bring, buy, carry away, drawn, fetch, get, infold, X many, mingle, place, receive(-ing), reserv. Appears 6 times in Deuteronomy 24.
Strong's H1004 מִבֵּיתֽוֹ׃ (mibbêtô)
bayith (bah'-yith) n-m. 1. a house (in the greatest variation of applications, especially family, etc.) [probably from H1129 abbreviated] KJV: court, daughter, door, + dungeon, family, + forth of, X great as would contain, hangings, home(born), (winter)house(-hold), inside(-ward), palace, place, + prison, + steward, + tablet, temple, web, + within(-out). Root(s): H1129. Appears 5 times in Deuteronomy 24.
Strong's H1616 מִגֵּֽרְךָ֛ (miggērĕkā)
ger (gare) (or (fully) geyr (gare)) n-m. 1. (properly) a guest 2. (by implication) a foreigner [from H1481] KJV: alien, sojourner, stranger. Root(s): H1481. Appears 5 times in Deuteronomy 24.

Browse the full Strong's concordance →

0:00 Deuteronomy 24 0:00

Video Bible

Loading video...

Scripture video provided by Faith Comes By Hearing

🌐 Select Language

2532 Bibles in 2198 Languages

Select Translation

Congratulations!

You completed the book of Matthew!

Points Earned +280
28 Chapters
15% NT Progress